en
Feedback
Dhiiroo Garbii

Dhiiroo Garbii

Open in Telegram

𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!

Show more
8 654
Subscribers
-424 hours
-297 days
-3230 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+39
in 1 channels
August '26
+150
in 3 channels
Get PRO
July '26
+53
in 1 channels
Get PRO
June '26
+71
in 3 channels
Get PRO
May '26
+68
in 2 channels
Get PRO
April '26
+43
in 0 channels
Get PRO
March '26
+88
in 2 channels
Get PRO
February '26
+31
in 3 channels
Get PRO
January '26
+12
in 3 channels
Get PRO
December '25
+20
in 4 channels
Get PRO
November '25
+20
in 5 channels
Get PRO
October '25
+32
in 4 channels
Get PRO
September '25
+124
in 4 channels
Get PRO
August '25
+41
in 2 channels
Get PRO
July '25
+20
in 2 channels
Get PRO
June '25
+39
in 4 channels
Get PRO
May '25
+31
in 4 channels
Get PRO
April '25
+63
in 7 channels
Get PRO
March '25
+55
in 5 channels
Get PRO
February '25
+32
in 6 channels
Get PRO
January '25
+173
in 10 channels
Get PRO
December '24
+187
in 14 channels
Get PRO
November '24
+684
in 7 channels
Get PRO
October '24
+214
in 8 channels
Get PRO
September '24
+577
in 4 channels
Get PRO
August '24
+569
in 7 channels
Get PRO
July '24
+612
in 10 channels
Get PRO
June '24
+639
in 8 channels
Get PRO
May '24
+810
in 12 channels
Get PRO
April '24
+1 076
in 11 channels
Get PRO
March '24
+886
in 13 channels
Get PRO
February '24
+952
in 7 channels
Get PRO
January '24
+1 166
in 9 channels
Get PRO
December '23
+522
in 9 channels
Get PRO
November '23
+427
in 9 channels
Get PRO
October '23
+239
in 8 channels
Get PRO
September '23
+172
in 0 channels
Get PRO
August '23
+230
in 0 channels
Get PRO
July '23
+201
in 0 channels
Get PRO
June '23
+234
in 0 channels
Get PRO
May '23
+255
in 0 channels
Get PRO
April '23
+212
in 0 channels
Get PRO
March '23
+158
in 0 channels
Get PRO
February '23
+325
in 0 channels
Get PRO
January '23
+404
in 0 channels
Get PRO
December '22
+1 004
in 0 channels
Get PRO
November '22
+727
in 0 channels
Get PRO
October '22
+364
in 0 channels
Get PRO
September '22
+301
in 0 channels
Get PRO
August '22
+303
in 0 channels
Get PRO
July '22
+155
in 0 channels
Get PRO
June '22
+195
in 0 channels
Get PRO
May '22
+113
in 0 channels
Get PRO
April '22
+154
in 0 channels
Get PRO
March '22
+117
in 0 channels
Get PRO
February '22
+737
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September+1
08 September+6
07 September+7
06 September+5
05 September+4
04 September+4
03 September+2
02 September+4
01 September+6
Channel Posts
🔗 Zoom Link: https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3WVVXdz09 🆔 Webinar ID: 881 3776 4101 Passcode: 964483 Kabajamtoota miseensota fi hirmaattota hawaasa Oromoo biyya ambaa, Marii Hawaasa Oromoo Biyya Ambaa Fulbaana 12, 2026 gaggeeffamu irratti yeroo keenya sirnaan fayyadamuun, hirmaattotaafis yaada isaanii bal’inaan dhiyeeffatan haala aanjessuuf; Dhimmoonni ibsa barbaadan, qabxiileen irratti mari’achuun fardii ta’e, akkasumas afaanfajjii qulqulleessuu dandahan, gaaffilee, yaadaa fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan hunda karaa teessoo armaan gadiitiin nuuf erguun marii sadarkaa isaa eeggate akka gaggeessinu waan nu gargaaruuf; Gaaffilee dursitanii nuuf erguun mariin keenya sirnaan akka qindaa’u, yeroo akka qusannu, akkasumas hirmaattonni baay’een dubbachuu fi yaada isaanii dhiyeeffachuuf carraa akka argatan hiree waan kennuuf; Gaaffilee fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan dursitanii akka nuuf ergitan kabajaan isin gaafanna. Teessoo gaaffii itti ergitan: _______ Hirmaannaa, tumsaafi yaada keessaniif galatoomaa. Qindeessitoota Marii Hawaasa Oromoo Biyya Ambaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

