ch
Feedback
Pharmacist Rayid Jibril

Pharmacist Rayid Jibril

前往频道在 Telegram

💪This channel created for wellness and awareness of medical and health information issues. For anyone who want advertising can Buy ads: https://telega.io/c/PharmacistRayid

显示更多
4 279
订阅者
+324 小时
-47 天
-2730 天
帖子存档
Dhibee kalee.PDF0.29 KB

✔️Dhukkuba kalee akkamitti ofirraa ittisuu dandeenya ? * Bishaan baay'isanii dhuguu. * Nyaata soogidda baay'atu hir'isuu. * S
✔️Dhukkuba kalee akkamitti ofirraa ittisuu dandeenya ? * Bishaan baay'isanii dhuguu. * Nyaata soogidda baay'atu hir'isuu. * Sochii jabeenya qaamaa hoojjachuu. * Ulfaatina qaamaa sirreessuu. * Tamboo xuuxuu dhiisuu. * Alkoolii baay'isanii dhuguu hir'isuu. * Nyaata Madaalawaa soorachuu. * Qorichoota dhukkubbii fi kanneen biroo ajaja ogeessa fayyaa malee fayyadamuu dhiisuu. * Dhibee dhiibbaa dhiigaa olka'aa fi dhukkuba sukkaaraa to'achu fi kkf godhuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa. @pharmacistrayid

Mallattoo dhibee onnee.PDF0.26 KB

✔️Mallattoolee dhukkuba onnee gurguddoo.... * Dhukkubbii qomaa. * Hafuura Baafachuu dadhabuu. * Qaamaan Baay'ee dadhabuu. * D
✔️Mallattoolee dhukkuba onnee gurguddoo.... * Dhukkubbii qomaa. * Hafuura Baafachuu dadhabuu. * Qaamaan Baay'ee dadhabuu. * Dhiita'uu qaamaa. * Onneen sirnaan dha'achuu dhabuu. * Qufaa walitti Fufaa. * Of wallaaluu. * Fedhiin nyaataa hir'achuu fi kkf mul'achuu fa'adha. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa.

Fayyaa .PDF0.28 KB

✔️ Fayyaa gurra keenyaa eeguuf Wantoota akkamii godhuu qabna ? * Qulqullina gurraa of eeggannoon eeggachuu. * Sagalee gurgudd
✔️ Fayyaa gurra keenyaa eeguuf Wantoota akkamii godhuu qabna ? * Qulqullina gurraa of eeggannoon eeggachuu. * Sagalee gurguddaa irraa fagaachuu. * Wantoota qara qaban gurra keessa kaa'uu dhiisuu. * Bishaan fi jiidhinsa irraa gurra keenya eeggachuu. * Meeshaalee gurra keessaaf fayyadaman namoota biroo waliin qooddachuu dhiisuu. * Yeroo mallattooleen inifeekshinii gurraa ofirrati argine dafanii gara mana yaalaa deemuun yaalamuu. * Qorichoota adda addaa ajaja ogeessa fayya malee gurraaf fayyadamuu dhiisuu fi kkf taasisuu qabna. Fayyaa ta'aa. horaa bulaa. @pharmacistrayid

Maalummaa Fi karaalee Dhibee Toonsiilii ofirraa ittisuu dandeenyuun. 👉https://youtu.be/4L_fzIFZgYc?si=m7Ex8C2c5QfqSFwy @phar
Maalummaa Fi karaalee Dhibee Toonsiilii ofirraa ittisuu dandeenyuun. 👉https://youtu.be/4L_fzIFZgYc?si=m7Ex8C2c5QfqSFwy @pharmacistrayid

Torbee kanaaf insha'allaha Waa'ee qoricha metoprolol jedhamuu bal'inaan qabannee kan dhiheesinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharm
Torbee kanaaf insha'allaha Waa'ee qoricha metoprolol jedhamuu bal'inaan qabannee kan dhiheesinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid

Filannoo hanga ammaa geggeefamaa jiruun qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa
Filannoo hanga ammaa geggeefamaa jiruun qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan hundinuu baga gammadan jennaa. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid

Bu'aa filannoo keenyaa ifoomsuuf yeroo muraasa qofaatu nuuf hafe. @pharmacistrayid

Filannoo keessan comment jala nuuf kaa'uu hin dagatinaa. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid

Qorichoota armaan gadii keessaa torbee kanaaf waa'ee qoricha kamii baruu barbaaddanii ?
Anonymous voting

Boru insha'allaha sa'atii 7: 30 irraa jalqabnee sagantaa keenya kan torbaanii irraa yeroo tokko gaggeesinu filannoo qorichaa wan ta'eef qophiin nu eegaa. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid

Faayidaa Fi Miidhaa qoricha Enalapril 👉https://youtu.be/zjx359BLf7k?si=0feAgrMyulEc8Zjr @pharmacistrayid
Faayidaa Fi Miidhaa qoricha Enalapril 👉https://youtu.be/zjx359BLf7k?si=0feAgrMyulEc8Zjr @pharmacistrayid

Good morning 🤝

Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Lansoprazole 30mg 👉https://youtu.be/fM65e0qs57k?si=K-04ETO6EFUhsQQr @pharmacistrayid
Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Lansoprazole 30mg 👉https://youtu.be/fM65e0qs57k?si=K-04ETO6EFUhsQQr @pharmacistrayid

Maqaa qorichoota waa'ee isaanii baruu barbaaddanii nuuf erguu hin dagatinaa. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid

Miconazole.PDF0.51 KB

✔️Qoricha Miconazole ergaa yaalaaf fudhachuu jalqabnee booda yeroo hanga fudhatamuu qabu hanga xumurruu mallattoo Inifeekshiniichaa fooyya'insa ofirrati arginani ajaja ogeessa fayyaa malee qoricha kana fudhachuu jidduun dhaabuu hin qabnuu inifeekshiniichii qorichaan wal- baree wan cimuu danda'uuf. 5️⃣.Qorichi Miconazole miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa ? * Gogaan hooksisuu. * Dhukkubbii Mataa. * Lolloocuu. * Garaan Yaasuu. * Afaan gogsuu. * Arrabni madaa'uu. * Dhukkubbii Ilkaanii. * Miira dhandhamaa jijjiiruu. * Hidhiin diimachuu ykn dhiita'uu fi kkf mul'achuudha ✔️Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati arginee qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa. @pharmacistrayid