Baruumsa Amantii
Show more
1 020Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2230 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Repost fromย Sagalee Fayyinaa(MARPE)
Barumsa Gabaaba Obboleessa keenya Sisay Azuza irra afaan Amariffaatiin video Isaa ilaala dhaggeeffadhaa!
Ergaa Guddaa๐
๐๐๐
Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa*! Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa*!
โค 3๐ 1
13600
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!
1.Karoora kee.
2.Dadhabina kee.
3.Kufaatii kee.
4.Iccitii kee.
5.Sochii kee kan fuul-duraa.
6.Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
ย ย ย ย ย ย JAHAN KANA IMMOO HUBADHU!ย ย
1.Yaadi malee hin dhiphatin!
2.Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
3.Dandeettii keetti fayyadami!
4.Dogoggora kee irraa baradhu!
5.Ofitti amani!
6.Dandeettii kee beeki!
๐๐๐๐๐๐๐
๐ 4
23000
โBirmadummaatti akka nuyi jiraannuuf Kristos birmaduu nu baase; kanaaf itti jabaadhaa dhaabadhaa! Deebitaniis waanjoo garbummaa jalatti hin qabaminaa!โ
โ Gal. 5:1
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ_๐ฐ๐ฝ๐ณ_๐น๐พ๐ธ๐ฝ_๐๐
๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ_๐ฐ๐ฝ๐ณ_๐น๐พ๐ธ๐ฝ_๐๐
๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ_๐ฐ๐ฝ๐ณ_๐น๐พ๐ธ๐ฝ_๐๐
26800
๐Bagaa waaqayyoo ittiin sii ga,een jedha.
Kitaaba bayyee dinqiisisadha
Bitachuun fayadaama...
๐ 1
26300
#itti_yaduu fi #Hojjechuu!
Duursa hanga naatti dhagahaamee fi hanga keessikoo na ajajee dubbaadha!
Yoo yadni kiyya fuudhaatama qabate
#Share_like_comment_goodha!ย
#itti_yaduu
Yeroo tokkoo tokkoo namni baay'ee goodhe itti yaada.
Namni tokkoo tokkoo immoo xiqqoo yaada.
Namni tokkoo tokkoo immoo yeroo itti yaaduyuu hin qabu ta'a.
Garuu wanta kan biras ta'e kam.namni yaada garagaraa qaba!
Akkaata itti yaadus kallaatti adda adda ta'en yaada.
~Namniย baay'ee yaadu. akka yaadu sanatti argachuu dhabuu dandaa'a .
~Namni xiqqoo yaadu garu baay'ees argachu dandaa'a osoo hin beekin jechudha.
~Namni itti yaduuf yeroo dhabee carra argachuu isa xiqoodha. Argaachus dandaa'a!
Yeroo hundaa yoo yaadnee argachuu dandeenya. Yaadu qofas mitti.
Osoo yaadins argachuu dandeenya.
#Garuu inni guuddan erga argataniidha.
Yoo argatte inni ati argatteyuu sii jala badu,manca'uu,gubbachuu,saamamuu,fi kkf itti dhufu danda'aa.
Maaliif yoo jette?
Osoo itti hin yaadin waan argattef osoo itti hin yaadins dhabda !
Yoo itti yaade kaaroorsitee, hojjette argatte garuu inni kanumaa keetti!
Hin badus hin saamamtuus ....Yoo dhugumman kaankee ta'e!
Kanaafuu yaadu fi hojjechuun waan hundarra filaatamadha! Maliif yoo jette?
Osoo hin yaadin hin hojjetuu
Yaadu qofanis hin argattuu!
Yoo yaade waaqayyoo wal siif qixxeessa!
Yoo hojjette waaqayyoo si milkeessa !
#Thinking_and_doing !
GALATOOMA!
Yoo Dhuguman dubbiste tatee
#Share_like_comment
Byย Abii
26600
Repost fromย แณแญแฆแญแถแฒแต ( DCM )Surafel Amaha
แจแณแซแฝแแ แซแ
แ แฐแแแณแแฑ!
