es
Feedback
Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa

Ir al canal en Telegram

Barnootaafi Leenjii Qulqullinaaf Gahumsa Qabu Kennuun Carraa Hojii Bal'inaan ni Uumna!

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa

El canal Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa (@ojcvbureau) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 17 912 suscriptores, ocupando la posición 11 114 en la categoría Educación y el puesto 276 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 17 912 suscriptores.

Según los últimos datos del 04 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 53, y en las últimas 24 horas de 17, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 11.13%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 6.39% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 993 visualizaciones. En el primer día suele acumular 1 145 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 4.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Barnootaafi Leenjii Qulqullinaaf Gahumsa Qabu Kennuun Carraa Hojii Bal'inaan ni Uumna!

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 05 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

17 912
Suscriptores
+1724 horas
+387 días
+5330 días

Carga de datos en curso...

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
septiembre '26
septiembre '26
+40
en 1 canales
agosto '26
+136
en 3 canales
Get PRO
julio '26
+78
en 1 canales
Get PRO
junio '26
+38
en 1 canales
Get PRO
mayo '26
+91
en 4 canales
Get PRO
abril '26
+81
en 4 canales
Get PRO
marzo '26
+49
en 3 canales
Get PRO
febrero '26
+68
en 3 canales
Get PRO
enero '26
+416
en 3 canales
Get PRO
diciembre '25
+460
en 4 canales
Get PRO
noviembre '25
+54
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+150
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+140
en 3 canales
Get PRO
agosto '25
+141
en 2 canales
Get PRO
julio '25
+104
en 2 canales
Get PRO
junio '25
+70
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+135
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+216
en 1 canales
Get PRO
marzo '25
+109
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+75
en 3 canales
Get PRO
enero '25
+92
en 1 canales
Get PRO
diciembre '24
+498
en 2 canales
Get PRO
noviembre '24
+734
en 2 canales
Get PRO
octubre '24
+760
en 7 canales
Get PRO
septiembre '24
+309
en 3 canales
Get PRO
agosto '24
+1 224
en 5 canales
Get PRO
julio '24
+1 498
en 1 canales
Get PRO
junio '24
+1 475
en 4 canales
Get PRO
mayo '24
+1 580
en 2 canales
Get PRO
abril '24
+1 370
en 2 canales
Get PRO
marzo '24
+1 538
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+1 118
en 3 canales
Get PRO
enero '24
+449
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+812
en 3 canales
Get PRO
noviembre '23
+501
en 6 canales
Get PRO
octubre '23
+351
en 4 canales
Get PRO
septiembre '23
+709
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+465
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+249
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+167
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+242
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+152
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+564
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+5 003
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
06 septiembre+1
05 septiembre+4
04 septiembre+17
03 septiembre+12
02 septiembre+3
01 septiembre+3
Publicaciones del Canal
2