2
🔗 Zoom Link: https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3WVVXdz09 🆔 Webinar ID: 881 3776 4101 Passcod
🔗 Zoom Link: https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3WVVXdz09 🆔 Webinar ID: 881 3776 4101 Passcode: 964483 Kabajamtoota miseensota fi hirmaattota hawaasa Oromoo biyya ambaa, Marii Hawaasa Oromoo Biyya Ambaa Fulbaana 12, 2026 gaggeeffamu irratti yeroo keenya sirnaan fayyadamuun, hirmaattotaafis yaada isaanii bal’inaan dhiyeeffatan haala aanjessuuf; Dhimmoonni ibsa barbaadan, qabxiileen irratti mari’achuun fardii ta’e, akkasumas afaanfajjii qulqulleessuu dandahan, gaaffilee, yaadaa fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan hunda karaa teessoo armaan gadiitiin nuuf erguun marii sadarkaa isaa eeggate akka gaggeessinu waan nu gargaaruuf; Gaaffilee dursitanii nuuf erguun mariin keenya sirnaan akka qindaa’u, yeroo akka qusannu, akkasumas hirmaattonni baay’een dubbachuu fi yaada isaanii dhiyeeffachuuf carraa akka argatan hiree waan kennuuf; Gaaffilee fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan dursitanii akka nuuf ergitan kabajaan isin gaafanna. Teessoo gaaffii itti ergitan:
192
3
WBOn Zoonii Lixaa G/Q/Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo ganda Toonfii Caariitti Fulbaana 07/2026 tarkaanfii fudhaateen injifaanno+1
WBOn Zoonii Lixaa G/Q/Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo ganda Toonfii Caariitti Fulbaana 07/2026 tarkaanfii fudhaateen injifaannoon galmeessuun bu'aan argame kana fakkaata.
674
4
No text...
741
5
Nagaan boqodhu haadha tiyya. Maal jennaa mitii! Jal'aa nama keenyaatu bu'aa qabsoo butee dheebuu kee fi siin akka wal hin argine godhe. Silaa W30 jaal'attu argitee waliin jiraattee, isaan geggeeffamtee na tola ture. Ta'us si guutuu dhabuun nu keessatti gaara xiiqii ijaara. Huccuun jara sitti uwwifamuu dhabuun gaariidha. Nu jaal'achaa boolla seente, si jaal'achaa toora kee irratti dhalootnis boolla seena. Gootittii jaalalaa Haadha WBO Jabduu Qabsoo Qeerantii namaa Fakkeenya dhalootaa Fakkii tokkummaa Hubattuu haadhaa Himachaa fi dhaadachaa addunyaa kana irraa boqotte. Sagaleen kee yoomiyyuu akka ati jirtutti gurrarraa nu iyya. Gargar baana hin seene...😭
696
6
Fulbaana 07/2026 Oduu Injifannoo WBOn Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo ganda Toonfi Caarii bakka adda+3
Fulbaana 07/2026 Oduu Injifannoo WBOn Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo ganda Toonfi Caarii bakka addaa Gaara Kolloo jedhamutti tarkaanfii tiksitoota sirna pp irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeesseera. Itti gaafatamaa dhimma nageenyaa aanichaa kan ta'e MARGAA MAGARSAA kan jedhamu dabalatee eegdotni sirnichaa tarkaanfii kanaan addunyaa kanarraa godaananiiru. Suuraan kan Margaa magarsaati.Itti gaafatamaa Dhimma nageenyaa aanichaati.
