cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gumii Agaappee❤️

Show more
Finland2 923The language is not specifiedReligion & Spirituality70 661
Advertising posts
992
Subscribers
No data24 hours
-137 days
-2530 days
Posts Archive
Repost from ALEM OFFICIAL
🎯 Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!                  ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ➊ - Motivational Tips ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➋ - Gaggeessummaa ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➌ - Gaa'ela | Marriage ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➍ - Nan Baradha ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➎ - Student Library ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➏ - Reading PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➐ - Kutannoo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➑ - Spiritual PDF ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   ➒ - Grace Media 24 ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓  ➓ - Hope Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   11 - Best Films ┗━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   « 12 - Waliin Waliif » ┗━━━━━━━━━━━━━┛ HOPE PROMOTION   Advertising Telegram       Channels/Groups         @Hope_Promo          @Getpostbot @BittaafiGurgurtaaChannel
Show all...
Motivational Tips
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela Marriage
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Students Result
Kutannoo
Spiritual PDF
Grace Media 24
Getu Official
Research Paper
Arara Tv
Baruumsa Amantii
Dirree Yaadaa
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Best Films
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info
𝔹𝕒𝕣𝕦𝕦𝕞𝕤𝕒 𝕨𝕒𝕒'𝕖𝕖 𝕔𝕦𝕦𝕡𝕙𝕒𝕒 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 - 2𝕗𝕗𝕒𝕒 8 Kristosi wajjin yoo duune garuu, Kristosii wajjin immoo akka jiraannu in amanna*. 9 Kristos warra du'an keessaa erga kaafamee, deebi'ee akka hin duune, duunis si'achi isa irratti gooftummaa akka hin qabne beekna*. 10 Du'a al tokko, waa'ee cubbuutiif du'e; jireenya isaa ammaa immoo Waaqayyoof in jiraata*. 11 Isinis immoo akkasuma akka warra cubbuu jalaa du'anii, karaa Kristos Yesus Waaqayyoof jiraataniitti of lakkaa'aa"*! Mar. 10:38 Yesus garuu, “Waan kadhattan hin beektan! Xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jedhu keessaa dhuguu in dandeessuu? Cuuphaa ani ittiin cuuphamuuf jedhus cuuphamuu in dandeessuu?” isaaniin jedhe*. 39 Isaan immoo, “In dandeenya” jedhaniin. Yesus garuu, “Xoofoo ani keessaa dhuguuf jedhu keessaa dhuguuf jirtu, cuuphaa ani ittiin cuuphamus cuuphamuuf jirtu*. Yesus cuuphaa cuuphameen gara boolla du'attii awwaalaamee. Mat. 27:57-61 "Yommuu galgalaa'e sooressi mandara Armaatiyaa, Yoseef jedhamu tokko dhufe; namichi kun ofuma isaatii bartuu Yesus ta'eera. 58 Inni Philaaxos bira dhaqee, reeffa Yesus kadhate; kana irratti Philaaxos akka kennamuuf in abboome*. 59 Yommus Yoseef reefficha fuudhee, wayyaa haarrii quncee talbaa irraa dha'ameen kafanee, 60 awwaala isa reefuu ofii isaatiif garaa dhagaa keessatti tolfate keessa kaa'e; dhagaa guddaas gara balbala awwaalichaatti gangalchee, adeeme*. 61 Maariyaam isheen Magdalaa, Maariyaam........ 𝕀𝕥𝕥𝕚 𝕗𝕦𝕗𝕒... 𝕜𝕦𝕥𝕒𝕒-3𝕗𝕗𝕒𝕒 𝕚𝕣𝕣𝕒𝕥𝕥𝕚 𝕟𝕦 𝕖𝕖𝕘𝕒𝕒! 𝕁𝕠𝕚𝕟&𝕤𝕙𝕒𝕣𝕖
Show all...