Addunyaa har'aa keessatti injifachuuf ogummaan ofdanda'uu, yaada kalaqa haaraa maddisiisuufi jijjiirama waliin tarkaanfachuun murteessaadha- obbo Nasraddin Qaadii. Hagayya 30, 2018 (Komn.BCHUOO)- Kolleejjiin Poolii Teeknika Shaashamannee leenjifamtoota ogummaalee kudha lamaan leenjisaa ture 471 guyyaa har'aa sirna ho'aan eebbisiisee jira. Sirnicharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Hogganaa Ittaanaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Nasraddin Qaadii, mootummaan karoora ogummaan ofdanda'uu hojiirra oolchuun lammiileen keenya hojii barbaaduurraa gara hojii uumuutti; rakkoof harka kennuurraa gara carraatti jijjiiruun furmaata uumuutti akka ce'an taasisuuf hojjechaa jiraachuu himaniiru. Eebbifamtoonni har'aa bara ogummaan xiyyeeffannoo addaa argatee jiruufi ogeessi barbaadamu keessatti eebbifamuun eebba keessan adda taasisa kan jedhan obbo Nasraddin, ogummaan har'aa milkaa'ina borii waanta'eef ogummaa biraa dabalachuun caalmaatti ofgahoomsuuf har'umarraa kaasanii of qopheessuu akka qaban dhaamaniiru. Addunyaa har'aa keessatti injifachuuf ogummaan ofdanda'uu, yaada kalaqa haaraa maddisiisuufi jijjiirama waliin tarkaanfachuun murteessaa ta'uu himuun, hawaasni naannichaas ofdanda'uufi jireenya isaa injifachuuf dhaabbilee leenjiitti simatamuun ogummaa leenji'uu akka qabu dhaamaniiru. Haasawaa anaadhufuu kan taasisan Kantiibaa Ittaanaan Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Dr.Firaa'ol Uddeessaa, eebbi guyyaa gammachuufi agarsiiftuu milkaa'ina firii dadhabbii ta'uu ibsuun, sirni kunis galma xumuraa waan hintaaneef eebbifamtoonni ogummaa horataniin hojii uummachuun hawaasa isaanii tajaajiluufi diinagdeen of cimsuu akka qaban dhaamaniiru. Diiniin Kolleejjii Poolii Teeknika Shaashamannee obbo Abdurahmaan Garee, kolleejjichi bara hundeeffama isaa 1994 irraa kaasee fedhii gabaa hojii irratti hundaa'uun leenjifamtoota hedduu simatee leenjisuun ogummaa hidhachiisee gara addunyaa hojiifi kalaqaatti bobbaasee jiraachuu ibsaniiru. Guyyaa har'aas leenjifamtoota ogummaalee garaagaraan simatee leenjisaa ture leenjii xumursiisuun ogummaa gulantaan leenjichaa barbaadu gonfachiisuudhaan leenjifamtoota 471 eebbaaf dhiyeessuu himaniiru. Eebbifamtoonni kunneen turtii leenjii isaaniitti ogummaa argatan gara carraa hojii uumuu, kalaqaafi oomishaatti jijjiiruu akka qaban obbo Abdurahmaan dhaamaniiru. Xumura sagantichaattis leenjifamtoota qabxii ol'aanaa galmeessuun xumuraniif badhaasaafi beekamtiin kennamee kan jiru yoota'u, industiriiwwaniifi qaamolee milkaa'ina raawwii hojii kolleejjichaa bara 2018 keessatti tumsa ol'aanaa taasisaa turaniif waraqaan ragaa galataa kennameefii jira. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
939
3
Sin texto...
1 097
4
Sin texto...
1 518
5
+4
Sin texto...
2 149
6
Mariin milkaa'ina imala waggoottan shanan darbaniifi karoora hojii waggaa sadii irratti Ministeerri Hojiifi Ogummaa guyoota afuriif gaggeessaa ture goolabame. Hagayya 28, 2018 (Komn.BCHUOO)-Mariin milkaa'ina imala waggoottan shanan darbaniifi karoora hojii waggaa sadii Ministeerri Hojiifi Ogummaa guyoota afuriif sekteroota itti waamamni isaanii ministeerichaaf ta'an waliin gaggeessaa ture goolabame. Waltajjicha irrattis hooggantoonni Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaafi diiniiwwan kolleejjota poolii teekinika Oromiyaa hirmaachaa kan turan yoota'u, Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa raawwii hojii olaanaa damee hundaan galmeessiseef hogganaan Biirichaa injiner Eebbaa Garbaa  badhaasaafi beekamtii sadarkaa deetaa ministeeraatti gorsituu ministeera Hojiifi Ogummaa  aadde Nabiyaa Mohaammed harkaa fudhatan. Sagantichaanis, mariin panaalii matadureewwan adda addaa irratti qooda fudhattootaafi dhimmamtoota sekterichaa hirmaachiise adeemsifamaa kan ture yoota'u, karoorri hojii bara giddugaleessaa dhiyaatee irratti mari'atamuun kallattiin hojii fuula duraa,  sadarkaa deetaa ministeeraatti gorsituu ministeera Hojiifi Ogummaa  aadde Nabiyaa Mohaammediin kennamee jira. Kanamalees, raawwii imala milkaa'ina waggoottan shanan darbanii kan mul'isu egizibiishiniin mataduree "Itiyoophiyaa Ogummeessuu /Skill Ethiopia” jedhu kan oomisha intarpiraayizootaa, bu'aa hojii kalaqaafi yaada daldalaa dhiyaatee hoggantoota olaanoofi keessummootaan daawwatamaa tureera. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 990
