ar
Feedback
MADDA QOOSAA

MADDA QOOSAA

الذهاب إلى القناة على Telegram
1 805
المشتركون
-224 ساعات
-87 أيام
-2930 أيام
أرشيف المشاركات
Baradhe ofiin jedha, garuu Inni Facebook fi TikTok'n " people you may know" jedhee fiduuf, Jaalallee jaalallee isaa ta'uu hin beeku. 😬

Bara 2017 dhufaa jiru kanatti waan haaraan siif haa ta’u🤝🙂

Har'a Cal jedhaama Reaction godhaamee. 🥺

Doktora: Akaakayyuu keetti nagaa naaf himi. Dhukkubsataa: Akaakayyuun koo du'eera bar.

Bara yeroo dhumaaf Cheelsiin Arsenaal injifate. 1️⃣ bunni shiniin tokko qarshii 3-5 ture. 2️⃣ Warri bara sana wal jaallataa turan amma wal fuudhanii, ijoollee lama, sadi faa argataniiru. 3 Bilbilli keenya 2G fi 3G ture. Har'a 4G fi 5G dhufeera! 4 Bara sana bunni kiiloon 1 qarshii 60-80 ture, amma gara 1300 ti. 5. Bara sana hoolaa gabbataan 1 qarshii 3k ture. Har'a garuu 3k tiin lukkuu yyuu huuqqattuushee bitta. 6. Akkasuma goromsi bara sana dhalatte har'a ofiifuu dhaltee ilmoo qabdi! 7. Daa'imman bara sana A, B, C... jedhanii barataa turan har'a walaloo nuuf barreessuu danda'u! 8. Addunyaa irratti namni 'AI' fi 'ChatGPT' beeku hin jiru ture. Har'a garuu barattoonni keenya isaan qormaata hojjetachaa jiru. 9. Namni keenya bara sana biyya alaatti video haasa'uuf 'imo' qofa fayyadama ture! 📞📱 10. Bara sana iPhone 11 qofatu ture, har'a garuu 18 iyyuu dhufeera jedhu. 11. Bara sana Data 20MB qarshii 3n bitnee ittiin oolla turre. Har'a garuu 1GB iyyuu sa'aatii tokkotti dhumata. 😂😂😂😂😂 kan hafe itti guutaa...

"Na dhabuu keetti ni gaabbita!" naan jette. Maallaqa of seeteyi laata? 😬 https://www.facebook.com/share/182DnndrEs/

“Koottaa in maraanna”! Jedha kitaabni tokko, ammayyuu namni fayyaan jiraay?🤔

Silaa fuudhaf ni taata Intala Abbaa yeroo Garuu maalan godha Amalli kee zeeroo!😅

nuti Dhiitonni:- Gurraattii ni jajjabeessina🤝 Diimtuu ni tasgabbeessine😜 Magaala ni fuuna👌 Waadaadha.

Jaalalleen kee Game homaa bilbila ishee irraa hin qabdu taanan, suma akka #game tti sitti taphachaa jirti. Dammaqi bro! 😔

✅Dubartoonni 👉Umurii 5 tti, Abbaa Ishee 👉Umurii 18 tti, Jaalallee ishee 👉Umurii 25 tti, Abbaa manaa ishee 👉Umurii 40 tti Ilma ishee😁 Dubartoonni Yoomuma dhiira qarshii gaafachuu dhiisuu?😁

Entrance Kufte fakkaata, Message waggaa tokko dura barreessef naaf deebiste.

Bara namni Udaan dubbisee dhibee namaa argu keessatti; text koo dubbiftee dhibee koof dawwaa laachuu dadhabde.💔

Akkam nagaa ooltee Ilma Abba mootii Jaalalli jiraannaan Chiikiin kee kan kooti🤸

Dhugaan jirtu kanuma!
Dhugaan jirtu kanuma!

Mucayyoo ollaa keenyaa durb*mmaa qabdu takka, "Meeshaa kontiroobaandii baattee deemta." jedhanii hidhan.😁

Jirtu moo? 😑

Repost from N/a
#Kutaa_8ffaa #result_date Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 kan naannoo Oromiyaa Waxabajjii 11 fi 12 bara 2018 kennamaa ture bu'aan isaa guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 15 bara 2018 waaree dura Sa'aatii 4:00-6:00 tti kan ibsamu ta'uu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Gama biraatiin bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa tiin wal qabatee guyyoota kudhan booda kan ibsamu akka ta'e ibsameera. https://t.me/Milkii_Sabaa