fa
Feedback
Dire Dawa Government Communication Affairs Office

Dire Dawa Government Communication Affairs Office

رفتن به کانال در Telegram

government organization

نمایش بیشتر
1 794
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-127 روز
+1130 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اوت '26
اوت '26
+53
در 0 کانال‌ها
ژوئیه '26
+61
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+71
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+54
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+37
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+33
در 3 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+31
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+33
در 1 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+46
در 1 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+17
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+60
در 2 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+39
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+44
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+53
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+41
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+25
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+91
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+90
در 3 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+73
در 1 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+116
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+85
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+96
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+120
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+205
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+129
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+162
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+82
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+77
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+137
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+60
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+53
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+69
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+75
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+11
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+6
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+8
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+29
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+81
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+283
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
27 اوت+2
26 اوت+1
25 اوت+4
24 اوت+1
23 اوت0
22 اوت0
21 اوت+1
20 اوت0
19 اوت0
18 اوت0
17 اوت+2
16 اوت+2
15 اوت+5
14 اوت+2
13 اوت+3
12 اوت+3
11 اوت+2
10 اوت+3
09 اوت+11
08 اوت0
07 اوت0
06 اوت0
05 اوت+6
04 اوت+5
03 اوت0
02 اوت0
01 اوت0
پست‌های کانال
Barnaamijka Aqoonsiga iyo Mahadnaqa,ayaa 121 canshuur bixiye daacad ah oo heer sare ah oo ka tirsan maamulka ayaa la guddoonsiiyay koobab, billado naxaas,lacag,dahab iyo platinum ah. Cabdilahi Cabdo Sawirka: Agenyehu Shawaraga.

2
#Warka | Waxaa laa sheegay in Habraacyada Ururinta Dakhliga sida Sharciga,logu hirgaliyo Horumarinta iyo Kobaca Dhaqaalaha Da+9
#Warka | Waxaa laa sheegay in Habraacyada Ururinta Dakhliga sida Sharciga,logu hirgaliyo Horumarinta iyo Kobaca Dhaqaalaha Dalka. #DGC |naaf 20/2018. Wakaladda Dakhliga ee is Maamulka Dir Dhaba,ayaa waxay qabatay barnaamij aqoonsi iyo abbal marin ah oo loogu talagalay dadka ku bixiya canshuurta sida daacadda ah. Duqa ismamulka magalada dir dhaba,mudane Khadir Juhar,oo ka hadlaya barnaamijka ayaa sheegay in sharciga iyo nidaamka ururinta dakhliga oo ka xor ah khiyaano iyo xatoyo la hirgaliyo si mashaariicda horumarinta ee waaweyn ee dalka lo hirgaliyo sii horumar wara u dhaqan galo. Duqa,magalada mudane Khadir, ayaa sheegay in canshuur bixiyayaasha ay mudan yihiin in lagu ixtiraamo ficilladooda sharafta leh, tallaabo sharci ahna laga qaadi doono ganacsatada an bixin dakhliga dalka iyagoo aan bixin canshuuraha iyo sidoo kale qarinaya rasiidhada ka hor inta aysan si daacad ah u aqbalin bixinta canshuurta.