5👍 3🙏 2
𝕊𝕚𝕚𝕗𝕠𝕠! Siifoo rakkoon waan si irra darbu sitti hin fakkaatu har'a gaafa rakkattu, Eeyyee waan darbu hin fakkaatu! Siifoo har'a ifti guddaan waan jiruuf waan deebi'ee dhihu sitti hin fakkaatu, eeyyee waan dhi'u sitti hin fakkaatu! Siifoo guyyaa hundumaa cimaa ofitti fakkaattee waan ofiin of eegde sitti fakkaatee Waaqayyo akka jiruyyuu wallaalte, eeyyee Waaqayyo akka jiruyyuu wallaalte! Siifoo har'a ol jennaan boru waan gadi jettu sitti hin fakkaanne, eeyyee waan gadi jettu sitti hin fakkaanne! Siifoo sammuun kee waan gaarummaa godheef osoo hin taane gargaarsi Waaqayyoo waan si irra jiruuf har'a geesse, eeyyee gargaarsi Waaqayyoo waan si irra jiruuf har'a geesse! Siifoo mataa qabdaaf malee maqaa qabdaaf lafarra hin deemtu, eeyyee maqaa qabdaaf lafarra hin deemtu! #Hubadhu: Har'i boru miti ni jijjiirama! Haala hundumaa keessatti abdii fi jabinaan akkasumas MOO'ICHAA Waaqayyo kenneen jiraachuu baradhu!
Show all...
👍 1 1
𝔹𝕒𝕣𝕦𝕦𝕞𝕤𝕒 𝕨𝕒𝕒'𝕖𝕖 𝕔𝕦𝕦𝕡𝕙𝕒𝕒 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒-1𝕗𝕗𝕒𝕒 CUUPHAA QULQULLUU Cuuphaan gosa sadiitu jira 1. Cuuphaa bishaanii 2. Cuuphaa hafuuraa 3. Cuuphaa Ibiddaa/dhiigaa/ Cuuphaa Bishaan: Cuuphaan bishaanii amantootaaf maali? Cuuphaan bishaanii amantootaaf seera Waaqayyo dhaabe raawwachuudha. Cuuphaa jechuun guutumaan guutuutti keessa lixuu/keessa dhokachuu jechuudha Marqos. 10:38 “Yesus garuu, "Waan kadhattan hin beektan! Xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jedhu keessaa dhuguu in dandeessuu? Cuuphaa ani ittiin cuuphamuuf jedhus cuuphamuu in dandeessuu?" isaaniin jedhe.” Inni cuuphaa gara fuuldura isaa jiru ilaalee dubbate. Haa ta'u malee cuuphaan bishaanii, hafuura qulqulluun kan wal make jechuudha. Innis maqaa Abbaa, ilmaa, hafuura qulqulluun jechuun Yesus (dhiigaa), bishaan, hafuura jechuudha. Cuuphaa bishaanii jechuun maal jechuudha? Cuuphaa bishaanii jechuun du'anii awwaalamuun Kiristoositti dabalamuu ibsa. Kana jechuun bishaan keessatti awwaalamuu ibsa. Rom. 6:4-9 "Nuyi deebinee garba cubbuu akka hin taanetti, dhagni inni cubbuu hojjetu akka badduu baafamuuf, namummaan keenya inni moofaan isaa wajjin akka fannifame in beekna"*. 7. Namni yommuu du'u humna cubbuu jalaa in ba'a. 𝕀𝕥𝕥𝕚 𝕗𝕦𝕗𝕒𝕒.......𝕜𝕦𝕥𝕒𝕒-2𝕗𝕗𝕒𝕒 𝕚𝕣𝕣𝕒𝕥𝕥𝕚 𝕟𝕦 𝕖𝕖𝕘𝕒𝕒! 𝕁𝕠𝕚𝕟&𝕤𝕙𝕒𝕣𝕖
Show all...
1
🌿 #BEEKSISA Advertisements *(ማስታወቂያ ) Channel Telegram namoota bitachuu barbaadaniif 🌟 Baay'ina Hordoftootaa 5,000 🌟 Hojii Channelichaan hojjetamaa ture - Faarfannaa waliif qooduu 🌟 Gatii waliigalteedhaan Bitachuu namni barbaadu amma dursee @Getu_Abera na dubbisuu danda'a! -------------------------------- ©️ «Bittaaf Gurgurtaa Channel -------------------------------- የቴሌግራም ቻናል መግዛት ለምፈልግ 🌿 የ member ብዛት 5,000 🌿 ስሰራ የነበረው= mezmur share ማድረግ 🌿 ዋጋ በስምምነት መግዛት የምፈልግ በ @Getu_Abera ማናገር ይችላል 🖐 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ @BuyAndSoldChannel @BuyAndSoldChannel
Show all...
Repost from Wisdom From Above
Show all...
