cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Baruumsa Amantii

Show more
Finland2 832The language is not specifiedReligion & Spirituality69 270
Advertising posts
1 013
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-1230 days
Posts Archive
“ኢየሱስ ክርስቶስ ከሙታን በመነሣቱ #ለሕያው ተስፋና #ለማይጠፋ፥ #እድፈትም ለሌለበት፥ #ለማያልፍም ርስት እንደ ምሕረቱ ብዛት #ሁለተኛ የወለደን የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ፤ ይህም ርስት በመጨረሻው ዘመን ይገለጥ ዘንድ ለተዘጋጀ መዳን በእምነት በእግዚአብሔር ኃይል ለተጠበቃችሁ ለእናንተ በሰማይ ቀርቶላችኋል።” 1ኛ ጴጥሮስ 1፥3-5
Show all...
1
Kabajamoo maamilaa hafteen herrega cubbuu keessanii dhiiga Yesuusiin kaffalameera.Haftee herrega keessan kanaan yeroon turtii keessanii hanga Yesuus dhufutti.Kanaaf deebitanii cubbuu hin hojjetinaa.Yesuus deebi'ee ni dhufaa qophaa'aa.Odeeffannoo dabalataaf gara Wangeela Mar 13:33-37 tti bilisaan bilbilaa.Ayyaana gaarii Galatoomaa. Hiriyyoota keessan 2ykn 3f sheer godhaa
Show all...
1
CIDHA obbo/adde_ tif duran durse naagan kenya kabajaa isinif dhiyeesina yoo jaalala garaa ta'e gaafa guyya27/8/2016sirna nyaata kenya Darg:Biden Xaafifi Durbe Foon Hoolaa walin waan raawanuf guyya kana saati 12:00 irrati ilkan keessan wajin dhuftani hirmaattu Diiman fi Xibsi akka taatan afeeramtani jirtu keessumessitoniObbo cilfa fi Adde albe Teessoon maagala disti Ganda Shunkurti naano saayina cinatti argamana. Naaga Wajjin Baga geesse! Rajii Abiira
Show all...
🥰 3
JIREENYA DU'UUDHAN ARGAME jireenyi du'uun argamee jireenya haaraadha waan lafarraa maal ittin goona in bada innoo daaraadha maaltu du'ee fida jiruu yoo jireenyaa malee isaanu hin ulfaata akkisaa garmalee inni isheen sodaannee waa cinqii lafarraa falmee walaboomse nu jiraachse hanga harraa du'aan jiruu fidee gootni fannoo yaabe garbummaa jiruu dhabuu ofii du'ee dhaabee falmee falmii falmuun galmaan ga'e argamsiise bu'aa warra badan argee dhaabachiise du'aa guyyaan yaadannoosa baga geessen jedhaa bayyen sin jaaladha share immoo naaf godhaa from " Abenezar Dajanee
Show all...
3
01:38
Video unavailable
Barumsa Gabaaba Obboleessa keenya Sisay Azuza irra afaan Amariffaatiin video Isaa ilaala dhaggeeffadhaa! Ergaa Guddaa🙏 👇👇👇 Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa*! Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa*!
Show all...
4👍 1
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! 1.Karoora kee. 2.Dadhabina kee. 3.Kufaatii kee. 4.Iccitii kee. 5.Sochii kee kan fuul-duraa. 6.Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.        JAHAN KANA IMMOO HUBADHU!   1.Yaadi malee hin dhiphatin! 2.Nama irraa baay'ee hin eeggatin! 3.Dandeettii keetti fayyadami! 4.Dogoggora kee irraa baradhu! 5.Ofitti amani! 6.Dandeettii kee beeki! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
👍 4
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
👉Bagaa waaqayyoo ittiin sii ga,een jedha. Kitaaba bayyee dinqiisisadha Bitachuun fayadaama...
Show all...
👍 1
Photo unavailable
👆👆👆👆
Show all...