7
+6
Sin texto...
1 990
8
Yaadama haaraa damee Ogummaa irratti fudhatameen dhaabbilee Leenjii Teeknikaafi Ogummaa giddugala lammiileen gahumsaaf dandeettii qabaniifi dorgomaa ta'an itti horataman taasisuun danda'ameera- Ministeera Hojiifi Ogummaa. Hagayya 27, 2018 (Komn.BCHUOO)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa adeemsa misoomaa waggoottan shanan darbanii ilaalchisee waltajjii marii gaggeessaa jiruun, dameewwan garaagaraa raawwii hojii isaanii dhuunfaan gamaggamaa jiru. Gamaggama raawwii hojii damee misooma ogummaa taasifameen, yaadama haaraa damee ogummaa irratti fudhatameen dhaabbilee Leenjii Teeknikaafi Ogummaa giddugala lammiileen gahumsaafi dandeettii qaban, akkasumas dorgomaa ta'an itti horataman taasisuun kan danda'ame ta'uun himameera. Waggoottan shanan darbanitti Imaammataafi Tarsiimoo Leenjii Teeknikaafi Ogummaa hojiirra ooleen damee kana caalaatti guddisuufi cimsuu kan danda’an bu'uuraaleen seeraafi dambiiwwan fooyyessuuf hojiiwwan bal’aan hojjetamaa tureen sadarkaan ogummaa 234 qophaa'uun qophaa'uun, sirna leenjii idileetiin leenjifamtoota miliyoona 1.1 ol simachuun leenjisuun, akkasumas sagantaa leenjii gaggabaabootiin leenjifamtoota miliyoona 20 ol leenjisuun kan danda'ame ta'uunis ibsameera. Qulqullina leenjii irratti xiyyeeffannoo olaanaa kennuun hojii hojjetameen dhaabbileen Leenjii Teeknikaafi Ogummaa hedduun Ragaa Mirkaneessa Sirna Bulchiinsa Qulqullinaa (ISO) argachuunis himameera. Kunis leenjifamtoota sadarkaa idil-addunyaatti dorgomaa ta'an horachuuf bu’uura cimaa waggoota shanan darban keessatti kaa’uun danda’ame ta'uu kan agarsiisu ta’uunis eerameera. Milkaa'inoonni kunneenis ilaalchawwan hojii haaraa babal’isuun, akkasumas dhaabbilee teekinoolojiin ammayyeessuun sirna misooma ogummaa dhiyeessii irratti hundaa'erraa gara fedhii gabaafi hojii uumuutti ceesisuuf bu'uura cimaa kan kaa'e ta'uun himameera. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 795
9
+7
Sin texto...
1 881
10
Waggoottan shanan darban haaromsa caasaa, imaammataafi sirna carraa hojiii uumuurratti taasifameen biyya keessaafi biyya alaatti lammiilee miliyoona 20.7 oliif carraan hojii uumamuu Ministeera Hojiifi Ogummaa beeksise. Hagayya 27, 2018 (Komn.BCHUOO)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa raawwii hojii misoomaafi haaromsa waggoottan shanan darbanii Hoggantootaafi raawwattoota damichaa naannolee hundaa bakka argamanitti gamaggamaa jira. Haaromsa caasaa, imaammataafi sirna carraa hojii uumuu irratti waggoottan shanan darban keessatti raawwatameen lammiileen miliyoona 19 ol carraa hojii biyya keessaa argachuu, akkasumas lammiileen miliyoona 1.6 ol karaa seera qabeessa ta’een hojii biyya alaa argatanii jiraachuun ibsameera. Carraa hojii babal’isuufi bu'aqabeessummaa intarpiraayizootaa mirkaneessuufis deeggarsi maallaqaa, dhiyeessiin lafaa, bu’uuraaleen misoomaafi walitti hidhamiinsa gabaa bal'inaan dhiyaachaa turuun himameera. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 795
11
+6
Sin texto...
2 881
12
