Dhaabbata leenjii konkolaachisummaa SUMAA
Open in Telegram
512
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+517
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 26 February | 0 | |||
| 25 February | 0 | |||
| 24 February | 0 | |||
| 23 February | 0 | |||
| 22 February | 0 | |||
| 21 February | 0 | |||
| 20 February | 0 | |||
| 19 February | 0 | |||
| 18 February | 0 | |||
| 17 February | +1 |
Channel Posts
Maamiloota keenyaa magaalaa Dodolaa,Hasaasaa,Adaabbaa,kokosaa fi naannoo ishee jirtan maraaf:
Akkuma beekamu dhaabbanni keenya fedhii maamiloota keenyaa guutuuf daran cimee hojjetaa kan jiru yoo ta'u magaalaa Dodolaa irratti dhaabbata leenjii bannee haal-duree hunda xumurree barnoota eegallee kan jirru waan ta'eef dhuftanii galmooftanii barnoota akka eegaltan kabajaan isin beeksisna.
| 2 | Yaadachiisa
Maamiltoonni keenya yaada tajaajila keenya irratti qabdan ilaalchisee karaa keessa fi biirootti nuuf hiruu dandeessu.
Yoo leenjii gahumsaan leenjite lubbuu kee fi biyyaaf wabii taata. | 462 |
| 3 | Leenjitoota marsaa 35 ffaa U1
Maraaf
Guyyaan qormaata kompiiteraa keessan wixata dhufu 08/04/2016 eegaluu isin beeksisaa akka sirriitti qophooftan kabajaan isin beeksisna.
Dhaabbata leenjii konkolaachisummaa SUMAA
Shashamanne | 445 |
| 4 | https://t.me/ethiotele26 | 608 |
| 5 | Haala leenjii dhaabbata keenyaa ilaalchisee
U1-Awutoomeshinii marsaa 30ffaa
Fg2-Awutoomeshinii marsaa 14ffaa
T1-Awutoomeshinii marsaa 16ffaa
Fg1-Awutoomeshinii marsaa 13ffaa
Irra jirra | 1 059 |
| 6 | Namoonni dhaabbata keenyatti leenjita yaada qabdan karaa keessa mee nuu barreessaa. | 987 |
| 7 | Konkolaachisaan tokko tokko maaliif suusii garaagaraatiif of saaxiluu danda'a? | 1 222 |
| 8 | Konkolaachisuuf dursa leenji'i | 1 386 |
