cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

ALEM OFFICIAL

๐€๐’๐ˆ๐ ๐‰๐ˆ๐‘๐‘๐€๐Ÿ’Œ โ™ฆ ๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ; ๐Ÿ๐š๐ซ๐Ÿ๐š๐ง๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ง ๐ง๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ŸŽธ๐ŸŽน๐ŸŽป โ™ฆ ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐Ÿโค ๐™’๐™–๐™ก๐™–๐™ก๐™ค ๐™…๐™–๐™ก๐™–๐™ก๐™– ๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’‚ ! ๐˜ฝ๐™–๐™ง๐™š๐™™๐™–๐™– ๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฉ๐™ช๐™ช , ๐˜๐š๐๐๐š๐š ๐ฌ๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ญ๐จ๐ฅ๐ข๐œ๐ก๐ฎ ๐ง๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ฎ

Show more
Finland1 592The language is not specifiedMusic17 674
Advertising posts
3 260Subscribers
-324 hours
-277 days
-6630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

๐ƒ๐‡๐”๐…๐”๐” ๐Œ๐Ž๐Ž ? Moo sammuukootti Bocee si daawwadhu? Korojoo onneekoo Keessatti si baadhuu? Hin dhufiin naan jedhi! Yoon hafe naaf caala Isan yaadaan argu Fakkiikeen ilaala!         ๐˜๐Ž๐Ž๐ ๐ƒ๐‡๐”๐…๐„๐„๐Ÿค” Bocakee uumamaa, Mudaa xiqqoo argee, Sittan jijjiirama Akka fakkii eegee. Kanaaf dhiisi hin dhufu ๐Ÿ˜Š Fakkiikeen jaalladha. Isan yaadaan quufu, Boceen si kuulladha. @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
โค 1๐Ÿ”ฅ 1
Waan jalala irraa Yoo nan odessee Waan kessa koo Jiruu yo gadi base ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ ๐จ๐๐ก๐ž๐ž ๐˜๐จ๐ง๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐–๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐ญ ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐ž๐ž ๐˜๐จ๐ง๐š๐ง๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐‰๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐๐ก๐š ๐‡๐ข๐ง ๐Ÿ๐ข๐ฑ๐ฎ๐ฎ ๐ญ๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž๐ž @Alem_Official1
Show all...
๐Ÿ˜ฑ 2โค 1๐Ÿ”ฅ 1
โœ ๐๐€๐‘๐€ ๐๐€๐‘๐€๐€๐… ๐‰๐ˆ๐‘๐€๐€๐‚๐‡๐”๐” ๐Š๐€๐ ๐ƒ๐€๐๐ƒ๐„๐„๐’๐’๐” ๐€๐Š๐Š๐€๐Œ๐ˆ๐“๐“ ?๐Ÿ‘‡                           ๐™บ๐š„๐šƒ๐™ฐ๐™ฐ 1๐’‡๐’‡๐’‚๐’‚๐’‚๐’‚....... Deebii Kitaaba Qulqulluu"  Kitaabni Qulqulluun: โ€œNamni fedhii Waaqayyoo raawwatu . . . bara baraaf ni jiraataโ€ jechuudhaan abdii kenna. (1๐˜๐จ๐ก๐š๐š๐ง๐ข๐ฌ 2:17 Maarree Waaqayyo maal akka gootu si irraa eega?  Waaสผee Waaqayyoo fi Ilma isaa Yesuus baradhu.  Yesuus kadhannaa Waaqayyoof dhiheesse irratti: โ€œJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabuโ€ jechuudhaan dubbateera. (๐˜๐จ๐ก๐š๐ง๐ง๐ข๐ฌ 17:3 Waaqayyoo fi Yesuusiin โ€˜beekuunโ€™ maal dabalata? Kitaaba Qulqulluu qoสผachuu fi ergaa isaa jireenya keenya keessatti hojii irra oolchuudhaan isaan beekuu ni dandeenya. ๐š Kitaabni Qulqulluun waaสผee ilaalcha Yihowaa isa Uumaa keenya taสผee fi jireenya namaaf kennuu nu barsiisa. ( ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ž๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐จ๐ญ๐š 17;24_25Kana malees, Kitaabni Qulqulluun waaสผee Ilma isaa Yesuus isa โ€œdubbii jireenya bara baraaโ€ barsiisee ni dubbata.โ€” ๐˜๐จ๐ก๐š๐š๐ง๐ข๐ฌ 6;67_69  Aarsaa furii Yesuus irratti amantii qabaadhu. Yesuus gara lafaa kan dhufe โ€˜warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuufi dha.โ€™ ๐Œ๐š๐š๐ญ๐ž๐ฐ๐จ๐ฌ 20;28 Aarsaan Furii Yesuus namoonni bara baraaf lafa Jannata taatu irra akka jiraataniif karaa baneera. ๐ ๐…๐š๐š๐ซ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐š 37:29 Yesuus, โ€œIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateeraโ€ jechuudhaan dubbateera. (๐˜๐จ๐ก๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐ฌ 3:16 Akkasumaan Yesuusitti amanuu caalaa wanti barbaachisu akka jiru hubadhu. Barumsa Yesuus barsiisee fi fedha Abbaa isaa wajjin haala wal simuun jiraachuuf filachuudhaan โ€˜isatti akka amannuโ€™ argisiisuu qabna.โ€”.๐Œ๐š๐š๐ญ๐ž๐ฐ๐จ๐ฌ 7:21/๐˜๐š๐š๐ช๐จ๐จ๐› 2;17..... ๐€๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐Š๐ฎ๐ญ๐š๐š๐š 2๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ ๐Ÿ๐ฎ๐Ÿ๐š๐š...... @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