66
3
የድሬዳዋ አስተዳደር ገቢዎች ባለስልጣን ዋና ስራ አስኪያጅ ዶ/ር አብዱሰላም መሀመድም ተቋሙ የገቢ መዋቅሩን በየጊዜው በመፈተሽ እና በማስተካከል በሰው ሀይል ልማት በቴክኖሎጂ የዲጂታል አገልግሎት ስራዎችን ተደራሽ በማድረግ የታማኝ ግብር ከፋዮችን ቁጥርን በመጨመር ከፍተኛ ስራ እየተሰራ መሆኑን ገልጸዋል። በመርሃግብሩም ለከፍተኛ ግብር ከፋዮች የፕላቲንየም የወርቅ የብር እና የዋንጫ ሽልማት ተበርክቶላቸዋል። ሰላም ለማ ምስል :-አገኘው ሸዋረጋ
32
4
#ዜና | በድሬዳዋ አስተዳደር የተመዘገቡ የልማት ስኬቶች የአስተዳደሩ ጥረት ብቻ ሳይሆን የታማኝ ግብር ከፋዩ የጥረትና የድካም ውጤቶች ጭምር ናቸው - የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ክቡር አቶ ከድር ጁ+9
#ዜና | በድሬዳዋ አስተዳደር የተመዘገቡ የልማት ስኬቶች የአስተዳደሩ ጥረት ብቻ ሳይሆን የታማኝ ግብር ከፋዩ የጥረትና የድካም ውጤቶች ጭምር ናቸው - የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ክቡር አቶ ከድር ጁሀር #DGC | ነሀሴ 20 / 2018 ፤ ድሬዳዋ የድሬዳዋ አስተዳደር የ5ተኛ ዙር የታማኝ ግብር ከፋዮች የምስጋና እና የእውቅና ደማቅ መርሃ ግብር በድሬዳዋ አስተዳደር ተካሄደ። በመርሃ ግብሩም የመክፈቻ ንግግር ያደረጉት የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ክቡር አቶ ከድር ጁሀር በአስተዳደሩ እየተቀየሩ ያሉት ግዙፍ የልማት ፕሮጀክቶች የኮሪደር ልማት ስራዎች ፣የስራ እድል ፈጠራዎች፣የማህበራዊ ድጋፍ ፕሮግራሞች የዜጎችን ህይወት የሚያቀሉ ስራዎች የተሰሩት በታማኝ ግብር ከፋዩ መሆኑን ገልጸዋል ። የንግዱ ማህበረሰብ የሀገር ኢኮኖሚ የጀርባ አጥንት ነው ፣እናንተ ስራ ስትፈጥሩ ፣ስታመርቱ ፣አገልግሎት ስትሰጡ እና ግብር ስትከፍሉ ሀገር ትቆማለች። በተቃራኒው ደግሞ ግብርን መሰወር ማጭበርበር ህዝብን ና ሀገርን እንደመካድ መሆኑን ተገንዝቦ የግብር ህጎችን በመጣስ የሚፈጸሙ ወንጀሎችን ከምንግዜውም በላይ መታገል እንደሚገባም አጽኖት ሰጥተዋል። የክብርት ሚንስትር ተወካይ እና የህግ ተገዥነት እና ስርዓት ስራ አመራር ዳይሮክቶሬት ዳይሬክተር ወ/ሮ ማህሌት አምዴም በበኩላቸው ሀገራዊ ግብር ለሀገራዊ ክብር በሚል መሪ ሀሳብ እየተከናወነ ያለው የታክስ ንቅናቄ የሀገራችን የታክስ ተገዥነትን ባህሪ ወደ ተሻለ ደረጃ በማምጣት የመልካም ግብር ከፋይ ባህልን የበለጠ ለማጠናከር እና ዘላቂ ለማድረግ ያለመ መርሀግብር መሆኑን ገልጸዋል ።
35
5
Abbootii qabeenyaa amanamummaan gibira kafaluun addaduree ta'an guddinaafi misoma biyya isaanii tumsuuf biyyasaanii amanamummaan tajaajiluu isaanii mirkaneessaniiru kan jedhan Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar kaffaltoota gibiraa hojiilee boonsaa hojjetaniif kabajatu isaaniin mala jedhanii daldaltoonniifi abboootiin qabeenyaa kanneen gibira kafaluu dhabuun akasuma nagahee dhoksuun galii biyyattiin argachuu qabdu dhoorkaniifi gufachiisan tarkaanfiin seeraa otuu hinfudhatnetti kaffaltii gibiraa amanamummaan akka galchan dhaamsa dabarsaniiti jiran. Bakka Buutuu Ministeera Galiiwwaaniifi Daayreektara Daayreektoreetii Adermsa Hojii Bitamummaafi sirna Seeraa Aadde Mahlet Amdee gamasaaniitiin guddina dinagdee biyya tokkoof galiin murteessaa ta'uufi kafaltoonni gibiraa amanamoo ta'animmoo galii gibiraa sirnaanfi seeraan kafalan kabajaafi guddina biyyattiif shoora olaanaa qabaachuu eeranii daldaltootaafi abbootii qabeenyaa akkasumas qaamota sassaabbii gibiraa milkeessan galateeffachuun barbaacisaa ta'uu ibsaniiti jiran Daayreeltara Ol'aanaa Abbaa Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsa Dirree Dhawaa Dr. abdusalaam Mohammed gamasaaniitiin Sagantaa Beekamtiifi galateeffannaa Kanarratti Kafaltoonni gibiraa amanamoonfi addadureen bulchinsaa 121 ta'an medaaliyaa naasa qarshii ,warqiifi pilaatiiniyeemii kan badhaafaman ta'uu eeranii gibira amanamummaafi seeran kafaluudhaan akka bulchinsaattis ta'ee akka biyyaatti kanneen hojii boonsaa hojjetan galateeffataniiti jiran. Iliyaas Aammeetiin Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa
21
6
#Oduu | Misoomaafi Guddina Dinagdee Biyyattiif Hojmaanni Sassaabbii Galii Seeraafi Sirrii Hojiirra Ooluu Akka Qabu Ibsame. #D+9
#Oduu | Misoomaafi Guddina Dinagdee Biyyattiif Hojmaanni Sassaabbii Galii Seeraafi Sirrii Hojiirra Ooluu Akka Qabu Ibsame. #DGC | Hagayya 20/2018 Abbaan Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsa Dirree Dhawaa Dhaabbileefi Qaamota Amanammmaan Gibira Kafalaniif Sagantaa Beekamtiifi Galateeffannaa Gaggeesse Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar saganticharratti Ergaa dabarsaniin piroojektoota misoomaa gurguddaa dingdee biyyattiifi carraa hojii lammiilee uumuuf hojjetamaa jiran milkeessuuf seeraafi sirni sassaabbii galii hannaafi burjaajjiirraa bilisa ta'e hojiirra ooluu akka qabu eeranii abbootii qabeenyaafi daldaltoota akkasumas qaamota sassaabbii gibiraaf haqaqabeessaa sirrii gaggeessun gumaacha taasisan bulchinsis ta'ee biyyattiin kan galateeffattu ta'uu ibsan.
47
7
Abbootii qabeenyaa amanamummaan gibira kafaluun addaduree ta'an guddinaafi misoma biyya isaanii tumsuuf biyyasaanii amanamummaan tajaajiluu isaanii mirkaneessaniiru kan jedhan Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar kaffaltoota gibiraa hojiilee boonsaa hojjetaniif kabajatu isaaniin mala jedhanii daldaltoonniifi abboootiin qabeenyaa kanneen gibira kafaluu dhabuun akasuma nagahee dhoksuun galii biyyattiin argachuu qabdu dhoorkaniifi gufachiisan tarkaanfiin seeraa otuu hinfudhatnetti kaffaltii gibiraa amanamummaan akka galchan dhaamsa dabarsaniiti jiran. Bakka Buutuu Ministeera Galiiwwaaniifi Daayreektara Daayreektoreetii Adermsa Hojii Bitamummaafi sirna Seeraa Aadde Mahlet Amdee gamasaaniitiin guddina dinagdee biyya tokkoof galiin murteessaa ta'uufi kafaltoonni gibiraa amanamoo ta'animmoo galii gibiraa sirnaanfi seeraan kafalan kabajaafi guddina biyyattiif shoora olaanaa qabaachuu eeranii daldaltootaafi abbootii qabeenyaa akkasumas qaamota sassaabbii gibiraa milkeessan galateeffachuun barbaacisaa ta'uu ibsaniiti jiran Daayreeltara Ol'aanaa Abbaa Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsa Dirree Dhawaa Dr. abdusalaam Mohammed gamasaaniitiin Sagantaa Beekamtiifi galateeffannaa Kanarratti Kafaltoonni gibiraa amanamoonfi addadureen bulchinsaa 121 ta'an medaaliyaa naasa qarshii ,warqiifi pilaatiiniyeemii kan badhaafaman ta'uu eeranii gibira amanamummaafi seeran kafaluudhaan akka bulchinsaattis ta'ee akka biyyaatti kanneen hojii boonsaa hojjetan galateeffataniiti jiran. Iliyaas Aammeetiin Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa
1
8
Canshuurtu waa sharaafta dalka, Dir Dhaba,way mahad celinaysa! Barnaamij logu mahadcelinayo laguna aqoonsanayo canshuur bixiy+9
Canshuurtu waa sharaafta dalka, Dir Dhaba,way mahad celinaysa! Barnaamij logu mahadcelinayo laguna aqoonsanayo canshuur bixiyayaasha daacadda ah ayaa ka socda is maamulka Dir Dhaba. Wareegga 5aad ee Barnaamijka Abaalmarinta, Aqoonsiga iyo Mahadnaqa ee is Maamulka Dir Dhaba waa barnaamij gaar ah oo ay sannad walba soo qabanqaabiso wakkaladda Dakhliga ee is Maamulka si loogu talagalay canshuur bixiyayaasha si daacad ah u gutay waajibaadkooda sharciga ah isla markaana gacan wayn ka gaystay horumarinta dhaqaalaha dalka. Barnaamijka waxaa ka soo qayb galay Duqa Magaalada Dir Dhaba, Mudane Khadir Juhar, Afhayeenka Golaha is Maamulka Dir Dhaba, Mudane Cabdi Muktar, Ku-xigeenka Duqa Magaalada, Mudane Xarbi Buh, Madaxa Xafiiska Xisbiga Barwaaqo ee laantisani Dir Dhaba, Mudane Ibrahim Yusuf, Wakiilka Wasiirka dakhligaee fedaralka ahna Agaasimaha Sharciga,Marwo Mahlet Amde, hoggaamiyeyaasha diinta, saraakiisha sare iyo shaqaalaha hay'adda, iyo sidoo kale canshuur bixiyeyaasha sare.
14
9
Waxaa barnamijka la shaaciyay in 121 canshuur bixiye la guddoonsin doono, barnaamijka mahadnaqa iyo aqoonsiga canshuur bixiyeyaasha daacadda ah ee lagu qabanayo Fagaaraha Lagarka ee Dir Dhaba. Cabdilahi Cabdo Sawirka: -agenyew Shewarega.
10
10
#Oduu | Abbaan Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsa Dirree Dhawaa Dhaabbileefi Qaamota Amanammmaan Gibira Kafalaniif Sagantaa Beekam+9
#Oduu | Abbaan Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsa Dirree Dhawaa Dhaabbileefi Qaamota Amanammmaan Gibira Kafalaniif Sagantaa Beekamtiifi Galateeffannaa Gaggeessaa Jira #DGC | Hagayya 20/2018 Saganticharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Kantibaa Itti Aanaafi Hogganaa Biiroo Daldalaa Industiriifi Invastimantii Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buu, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf, Bakka Buutuu Ministeera Galiiwwaaniifi Daayreektara Daayreektoreetii Adermsa Hojii Bitamummaafi sirna Seeraa Aadde Mahhlet Amdee hoggantootaafi ogeeyyiin abbaa taaytichaa kafaltoonni gibiraa addadureefi amanamoon, Abbootiin Gadaa, ugaazonni Abbootiin amantaafi jaasoliin biyyaa argamaniiti jiran. Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Odeeffannoowwan jiran hordofuun kan isin biraan gahu ta.