788
7
~Dirooniin Itiyoophiyaa torbaffaa waraanni Sudaan Kurmuuk irratti haleella irratti raawwateen kuffifamuu isaa rippoortaroonni+1
~Dirooniin Itiyoophiyaa torbaffaa waraanni Sudaan Kurmuuk irratti haleella irratti raawwateen kuffifamuu isaa rippoortaroonni biyyoota alaa gabaasaa jiru. Boqonnaa itti aanuuf-------------! Bobbaas Qeerroo
884
8
Kan ilmaan Oromoo Keessattuu; Oromoota Gosa Maccaa Ilmaan Jahan Jaawwii ficciisiisaa jiru ijoolluma dhalootaan aanota sanaa m
Kan ilmaan Oromoo Keessattuu; Oromoota Gosa Maccaa Ilmaan Jahan Jaawwii ficciisiisaa jiru ijoolluma dhalootaan aanota sanaa maaddii diinarraa arraabbattudha. Jaal Icciiti Qabsoo
946
9
+1
No text...
687
10
የነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa) Wednesday/ረቡዕ, September/መስከረም 9፣ 2026, በአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) at 8:00 PM CET/9:00 PM Oromia tim
የነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa) Wednesday/ረቡዕ, September/መስከረም 9፣ 2026, በአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) at 8:00 PM CET/9:00 PM Oromia time! ፕሮግራም በቀጥታ እንድትከታተሉን በትህትና እንጠይቃለን:: ፕሮግራሙም በአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO): Facebook: https://www.facebook.com/share/18iR9ZZn4w/ X-Space: https://x.com/ArraataO YouTube: https://youtube.com/@arraata-k5k?si=R2YaBQRNWEUmDKA0 እና በየነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa)፦ YouTube: https://youtube.com/channel/UCtmDzkZEixNTj3yFvobEy8w?si=K7b2ZaLc9TDrD51U Facebook: https://www.facebook.com/share/17ZpN7U8F5/ ገፆች ላይ በቀጥታ ይተላለፋል።
745
11
Oduu- Gaddaa ️Weellistuu fi qabsooftuu umurii ofii qabsoo Oromootti fixxe,haadha Oromoo maraa,gootittii Aartii Oromoo,mallatt
Oduu- Gaddaa ️Weellistuu fi qabsooftuu umurii ofii qabsoo Oromootti fixxe,haadha Oromoo maraa,gootittii Aartii Oromoo,mallattoo cichoominaa,Gameettii haadhaa xiiqii biyyeen sitti haa salphattu! Waan dandeessu hundumaan Oolmaa saba keef oolteetta! Yoomuu Seenaaf sabni kee si kabaja si yaadata. Nagaan boqadhu Artist ilfinash Qannoo
635
12
Boqochuu Ilfinash Qannoo Ilaalchisee (Ibsa ABO-WBO) Ilfinash Qannoo—Haadha Qabsoo—boqottee jirti. Waraanni Bilisummaa Oromoo saba keenyaaf, qabsaa’ota maraafi maatii isheef jajjabina hawwina. Ilfinesh artisitii qofaa hin turre. Kuusaa yaadannoo artii fi qabsoo Oromoo turte. Qooda shamarran Oromoo, Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti qabaachuu malaniif fakkeenya guddaa taate jiraatte. Geerarsaafi yeedalloo isheetiin hawwii kabajaafi bilisummaan jiraachuu baadiyyaa Oromiyaa irraa hanga warraaqsi Qabsoo Bilisummaa Oromoo ishee geesse hundumaatti calaqqisiisaa bara ishee fixxe. Kana gochuu isheetiin qofa gatii hedduu baafte. Oromiyaa irraa hanga biyya hambaatti wareegama qabsoon gaafatu hunda kaffalaa jiraatte. Yeroo dhihoo, dhukkubaafi dadhabiii keessa illee Qabsoo Bilisummaa biraa hin hafne. Lafa gaadidduun ishee qaqqabe hundumaatti dhiibbaa gaarii qabaachaa itti fufte. WBO waliiniis hanga dhumaatti “WBO humni mo’achuu danda’u hin jiru” jechaa boqotte. Ilfinesh calaqqee Qabsoo Bilisummaati. Haadha Oromoo, kan afaan, aadaa, seenaanii fi kabajni isaa akka eegamu fakkeenyummaa guddaan bara ishee guutuu dhamaate. Boqochuun Ilfinash Qannoo Artiistoota Oromoo gurguddoo kan waggoota muraasa dura dhabne lama; Artiist Alii Birraa, abbaa Artii Oromoo kan hammayyaa, fi Hacaaluu Hundeessaa, kan aartii fi aadaa Oromoo dhaaloota haaraa itti hubachiisee, kakaasee sossoosuu keessatti sagalee dhaloota haaraa ta’e nu yaadachiisa. Boqochuun Ilfinesh