Reading PDF
I Have Dream
Qaroo Dhalootaa
Faaruu Elroi
Seenaa Jaalala
Waan Gaggaarii
Ifa Dhalootaa
❌ 666 🚫
Dirree Aartii
Hiika Yaadaa
Abbaa Biyyaa
Addunyaa Ajaa'ibaa
Dhangaa
Leadership
Gaa'ela
Hamiileessaa
YAADANNOO
UNION OF VISIONERY
Kiristaanummaa
Ilaalcha Gaarii
Ilmaan Ifaa
Falmataa Tasgaraa
Caaffata Qulqullaa'aa
Jechoota Onnechiiftuu
Jireenya Kaayyoo
Dhagaa Jiraataa
Afaan Oromoo Bible
Adoonay Keenya
Nuyi Kristos Isa Fannifame Lallabna
School Tech
BAB Graphics
Oro News App
ATIS Nama
Gorsa Jireenyaa
Alfaa Oomegaa
Oromo protests
Love
📲 Bilbila
Imimmaan Haqaa
DIRREE BARNOOTAA
Jireenya Boruuf
Much Grace
Jireenya Kaayyoo
Wangeelaaf
Dhangaa Oromummaa
👇👇 Groups 👇👇
Daandii Guddinaa
📞 HOPE PROMOTION 📞
✍ Contact Us ✍
Repost from Wisdom From Above
Show all...
Reading PDF
I Have Dream
Qaroo Dhalootaa
Faaruu Elroi
Seenaa Jaalala
Waan Gaggaarii
Ifa Dhalootaa
Ortodoksii Tawaahidoo
❌ 666 🚫
Dirree Aartii
Hiika Yaadaa
Abbaa Biyyaa
Addunyaa Ajaa'ibaa
Dhangaa
Leadership
Gaa'ela
Hamiileessaa
DIRREE YAADAA
UNION OF VISIONERY
Kiristaanummaa
Ilaalcha Gaarii
Ilmaan Ifaa
Falmataa Tasgaraa
Caaffata Qulqullaa'aa
Jechoota Onnechiiftuu
Jireenya Kaayyoo
Dhagaa Jiraataa
Afaan Oromoo Bible
Adoonay Keenya
Nuyi Kristos Isa Fannifame Lallabna
School Tech
BAB Graphics
Oro News App
ATIS Nama
Gorsa Jireenyaa
Alfaa Oomegaa
Oromo protests
Love
📲 Bilbila Koon
Imimmaan Haqaa
💻 ICT 📲
Jireenya Boruuf
Much Grace
Jireenya Kaayyoo
Wangeelaaf
Dhangaa Oromummaa
👇👇 Groups 👇👇
Daandii Guddinaa
📞 HOPE PROMOTION 📞
✍ Contact Us ✍
♥ ቃል ስጋ ሆነ♥    በመጀመርያ ቃል ነበረ ዓለም ሳይፈጠር የኖረ የከበረ ቃል በእግዚአብሔር ዘንድ ነበረ ከአብ ዘንድ ወጥቶ ሁሉን የፈጠረ ቃልም ነበረ ራሱ እግዚአብሔር ህያዋን ነፍስ ሳይዘሩ ምንም ሳይፈጠር ከዘላለም የተሾመ ከምድር ስሪት አስቀድሞ ጅማሬ እና ፍፃሜ የሌለው የኖረ ከሁሉ ቀድሞ ቀላያት ገና ሳይኖሩ ምንጬችም ገና ሳይፈልቁ ከኮረብቶች በፊት የተወለደ ተራሮችም ሳይሰነጠቁ ምድሪቱ ሜዳው ሳርና ቅጠሉ ሁሉ ሳይፈጠር ቅንጣት ጠብ ሳይል ሳይታይ የዓለማችን አፈር ሰማያት ሲዘረጉ አብሮ የከወነ አብሮ ያደረገ ደመናትን አዘጋጅቶ ለመላለሙ ስርዓት የደነገገ ውኃ በትዕዛዝ ሲገደብ ሲወሰን ለባህር ዳርቻ የምድር መሰረት ሲፀና የነበረ ለአባቱ የብቻ በፊቱ ደስ ሊያሰኘው እርሱ ሊደስት በፊቱ ከዘላለምም ልጁ ነው ከዝንተ ዓለም ከጥንቱ ደስታው በምድሩ ተድላው በሰው ልጅ ታውቁት ወይ ኖሯል የእግዚአብሔርን ልጅ በዘላለም ፅኑ ዙፋኑ መንግስቱ በትረ ቅንነት ፅድቅ ወዶ ዓመፃን ንቆ የፈሰሰበት የደስታ ዘይት ንፅረተ ዓለምን ሰማያቶችን የሰራ በእጁ ያው ሆኖ የሚኖር እነርሱ እንደልብስ ሲያረጁ ከሁሉ በፊት ነውና ሁሉ በእርሱ ተጋጠመ ከሆነው አንዳች ስንኳ ያለ እርሱ የሆነ የለ በረቂቅ ጥበብ ሁናቴ የሁሉ ፈጣሪ እንዲህ ሆነ ቃል ስጋ ፍፁም አምላክ ፍፁም ሰው ሆነ ፀጋን እውነትን ተመልቶ በእኛ መካከል አደረ በሰው ምሳሌ ተገኝቶ በባርያ መልክ ሆነ ባዶ ሊመስለን እጅግ ወደደ ዝቅ ሊል ከክብሩ ወርዶ ያለምንም ጉድለት ወልድ አምላክ ሰው ሆነ እግዚአብሔር መለኮት በኢየሱስ ሰውነት ተተነተነ የማይታየው አምላክ በአካል ታየ ወለል አለ ያመኑት እንዲካፈሉ ሁሉ ስጋ እና ደም ተካፈለ ከሰው ተወልዶ መሆኑ ከሀጥያት በቀር እንደእኛ ልዑሉ አምላክ ትሁት ሲሆን እንዴት አይደንቅም ምንኛ በባህርዩ ምሳሌ በእቅፉ ባለው በልጁ አብ አባትም ተተረከ ሰውና አምላክ ተወዳጁ ህያው ቃሉም ተላከ የክብሩ ነፀብራቅ  ውዱ ለወደቀው ዓለም መድሃኒትን ያመጣለት የገዛ ክንዱ ቃል ስጋ አምላክ ሰው የሴቲቱም ዘር ሆነ ፀጋን እውነትን ተመልቶ በእኛ መካከል አደረ ከአርያም ወረደና ድንኳኑን በመካከላችን አኖረ አንድያ ልጁን በመስጠት አብም ፍቅሩን ተናገረ እሰይ የምስራች መልካም ወሬ መልካም ዜና ፍቅር መድህን አዳኝ ተወለደ ወረደ የህይወት መና ለህዝብ ሁሉ የሚሆን ብርሃን ፈነጠቀ ጮራ በጨለማ ለሄድነው ደረሰልን አምላካችን ራራ ደስ ይበለን ሕፃን ተወለደልን ወንድ ልጅም ተሰጠን ድንቅ መካሩ ጌታ የሰላም አለቃ መድሃኒት ሆነልን ይህን ተዓምር እንዲያበስር መልዓኩ ገብርዔል ተላከ ፀጋን ለተሞላችሁ ድንግል ለብፅዕት ማርያም ሰበከ አላትም ደስ ይበልሽ አንቺ ከሴቶች ሁሉ የተባረክሽ ቃል በውስጥሽ እንዲያድር በፀጋው ሃይል የተመረጥሽ እንሆ ልትፀንሺ ነው ጌታሽን ኢየሱስን ልትወልጂ ከወንድ ፍቃድ ሳይሆን በመንፈስ መፀለል እንጂ ከወሩም በስድስተኛው ሁሉ እንዲፃፍ ትዕዛዝ ሲወጣ በኩሯን ልትወልድ ደረሰች በዚያ ሳሉ ምጧ መጣ ከዘላለም የኖረው ቃልም ስጋ ሆነና ከእናቱ ማህፀን ወጣ እረኞችም ነበሩ መንጋቸውን ሲጠብቁ በሜዳ ያደሩ ፍርሃት ቀንበራቸው ተሰብሮ የህፃኑን ውልደት ተበሰሩ ዛሬ በዳዊት ከተማ በትንሿ ቤተልሔም ይሁዳ መድሃኒት ተወለደ እርሱም ክርስቶስ የሆነ ጌታ ለሀጥያት ህመማችን ፍቱን ፈውስ እና የህይወት ሽታ ተኝቷል በግርግም የሚመለከው ህፃን የሚሰገድለት ጌታ ከላይ የወረድክልን የአርያም ውዱ ስጦታ ባለልደቱ ኢየሱስ ፍፁሙ ሰው ፍፁሙ ጌታ እንኳን ተወለድክልን ልትሆንልን እፎይታ! እንኳን ተወለድክልን ልትሆንልን ደስታ!                                            ምህረት ግርማ                    መልካም በዓል ይሁንላችሁ! 💐share💐share💐share💐share💐                      @labsi                      @labsi                      @labsi
Show all...