15
11
Sagantaa Beekamtiifi galateeffannaa Kanarratti Kafaltoonni amanamoon bulchinsaa 121 kan badhaafaman ta'uu Beekameeti jira. Iliyaas Aammeetiin Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa
14
12
ግብር ለሀገር ክብር ፣ድሬዳዋ ታመሰግናለች! #ዜና | የታማኝ ግብር ከፋዮች የምስጋና እና የእውቅና ደማቅ መርሃ ግብር በድሬዳዋ አስተዳደር እየተካሄደ ነዉ። #DGC | ነሀሴ 20/2018፤ ድሬዳዋ የ+9
ግብር ለሀገር ክብር ፣ድሬዳዋ ታመሰግናለች! #ዜና | የታማኝ ግብር ከፋዮች የምስጋና እና የእውቅና ደማቅ መርሃ ግብር በድሬዳዋ አስተዳደር እየተካሄደ ነዉ። #DGC | ነሀሴ 20/2018፤ ድሬዳዋ የድሬዳዋ አስተዳደር የ5ተኛ ዙር የግብር ከፋዮች የሽልማት፣የእውቅና እና የምስጋና ፕሮገራም ግብር ሕጋዊ ግዴታቸውን በታማኝነት ለተወጡ እና ለሀገር ኢኮኖሚ እድገት ከፍተኛ አስተዋጽኦ ላበረከቱ ግብር ከፋዮች በየዓመቱ በአስተዳደሩ ገቢዎች ባለስልጣን የሚዘጋጅ ልዩ መርሀ ግብር ነዉ። በመርሃ ግብሩም የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ክቡር አቶ ከድር ጁሀር፣ የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት አፈ ጉባኤ ክቡር አቶ አብዲ ሙክታር፣ ምክትል ከንቲባ ክቡር አቶ ሀርቢ ቡህ የብልጽግና ፓርቲ ድሬዳዋ ቅ/ጽ/ቤት ኃላፊ ክቡር አቶ ኢብራሂም ዮሱፍ ፣ የክብርት ሚንስትር ተወካይ እና የህግ ተገዥነት እና ስርዓት ስራ አመራር ዳይሮክቶሬት ዳይሬክተር ወ/ሮ ማህሌት አምዴ፣የሀይማኖት አባቶች፣የባለስልጣን መስሪያ ቤቱ ከፍተኛ የስራ ኃላፊዎችና ሰራተኞች እንዲሁም ከፍተኛ ግብር ከፋዮች በመርሃ ግብሩ እየተሳተፉ ይገኛሉ። በድሬዳዋ በለገሀር አደባባይ እየተካሄ በሚገኝው የታማኝ ግብር ከፋዮች የምስጋና እና የእውቅና ፕሮግራም 121ግብር ከፋዮች ተሸላሚዎች መሆናቸው ተገልጿል ። ሰላም ለማ ምስል:-አገኘው ሸዋረጋ
15
13
የድሬዳዋ አስተዳደር ገቢዎች ባለሥልጣን ያዘጋጀው የግብር ከፋዮች የምስጋና መርሃግብር!!
የድሬዳዋ አስተዳደር ገቢዎች ባለሥልጣን ያዘጋጀው የግብር ከፋዮች የምስጋና መርሃግብር!!
13
14
#Warka | Wakkaladda Dakhliga ee is Maamulka Dir Dhaba,ayaa qabataay Barnaamijka beerista dhirta, ee qayb ka ah adeeggeedaya s+9
#Warka | Wakkaladda Dakhliga ee is Maamulka Dir Dhaba,ayaa qabataay Barnaamijka beerista dhirta, ee qayb ka ah adeeggeedaya sama falka ee xagaga. #DGC | naaf 20/2018. Barnaamijka Cagaarinta ayaa waxaa ka soo qayb galay Duqa Magaalada Dir Dhaba, Mudane Khadir Juhar, Ku-xigeenka Duqa Magaalada, Mudane Xarbi Buh, Madaxa Xafiiska Xisbiga Barwaaqo ee laantisani dirdhaba, Mudane Ibrahim Yuusuf, Wakiilka Wasiirka Dakhliga Federaalka,ahna Agaasimaha Sharciga iyo Maareynta Nidaamka, Marwo Mahlet Amdhe, mas'uuliyiin sare iyo shaqaale ka tirsan wakkaladda iyo sidoo kale canshuur bixiyayaasha sare. Dhirta oo ka koban, geedo yaryar oo noocyo kala duwan leh, oo ay ku jiraan khudaar iyo miro, ayaa lagu beeray xarunta Xisbiga Barwaaqada. Cabdiahi Cabdo Sawirka:- iyob iyo agenyew Shewarega.
