cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa

Barnootaafi Leenjii Qulqullinaaf Gahumsa Qabu Kennuun Carraa Hojii Bal'inaan ni Uumna!

إظهار المزيد
فنلندا438لم يتم تحديد اللغةالتعليم11 783
مشاركات الإعلانات
12 814
المشتركون
+5324 ساعات
+3487 أيام
+1 15330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Sagantaa "Hojiifi Ogummaa" walta'iinsa Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa fi OBN'tiin torbanitti yeroo tokko guyyaa Kamisaa galgala sa'aatii 2:40 irraa eegalee dhiyaatu kan Bara 2016 kutaa 12ffaa. "BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!" Feesbuukii keenyaa: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: [email protected]
إظهار الكل...
👍 6 4
Sagantaa "Hojiifi Ogummaa" walta'iinsa Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa fi OBN'tiin torbanitti yeroo tokko guyyaa Kamisaa galgala sa'aatii 2:40 irraa eegalee dhiyaatu kan Bara 2016 kutaa 11ffaa. "BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!" Feesbuukii keenyaa: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: [email protected]
إظهار الكل...
👍 2
👍 15
Ibsa Gaddaa!! Aadde Hinseenee Baqqalaa hojjettuu Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa kan turan dhibee tasaa isaan mudateen yaalamaa turanii guyyaa har'aa addunyaa kanarraa du'aan boqotanii jiru. Aadde Hinseeneen namoota biratti jaalatamummaa guddaa kan qaban, gara laafeyyiifi hojii isaaniitti fakkeenyummaa kan qaban turan. Sirni awwalchaa guyyaa borii (26/08/2016) Kutaa Magaalaa Buraayyuu bakka Awwalchaa Pirootestaantii Dirreetti sa'aatii 6:00tti raawwata. Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa lubbuun darbuu aadde Hinseenee Baqqalaatiif gadda guddaa itti dhagahame ibsaa, lubbuu isaaniif jannata; maatiifi firoottan isaaniif, akkasumas hojjettoota sektara CHUO hundaaf jajjabina hawwa.
إظهار الكل...
😭 32👍 21 5🥰 4
Ibsa Gaddaa¡¡ Aadde Hinseenee Baqqalaa hojjettuu Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa kan turan dhibee tasaa isaan mudateen yaalamaa turanii guyyaa har'aa addunyaa kanarraa du'aan boqotanii jiru. Aadde Hinseeneen namoota biratti jaalatamummaa guddaa kan qaban, gara laafeyyiifi hojii isaaniitti fakkeenyummaa kan qaban turan. Sirni awwalchaa guyyaa borii (26/08/2016) Kutaa Magaalaa Buraayyuu bakka Awwalchaa Pirootestaantii Dirreetti sa'aatii 6:00tti raawwata. Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa lubbuun darbuu aadde Hinseenee Baqqalaatiif gadda guddaa itti dhagahame ibsaa, lubbuu isaaniif jannata; maatiifi firoottan isaaniif, akkasumas hojjettoota sektara CHUO hundaaf jajjabina hawwa.
إظهار الكل...
🔥 1

👍 1😭 1

👍 16 4
Gamaggamni raawwii hojii mootummaafi paartii ji'oottan salgan darbanii gaggeeffame. Eebla 24, 2016 (Komn.BCHUOO)- Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa gamaggama raawwii hojii mootummaafi paartii ji'oottan salgan darbanii hojjettoota isaa sadarkaa naannoo waliin gaggeessaa jira. Kaayyoo waltajjichaa kan ibsan Hogganaa ittaanaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Waasihuun Golgaa, waltajjichi ciminootaafi hanqinaalee raawwii hojii ji'oottan salgan darban keessatti mul'atan adda baasuun galtee karoora kurmaana itti aanuu taasifachuun karoora xiiqii bara 2016 qabame milkeessuurratti kan xiyyeeffate ta'uu himaniiru. Waltajjicha irrattis gabaasni raawwii hojii mootummaafi paartii kan kurmaana 3ffaa dhiyaatee irratti marii'atamaa jira. "BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!" Feesbuukii keenyaa: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: [email protected]
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 7
Hoggantuu ittaantuun Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa aadde Magartuu Mahaammad fi Gorsaan Hogganaa BCHUOO obbo Aliyyii Umar sosochii "Daandii Qulqulluu- Jireenya Fayyaa"tti makaman. Eebla 23, 2016 (Komn.BCHUOO)- Hoggantuu ittaantuun Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa aadde Magartuu Mahaammad fi Gorsaan Hogganaa BCHUOO obbo Aliyyii Umar sosochii "Daandii Qulqulluu- Jireenya Fayyaa" Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makamanii jiru. "BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!" Feesbuukii keenyaa: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: [email protected]
إظهار الكل...
👍 14