#itti_yaduu fi #Hojjechuu! Duursa hanga naatti dhagahaamee fi hanga keessikoo na ajajee dubbaadha! Yoo yadni kiyya fuudhaatama qabate #Share_like_comment_goodha!  #itti_yaduu Yeroo tokkoo tokkoo namni baay'ee goodhe itti yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo xiqqoo yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo yeroo itti yaaduyuu hin qabu ta'a. Garuu wanta kan biras ta'e kam.namni yaada garagaraa qaba! Akkaata itti yaadus kallaatti adda adda ta'en yaada. ~Namni  baay'ee yaadu. akka yaadu sanatti argachuu dhabuu dandaa'a . ~Namni xiqqoo yaadu garu baay'ees argachu dandaa'a osoo hin beekin jechudha. ~Namni itti yaduuf yeroo dhabee carra argachuu isa xiqoodha. Argaachus dandaa'a! Yeroo hundaa yoo yaadnee argachuu dandeenya. Yaadu qofas mitti. Osoo yaadins argachuu dandeenya. #Garuu inni guuddan erga argataniidha. Yoo argatte inni ati argatteyuu sii jala badu,manca'uu,gubbachuu,saamamuu,fi kkf itti dhufu danda'aa. Maaliif yoo jette? Osoo itti hin yaadin waan argattef osoo itti hin yaadins dhabda ! Yoo itti yaade kaaroorsitee, hojjette argatte garuu inni kanumaa keetti! Hin badus hin saamamtuus ....Yoo dhugumman kaankee ta'e! Kanaafuu yaadu fi hojjechuun waan hundarra filaatamadha! Maliif yoo jette? Osoo hin yaadin hin hojjetuu Yaadu qofanis hin argattuu! Yoo yaade waaqayyoo wal siif qixxeessa! Yoo hojjette waaqayyoo si milkeessa ! #Thinking_and_doing ! GALATOOMA! Yoo Dhuguman dubbiste tatee #Share_like_comment By  Abii
Show all...
የታያችሁን ያህል ተንቀሳቀሱ! አንድ ምሽት ላይ አባት ልጁን ወደ ሲኒማ ቤት ሊወስደው ውጪ መንገድ ላይ መኪና ውስጥ እየጠበቀው ነው፡፡ ልጅ ከቤት እንደወጣ በጣም ስለጨለመበት ስልኩን አውጥቶ አባቱ ጋር ደወለ፡፡ • ልጅ፡- “አባዬ እንዴት ልምጣ? ጨለማ ስለሆነ አይታይም”፡፡ • አባት፡- “ምን ያህል ይታይሃል?” • ልጅ፡- “አምስት እርምጃ ያህል ብቻ ነው የሚታየኝ” • አባት፡- “አምስት እርምጃ ተራመድ” • ልጅ፡- “እሺ” (አምስት እርምጃ ተራመደ) • አባት፡- “አሁንስ ምን ያህል ይታይሃል?” • ልጅ፡- “አሁንም ሌላ አምስት እርምጃ ያህል ርቀት ይታየኛል” • አባት፡- “በፊትህ የሚታይህን አምስት አምስት እርምጃ እያልክ ከመጣህ እኔ ጋ ትደርሳለህና የታየህን ያህል ተንቀሳቀስ” ልጅ ብዙም ሳይቆይ አባቱ ጋር ደረሰ፡፡ ሁሉም ነገር ጥጉ ድረስ እስኪታያችሁ አትጠብቁ፡፡ በሚታያችሁ መጠን ተራመዱ፡፡ የሚታያችሁን ያህል ስትራመዱ፣ ከመራመዳችሁ በፊት ያልታያችሁን ማየት ትጀምራላችሁ፡፡ ሁሉንም ነገር እስከምታውቁ አትጠብቁ፡፡ በምታውቁት ልክ ስራን ጀምሩ፡፡ በምታውቁት እውቀት መጠን ስራን ስትጀምሩ፣ ያንን ከመጀመራችሁ በፊት ያልነበራችሁ ልምድና እውቀት ወደ እናንተ ይመጣሉ፡፡ ሁሉም ሰው እስኪቀበላችሁ አትጠብቁ፡፡ የሚቀበሏችሁ ላይ በማተኮር ተሰማሩ፡፡ በሚቀበሏችሁ ላይ ስታተኩሩና ደስተኛ ስትሆኑ፣ ቀድሞ የማይቀበሏችሁ ሁሉ እናንተን ከመቀበል ውጪ ምርጫ አይኖራቸውም፡፡ የጠየቃችሁት ነገር ሙሉ በሙሉ እስኪሰጣችሁ አትጠብቁ፡፡ የተሰጣችሁን ተቀበሉና በዚያ በመጀመር የምትችሉትን አድርጉ፡፡ በተሰጣችሁ በጥቂቱ የምታደርጉት ጥረትና የምታከናውኑት ነገር የቀረው እንዲለቀቅላችሁ መንገድ መክፈቱ አይቀርም፡፡ አትቀመጡ! የታያችሁን ያህል ተንቀሳቀሱ! https://t.me/Dreyob 👇👇👇join👇👇👇 https://t.me/Diorthosis https://t.me/Diorthosis https://t.me/Diorthosis
Show all...
