cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dhiiroo Garbii

𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!

نمایش بیشتر
فنلندة668زبان مشخص نشده استسیاست4 877
پست‌های تبلیغاتی
10 105
مشترکین
-1924 ساعت
+1277 روز
+59530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Hundeeffa Waggaa 4ffaa ONM Miidiyaan humna qaba. Miidiyaan hojii WBOn hojjate ifaatti baasee tartiibaan sabaaf hime fi dhageetti uume Arrata Biyyaaleessaa Oromiyaa(ABO-ONM) dha. ONM erga dhalatee Sabaa fi WBO dhaaf sagalee tahuu eegalee Waggaa 4 guutuuf guyyaa 2 hafa. ONM gaafaa sanbata duraa akka Sa’aatii Washington DCtti 10:00am tti hundeeffama Waggaa 4ffaa isaa ni kabajata irratti hirmaadhaa!
نمایش همه...
👍 9 1
Photo unavailableShow in Telegram
نمایش همه...

3
#𝐀𝐍𝐀𝐀_𝐃𝐇𝐔𝐅𝐔 𝐉𝐄𝐍𝐍𝐄𝐑𝐑𝐀 Zoonii Giddu Galeessaa aanaa Cobii irraa warra yeroon harka laate.  Mooraa diiguun ittuma fufee jira.
نمایش همه...
👍 34
Photo unavailableShow in Telegram
Injifannoo Jabdu Fantaallee! Baha Shaggar Ona Fantaalleetti WBOn ~Mortara 3 fi ~Zu23 1 booji'ee jira. Waraanni diinaa hedduuniis booji'amteetti. Diinni uummata Oromoo, PPn network uummata irraa balleessuun duula guyyaa 100 labsitee duguuggaa sanyii raawwachuuf karoorsitus irree WBOn fashalaa jira. IUOf 𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
نمایش همه...
👍 27 5
Photo unavailableShow in Telegram
🥰 23 6👍 4
~Cobni Dhiiga WBO, Mancaaftuu Dukkana Gabrummaa; Gaaza Qabsoo Bilisummaa Oromoof Oromiyaati! ~~~~~~~~~ Ifaajee Qabsoo Bilisummaa Oromoof Oromiyaa dhugoomsuuf adeemamu keessatti WBOn, gabrummaatti xumura gochuuf aarsaa qaalii hin herregamne taasisaa jira. WBOn, dadhabe, beela'e, dheebodhe utuu hinjedhiin nuffii tokko malee galgalaafi ganama Uummatasaa qaalii akka qaroo ijasaatti ilaaluuf waardiyyaa dhaabataa jira. Cabin lafeefi cobni dhiiga WBO, dukkana gabrummaa impaayeerri Itoophiyaa jaarraa tokkoof walakkaaf Oromootti aguugde tarsaasee barii bilisummaa mirkaneessuu danda'eera. Har'a impaayeerri Itoophiyaa raafama hawaas-dinagdeefi siyaasaa hamaan butamtee jirti. Sirni abbaa irree kan siyaasni warra Abisiniyaa harkatti tortoree siyaasa ofii tolfachuuf jecha nagaa guutummaa biyyatti dhorkee gooluu irratti argamus irree jabaa WBO, jala dhaabbachuu hindandeenyee. Uummanni keenya siyaasa murna Biltsiginnaa harkatti tortoree ajaan biyyatti goolaa jiru hundeen dhabamsiisuuf gama danda'e maraan qabsoo bilisummaa Oromoo WBOn, gaggeessaa jiru keessatti qooda seenaa ba'achuurratti argama. Ammatti, Oromoon akka sabaatti walabummaafi bilisummaa Oromoofi Oromiyaa mirkaneessuuf falma xiiqii taasisuun mirga utuu hintaane dirqama. Abadan! Itoophiyaa kuftee gangalachaa jirtutti lubbuu horuu hinqabu. Laal! Har'a WBOn, adda waraanaa kamirrattuu injifannoo ajaayibaa loltuu faashistii Impaayeera Itoophiyaarratti gonfataa jira. Humni kana booda isa dhaabu hinjiru. Uummanni keenyas akkuma kana dura barame waraana isaa isaaf jedhee ganna beelaan, bona ammoo dheebuun waadamee waardiyyaa isaaf ta'aa jiru cina hiriiruun Duula Irbuu Shinniggaa WBOn, diinarratti gaggeessaa jiru milkeessuuf dirqama seenaa qaba. Milkaa'ina qabsoo ammatti WBOn, gonfataa jiru bu'aa dadhabbii uummata keenyaa ta'uu diinnis ta'e firri inuma beeka, quba qabaadhaa! Oromiyaan Biyya! Jaal Gamtaa Wbo
نمایش همه...
👍 14 3