โค 5๐Ÿ‘ 1
Repost fromย Walaloon Jaalala
๐ŸŽคSumaafan๐ŸŽง ____ Barii suphii ka'ee Si argachuuf jedhe Bakka meeqa bu'ee Lafa meeqa lixee ____ Karaa keessan gubba Torba deddebi'ee Osoo sumaaf jooru Milli na miliqee ____ Looko gurra looti Giiftii worri mootii Jaalalli ke dhugaa Gowwa nama gooti ____ Qashtii ija kuula Yaada keef jedheen Hirriba male bula Yeroo hundumaayyuu Suma suma sumaaaaa _ By...Sagni_Royal Walaloo erguuf ๐Ÿ‘‰ @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
Show all...
โค 2
๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ž๐๐ก๐š๐š ๐ช๐š๐›๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐š๐š ๐๐ก๐š๐ ๐ž๐Ÿ๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ ! ๐–๐š๐š๐ง ๐ง๐š ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐ž๐Ÿ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐Ÿ ๐ฌ๐ก๐š๐ซ๐ž ๐ ๐จ๐๐ก๐ž๐ž! โค๐Ÿ’ช๐Ÿ‘ˆ
Show all...
โค 2
โค 2
Guyyaa hara'a guyyaa kiyyaa! Guyya hara'a guyya gammachuu kiyyaa!, kanafi hara'aa bayyeee gammade jiraa!โœ๏ธ Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!โ€๐Ÿ™    Filp 4:4 Galatoomaa, har'a guyyaa baayyee namatti tola! "Jijjiiramni hundi guddina miti, garuu guddinni hundi jijjiirama."๐Ÿ’ช ๐‡๐ฎ๐ง๐๐ข๐ข ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ง๐ฎ ๐ค๐ž๐ง๐š๐ฆ๐ž ๐ค๐š๐ง๐ข๐ญ ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐๐š ๐ก๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ง๐ฎ๐ฎ! ๐Ÿ™โค๏ธ๐Ÿ˜„ @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
โค 3
Eeyyen sin jaaladha. Jechi sin jaaladha jedhu jaalala koo naaf hin ibsu. Ati wanta adda ta'e kamirraayyuu adda kan taate ilillii jannataati. Yeroo kee egdee osoo hin nuffamin kan dhabamtu ati simbirroo masqalaati. Talilli tokkollee amma kee qulqulluu miti. Urgaan foolii keetii dibata kamiinuu dorgommii keessa hin galu. Hidhiin kee nadhii damma daamuu caala mi'aawa. Maal jedhee si ibsu. Aduu caala harka torba ifta... Ati hundaanuu adda. Sin Jaaladha @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
๐Ÿ‘ 1โค 1
๐€๐๐€๐€๐… ๐“๐€'๐ˆ ๐๐€๐†๐€๐€โฃ๏ธ Jiruukoo godhadheen Sagaleekee yaada Tuuta namaa keessan Fuulakee barbaada . Ijikoo si arguuf Baayistees dheebottu Sagaleekees yaaddee Onneenkoos beeloftu Fageenyati haa hammaatu Taatus halaalarraa Guyyaa waaqni jedhe Ijaan wal agarraa . Atoo dhi'oon jirtu Akkan sin arginee Dhuftees nan agartu Akkan hin gaddinee Osoon si jaaladhuu Qaamaan ta'us fagoo Yaddoon natti cimee Naatti ta'us madoo . Yoomuu sin dagadhu Yaannikoo si biraa Hardhaaf yoo obsine Boruuf guyyaan jiraa Bakkuma jirtutti Anaaf ta'i nagaa Nagaa ta'uu keetti Anis nan gammadaa   @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
โค 5๐Ÿ”ฅ 1
๐†๐ข๐Ÿ๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ง๐š๐ ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข ......โฃ Madda madaa koo Erga naaf hin arginee Gaafa gadda kootii Erga naaf hin gaddinee Erga garaan kee Jibbaa koo daraaree Erga harki kee Daba naaf hammaaree Barri qataa..... Natu hin beekin malee Onneen tola caamee Erga bitaa galee Guyyaa gadda kootii Erga naaf sirbitee Guyyaa sadoo kootii Erga naaf jibbitee ๐€๐๐ˆ๐’...... Onnee koo dararee Maafan baasa aarsaa Otoo na jibbituu An maafan si faarsa ? Erga na ilaaltee Akka alagaatti Anillee deemeera Giiftii koo nagaatti.. @Alem_Official1 @Alem_Official1
Show all...
โค 2๐Ÿ”ฅ 1