cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

HADIISA📚

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
3 600
المشتركون
+624 ساعات
+1037 أيام
+30930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

🍀➻. Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin ﷻ jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.
إظهار الكل...
★. Dowraa Barnootaa fii Hifzii Zikriilee Ganamaa fii Galgalaa ★. 📃🖊. Gaafa Guyyaa 24/11/1455H ykn 24/09/2016 irraa jalqabuun Barnootaa Zikriilee Ganamaa fii Galgalaan Wal qabatan Kan Eegallu ta'a. Barnoonni kan irratti Hiikkaalee Zikriilee kanneen gabaabinaan ergaalee keessaa jiranii hubachuu fii Zikriilee hafazzuudha. 📕Risaalan baratamtu Kitaaba Gabaabduun Dhimmi Zikriilee Ganamaa fii Galgalaa Keessatti Sheikh Salih Al-Osaimin hafizahullah barreesseedha. Maqaan isii " الخلاصة الحسناء في أذكار الصباح والمساء" kan jettuudha. 📃🖊. Kanaaf kan barbaachisu Darsii hordofuun barachuuf fii hanga Zikrii Guyyaatti akka haffaztu ajajamtu sirriitti tolchitee haffazuuf qophaa'uudha. ★. Akkaataan itti haffazan -hanga Guyyaa Jalqabaa Zikrii Ganamaa Ganama Waraabuun erguu -hanga guyyaa 2ffaarraa yeroo geeysu kan Guyyaa 2ffaa kophatti ergita ergasii Kan Guyyaa 1ffaa fii 2ffaas Walitti qabdee ergita. -hanga guyyaa 3ffaa yeroo jalqabdu. Jalqaba kan guyyaa 2ffaa ergasii kan guyyaa 1ffaa,2ffaa fii 3ffaa bakka tokkotti ergita. -hanga guyyaa 4ffaa,5ffaa,6ffaa,7ffa....irrattiis akkanuma. ➻ Hanga Guyyaa Kenname yoo xiqqaate erga haffazdeen booda yeroo 20 ol irra deddebi'uu qabda. Kanas Gootee akka Jirtu bakka itti haffazdutti gabaasa goota. Kan guyyaa 1ffaa fii 2ffaa immoo Wlaitti qabdee yeroo 10 erga haffazdeen booda irra deddeebi'uu qabda. Kun hundi wanti haffazamu kan yeroo Muraasa qofa isin keessa taa'u akka hin taaneefi. ★. Dhumarra Waraqaan Ragaa Namoota Tolchanii bareechanii Sirriitti haffazaniif Waraqaa Ragaatu kennamu. ★ Telegram Channel Darsii fii hangi hifzii irra kaa'amtu https://t.me/AzkarSabahMasa ★. Risaalaa Pdf dhan https://t.me/AzkarSabahMasa/2
إظهار الكل...
Al khulasat Al Hasna Azkar Al-Sabaha Wal Masaa'

Sagantaa Darsii fii hifzii Zikriilee Ganamaa fii Galgalaa

★. Mu'uminni balaa adda addaatiin Qoramaadha. Duaaii gochuun Rabbii isaatti waywaatuun Rabbii isaa gabbaraadha. - •|🤎
إظهار الكل...
*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!! •|💙 💛
إظهار الكل...
★. Maddi Nama hamachuu fii Walitti Nama Diruu; Diin nama harkatti xiqqaachuudha. Wanti irratti nama kakaasuu immoo haasidummaadha. Namni mu'minaa lubbuu isaa too'ata akka Diinii fii qalbii isaa eeggatuuf jecha. 💛
إظهار الكل...
📃*| Wallaahi! Dhimma siyaasaa,diinagdee,hawaasummaa,dhuunfaa, Dhimmo Maatii,hariiroo hawaasummaa fii kkf kamuu keessatti Gammachuu Guutuu,tasgabbii fii haala gad-dhaabbataatti gahuun yoo Shari'aan qabatamte hojiirra oolfamte Malee gonkumaa hin argamtu niis jirtu. Shari'aan kun immoo Wahyii Rabbi ﷻ irraa Nabiyyootaa fii ergamtootatti beeksifamteedha. - شرح الرسالة ‎#التدمرية I أ.د. ‎#صالح_سندي.
إظهار الكل...
Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuuti. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maaliif isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀
إظهار الكل...
☘🖊. Wanta tokkolleen kan akka gara rabbii deebi'uu qalbii tasgabbeeysituu fii lubbuu haara galfachiistu gonkumaa hin jirtu*"🍁🌼.        Sheikh Ibn Baaz [Rahimahullah].              📚مجموع الفتاوى  (٣٦١/٢)
إظهار الكل...
۞ ➻. Intala abbaa fii haati Waggaa Meeqa itti laffa'anii guddisanii tolchanii bareechanii tokkicha isiif uumameen eegaa jiran; Mujrimni tokko oduu fii khijiba isaa tortoraa lakkoofsaa fii daangaa hin qabneen isaan harkatti balleessuun,hayaa isiin qabdu harkatti cabsuun,akhlaaqa isii,akkaata ilaalcha isiin jireenyaaf,duniyaaf,aakhiraaf qabduu jijjiirsisuu fii Shira Meeqa karaa Shaatiitiin dheengeenyuun Zulmii guddoo hamtuu fii halaaktuudha. ★
إظهار الكل...
۞ ➻. Irra hedduun Dubartoota Muslimaa biyya keenyaa Firoota Malee imaltuu Deemuu irratti Gobbazaa jiru. والله المستعان
إظهار الكل...