Kolleejjiin Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Kaanenus leenjifamtoota ogummaalee garaagaraatiin leenjisaa ture 419 eebbisiise. ‎ Hagayya 24, 2018 (Komn.BCHUOO)- Kolleejjiin Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Kaanenus leenjifamtoota ogummaalee garaagaraatiin leenjisaa ture 419 guyyaa har'aa eebbisiisee jira. Sirnicharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Hogganaa Ittaanaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Nasraddin Qaadii, mootummaan lammiileen yoo xiqqaate ogummaa tokkoofi isaa ol gonfachuun abbaa carraa hojii bal'aa akka ta'an gochuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himaniiru. Leenjifamtoonni guyyaa har’aa eebbifamanis ogummaa horataniin hojiitti galuun hawaasaafi biyya isaanii tajaajiluu akka qaban obbo Nasraddin dhaamaniiru. Sirnicharratti haasawaa kan taasisan abbaan qabeenyaa Kolleejjii Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Kaanenus obbo Admaasuu Dirribaa, galma ogummaa dagaagsuun carraa hojii ogummaan durfamu uumuu milkeessuun tumsa qaamolee hundaa kan gaafatu ta'uu ibsuun, kolleejjichis galma kana milkeessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu himaniiru. Kolleejjichi leenjifamtoota simatee leenjisu ogummaa gonfachiisuu qofa utuu hintaanee carraa hojii uumuufiin bu'aqabeessa taasisuuf kan hojjetu ta'uus obbo Admaasuun ibsaniiru. Itti Gaafatamaan Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchiinsa Magaalaa Asallaa obbo Tolaa Hajjii, mootummaan lammiileen intarpiruunara ta'anii sochii diinagdee taasifamurraa fayyadamoo akka ta'aniif dagaagina ogummaaf xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuu himuun, eebbifamtoonni kunneen ogummaa gonfataniin hojiitti galuun namoota kaaniif carraa hojii uumuu akka qaban dhaamaniiru. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
2 400
13
Sagantaa Eebba Leenjifamtootaa KPT Hasaasaa.
Sagantaa Eebba Leenjifamtootaa KPT Hasaasaa.
2 225
14
+7
Sin texto...
2 916
15
Kolleejjiin Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Hirnaa leenjifamtoota ogummaalee afuriin leenjisaa ture 116 eebbisiise. Hagayya 23, 2018 (Komn.BCHUOO)- Kolleejjiin Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Hirnaa leenjifamtoota ogummaalee afuriin leenjisaa ture 116 guyyaa har'aa sirnoota garaagaraan eebbisiisee jira. Diiniin Kolleejjii Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Hirnaa obbo Wasanaa Wadaajoo, lammiin gahumsa ogummaa qabu harka namaa hin ilaalu waan ta'eef kolleejjichi dargaggoonni yoo xiqqaate ogummaa tokkoofi isaa ol gonfachuun dinagdee saffisaan guddataa jiru keessatti qooda isaanii akka bahatan gochuuf hojjechaa jiraachuu himaniiru. Leenjii gahumsaaf qulqullina qabu dhiyeessuun humna namaa dorgomaa ta'e gabaa hojiif dhiyeessuuf hojjetamaa jira kan jedhan obbo Wasanaan, guyyaa har'aas leenjifamtoonni 116 leenjii isaanii xumuruun eebbaaf dhiyaachuu himaniiru. Kolleejjichatti hojii misooma ogummaa hojjjetamuun cinattis mooraa kolleejjichaa iddoo oomishaafi kalaqaa gochuuf kutannoon hojjetamaa jiraachuus ibsaniiru. Sirnicharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Hirnaa obbo Mahaammad Xahaa eebbifamtootaaf gammachuu qaban ibsuun, pooteenshaala carraa hojii magaalichi qabutti gargaaramuun hojiitti akka galan gochuufis deeggarsa walirraa hincinne kan taasisan ta'uu himaniiru. Xumura sagantichaattis, leenjifamtoota qabxii ol'aanaa galmeessuun xumuraniif badhaasaafi beekamtiin kennameera. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 609
16
+7
Sin texto...
1 727
17
Kolleejjiin Poolii Teeknika Baatuu leenjifamtoota ogummaalee saddeetiin leenjisaa ture 181 eebbisiise. Hagayya 23, 2018 (Komn.BCHUOO)- Kolleejjiin Poolii Teeknika Baatuu leenjifamtoota ogummaalee saddeetiin leenjisaa ture 181 guyyaa har'aa eebbisiisee jira. Saganticharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Hogganaa Ittaanaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Habtaamuu Kaasaa, ogummaafi dhaweessummaan ofdanda'uun bu'uura imala badhaadhinaa ta'uu ibsuun, Kolleejjonni leenjii teeknikaafi ogummaa humna guddina dinagdeefi teekinoolojii Ittiin gabbifatan