15
15
#Oduu | Abbaan Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa qaama tajaajila tola ooltummaa gannaa kan tahe sagantaa ashaaraa+9
#Oduu | Abbaan Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa qaama tajaajila tola ooltummaa gannaa kan tahe sagantaa ashaaraa magariisaa gaggeesse. #DGC | Hagayya 20 / 2018 Saganticharrattiis Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa , Kabajamoo obbo Kadiir Juhaar , Itti Aanaa Kantiibaa, Kabajamoo obbo Harbii Buuh, Hogganaa Paartii Badhaadhinaa damee Dirree Dhawaa kabajamoo obbo Ibraahim Yuusuf, Bakka Buituun Ministeera Galii Federaalaa fi Daarektarri Daayirektoreetii Bulchiinsa Seeraa fi Sirna, Aadde Maahlet Amdee, hoggantoonni olaanoonii fi hojjattoonni abbaa taayitichaa, akkasumas kaffaltoonni gibiraa sadarkaa olaanaa qaban hirmaatanii jiru. Kanaaniis biqiltoonni firiinsaanii nyaadhamuufi gaafdisaaf oolaniifi faayidaa adda addaaf gargaaran mooraa Paartii Badhaadhinaa keessatti dhaabamanii jiru. Suuraa:- Aganyaw Shawaaraggaa
14
16
#ዜና | የድሬዳዋ አስተዳደር ገቢዎች ባለስልጣን በክረምት የበጎ ፍቃድ አገልግሎት አካል የሆነውን የአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር አካሄደ #DGC | ነሀሴ 20/2018፤ ድሬዳዋ በአረንጓዴ አሻራ የማኖ+9
#ዜና | የድሬዳዋ አስተዳደር ገቢዎች ባለስልጣን በክረምት የበጎ ፍቃድ አገልግሎት አካል የሆነውን የአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር አካሄደ #DGC | ነሀሴ 20/2018፤ ድሬዳዋ በአረንጓዴ አሻራ የማኖር መርሃ ግብር ላይም የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ክቡር አቶ ከድር ጁሀር፣ ምክትል ከንቲባ ክቡር አቶ ሀርቢ ቡህ የብልጽግና ፓርቲ ድሬዳዋ ቅ/ጽ/ቤት ኃላፊ ክቡር አቶ ኢብራሂም ዮሱፍ ፣ የፌደራል ገቢዎች የክብርት ሚንስትር ተወካይ እና የህግ ተገዥነት እና ስርዓት ስራ አመራር ዳይሮክቶሬት ዳይሬክተር ወ/ሮ ማህሌት አምዴ፣የባለስልጣን መስሪያ ቤቱ ከፍተኛ የስራ ኃላፊዎችና ሰራተኞች እንዲሁም ከፍተኛ ግብር ከፋዮች በመርሃ ግብሩ ተሳትፈዋል። በዚህም በብልጽግና ፓርቲ ቅጥር ግቢ ውስጥ አትክልትና ፍራፍሬን ጨምሮ ዘርፈ-ብዙ ጠቀሜታ ያላቸው እና ለውበት የሚውሉ ችግኞች ተተክለዋል። ሰላም ለማ ምስል:- ኢዮብ እና አገኘው ሸዋረጋ
14
17
Madasha ayaa looga hadlay sidii loo mideyn lahaa dadaallada, loo aqoonsan lahaa caqabadaha jira, loona dejin lahaa tallaabooyin wax-ku-ool ah oo lagu dardargelinayo wax-soo-saarka. Duqa Magaalada Dir Dhabe, Mudane Khedir Juhar, ayaa sheegay in maamulka magaalada uu si buuxda uga go’an yahay hirgelinta hindisahan. Wuxuu ugu baaqay dhammaan dhinacyada ay khusayso inay si wadajir ah uga shaqeeyaan lahaanshaha qorshaha, isku-duubnida iyo go’aan qaadashada, si loo xaqiijiyo natiijo waarta. Ku-xigeenka Duqa Magaalada, Mudane Xarbi Buux, ayaa sheegay in dowladdu si xooggan uga shaqaynayso horumarinta kaabayaasha dhaqaalaha, gaar ahaan ballaarinta iyo horumarinta goobaha waraabka. Wuxuu xusay in dadaallada la wado ay fursad u siinayaan beeralayda iyo xoolo-dhaqatada inay kordhiyaan wax-soo-saarkooda, iyadoo la adeegsanayo fursadaha waraabka iyo farsamooyinka casriga ah. Sidoo kale, wuxuu tilmaamay in maamulka uu la shaqaynayo hay’adaha aan dawliga ahayn iyo bah-wadaagta horumarinta, si loo xoojiyo sugnaanta cuntada, loo yareeyo nuglaanta bulshada, loona abuuro nolol iyo dhaqaale waara. Madaxa Laanta Xisbiga Barwaaqo ee Ismaamulka Dir Dhabe, Mudane Ibrahim Yuusuf, ayaa sheegay in Xisbiga Barwaaqo uu si adag uga shaqaynayo xaqiijinta isku-filnaanshaha cuntada iyo madax-bannaanida dhaqaale ee dalka. Wuxuu xusay in qof kasta looga baahan yahay inuu door muuqda ka qaato dadaallada lagu dhisayo Itoobiya isku filan, horumaraysa oo leh sugnaan cunto. Waxaa la adkeeyay in guusha hindisaha “Laga Bilaabo Wax-soo-saarka ilaa Guusha” ay ku xirnaan doonto wada-shaqayn, lahaansho, isku-duubni iyo ka qaybgalka dhammaan qaybaha bulshada. Sidaas darteed, dhammaan daneeyayaasha ayaa loogu baaqay inay si wadajir ah uga shaqeeyaan kordhinta wax-soo-saarka iyo xaqiijinta horumar waara. Shucayb daahir Sawirka Aganywo shawaaraga
11
18
#Warka “Hawsha abaabulku waxay saldhig u tahay in la kordhiyo wax-soo-saarka, loona gudbo guul waarta” Duqa Magaalada Dir Dha+9
#Warka “Hawsha abaabulku waxay saldhig u tahay in la kordhiyo wax-soo-saarka, loona gudbo guul waarta” Duqa Magaalada Dir Dhabe Mudane Khedir Juhar. #DGC Naaf 20/2018T.I Ismaamulka Dir Dhabe ayaa sii wada dadaallada lagu hirgelinayo hindisaha “Laga Bilaabo Wax-soo-saarka ilaa Guusha”, oo uu ku dhawaaqay Ra’iisul Wasaaraha Itoobiya Dr. Abiy Ahmed. Hindisahan ayaa diiradda lagu saarayaa kordhinta wax-soo-saarka, xoojinta isku-filnaanshaha cuntada iyo xaqiijinta horumar dhaqaale oo waara. Qorshaha abaabulka ballaaran ayaa si rasmi ah uga bilowday Ismaamulka Dir Dhabe Naaf 18, 2018, wuxuuna socon doonaa ilaa Kodxin 30, 2018. Inta uu socdo qorshahan, waxaa la xoojinayaa wada-shaqaynta dowladda, bulshada, beeralayda, xoolo-dhaqatada, hay’adaha iyo dhammaan daneeyayaasha si loo gaaro natiijooyin wax-ku-ool ah. Madal dood iyo wadatashi ballaaran oo ay ka qaybgaleen daneeyayaasha kala duwan ayaa lagu qabtay magaalada Dir Dhabe.