👍 4
Repost from Getu Official
Photo unavailable
ABDII2Qor. 4:18 • Isa. 64:4 • “Nuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla amalee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti.” — 2Qor. 4:18 • Abdiin nama hin yeellaasisu • Abdiin kan bara baraati! • Abdiin wanta ijaan argamu miti! • Abdiin amantii irra dhaabata! “Caaffata qulqullaa'oo keessatti, "Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye" in jedha.” — 1Qor. 2:9 Join: @Getu_Official
Show all...
👍 2
Repost from Getu Official
Ergaa Macaafa Qulqulluu 2Qorontos. 5:17-21 ¹⁷ Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera. ¹⁸ Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'e; inni hojii araarsuu isaa kanas namootatti akka dabarsinuuf nuuf kenne. ¹⁹ Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne. ²⁰ Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna, ²¹ Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbamaal isa godheera. @Getu_Official @Getu_Official
Show all...
👍 2
Photo unavailable
"FALA YESUUS" =>Dachen Urgufamee Ejjennoo Gadhiisee =>Tullun Yoo Roqamee Jige Wal Jijjigsee =>Qillensi Dhabame Bubbeen Yo Hin Kaanee =>Isa Kaleessarra Haalli Gaarin taanee =>Biiftun Ifa Dhaabee Addeessi Yo Of Dhoksee =>Burqitu Cufamee Hongen Lafa Gogsee =>Furmaanni Dhabamee Beekaf Gurguddaarraa =>Rakkon Ilman Nama Lakkofsisee Jaarraa =>Yesuusin Kan Qabu Kanaan Hin Miidhamuuu =>Raafamu Haalichan Rom'ee Hin Jeeqamuu =>Egaa Maal Yoo Jettan Furmaanni Waa Maraa =>Maqaan Isaa YESUUSI Abbaa Bara Baraa =>Isatti Baqadhaa Isa Baasa Karaa =>Isin Irra Buusaa Gidiraaf Makaraa =>Isuman Jiraadhaa Dhugaadha Adaraa Chala%
Show all...
👍 4
Repost from KUTANNOO
⿻ Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ➊ - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➋ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➌ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➍ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➎ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➏ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➐ - Kutannoo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➑ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   11 - Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 12 - Waliin Waliif » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 13 - Beeksisa Hojii » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ HOPE PROMOTION   Advertising Telegram       Channels/Groups   ◌ @hopepromotion   ◌ @Getpostbot@BittaafiGurgurtaaChannelContactMe: @Getu_Abera
Show all...