แ แแต แแฝแต แแญ แ แฃแต แแแ แแฐ แฒแแ แคแต แแแตแฐแ แแช แแแแต แแญ แแชแ แแตแฅ แฅแจแ แ แแ แแแกแก แแ
แจแคแต แฅแแฐแแฃ แ แฃแ แตแแจแแแ แต แตแแฉแ แ แแฅแถ แ แฃแฑ แแญ แฐแแแกแก
โข แแ
แก- โแ แฃแฌ แฅแแดแต แแแฃ? แจแแ แตแแแ แ แญแณแญแโแกแก
โข แ แฃแตแก- โแแ แซแ
แ แญแณแญแแ?โ
โข แแ
แก- โแ แแตแต แฅแญแแ แซแ
แ แฅแป แแ แจแแณแจแโ
โข แ แฃแตแก- โแ แแตแต แฅแญแแ แฐแซแแตโ
โข แแ
แก- โแฅแบโ (แ แแตแต แฅแญแแ แฐแซแแฐ)
โข แ แฃแตแก- โแ แแแต แแ แซแ
แ แญแณแญแแ?โ
โข แแ
แก- โแ แแแ แแ แ แแตแต แฅแญแแ แซแ
แ แญแแต แญแณแจแแโ
โข แ แฃแตแก- โแ แแตแ
แจแแณแญแ
แ แ แแตแต แ แแตแต แฅแญแแ แฅแซแแญ แจแแฃแ
แฅแ แ แตแฐแญแณแแ
แ แจแณแจแ
แ แซแ
แ แฐแแแณแแตโ
แแ
แฅแแ แณแญแแญ แ แฃแฑ แแญ แฐแจแฐแกแก
แแแ แแแญ แฅแ แตแจแต แฅแตแชแณแซแฝแ แ แตแ แฅแแกแก แ แแณแซแฝแ แแ แ แฐแซแแฑแกแก แจแแณแซแฝแแ แซแ
แ แตแตแซแแฑแฃ แจแแซแแณแฝแ แ แแต แซแแณแซแฝแแ แแจแต แตแแแซแแฝแแกแก
แแแแ แแแญ แฅแตแจแแณแแ แ แตแ แฅแแกแก แ แแณแแแต แแญ แตแซแ แแแฉแกแก แ แแณแแแต แฅแแแต แแ แ แตแซแ แตแตแแแฉแฃ แซแแ แจแแแแซแฝแ แ แแต แซแแแ แซแฝแ แแแตแ แฅแแแต แแฐ แฅแแแฐ แญแแฃแแกแก
แแแ แฐแ แฅแตแชแแ แแฝแ แ แตแ แฅแแกแก แจแแแ แแฝแ แแญ แ แแฐแฎแญ แฐแฐแแฉแกแก แ แแแ แแฝแ แแญ แตแณแฐแฉแฉแ แฐแตแฐแ แตแตแแแฃ แแตแ แจแแญแแ แแฝแ แแ แฅแแแฐแ แจแแแ แ แแช แแญแซ แ แญแแซแธแแแกแก
แจแ แจแแฝแแต แแแญ แแ แ แแ แฅแตแชแฐแฃแฝแ แ แตแ แฅแแกแก แจแฐแฐแฃแฝแแ แฐแแ แแ แ แแซ แ แแแแญ แจแแตแฝแแตแ แ แตแญแแกแก แ แฐแฐแฃแฝแ แ แฅแแฑ แจแแณแฐแญแแต แฅแจแตแ แจแแณแจแแแแต แแแญ แจแแจแ แฅแแฒแแแ
แแฝแ แแแแต แแญแแฑ แ แญแแญแแกแก
แ แตแแแก! แจแณแซแฝแแ แซแ
แ แฐแแแณแแฑ!
https://t.me/Dreyob
๐๐๐join๐๐๐
https://t.me/Diorthosis
https://t.me/Diorthosis
https://t.me/Diorthosis
Dr. Eyob Mamo
Life skill development! You can contact me @DrEyobmamo
๐ 4
30920
Repost fromย Getu Official
ABDII โข 2Qor. 4:18 โข Isa. 64:4 โข
โNuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla amalee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti.โ
โ 2Qor. 4:18
โข Abdiin nama hin yeellaasisu
โข Abdiin kan bara baraati!
โข Abdiin wanta ijaan argamu miti!
โข Abdiin amantii irra dhaabata!
โCaaffata qulqullaa'oo keessatti, "Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye" in jedha.โ
โ 1Qor. 2:9
Join: @Getu_Official
๐ 2
33740
Repost fromย Getu Official
Ergaa Macaafa Qulqulluu
2Qorontos. 5:17-21
ยนโท Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera.
ยนโธ Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'e; inni hojii araarsuu isaa kanas namootatti akka dabarsinuuf nuuf kenne.
ยนโน Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne.
ยฒโฐ Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna,
ยฒยน Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbamaal isa godheera.
@Getu_Official
@Getu_Official
๐ 2
29230