Qannoo fi artiitoota keenyaa waamichaa fi itti gaafatamummaa guddaa nurra kaaha. Gama tokkoon qaanqee isaan qabsiisan, fakkeenyummaa guddaa kan uummata guddeessaa fi shamarraan Oromoo bal’inaan bifa himaachiseen akka galmaan gahuu; gama biraan immoo hojii aartii isaanii tiksanii seenaaf dabasuuf dirqama ofitti fudhachuu nu gaafata. Kanaaf, Yuunivarsiitiiwwan, kuusaawwan, fi dhaabbileen aadaa waraabbii isaanii, suursagalee, seenaa isaanii akka kunuunsan waamicha goona. Isaan yaadachuun qofti gahaa miti. Waadaa isaanii fi bu’aa hojii isaanii tiksuu fi kunuunsuu qofatu yaadannoo isaaniif malu ta’a. Boqochuun Ilfinesh fi Artiisoota keenyaa waamicha dhalootaati. Waamicha hojii isaanii yaadachuu, dhaala isaanii kunuunsuu fi waan isaan dhalootaaf dabarsan akka bara baraan dhalootatti darbu dhiyaate dha. Ilfinash Qannoo nagaan haa boqottu. Yaadannoon, hojiin, seenaa fi gumaachi ishee bara baraan haa jiraatu. Sabni yaadannoo isaa kunuunsu eenyummaa isaa tikfata; eenyummaa ofii tikfachuun ammoo egeree ofii tikfachuu dha. Ajaja Olaanaa ABO-WBO Fulbaana 6, 2026
639
13
No text...
577
14
The passing of Ilfinash Qannoo (OLF -OLA Press Release) Ilfinesh Qannoo—Mother of the Struggle—has fallen. A giant loss to the Oromo nation. Ilfinesh was a living archive of Oromo memory, a voice that refused to be outlawed, a woman who turned melody into testimony. Through her music, she carried the soil of rural Oromia and the fire of a people's longing for dignity. She sang of joy, yes—but also of erasure, and of the refusal to be erased. For that, she was detained. Multiple times. She did not stop. In her final years, too frail to stand, she was carried to gatherings—not as a relic, but as a living flame. Her presence alone could transform a room. Her words cut deeper still: “OLA is a sphinx; no one can defeat it.” She was movement embodied. She was Oromo womanhood: keeper of language, weaver of memory, guardian of a culture that has outlasted every attempt to bury it. Her passing follows the loss of two other towering figures of Oromo music and cultural history: Ali Birra, a father of modern Oromo music, and Hacaaluu Hundeessaa, an inheritor who carried that artistic and cultural legacy to a new generation. These losses remind us that mourning alone is not enough. Their songs, recordings, photographs, interviews, manuscripts, and stories constitute an invaluable part of Oromo collective memory and must be systematically preserved. We therefore call upon Oromo universities, cultural institutions, scholars, artists, community organizations and families to work together toward establishing a permanent Oromo Music, Art and Cultural Archive to collect, digitize, document, study, and preserve this heritage for future generations. To honor Ilfinesh Qannoo—and the generations of artists represented by Ali Birra and Hacaaluu Hundeessaa—is not merely to remember them, but to protect and fulfill the promises of the struggle they served—remembrance without resolve is merely ritual. To remember them is not enough. To protect what they protected—that is the only worthy tribute. OLF-OLA High Command September 6, 2026
695
15
~Oduu Injf**noo! Sep 05/09/2026 Zooniin Baha Oromiyaa humna haaraa yeroo dheeraaf leenjii siyaasaaf waraanaa kennaa ture milkiin xumuruu beeksise. ~Irreen Oromoo jabaachuun abbaa irreetti xumura godha. Eebbifamtootni baga gurmuu W*B*O taatan! IUOf! TheArtofwar Jge Bobbaas Qeerroo Jaal Siifan Baheera Bilisummaa
901
16
No text...
