cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dire Dawa government communication affairs office

government organization

Show more
Advertising posts
975
Subscribers
+624 hours
+417 days
+11930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

መጪውን የኢድ-በዓልን ህዝበ ሙስሊሙ በሰላም እንዲያከብር ሁሉም የድርሻውን መወጣት እንደሚገባ የአስተዳደሩ ምክትል ከንቲባ አቶ ሐርቢ ቡህ ገለፁ። መጪውን የሙስሊም በዓል ምክንያት በማድረግ እና በዓሉ በሰላምና በደመቀ መልኩ ለማክበር እንዲቻል ከተለያዩ የእስልምና እምነት ተከታዮች ጋር ውይይት ተካሂዷል ። በውይይቱ እንደተገለፀው ህዝበ ሙስሊሙ በዓሉን በሰላም እንዲያከብር የተለያዩ ስራዎች እየተሰሩ እንደሚገኙ ተገልፆ በበዓሉ እለት የእምነቱ ተከታዮች በዓሉ በሰላም እንዲከበርም ሁሉም የድርሻውን መወጣት እንደሚገባ አቶ ሐርቢ ቡህ አሳስበዋል። መረጃ:-የድሬዳዋ አስተዳደር ፍትህ፣ፀጥታና ህግ ጉዳዮች ቢሮ ነው
Show all...
በድሬዳዋ አስተዳደር በሲሚንቶ ምርት ለመሰማራት የጁቡቲ ባለሀብት ከአስተዳደሩ ምክትል ከንቲባ ጋር ምክክር አደረጉ የድሬዳዋ አስተዳደር የሲሚንቶ ግብዓት በስፋት የሚገኝ በመሆኑ በኮንስትራክሽን ኢንዱስትሪው ዘርፍ ግብዓት የሆነው የሲሚንቶ ምርት ፋብሪካ ለመክፈት የጅቡቲ ባለሀብት ፍላጎት እንዳላቸው ጥያቄያቸውን ለድሬዳዋ አስተዳደር ምክትል ከንቲባ እና ለንግድ ኢንዱስትሪ እና ኢንቨስትመንት ቢሮ ኃላፊ ለአቶ ሀርቢ ቡህ አቅርበዋል ፡፡በጉዳዩ ላይ ከምክትል ከንቲባው ጋር ሰፊ ውይይት አድርገዋል። በአስተዳደሩ ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ የመጣውን የግል ባለሀብቶች ፍላጎት ለማሳካት በተፈጠረው ምችችት በርካታ አልሚ ባለሀብቶች በኢንዱስትሪው ዘርፍ ላይ ለመስራት ፍላጎት እንዳላቸው አቶ ሐርቢ ቡህ ገልፀዋል ። በድሬዳዋ በኢንዱስትሪው ዘርፍ ምቹ ሁኔታዎች በመኖራቸው እና አስተዳደሩ ለኢንዱስትሪው ዘርፍ በሰጠው ትኩረት በርካታ የሀገር ውስጥ እና የውጭ ሀገር ዜጎች ድሬዳዋን ተመራጭ የኢንዱስትሪ ከተማ ለማድረግ አልሚ ባለሀብቶች የድርሻቸው እየተወጡ እንደሚገኙ አቶ ሐርቢ ቡህ ገልፀዋል። መረጃ:-የድ/ዳ አስ ንግ/ኢን/ኢንቨ/ቢሮ ህዝብ
Show all...
