cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Show more
Finland195The language is not specifiedReligion & Spirituality3 113
Advertising posts
24 289
Subscribers
+1724 hours
+1047 days
+47130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#BreakingNews Baatiin Shawwaal harra waan hin mul’atiniif, guyyaan Iid al Fixr, Arbi'aa ykn Roobii April 10,2024 ta’a. Haaluma Kanaan Ramadaana keenya kan bara kanaatis guyyaa 30 guuttannee soomanna. Rabbi warra irraa fayyadamu nu haa taasisu.
Show all...
Show all...
Rakkoo hawaasni Gujii keessa jiru

Hawaasni Gujii rakkoo jabduu keessa jira. waan dandeenyuun wal bira dhaabbachuu qabna.

Walloon nu waamaa jirti! Waraana ummata Walloo irratti baname waan salphatti laaluu qabnuu miti. Hawaasni hundi bakka hundaa dammaqee waan kana mormachuu qaba. Imaamonni masjiidaa, majliisni naannoleetiifi hoggantoonni majliisa federaalaa, dhimma kanarratti waan danda’an hunda godhuu qaban. Osoo hawaasni Walloo dhumu, osoo miidhaan jechaan ibsuun hin danda’amne isaan irra gahu cal’isuun hin taatu. Hundi dammaqee mootummaa irratti dhiibbaa godhee, hawaasa kanaaf dirmannaan akka taasifamu godhuu qaba. ummanni Walloo qaama keenya. Miidhamni isaanii miidhama keenya. Roorroo walirratti laaluun hin taatu. Bakka jirruu waliif dirmachuu qabna. Ummata Walloo irraa waraanni dhaabbatee hin beeku. Ta’us yeroo Ramadaanaa eeguudhaan obboloota keenya irratti gocha gara jabeenyaa hedduu raawwachuu irratti argaman. Kun ammoo waan akka tasaa mudate osoo hin taane waan itti yaadamee hojjatamaa jiruudha. Kanaafuu bara baraan rakkoo deemaa jirtu tana dhaabsisuudhaaf namuu bakka jiruu dammaqinaan hirmaachuu barbaachisa. Waraana hamaa yeroo ammaa godina Walloo keessatti gaggeeffamaa jiruun, namoonni madaawan wal’aansa gahaa argachutti hin jiran. Gara Magaalaa Adaamaa deemanii akka hin wal’aanames karaa cufaadha. Imala dheeraa baasii guddaa gaafatuun namoonni muraasni gara magaalaa Adaamaa deemuun tajaajila wal’aansaa muraasa argachaa jiran. Warri carraa argatee gara magaalaa Adaamaa imale kunis gargaarsa nurraa barbaada. Nuti hundi bakka jirrurraa wal gurmeessinee, namoota wal’aansaaf gara Adaamaa deeman kana bira dhaabbachuu qabna. Waan qabnu walitti buusnee obboleewwan keenyaaf tumsuun dirqama Islaamummaati. Rabbiin ummata Wallootiif haa dirmatu. Tumsa isaatiin isaan bira dhaabbatee nasriin isaan haa gammachiisu
Show all...
Maaliif Salaanna? Rabbiin maaliif salaatatti nu ajaje? viidiyoo barumsa guddaa qabu kana daawwadhaa https://youtu.be/CThNM3zuHOM
Show all...
Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024?

Rabbiin maaliif salaatatti nu ajaje? faaydaan salaataa maali?

Osoo tana beeytee raka'aan takka si jala hin dabartu https://www.youtube.com/watch?v=R9S6W1emTXs
Show all...
Osoo tana beeytee raka'aan takka si hin dabartu | Farhiyaa Aadam 2024

Irra hedduun nama zamana kanaa dhukkuba akkam himata? Mudhii, jilba, miila. Walumaa galatti namni fayyaa guutuu qabu hedduun dhukkuba mudhii gadii himata. Maddi rakkoo kanaa maali? Deebisaan gaafii tanaa isin ajaa’iba. Viidiyoo gutuuu daawwadhu!

👍 147
👎 12
💬 22
Osoo tana beeytee silaa raka’aan takka si jala hin dabartu. https://youtu.be/R9S6W1emTXs
Show all...