The Power Of Thought
Hiika Yaadaa
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela (Marriage)
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Beeksisa Hojii
Kutannoo
Spiritual PDF
Getu Official
Arara Tv
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Research Paper
Best Films
Walaloo Faaruu
Faaruu Ganamaa
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Amantiin Filannoo Jireenyatii. kutaa 2ffaa. Daawannaa Tasaa. haala fi filannoo: ➡ Zakkiyoos dogoggoora rawwateef baayyee gaabbuun jireenya amanamaa jiraachuuf waadaa gale. 👉 kanaaf zakkiyoos gara karaa yesuus irra dhufuu deeme. garuu zakkiyoos waan bayyee gababaa ta,eef namoota bayyee sana keessaa omaa arguu hin danda,u. kanaaf yaada gariidha jedhee tokko yaade. innis mukaa karaa yesuus irra darburraatti argamuu yaabuun yammuu inni darbuu arguuf murteesse. kanaaf sirriitti arguuf dursee mukaa olka,aa yaabe. 👉 yesuus dhiyaacha dhufe. isaan boodas mukaa zakkiyoos yaabe sana jala yammuu gahuu osoo hin yaadamiin dhaabate! zakkiyoos akka isa arguu barbaade waan beekeef yesuus ol ilaala isaa waame zakiyyoos gad bu,i! har,a mana keetti si waliin galuun barbaada! namoonnis " mana qaraxxuu dhaquuf " jechuun gumguman.!! 👉 zakkiyoos amanu dadhabe yesuus firaasa ta,u barbaade? zakkiyoos...... ➡ittii fuufaa.....like&sher hirriyyotaa fi jaalan keesaanif qooda. 📖 Qopheessan Abenezer Dajaneeti.
Show all...
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Amantiin Filannoo Jireenyatii. kutaa 1ffaa. Daawannaa Tasaa. haala fi filannoo: ➡ Zakkiyoos dogoggoora rawwateef baayyee gaabbuun jireenya amanamaa jiraachuuf waadaa gale. 👉 Zakkiyoos nama gabaabaa mandaara iyyaarikoo kessaa jiraachaa ture. inniis ittii gaafatamaa qaraxxootaa ture. yeroo sanaattii qaraxxoonni magaalaa iyyaarikoo zakkiiyoosiin hin jaalatan ture. 👉 Guyya tokkos, yesuus akka gara magaalaa sanaa dhufuu dhaga,e. hundumtuu yesuusiin arguu barbaadu turan. baayyisaniis yammuu innii fayyiisuu fi dinqii garaa garaa raawwatu arguu barbaadan. zakkiiyosis yesuus akka cubbamtoota gaabbuun of geedaruu barbaadan hundumaa akka simatu dhaga,e. yesuus akkaa nama qaraxa walittii qabaa ture. lewiif dhiifama taasisuutiin duuka bu,aasaa akka ta,uuf waamuusaas dhaga,e. ittii fuufaa.... kan isiinif dhiyeese Abenezar dajanetii. sher&sher&sher
Show all...
👍 10 2
Ulfinni kee dhufee yommu karra ga'u xaxaan rakkina kee wal_gurratee ba'u boojunis walwaamee gamaafi gamasii namaaf gaaffi ta'a maal dinqiin akkasi hunduma kan caalu beektaree cufnisaa.sirratti haa raawwatu wanti kun marrisaa forwardi hin goone itti yaaden barreesse hamma beekumsa kooti Maqankoo Silaa Caalaa .Fil:1:21-22.
Show all...
👍 8
Elaa Waan Si Dhaamaa =>Kankoo Duuba Jettee Kan Boossu Teelladhaa =>Barrikoo Dhumeera Sechi Maalan Godhaa =>Bitaaf Mirga Ilaallan Deeggaraa Koon Dhabee =>Baayyesas Gaddeera Qalbinko Na Cabee =>Abdiinkoo Inni Dhumaa Filannoo Tokkichaa =>Maal Du'etan Badaa Nan Dhabaa Boo'icha %"Na Dhaga'i"% Abban Rakkataa Duruu Namaa Miti Waaqaa Obsan Turii Eegii Cufaakee Ni Saaqaa Walwal Guuree Dhufaa Eebbikee Wal Yaasee Hadheessitu Kee Immo Sirra Gad Dachaase Akka Harra Miti Bor Bari'uf Jiraa Galatan Dhaabatta Dhuga Baatii Hiraa AMEEEEEEEEN JEDHATTA LAATA SHER FROM Abenezer Dejene.