#warka|Shirkadda lagu magacaabo Africa holding oo ka dhisan dalkani itooniya isla markaana ku hawlan sidi ay kor ugu qaadi lahayd adeegyada horumarineed iyado kaashanaysa shacabka dalka ayaa kulan ay ugu faah faahinayso qorshayaasheeda u qabatay saamilayda shirkada iyo taageerayaasheeda. DGC| miicaad 2016 T.I Kulankani oo uu ka hadlay duqa ismaamulka mudane khadiir juhar ayuu sheegay in itoobiya isbadilki ka dib lagu talaabsaday sidi kor loogu qaadi lahaa dimuquraadiyada iyado si buuxda loo hirgashay xoriyada iskutaga shacabka si looga gudbo saboolnimada iyo dib u hadhaanimadaba. Duqa ayaa intaasi ku daray in ka ismaamul ahaan shirkadani Africa holding garab joogsanayaan iyado ay shirkadani ka qayb qaadanayso horumarinta adeegyada xaasaasiga ah ee shacabku ka rabo dawlada sida guriyaynta iyo wixi la hal maala taasina loo baahan yahay in shirkadda la isku garab taago wax-qabadkeeda. Geesta kale mudane dharaje oo ah aasaasayaashi shirkada isla markaana ah maareeyaha shirkada ayaa sheegay in qorshaha dhaw uu yahay in guryo wadareedyo casri ah oo la jaanqaadaya teknoolojiyada cusub laga dhiso magaalada addiis ababa oo dhul dhan 10 hektaar dhismahaasi laga hir galinayo. Geesta kale shirkadani ayaa wuxu sheegay in ay ka shaqayn doonto ka jawaabida baahiyaha bulshada sida dhismaha iyo qalabaynta dugsiyada xarumaha caafimaadka iyo wixi la hal maala iyado uu ra`isul maalka shirkadu hadda kor u dhaafay in ka badan 20 bilyan oo birr ayana saamika shirkada leeyin dad ka badan 20 milyan oo qof. Cabdiraxman cusmaan Sawir qaade:-mulaalam dhase
Show all...
#oduu Hawaasni keenya Carraawwan dinagdeen cimsuuf uumamanitti fayyadamuu qabaa jedhan. Caamsaa 2016 Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Hawaasni keenya Carraawwan dinagdeen Itti cimuuf danda'u kanneen uumamaa jiran hubatee itti fayyadamuun of-jijjiiruun jireenya fooyya'aatti ce'uu qabaa jedhan. Kantiibaa Kadiir Juhaar kana Kan ibsan Waltajjii Sosochii hubannoo hawaasaa uumuuf Dhaabatni Afrikaan Holdingii Kaampaanii Magaalaa Dirree Dhawaatti geggeesse irratti keessummaa kabajaa ta'uun hirmaatanii haasaa baniinsaa taasisaniin Akka addeessanitti waggoottan muraasaan asitti Jijjiirama Siyaasaa Biyya teenyatti dhufeen Carraawwan Hawaasni Marti dinagdeen qixaan hirmaataa fi irraa fayyadamoo taasisuuf uumamaa jiran irratti dammaqinaan hubatee beekuun irraatti hirmaachuu fi irraa fayyadamuu qabaa jedhan. Hirmaatota waltajjichaa baga nagaan dhuftan Kan jedhan Hundeessaa fi Hoji-Gaggeessaan Dhaabata Afrikaan Holdingii Kaampaanii Obbo Darajjee Maammoyyee Gama isaaniin Hawaasa keenya dinagdeen akka cimuuf Carraawwan Mootummaa jijjiiramaa Dirree Hawaas-Dinagdee fi Siyaasaa Yaada fooyya'aa dhiyaatan keessummeessuuf uumameen yaada Mul'ata fagoo Kan hawaasa keenya Dinagdeen humneessuuf dandeesisu kana qabannee dhiyaachuu keenyaan Dhaabatni kun Waggoota lamaa fi walakkaan Dura Handhura Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti hundeefamee Sochii Dinagdee gara garaa irratti taasisaa jiraachuu fi keessattuu Hawaasni Magaalaa