965
17
Gantummaan qabsaa'oota sabaa kam keessayyuu inuma jira. Gantummaan moora qabsoo oromoo keessaa garuu , addaggummaa isheetu nama ajaa'iba! Addaggummaan Gaafa ganan, namummaa keessaa bawuu, sadarkaa maqaa "bineensummaa" yoo itti laatte ishee hin ibsinefaatu, gantoota mooraa qabsoo oromoo ganan, irraa mullata. Akkasheen itti gantuuf, erga gantees waan isheen saba kaleessa maqaa dhayattee qabsoo taasisaafii turteef, qaama waliin qabsoo geggeessaa turte irratti hojjettu gaafa ilaaltu; kan saba kanaa adda natti fakkaata! Kaayyoo gaafa ganan, namummaanis waliin ganama ta'innaa laata? Sanuu gaafa dubbattu, " Kaayyoo hin ganne" jettee odeessiti! kan kaayyoo achi haa hafuu, gantoonni maqaa saba kanaatiin qabsoo irraa turte gaafa ganuuf jettus ta'e, erga gantees namummaa waan jedhamu irraa hin argitu. Gara jabina ishee wanti adda godhu, nama du'a ishee olchuuf ishee dura ibiddatti gamaa ture balleessuuf kan akka ishee hojjetu hin jiru. Oromoo kaleessa bosona isheef ta'ee, bakka beeloftetti beela baasaa, sanuu ofii beela'ee, bakka dheebuutti dheebuu baasaa turetti garagaltee soora rasaasa gooti. Kun namummaa ganuu jedhama. Diina kaleessa "diina" ittiin jechaa turteen, ol kan ati irraa of eguu qabdu isaan akkasii ta'uu hin dagatin. Namni gaafa namummaa ganu, waaqa Uumaan isarra akka jiru walumaan gana. Namummaa gantee, Waaqni isheen beektuuf sodaattu yoo jiraate, qaama ishee ergatuuf garaa ishee qofaadha! Gantoota sana faana sabummaa tokko qabaachuun keellee gaaffii keessa akkati galtu si taasisa. Yoo ati sabummaan ol namummaa qabda taate jechuu kooti. Lafa kanarratti, Namummaan dursa waan hundaatii, namummaa kee hin ganin! Booree Abbaa Didhaa
919
18
Barri Bara Down Down Miti Barri Bara "Fire Fire" ti. Bara" Bombardment" ti. Waamii waamii dhugaa
Barri Bara Down Down Miti Barri Bara "Fire Fire" ti. Bara" Bombardment" ti. Waamii waamii dhugaa
1 138
19
https://www.facebook.com/share/v/1C9E9vLGek/
955
20
Injifannoo WBO Aanaa ilfataattii yeroo diinaa Kaampii keessaa guksee baasuudha kuni
Injifannoo WBO Aanaa ilfataattii yeroo diinaa Kaampii keessaa guksee baasuudha kuni
979