Show all...
👍 2
Photo unavailable
👉 shaloom Akaam jirtuu. ♡, karaa chayinaali baruumsa Amantii jedhuu kanaan yeroo dhiyootii baruumsa jireenya hafuuraa fi foonii kenyaa gabiissuu qabadhee dhufuufan jira. ➡ mata dureen waalin baranuus 📝 AMANTIIN FILANNOO JIREENYATII. kan jedhuudha. ♡, Torbee dhufuu kassee Waaliin Waaliif Guddaanna, Baraannaatii naa eggaa. ♧ Yeroo Gaarii Qabaadha.
Show all...
👍 6
Repost from KUTANNOO
🎯 Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➊ - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➋ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➌ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➍ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓      ➎ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➏ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓          ➐ - Kutannoo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓        ➑ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓     ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       11 - Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓    « 12 - Waliin Waliif » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 13 - Beeksisa Hojii » ┗━━━━━━━━━━━━━┛     HOPE PROMOTION     Advertising Telegram       Channels/Groups       @hopepromotion          @Getpostbot   @BittaafiGurgurtaaChannel
Show all...
Motivational Tips
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela Marriage
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Beeksisa Hojii
Kutannoo 1 2 3
Spiritual PDF
Grace Media 24
Getu Official
Research Paper
Arara Tv
Baruumsa Amantii
Dirree Yaadaa
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Best Films
Walaloo Faaruu
Faaruu Ganamaa
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info
Photo unavailable
Photo unavailable
sher sher.....
Show all...
Repost from KUTANNOO
🎯 Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➊ - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➋ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➌ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➍ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓      ➎ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➏ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓          ➐ - Kutannoo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓        ➑ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓     ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       11 - Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓    « 12 - Waliin Waliif » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 13 - Beeksisa Hojii » ┗━━━━━━━━━━━━━┛     HOPE PROMOTION     Advertising Telegram       Channels/Groups          @Hope_Promo            @Getpostbot   @BittaafiGurgurtaaChannel
Show all...
Motivational Tips
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela Marriage
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Students Result
Kutannoo
Spiritual PDF
Grace Media 24
Getu Official
Research Paper
Arara Tv
Baruumsa Amantii
Dirree Yaadaa
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Best Films
Walaloo Faaruu
Faaruu Ganamaa
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info
Repost from KUTANNOO
🎯 Namni barbaadu qofti channel barbaade irratti tuquudhaan Join; Follow gochuu ni danda'a! 🌹                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ➊ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓     ➋ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓    ➌ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓      ➍ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➎ - Beeksisa Hojii ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓     ➏ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓     ➐ - Arara Tv ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ➑ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓      ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓       ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 11 - Computer Soln ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 12 - Getu Official ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 13 - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 14 - Kutannoo 1 2 3 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 15. Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 16. Faaruu Ganamaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 17. Dhimma Fayyaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 18. Research Paper ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 19. Walaloo Faaruu ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 20. Dirree Yaadaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 21 Walaloo Asoosama ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 22. Gabaa Channel ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 23. Waliin Waliif ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 24. Baruumsa Amantii ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ 25. Contact Me ┗━━━━━━━━━━━━━┛      HOPE PROMOTION     Advertising Telegram       Channels/Groups        @Hope_Promo         @Getpostbot ©️ «@BittaafiGurgurtaaChannel»
Show all...
🅰️ Join All Channel 🅰️
Repost from ALEM OFFICIAL
🎯 Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ➊ - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➋ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➌ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➍ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➎ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➏ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➐ - Kutannoo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➑ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   11 - Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 12 - Waliin Waliif » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ HOPE PROMOTION   Advertising Telegram       Channels/Groups         @Hope_Promo          @Getpostbot @BittaafiGurgurtaaChannel
Show all...
Motivational Tips
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela Marriage
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Students Result
Kutannoo
Spiritual PDF
Grace Media 24
Getu Official
Research Paper
Arara Tv
Baruumsa Amantii
Dirree Yaadaa
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Best Films
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info