Finfinnee, Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Bulchiinsa Magaalaa Shaggariif xiyyeeffannoo addaa laachuun Hawaasni kun malummaa, Karooraa fi Kaayyoo Dhaabatni Afrikaan Holdingii Kaampaanii hojjachaa jiruuf hubatee irraatti hirmaachuu fi irraa fayyadamaa Akka ta'uuf Waltajjii Sosochii hubannoo hawaasaa uumuu kana qopheessuu ibsan. Obbo Darajjee Itti dabaluuniis sosochii hubannoo Qophaawe kun dhaabatni "African Holding Group" sochii duula dinagdee marsaa 5ffaa dhimma dinagdeefi ijaarsa mana hawwataa "Godo Housing and smart Estate” irratti hawaasa Dirreef hubannoo ga'aa uumuun irratti hirmaataa fi fayyadamaa gochuuf yaadamee qophaawuus himan. Walitti Qabduun Boordii dhaabbatichaa Aadde Saaraa Hasan fayyadamummaasaatiif dhaabbatichi hojii guddaa hojjachuun badhaadhina dhalootatti ce'u uumuuf xiiqiidhaan hojjachaa jiraachuu himaniiru. Maricha irratti Hoogantuun Biiroo Misooma Maalaqa fi Dinagdee Bulchiinsa Dirree Dhawaa Added Muluukaa Mahaammad, Walitti Qabduun Boordii dhaabbatichaa Aadde Saaraa Hasan, Hundeessaafi hojigaggeessaa olaanaan dhaabbatichaa Obbo Darajjee Maammuyyeefi miseensotni boordiifi hojjattootni kaampaanichaa, abbootiin qabeenyaafi qooda fudhattootni hirmaataniiru. Abdii Adamiin Siitaan: Muluwaalam Dasee
Show all...
#Oduu Kitaabni Afoola Oromoo Mataduree 'Makmaaksa' Jedhuun Barreefame Haala Miidhagaan Eebbifame. #DGC Caamsaa 3 /2016 Inji. Abdalla Sheek Mahamad Umariin kan kan barraa’e kitaabni Afoola Oromoo Mataduree 'Makmaaksa' jedhu guyyaa har'aa, Caamsaa 03, bara 2016, magaalaa Dirree Dhawaa bakka Hogganaa Waajjira Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Gabayyoo Xilaahun,Hoggantuu Waajjira Maallaqaafi Misooma Dinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mohammad dabalatee hoggantoonni bulchinsaafi keessummoonni kabajaa hedduun argamanitti eebbifame. Hoogantuun Biiroo Misooma Maallaqaafi Dinagdee Bulchiinsa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mahaammad Haasaa taasisaniin akka jedhanitti "Barreessaan kitaabichaa Inji. Abdallaan ummataaf kan gumaachan kitaaba kana qofa osoo hintaane durirraa eegalee biyya ambaa jiraachaa manneen barnootaa bulchiinsatti argaman ijaarsaafi suphaarrattifi meeshaalee deeggarsa barnootaa adda addaa gumaachuun nama aantummaafi sabboonummaa lammii biyya ofii qabaniidha jedhan. Kitaabichi fuuloota 331 (dhibba sadiifi soddomii tokko) kan qabu yemmuu ta'u makmaaksoota kuma sadii ol ta'an Kan hammate yommuu ta’u, sagantaa gurgurtaa kitaabichaa taasifameenis kitaabni tokko qarshii 300 hanga Kuma 200 tti gurguramerti jira. Xiinxaltoonni kitaabichaa galaalchaa FM Dirree kan ture Mu'aaz Aliifi Dr. Husseen qophii eebba kitaabichaarratti argamuun haasawa godhaniin kitaabichi haala dubbistootaaf mijjaawaa ta'een qabiyyee wal fakkaatuun qoqqoodamee makmaaksoonni kitaabichaa tartiiba qubeetiin tarraa'uun akka dhiyaatan addeessanii dabalataanis kitaabichi kuusaa Afoola Oromoo ta'uusaatiin daa’imman akka dubbisanii beekumsa irraa argataniif manneen kitaabaa manneen barnootaa jiraniifi akka gumaachaman yaada kennaniiti jiran. Suuraa: Salaam Abbabaa
Show all...