11
19
Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juhaar ergaa isaanii waltajjii kanarratti dabarsaniin, hirkattummaarraa bahuuf sochiin eegalamuu eeruun, hojiin kun bu’a qabeessa akka ta’uuf qaamonni hundi sochii kana abbummaa fi kutannoon raawwachuu akka qaban dhaamanii jiru. Kabajamoo Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Bulchiinsaa obbo Harbii Buuh gamasaaniitiin hojii yeroo qophii raawwatame bu’uura godhachuun bu’uuraalee misoomaa naannoo jallisii cimsuu fi babal’isuuf hojiin bal’aan hojjetamaa akka jiru ibsanii jiru. Qonnaan bultoonni jallisiitti gargaaramuun waggaatti al lamaa fi sadii akka oomishuu dandahaniifi wabii nyaataa mirkaneessuu fi bakka kuusaa nyaataa mijjaawaa ta’e qopheessuun qaama sochii kanaa isa ijoo ta’uu eeranii, kuniis xiyyeeffannoodhaan hojiirra oolaa jiraachuu dubbatan. Dhaabbilee miti mootummaa waliin ta’uun nyaataan of danda’uu fi sodaa balaa hir’isuuf gargaarsa nyaataa guyyaa guyyaa ofiif qopheessuu irratti xiyyeeffannaan hojjetamaa akka jiruus ibsanii jiru. Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Dirree Dhawaa obbo Ibraahim Yuusuf haasawa taasisaniin hojiin guddaan kun damee tokkoon qofa kan hojjatamu hin taane, qindoominaa fi walta’iinsa seektara hunda jiddutti taasifamuun hojjetamaa akka jiru dubbatan. Hojii Paartichi Itiyoophiyaa hiyyummaa jalaa bilisa baasuu fi abbaa biyyummaa biyyaalessaa guutuu mirkaneessuuf hojjachaa jiruun, biyya hirkattummaa irraa bilisa taate uumuu ni dandeenya jechuun dubbatanii jiru. Qonnaan bultoonni aadaa wal-deeggarsaa fi tokkummaa cimsuun biyya hirkattummaa irraa bilisa taate uumuu fi hiyyummaa karaa itti fufiinsa qabuun irra aanuuf namuu murannoon hojjachuu akka qabu waltajjicharratti eeramee jira. Suuraa:-Aganyaw Shawaaraggaa
8
20
#Oduu | "Sochiin gargaaramtummaarraa bahuuf taasifamu bu'a qabeessa akka ta'uuf qaamni hundi abbummaa fi qindoominaan waliin+9
#Oduu | "Sochiin gargaaramtummaarraa bahuuf taasifamu bu'a qabeessa akka ta'uuf qaamni hundi abbummaa fi qindoominaan waliin hojjechuu qaba" Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juhaar. #DGC | Hagayya 20 / 2018; Dirree Dhawaa Bulchiinsi Dirree Dhawaa inisheeetiivii ministeera muummee Dr. Abiyyi Ahmadiin eegalame "Hiyyummaa irraa gara Oomishtummaatti" jedhu hojii irra oolchuuf imala isaa itti fufee jira. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hagayya 18, 2018 ifatti hojiirra ooluu kan eegale, hanga Fuulbana 30, 2019tti kan itti fufu karoorri sochii guddaa kun yeroo ammaa hojiirra oolaa kan jiru yoo tahu, karooricha daran qindeessuun bu’a qabeessa taasisuuf Waltajjiin marii bal’aan qooda fudhattoota waliin gaggeeffamee jira. Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juhaar ergaa isaanii waltajjii kanarratti dabarsaniin,
10