(1 Qorontos 3 ) ------------ 11 Isuma dur kaa'ame sana malee homtinuu hundee biraa kaa'uu hin danda'u; hundeen dur kaa'ame sunis Yesus Kristos. 12 Namni warqeedhaan, meetiidhaan, dhagaa gati-jabeessaan, yookiis mukaan, citaadhaan, hoffaadhaanis hundicha irratti in ijaara. 13 Hojiin namaa adduma addaan ibiddaan mul'ifamee in beekama, guyyaan firdii bakkeetti in baasa; hojiin namaa adduma addaan maal akka ta'e, ibiddi qoree in mul'isa. 14 Hojiin namicha isa irratti ijaaree, utuu hin gubatin yoo hafe, namichi gatii isaa in fudhata. 15 Hojiin namichaa yoo duraa gubate garuu inni gatii isaa in dhaba; haa ta'u iyyuu malee ofii isaatii akka nama ibidda keessaa ba'eetti in oola. 16 Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatan, hafuurri Waaqayyoos isin keessa buufatee akka jiru hin beektanii ree? 17 Namni mana qulqullummaa Waaqayyoo yoo balleesse, Waaqayyo immoo isa in balleessa; manni qulqullummaa Waaqayyoo dhuguma qulqulluu dha, innis isin.
Show all...
Repost from Wisdom From Above
Show all...
🔎 Barnoota hafuuraa 🔎
🔖 Kitaabilee Hafuuraa 🔖
🔺 Hafuuratti Guddachuu 🔺
✔️ Join All Channel ✔️
Repost from Wisdom From Above
Show all...
Reading PDF
Gurmu Digital Magazine
Qaroo Dhalootaa
Faaruu Elroi
Seenaa Jaalala
Waan Gaggaarii
Ifa Dhalootaa
Ortodoksii Tawaahidoo
❌ 666 🚫
Dirree Aartii
Hiika Yaadaa
Abbaa Biyyaa
Boja Beshanana
Dhangaa
Addunyaa Ajaa'ibaa
Beb Art
Leadership
Gaa'ela
Hamiileessaa
DIRREE YAADAA
UNION OF VISIONERY
I Have Dream
Ilaalcha Gaarii
Ilmaan Ifaa
Falmataa Tasgaraa
Caaffata Qulqullaa'aa
Jechoota Onnechiiftuu
Jireenya Kaayyoo
Dhagaa Jiraataa
Afaan Oromoo Bible
Adoonay Keenya
Nuyi Kristos Isa Fannifame Lallabna
School Tech
BAB Graphics
Oro News App
ATIS Nama
Gorsa Jireenyaa
Alfaa Oomegaa
Oromo protests
Love
📲 Bilbila Koon
Imimmaan Haqaa
💻 ICT 📲
Jireenya Boruuf
Much Grace
Jireenya Kaayyoo
Wangeelaaf
Dhangaa Oromummaa
👇👇 Groups 👇👇
Daandii Guddinaa
📞 HOPE PROMOTION 📞
✍ Contact Us ✍
Repost from Wisdom From Above
Channel keenya sagantaalee bashannansiisoo fi barsiisoo ta'an qabatee isin eegaa jira. Nutti dabalaaa! 👇👇👇👇 JOIN ALL CHANNEL HERE! ►JOIN ► ►JOIN ► ►JOIN ► By Hope Promotion Only! 📚 Tajaajila akkamii argachuu barbaadduu? ► Gorsa Hayyootaa ► Business Hojjechuu ► Oro Dinqisiisoo ► Iccitii Milkaa'inaa Kan barbaaddan irratti cuqaasuudhaan (gadi tuquudhaan) nutti dabalaamaa!!! 👇👇👇 █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ AKKASUMAS ➲ Gorsɑɑf jechɑ Hɑyyuu ➲ Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ ➲ XinSɑmmuu nɑmni ɑrgɑchuu fedhu ɑsitti Hɑɑ Dɑbɑlɑmu! ─╔╗───╔╗╔═╦╗ ─║║╔═╗╠╣║║║║ ╔╣║║╬║║║║║║║ ╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝ ❏ Itti Gammadaa! ❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!
Show all...
❤️ Iccitii Milkaa'inaa ❤️
💢 Business Hojjechuu 💢
Repost from Wisdom From Above
Show all...
