cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Diiroo Garbii

𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!

Mostrar más
Finlandia672El idioma no está especificadoPolítica5 591
Publicaciones publicitarias
9 532
Suscriptores
+1624 horas
+1157 días
+60330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

00:33
Video unavailableShow in Telegram
Ireland 🇮🇪  Norway 🇳🇴  Spain 🇪🇸 respect for you all for your humanity Ireland, Norway Fi Spain Walabummaa fi bilisummaa Filisxeem fudhatan. ሶስቱ ሀገራት የፓለስታይንን ነጻ ሀገርነት ተቀብለዋል
Mostrar todo...
👍 7
00:25
Video unavailableShow in Telegram
Lafoon itti jabaannaan helekoptara kaafattee
Mostrar todo...
🔥 10👍 3
Dirooniin Tokkoo lola Tigiray irraatti Lammafaan Gaafa Abbiyyif Bishooftuutti "Show dhiyyeessan Foqitti Rukutameeti ,3ffaan Horroo Guduruu Wallaggaatti akka hamma ammatti Dirooniin Sadii hojii ala ta'uusaa Keessoo PP dubataani, Humni diroon to'achuu irraa  jiru lammiwwaan Faransay yoo ta'aan masara motummaa keessatti Abiyy bakka argamutti ajaajni kan kennamuu jedhan opireesheni dirree immoo RIB tu fudhata jedha,  yeroo warri habashaa fuutuudha dirooniinnkun kan rakkoo uumee jedha eeruun kun.... Kan Har'a horro Guduruutti Caccabdee Boonbiin ishee keessaa jiruu waan hin dhuka'iin jiruuf of eeggannoo  barbachisaa waan ta'eef ummaata naannoo sanaaf dhaama!!
Mostrar todo...
👍 9
Photo unavailableShow in Telegram
Suuraa loltuu Itophiyummaaf duulee. Dargaggeessa haati isaa daawwattee hin quufin yeroo dirqamaan Garaa Leenjiitti ofaan booda hireen isaa kanuma!! Itophiyummaa hadhaa dhiiraa bochisaa jirtuu Itophiyummaa foon namaa nyaattu Itophiyummaa haayyoota oromoo nyattu! Ilaalaa seenaa hin qabne.
Mostrar todo...
👍 16
Photo unavailableShow in Telegram
#DhangaaTorbanii  Friday, May 24, 2024  1 PM DC  Time  | 2 PM OROMIA TIME   Tap-In | #DhangaaTorbanii to stay updated.   Webinar link 👇🏾  us02web.zoom.us/j/85741418940?…  Webinar ID: 857 4141 8940 Passcode: 193892
Mostrar todo...
👍 8
WBOn Zoonii Kibba Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa Keessatti loltoota maafi'aa PP 100 ajjeesuun 60 Ol Madoon Adabe. ONM-ABO Caamsaa 22,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa  godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa ganda  Baddaa Magaadatti har'a Caamsaa 22 humna waraana faashistii Abiy Ahimed kan saamicha, gudeeddaa fi ajjeechaan uummata Oromoo hiraarsaa turte irratti tarkaanfii guggubduu fudhateen injifannoo cululuqaa galmeesseera. Lola sa'a 5:00 oliif jajjabeen WBO waraana maafi'aa PP waliin taassiseen waraana  PP irraa 100tti kan  lakkamuu  du'aan yoo adabu 60 ol madoo taasisee jira .   Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn  humna diinaa kan ji'a muraasa keessatti bosona Baddaa Magaadaa humna WBO  keessaa qulqulleessine jirra jettee miidiyaa irratti  ololaa turte irratti  tarkaanfii boonsaa fudhatee baaragse kanaan reeffaa fi madoo konkolaataa 5n  fe'attee gara magaalaa Bulee Horaatti  deebitee jirti. Injifannoon  Uummata Oromoof❗️
Mostrar todo...
👍 17
Photo unavailableShow in Telegram
Isaan kun Barattoota Spoortiif Dirreetti bahan osoo taane Jajjabee Gabrummaa jibbee Dirree Qabsootii Eebbaaf qophaa'eedha. Oromiyaan Biyya.
Mostrar todo...
👍 47 1
Photo unavailableShow in Telegram
Balaa Ibbiddaa dallaa daandii qilleesaa buufata xiyyaaraa Finfinnee irratti ta'aa jiruudha. የእሳት አደጋ የአየር መንገዱ አጥር ላይ እሳት አደጋ
Mostrar todo...
👍 12 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sababa balaa Diroonittii qorachuuf dhuuftee hiliikoopteerrii tunimoo GHGW Ona Qbbee doongooree magaalaa Tulluu gaanaa Dirree kubbaa miilaatti keessatti qubattee jirtii. ከድሮኗ መከስከስ በሗላ የአደጋውን መንስኤ ለማጣራት ፣ ሆሮ ጉዱሩ ወለጋ አበዶንጎሮ ቱሉጋና ከተማ ዲሬ ኩባ  ያረፈች የጦር ሄሊኮፍተር ።
Mostrar todo...
👍 16
Dirooniin ABIY Qe'ee oromoo gubuu dhaqxee Godina Horroo guduruu wallaggaa aanaa Abee Dongoroo ganda CAANCOO jedhamutti kuftee caccabdee jirti Ooruu Qonnaa keessaatti. Oromootti cubbuu goonan ji'a hin guuttu amma badda. keenya lolaan waaqa hojiidhan waaqayyoo argisiisaa.
Mostrar todo...
👍 22 6