cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

Show more
Finland1 247The language is not specifiedReligion & Spirituality18 988
Advertising posts
4 909
Subscribers
+224 hours
+3107 days
+1 81230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

5.23 MB
8.59 KB
Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira.
Show all...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Addeessi Zulhijjaa Arguuf Itti Jiru Jarri. @ifaislaamaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
📮 Yaadachiisaaf Hubachiisa! Baatiin Zulqi’idaa har'a (Kamisa) 28 oole. Fedha Rabbii yoo ta'e Zulhijjaa 1 Jimaataa ykn Sanbata xiqqaa irra oola. Kanaafuu Namoonni Uduhiyyaa qaluuf niyyattan gaafa sanaa kaastanii haga qalma qaltanitti ▪️Rifeensa mataa ▪️Rifeensa funyaan jalaa ▪️Rifeensaa bobaa ▪️Rifeensa qaama saalaa akkasumas ▪️qeensa muruun irra hin jiraatu. عَنْ أُمِّ سَلَمَةَ أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ قَالَ : " إِذَا رَأَيْتُمْ هِلَالَ ذِي الْحِجَّةِ، وَأَرَادَ أَحَدُكُمْ أَنْ يُضَحِّيَ فَلْيُمْسِكْ عَنْ شَعَرِهِ، وَأَظْفَارِهِ".رواه مسلم Ergamaa Rabbii ﷺ akkas jedhaniiru:- ”Yoo ji'a Zul-Hijjaa agartan, tokkoon keessaan uduhiyyaa qaluuf yoo feetan haga qalma qaltanitti rifeensaa fi qeensa hin tuqiinaa" 📨 Dhaamsi kun muslima hundaaf haa gahu. 🛰 https://t.me/ifaislaamaa
Show all...
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ Khuxbaa Bareeda Ta'e بعنوان: {{ فضل عشر ذي الحجة }} Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa للشيخ الواعظ: أبي نصرة آدم بن دوبا السلفي حفظه الله Sheeka Abu Nusra Aadam Al-gabrii بتاريخ ٥/ ذو الحجة ١٤٤٤ه‍ Zulhijjaa 5 1444.H سجلت في "مسجد التوفيق" بمويالي حرسها الله Masjiida Tawfiiq Mooyaalee https://t.me/AdamalgabriAbunarsa 🛰 @ifaislaamaa
Show all...
{{ فضل عشر ذي الحجة }}.mp38.15 MB
💯 3👌 1
☑️ Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caaltu dhufuuf guyyoota muraasatu hafa!! Guyyootni 10nan ji'a Zul-hijjaa seenuuf balbala gahaniiru guyyooni kun ulfina waan qabaniif Rabbi subhaanahu itti kakateera. قال الله تبارك وتعالى:- ”وَٱلْفَجْرِ وَلَيَالٍ عَشْرٍ “ "Barii/Fajriin kakadha. Halkan kurna ni kakadha!" قال ابن كثير في تفسير :- قال عبد الله ابن عباس وابن الزبير ، ومجاهد ، وغير واحد من السلف والخلف ”وَلَيَالٍ عَشْرٍ“ المراد بها عشر ذي الحجة Abdullah Ibnu Abbaas, Ibnu Zubayr, Mujaahid fi Salafaa fi khalafa keessaa baay'een isaanii “Halkan kurna” isa jedhu guyyoota kurnan Zul-Hijjaa jechuun tafsiira ibnu kasiir keessatti ibsameera. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa keessattis akkas jedhaniiru. "أَفْضَلُ أَيَّامِ الْدُّنْيَا أَيَّامُ الْعَشْرِ، يَعْنِي عَشْرُ ذِي الحْجَّةِ" «Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caalan guyyoota kurnan Zul-Hijjaa dha» 🔖 Hadiisa biraatiin dalagaa guyyoota kana keessatti dalagaman guyyoota biroo irraa caalmaa akka qaban yammuu ibsan akkas jedhan. عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ عَنِ النَّبِيِّ ﷺ أَنَّهُ قَالَ "مَا الْعَمَلُ فِي أَيَّامِ الْعَشْرِ أَفْضَلَ مِنَ الْعَمَلِ فِي هَذِهِ ". قَالُوا : وَلَا الْجِهَادُ ؟ قَالَ : " وَلَا الْجِهَادُ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فَلَمْ يَرْجِعْ بِشَيْءٍ " خرجه البخاري “Ibaadaa guyyaa biroo gootan irra, tan guyyoota kurnan ZulHijjaa (gama duraatti argaman) kana keessa gootantu caala. Rabbi birattillee irra jaalatama" jennaan, Sahaabaan dubbii tana ajaa'ibanii "karaa Rabbii irratti qabsaawuu irrallee, Ibaadaa kurnan kana goonuutu caalaa?" Jedhanii ergamaa Rabbii gaafatan. "Ee! Ibaadaa kurnan kana gootantu caala. Yoo nama Jihaadaaf jecha lubbuufi qabeenya isaa baasee wareegamee hundaan achumatti hafee malee” jechuun deebisan. 📨 Yaa uummata Muslimaa guyyoota kana akkaan itti fayyadamuu qabna guyyootni kun akkanumatti taphaan, baacaan dabarsuu hin qabnu. 📮 Nutis Guyyoota saniin Rabbi nu gahee nama itti fayyadamu nu haa taasisu. Kanaafu gamanumaan qophii itti haa goonu!! 📤 Allah/Rabbiin baay'inaan faarsuu , Takbiir, Tahliila, Tahmiida, Du'aa baayyisuu, Sadaqaa baayyisuu, Soomana soomuu, Qur'aana qara'uu, Salaata jama'aan salaatuu, Sunnaa dalaguu baayyisuu walumaagalatti waan Rabbi jaalatu khayrii hunda dalaguu. 🤲 Rabbi Tawfiiqa Nuuf Haa Kennu. ✍ الثلاثاء ٢٦ ذو القعدة ١٤٤٥ هجرية 🛰 @ifaislaamaa
Show all...
💯 2👌 1
00:54
Video unavailableShow in Telegram
#Affeeramaa 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮 https://t.me/ifaislaamaa
Show all...
1.66 MB
🍓 5
Gorsa_Gabaabaa_Mata_duree_Duniyaa_ija_Qur'aanaatiin_jedhurratti.mp35.35 MB
👍 1💯 1
Dubartii Rukutuun Wal-Dhabbii Haadha Manaa fi Abbaa Manaa Hiikuuf Furmaata Ni Tahaa? Mee Hundi Keessanuu Irraatti Hirmaadhaa.
Show all...
Maqaa Rabbii tola oolaa mararfataa ta’eetiin jalqabna jalqabaa Maatiin bu’uura jiruun ilma namaa irratti dhaabbatu, tan hundee ijaarsa dhala namaa ibsitu, tan kallattii adeemsa ilma namaa daangessitu, tan isii galmaan gahuu irratti garaa garummaan hawaasaa hundaa’uu fi ijaarsii, dhaabilee fi bu’uurri qaama isaa irratti hirkatuudha. 1. Intalli heerumte haqa jaarsaa kan akkaa isa jaalachuu, kabajuu, ajaja isaa godhuu, yeroo inni isitti haajamee yaame tole jettee dhaquu fi kkf. guutuun isheerratti dirqama. 2. Gurbaan fuudhes haqa haadha mana isaa guutuu qaba, sunis mahrii isii guutee kennuufii, masruufa baasii isii kennuufii, mana jireenyaa qopheessuufii, uffata gayaa uffisuu, jaalachuu, kabajaa godhuu fii kkf sirritti guutuun dirqama isaati. Dhaamsa: ▪️Yoo yeroon heeruma kee booda aane ykn otoo hin heerumiin turte, khadijjaa yaadadhu, Waggaa dheeraa erga oobsitee booda irra caalaa namaa (Nabi muhammad ﷺ argatte ▪️Yoo heerumtee abbaan mana kee nama jallaa (mujrima) tahe, Jaartii fir'oownaa (Aasiyaa) yaadadhu. Rabbiin bultii teessan bultii jaalalaa tan gammachuu isniif haa godhuu.
Show all...