Reading PDF
Gurmu Digital Magazine
Qaroo Dhalootaa
Faaruu Elroi
Seenaa Jaalala
❌ 666 🚫
Dirree Aartii
Hiika Yaadaa
Abbaa Biyyaa
Boja Beshanana
Dhangaa
Addunyaa Ajaa'ibaa
Beb Art
Leadership
Gaa'ela
Hamiileessaa
DIRREE YAADAA
UNION OF VISIONERY
I Have Dream
Ilaalcha Gaarii
Ilmaan Ifaa
Falmataa Tasgaraa
Caaffata Qulqullaa'aa
Jechoota Onnechiiftuu
Jireenya Kaayyoo
Dhagaa Jiraataa
Afaan Oromoo Bible
Adoonay Keenya
Nuyi Kristos Isa Fannifame Lallabna
School Tech
BAB Graphics
Oro News App
ATIS Nama
Gorsa Jireenyaa
Alfaa Oomegaa
Oromo protests
Love
📲 Bilbila Koon
Imimmaan Haqaa
💻 ICT 📲
Jireenya Boruuf
Much Grace
Jireenya Kaayyoo
Wangeelaaf
Dhangaa Oromummaa
👇👇 Groups 👇👇
Daandii Guddinaa
Ethio Christian Media
Getu Official
Ani Siif Jira
📞 HOPE PROMOTION 📞
✍ Contact Us ✍
GUYYAA KEE BAREECHUUDHAAF GANAMA YEROO HUNDUMAA WAAN 3 GOCHUU QABDA. ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➦ Ilaalchi gaariinii fi dubbiin gaariin milkaa'ina guyyaa keetiif murteessoodha. Jireenya kee, yaada sammuu kee fi hafuura kee irratti dhiibbaa qabu. Kanaafuu, dubbii hin taane ganamaan ofirratti dubbattee ilaalcha kee fi guyyaa kee dukkaneessuurra, qabxiilee 3 kanneen mee of irratti dubbadhuutii hojii keetti bahi! Oolmaa kee siif bareechuuf guddaa si gargaaru! ➊. Har'i Guyyaa Haaraadha, Guyyaa Dansaadha/Gaariidha! ➦ Kaleessi darbeera, har'i immoo akka kennaatti siif kennameera. Kennaa haaraa kanammoo gammachuudhaan simadhuu itti fayyadami. Far. 118:24 "Guyyaan  Waaqayyo dhaabe isa kana, kottaa isatti  gammannaa, itti gammaduu keenyas  dhageessifnaa!" ➋. Guyyaa Haaraa Kanaaf Sin Galateeffadha! ➦ Waan hin qabne irratti xiyyeeffatta taanaan nama gumgumu taata, eebba qabdu lakkoofta taanaan immoo galateeffachuun guutamta. Kanaafuu, eebba Waaqayyo siif kenne yaadaa galateeffadhu! guyyaa addaa, guyyaa haaraa siif kenname kanaafis galateeffadhu! Far. 69:30 "Weedduudhaan  maqaa Waaqayyoo nan jajadha, galataanis guddina Isaa nan hima." ➌. Mul'ata Kiyya Milkeessuu Nan Danda'a! ➦ Guyyaan har'aa akka ani mul'ata kiyyarratti hojjadhee milkaa'uuf kennaa naaf kennameedha.   ◎ Nan hojjadha,   ◎ Nan milkaa'as! Filiphisiyus, "humna/jabina Gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a."   — Filp. 4:13 ➾ Guyyaa dansaa fi bu'a-qabeessa, gammachiisaa siif haa ta'u! Nuuf haa ta'u! @Getu_Official @Getu_Official
Show all...
Jechoota mimmiidhagoo ✍Jireenyi patternii mataa ishee qabdi,Hack gochuun gahee keeti. ✍Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin jireenya kee karaa heddutti hiikkatu. 👌Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin;Namni dhugaa akka si jaallatuuf of tahi. 👉Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiraatu. ✍iImi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa jinbilfattuuf ol si qaba. ✍Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu.Kan baachiisu salphaadha jedha 👌Namoota nu cunqursanif dhiifama gochuun mooyamuu osoo hin taane,Jaalala barsiisudha.
Show all...
Barsiisa waa'ee bara dhumaa fi haala amma keessa jirru goguu Laga Efraxis wajjin kan wal qabate waa'ee milikita bara dhumaa. Warreen sagalee kana dhageeffatan hundi nama beektaniif share godhaa. #Dammaqnee namoota biroos dammaqsuu qabna! @jesuschristiscomingforus @jesuschristiscomingforus
Show all...
Kun sagalee hafuura hamaa laga Efraxis jalaati yeroo amma kanatto dhagahama jiru fi sagalee funca/sansalata inni itti hidhame jiruu dha.
Show all...