ta'uun hawaasa tajaajilaa jiraachuu himaniiru. Addunyaa yeroo ammaa carraafi rakkoodhaan akkasumas saffisaan guddachaa jirtu kana keessatti gama hundaan dorgomaa ta'uun murteessaadha kan jedhan obbo Habtaamuun, leenjifamtoonni guyyaa har'aa eebbifaman ilaalcha hojii eeggachuu keessaa bahuun ogummaa horataniin hojii uummachuun gahee lammummaa bahachuu akka qaban dhaamaniiru. Ittigaafatamaan Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Baatuu obboo Suruur Hasan, biyyi tokko kan cimu lammii dandeettii, beekumsaafi ogummaa qabu yoo horatte ta'uu ibsuun, eebbifamtoonni kunneen riqicha guddina diinagdee biyyaa ta'uu akka qaban dhaamaniiru. Diiniin Kolleejjii Poolii Teeknika Baatuu obbo Mohaammadsiraaj Hamiid, ogummaan jijjiiramaafi guddina addunyaan har'a irra geesseef bu'uura ta'uu ibsuun, hawaasni magaalichaa faayidaa ogummaa hubatee ijoollee isaa gara kolleejjichaatti erguun abbaa ogummaa akka ta'aniif gahee isaanirraa eeggamu bahuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru. Sirnicharrattis leenjifamtoota qabxii ol'aanaa galmeessuun xumuraniif badhaasaafi beekamtiin kennamee jira. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 638
18
Sin texto...
194
19
+9
Sin texto...
1 801
20
Kolleejjiin Poolii Teeknika Hasaasaa leenjifamtoota ogummaalee garagaraan leenjisaa ture 205 eebbisiise. Hagayya 23, 2018 (Komn.BCHUOO)- Godina Arsii Lixaatti Kolleejjiin Poolii Teeknika Hasaasaa leenjifamtoota ogummaalee garagaraan leenjisaa ture 205 guyyaa har'aa sirna ho'aan eebbisiisee jira. Sirnicharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Hogganaa Ittaanaan Biiroo Carraa Hojii uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Nasraddiin Qaadii, mootummaan ogummaafi kalaqa teekinooloojii babal'isuun lammiileen ogummaa gonfatanii carraa hojii uumachuun diinagdeen akka of cimsaniif xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himaniiru. Barnootaafi Leenjiin guddina hawaas-diinagdeefi siyaasa biyyaaf furtuu ta'uu kan himan ittigaafatamtuun Ijaarsa Paartii Badhaadhina godina Arsii Lixaa Aadde Maliyaa Tufaa, eebbifamtootni ogummaa argatan kalaqaan dabaalanii carraa hojii uumuun diinagdee biyyaa utubuu keessatti gahee isaanii bahuu qabu kan jedhaniiru. Ittigaafatamaan Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Godina Arsii Lixaa Obbo Abdoo Huseen sagantaa eebbaa kanarratti argamuun ergaa dabarsaniin leenjifamtoonni ogummaa argatan fayyadamuun qorqalbii ofii isaanii cimsuun beekumsa argatan bu'aatti jijjiiruun jireenyaa maatiifi lammiilee jijjiiruuf kan yeroo kamiiyyuu caalaa of qopheessuu akka qaban eeraniiru. Bulchaan Aanaa Gadab Hasaasaa Obbo Usmaan Gannaalee gamasaanitiin kolleejjichi barattoota teekinooloojii fi kalaqan gahumsaafi dandeettii qaban horachaa jiraachuu eeraniiru. Diiniin kolleejjichaa Obbo Faqii Haajii kolleejjichi mooraa ogummaan itti leenji'amu ta'uurra darbee bakka teekinoloojiin haaraan itti kalaqamu, carraan hojii ittifuufiinsa qabu uumamu, misoomni ogummaa itti babal'atu taasisuun kan danda'ame ta'uu himaniiru. Kolleejjichi leenjifamtoota 205 ogummaalee garaagaraan leenjisaa ture leenjii xumursiisuun eebbaaf dhiyeessee jiraachuus obbo Faqiin himaniiru. Sirna eebba leenjifamtootaa kana sababeeffachuunis kolleejjichatti shooppiiwwan leenjii, hojiilee kalaqa teekinooloojiifi yaadama kolleejjii intarpiraayizii milkeessuuf sochiileen taasifamaa jiran daawwatamaniiru. Odeeffannoo haaraa argachuuf: Tiiktookii keenya: https://vm.tiktok.com/ZMH3f9RdAj8Eb-l5CPk/ Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/BCHUOO Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau Yuutuubii: https://www.youtube.com/@bchuoobeauro Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/ E-mail: ojcvb2022@yahoo.com
1 525