Sagalee Fayyinaa(MARPE)
▶️Kaayyoon Chaanaalii Keenyaa 👉Karaa Sagalee waaqayyoo 👉Karaa Faarsaa 👉Karaa Walaloo 👉Karaa fakkeenyota gara garaa sagalee kristoostti wal jabeessudha. ▶️Kanaaf Chaanaalii keenya https://t.me/Sagaleefayyinaa share nuuf godhaa! ▶️Yaadaaf 👉@Marpeeee_bo
Show more6 497
Subscribers
-524 hours
-187 days
+530 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
“Isaan sagalee guddaadhaan, "Hoolichi inni qalame aangoo, badhaadhummaa, ogummaa, humna, ulfina, guddina, hooqubaa fudhachuuf kan malee dha" jedhan.”
— Mul. 5:12
❤ 9
“Dubbii midhaan hin qabne isa wanta qulqullaa'aadhaan mormu irraa fagaadhu! Inni ittuma caalchisee nama Waaqayyoo ta'uu irraa nama fageessa.”
— 2Xim. 2:16
👍 3
Gaaffii 1 isin Gaafadhuu???
👉Guyyaa kaleessaa barattuu daree koo yuunivarsiitii waggaa 5ffaa wajjin barannun gaaffii tokko gaafadhe.
Innis akkas jedha ture, Guyyaa dhumaatiif macaafa qulqulluu yoom dubbiste? Jedheen gaafadheen. Isheenis akkas naan jette, yeroon kutaa 11 baradhu Abbaan koo naaf dubbisa ture.Ergasii dubbisee hin beeku naan jette.Waggaa 6 guutuu jechuudha.
Baay'eedhuma na gaddisiise😭
Isinoo???....Guyyaa dhumaatiif sagalee waaqayyoo yoom dubbiftanii???
Deebii isaa isiniifan dhiisa🙏
👍 7
Phaawuloos dubbii isaa dheeressuu isaa irraa kan ka'e,dargaggeessi hirriba keessa utuu jiruu hulaa mana gubbaa isa sadaffaa irraa lafa dha'ee du'e eenyuu???Anonymous voting
- Oyxikoos
- Niqoriyoon
- Ximoonaan
- Tiitoo
❤ 5
(Macaafa Isaayaas Raajichaa 49 )
------------
3 Inni, "Yaa Israa'el, ati garbicha koo ti, ani siin ulfina nan argadha" anaan jedhe;
4 ani illee, "Akkasumaanan itti dadhabe, humna koos wanta waa'ee hin baafnetti nan baase" jedheen ture; dhugaa koo garuu Waaqayyo kootu anaaf baasa, gatii koos isatu anaaf kenna.
👍 2
🙏🙏🙏
* ተውት
* እሱንም
* የላኩትንም
* ይቅር ብያቸዋለው
* እኔ ደህና ነኝ
* እባካችሁ አትሰሩት
* እባካችሁ ፍቱት
ይህ የተናገሩት በትውልዳቸው ኢራቂ የሆኑት ነገር ግን በአውስትራልያ ሲድኒ ከተማ ውስጥ የሚኖሩት አውስትራሊያ ዜግነት ያላቸው Bishop Mar Mari Emmanuel ናቸው::
እኚህ በዓለም ላይ በብዙ ሚሊዮን ህዝቦች የሚወደዱት Bishop Mar Mari Emmanuel
በቤተክርስቲያኑ ውስጥ ትምህርት እያስተማሩ ሳሉ ነበር አንድ ወጣት መጥቶ በ ጩ ቤ የወጋቸውና ጥቃት ያደረሰባቸው::
እሳቸው ግን
ለበቀል ና ለመልሶ ማጥቃት አልተቃጡም
እንዲያውም ከሆስፒታል አልጋቸው ላይ ሆነው ለReuters ዜና ወኪል
* ተውት
* እኔ እሱንም
* እሱን የላኩትንም
ይቅር ብያቸዋለው
እባካችሁ አታንገላቱት
እባካችሁ ፍቱት ብለዋል
ስንቶቻችን ነን ሰዎች ጎደተውን እንዲህ
ለይቅርታ ልባችን ክፍት የሆነው ?
Get well soon
Bishop Mar Mari Emmanuel
🙏🙏🙏
🌴🌴🌴
👍 2
Islaamni jaarraa 7ffaa keessa dhufe waan jaarraa 1ffaa keessatti warri taatee sana irra ture dhugaa ba'anii barreessanii, barsiisan soba yoo jedhu, Islaamni soba ta'uusaa ofiisaa mirkaneessee jira.
Ragaaleen Islaamni waa'ee Yesus irratti qabu soba ta'uu hubachuuf Maariyaam haati Yesus obboleettii Aaroon jedhamtee ibsamte Quraana Surah Maryam 19:28 irratti. Kun soba guddaa dha. Aaroonii fi Maariyaam gidduu yoo xiqqaate garaagarummaa waggoota 1300tu jira. Yeroo ammaatti soba kana dhoksuuf Aaroon kan biraa obboleessa Maariyamtu ture jedhanii gowwomsuu yaalu. Ragaan akkas jedhu seenaa Israa'elotaa keessas, macaafa qulqulluu keessas hin jiru.
Kan biraa Yesus ilma Waaqayyoo miti, fayyisaa biyya lafaa miti, cubbuu namootaaf du'ee hin kaane,
Amantaan isaa Islaama jedhee barsiisa Islaamni. Kana qofa miti, soba hedduu dha.
Kanaafuu Islaama irraa ragaa Waa'ee Yesus fudhachuun of gowwomsuu dha. Yesus Islaamni jedhu raajii sobaa Mul'ataa fi macaafa Daani'el keessatti ibsame sanaa dha.
Waan ofiisaa soba ta'uu of mirkaneesse jannata nagalcha jedhanii hordofuun maal jedhamee akka waamamu hin beeku.
Abbaan sobaa seexana. Warri soban caasaa seexanaati.
Gowwomsaa Islaamaa irraa of eegaa!
Via Facebook Page👉Megersa_Boshe
👍 2❤ 2
👉Shamarreen Bareedduun bifa nama hawwatu qabdu tokko Matammaa Gaandii argitee, "Gaandi sin jaalladha"jetteen.
Matammaa Gaandiinis, Ani umuriin deemeera, bareedina nama hawwatu hin qabu. Dargaggeessi dudduuba Kee jiru kun bareedinaan na caala, umuriinis narra dargaggeessa,qabeenya na caalaa qaba isatti osoo heerumtee siif wayya' jedhaan.
Isheenis ofirra garagaltee dudduuba ishee ilaalte. Namni ishee duuba hin jiru.
Gaandii,namni ati jechaa jirtu natti hin mul'anne meerre jetteen.Matammaa Gaandiinis itti seeqee😁 "Osoo dhuguma na jaallatta ta'ee dudduuba Kee hin ilaaltu turte" jedheen!
👉Hanbifattees ana hin jaallannee jedhe Yaadasaa Shirrii yeroo faarfatu.......Waaqayyo isa hanbifatee nun jaalanneef galanni ha ta'u🙏
❤ 7