Kaabineen Bulchiinsaa Walga'ii Guyyaa arraa taa'een Murtee dabarse. Kaabineen Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Guyyaa arraa Walga'ii idilee gaggeesseen Dhimmoottan damee hawaassummaa fi Dhimmoottan Lafaa fi lafaan wal-qabatan irratti Murteewwan dabarse. Murteewwan darban kunius:- 1ffaa :- Bulchiinsatti Hojjatoota Mootummaa Kan Bulchiinsaa keessaa kan Mindaa gad-aanaa argatan kanneen Hojjatoota Waliigalaa keessaa 30% ta'an warreen Mindaa gad-aanaan Kafalamuufiif Deegarsa Kiraa Manaa Akka fayyadamoo ta'an Murtee dabarseera. 2ffaa:- Mana-Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Hawwii Boruu Dareewwan Barnootaa irratti gaaffii dhiyaate deebisuuf Lafa-Naannawa Mana-Barnootaaf dhiyoo ta'e iddoowan Banaatti ijaarsa gaggeessuuf Ajandaa dhiyaate irratti mari'achuun Lafti Heektaara 1.2 Akka kennamuuf Murtee dabarseera. 3ffaa:-Ijaarsa Jidugala Leenjii Qajeelcha Poolisii Waliigala Dirree Dhawaatiif Kan oolu Lafa Heektaara 150 irratti mari'achuun Murtee dabarseera. 4ffaa፦Kanamalees Dhimmoottan lafaan wal-qabatan kanneen biroo irrattiis mari'achuun Murteewwan dabarseera. Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa
Show all...
የድሬደዋ አስተዳደር ካቢኔ ዛሬ ባካሄደው ስብሰባ ውሳኔ አስተላልፉል የድሬዳዋ አስተዳደር ካቢኔ ዛሬ ባካሄደው መደበኛ ስብሰባ በማህበራዊ ዘርፍ እና በመሬትና መሬት ነክ ጉዳዮችን ተመልክቶ ውሳኔዎችን አሰተላልፏል፦ 1ኛ :- በአስተዳደሩ ከአጠቃላይ የመንግስት ሰራተኞች 30% ለሚሆኑት የዝቅተኛ ደመወዝ ተከፉዮች የቤት ክራይ ዱጉማ ተጠቃሚ እንዲሆኑ ውሳኔ ተላልፏል። 2ኛ:- የሃዊ ቦሩ አንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የመማሪያ ክፍል ጥያቄን ለመመለስ በአቅራቢያው ባሉ ክፍት ቦታዋች ግንባታ ለማከናወን በቀረበው አጀንዳ በመወወያየት የ1.2 ሄክታር መሬት እንዲሰጠው ውሳኔ ተላልፏል። 3:-ለድሬዳዋ ጠቅላይ መምሪያ የፖሊስ ማሰልጠኛ መአከል ግንባታ የሚውል የ150 ሄክታር መሬት ተወያይቶ ወሳኔ አስተላልፏል። 4ኛ፦በተጨማሪ በተለያዩ መሬትና መሬት ነክ ጉዳዮች ላይ ካብኔው በመወያየት ውሳኔዋችን አስተላልፉል የድሬዳዋ አስተዳደር መንግስት ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ወቅታዊ፣ትኩስ እና የተሟሉ መረጃዎችን ለማግኘት፡- ድረ ገጽ፦ https://www.diredawacommunication.org ፌስቡክ፡- https://www.facebook.com/DDGCAB ዩትዩብ፦ https://www.youtube.com/channel/UCQNCC5tcc6Jd9zCKcmzQ-eA ቴሌግራም፦ https://t.me/DDGCAB ትዊተር፦ https://twitter.com/DawaOffice በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡ ዘወትር፦ ከእኛ ጋር ስላሉ እናመሰግናለን!
Show all...

👍 6