Eeruu Odeessa Sochii Humna Weerartuu!! Amma sa'aatii 12:30 irratti Konkolaataan duraan gara Doolootti gadi dabree ture, Waraana Shi*ftaa PPn Uummata Oromootti bobbaaftu fe'achuun guurratee gara Magaala Hawaasaatti Adoolaa Woyyuu keessaan ol-qaxxaamuree dabree jira. Baayyinna Konkolaataa: 42 Konkolaataa Gosaan; Paatrooliin; 6 Ooraaliin; 7 Konkolaataan Meeshaa fe’u; 4 A'izuuzii  Sangoota fe’atee jiru; 1 fi Baasii Uummataa 24 dha. Humni Hamileef Mogoleen bututee urraa'e tun, galgala kana Sa'aatii 12:30 irratti Magaala Adoolaa Woyyuu keessaan qaxxaamuruun gara Magaala Hawaasaatti ol-dabre. Konkolaataa 42 kanneen keessaa Magaala Dooloo dhaqee Humna fe'atee kan deebi'e, Konkolaataa 18 qofa yoo ta'u, Waraanni Konkolaataa 24 Magaala Nageellee Booranaa keessaa walitti haramee fe'ame. PPn duriiyyuu hin-goomtuu, amma akkam taati?? Abbuma suufetti, dhuufe jennaan😂
نمایش همه...
👍 13
Godina arsii lixaa aanaa kofaleetti gocha afaan namaa dandaa'ee hin ibsinetu ta'e sababii qaamni silaa nageenya hawaasaa egsisa jedhee mootummaan bineensaa miila lamaan deemu kan fiinoon akkaawuntii isaa irrati galuuf kan maalummaa mirga namummaa hin beekne ilmaan hiyyeessaa dhiiga isaanii dachetti gad naqaa oolte qeerroo magaalaa kofaleetiif Kun isa jalqabaatii miti osoo kumaatamaan boola tokkoti awwaalamtu as geetee hardhaas yoo xiqqaate qeerroo ammaaf lakkosaan adda hin baane rasaasa qaama nageenya hawaasaa eegsisana jedhuun dhabnee jira Namni ka'uumsa rakkoo kana ta'e Kun nama kaabinee aanaa kofaleetiin deegaramuufi nama saamicha qabeenya mootummaa aanaa kan irratti muuxannoo cimaa qabu ta'u isaa ragaan qabatamaan kan jiruudha kan nama dhibu immoo lubbuu namoota nagaa yeroo adda addaati kan galafateefii abbootii qabeenyaa aanaa sanaa baayyee isaanii irratti yaalii ajjeechaa cimaa kan raawate ta'u isaa namaafii biyyoon biyya sanaalee kan ragaa baatuudha fkn woggoota muraasa dura mucaa gargaaraa konkolaata isaa naannoo magaalaa kuyaraati konkolaataa irraa oofee ajj,eesuu isaa ammas baruma lamaan dabarsine kan keessa abbootii qabeenyaa aanaa kofalee Lama irratti yaalii ajjeecha naannoo magaalaa shaashamannee iddoo addaa soole jedhamtuti raawateen miidhaa qaamaa cimaa namoota kan irraan kan gaheefii deengada galgala guyyaa gaafa ayyaana arafaa naannoo sa'aatti 4:30ti abbaa qabeenyaa nama maqaan isaa jamaal jedhamu erga ajjeesee booda konkolaatan fidee iddoo balfi itti darbamuti gatee deeme kan nama dhibu hanga namtichi Kun gochaalee suukanneesaa kana hunda ilmaa namaa irratti raawatu murteen seeraa tokko kan irrati fudhatame hin jiru guyyaa hardhaa sababa hawaasni nagha mirga isaaf iyyatuuf yaa'eti poolisiin dhukaasa baneen lubbuun namoota naga baayyeen darbee jira ammas taanaan nama kana irratti murtoon badii isaa gitu irrati hin fudhatamu taanaan namoon hardha lubbuu namoota naga lafati dachaasan seeraan hin gaafataman taanaan waaaaaaaa
نمایش همه...
👏 13👍 8
Injifannoo Aannoo Leencichi barii obboroon aanaa Gobbuu Sayyoo kaampi Gishee cabsee itti seenuun hedduu biyyeen make kaan dhuunfate jira. Hanga ammatti kilaash AKM 16 fi hidhannoole heddu funaane jira. Odeessa biroof booda walitti deebina IUOf 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
نمایش همه...
👍 46🔥 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.