uz
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

@Rabbuunii7 ✍Bagaa nagaan dhuftan đŸ‘‰áŠ„áŠ•áŠłáŠ• ደህና መጡ(áˆ˜áŒŁá‰œáˆ) ✍Reading & learning đŸȘŽFaaruu መዝሙር đŸȘŽWalaloo ግጄሞቜ đŸȘŽSoft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo đŸ”„for English đŸ”„Amharic,Giiz đŸđŸ“© Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Ortodoksii Waloomaa analitikasi

Ortodoksii Waloomaa (@orto02) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 18 399 obunachidan iborat bo'lib, Din & MaÊŒnaviyat toifasida 4 342-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 1 881-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

ĐœĐ”ĐČŃ–ĐŽĐŸĐŒĐŸ sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 18 399 obunachiga ega bo‘ldi.

04 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 395 ga, so‘nggi 24 soatda esa -2 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 1.63% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 0.98% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 299 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 181 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 5 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“@Rabbuunii7 ✍Bagaa nagaan dhuftan đŸ‘‰áŠ„áŠ•áŠłáŠ• ደህና መጡ(áˆ˜áŒŁá‰œáˆ) ✍Reading & learning đŸȘŽFaaruu መዝሙር đŸȘŽWalaloo ግጄሞቜ đŸȘŽSoft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo đŸ”„for English đŸ”„Amharic,Giiz đŸđŸ“© Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 05 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Din & MaÊŒnaviyat toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

18 399
Obunachilar
-224 soatlar
+437 kun
+39530 kun

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Sentabr '26
Sentabr '26
+35
0 kanalda
Avgust '26
+516
2 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+553
34 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+436
38 kanalda
Get PRO
May '26
+465
36 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+455
38 kanalda
Get PRO
Mart '26
+605
32 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+525
32 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+709
33 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+668
3 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+646
3 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+631
3 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+552
1 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+604
2 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+273
2 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+903
3 kanalda
Get PRO
May '25
+817
3 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+1 502
3 kanalda
Get PRO
Mart '25
+1 738
1 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+1 195
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+1 099
3 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+1 136
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+916
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+815
3 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+571
2 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+421
2 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+196
1 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+201
1 kanalda
Get PRO
May '24
+217
1 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+305
3 kanalda
Get PRO
Mart '24
+236
2 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+376
2 kanalda
Get PRO
Yanvar '240
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '230
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '230
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+212
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
05 Sentabr+6
04 Sentabr+4
03 Sentabr+24
02 Sentabr0
01 Sentabr+1
Kanal postlari
2
Hi
1
3
🚹Gatii Data(Birr)+ yeroo(time) + Madda(source) + hubanna fi yaada(awareness, think) + barreessuu (qubeessuu) = maxxaansa ☝☝
🚹Gatii Data(Birr)+ yeroo(time) + Madda(source) + hubanna fi yaada(awareness, think) + barreessuu (qubeessuu) = maxxaansa ☝☝☝Amma kana aarsaa goone barreeffama isin biraa geenya. đŸššâ˜ïžDubbiste maaliif callisteere? Saree maaliif taata👈kan galata inbeekne....👈waan naf gootan tokko qabdan garuu barnoota kana argachuuf 👈 channel kana warning ⚠ akka gallee eega. ✓Abbaan isinif taane keessa ba'uu dĂ ndeessĂ»Ăș 👈 yoo teessanif infayyadan iddoo qabachuu qofa. ✓Warrii sammuu nagaa itti yaada 👇👇👇 âš ïžâ€ŒïžđŸšš Maxxaansa channel kana nĂ mni dubbisa jiruu. Views 200 incaalu yoo baayate Views 400 ol_ta'uu qaba guyyaa tti Subscribe 18.4 lubbuu injiraani moo du'a qofa,moo duuda qofa jira...... ⚠ Warning nuti kenneera. Namni iji ke argee barreeffama asirraa scroll 📜 gootu 👈nagaa qabdu 😔 ✓share godhi ol_kawwaadhu Save goote yeroo biraa dubbista ✓like godhi👈gatii inbaastu maaliif hamaa(miqaanya taata)? ✓comment barreessi ni dubbifna akka beektutti. âš ïžđŸššâ€ŒïžKan indhageenye,tuffaatu moo yoo rakkoo sammuu qabate ala👈nagaa miti.
224
4
Biyya kattaaf dhagaa Bubbeen awwaara kaasu Lafa du’aan achii Ekeraan asaasu Biyya lafti waadamaa Homtuu ol hin magarre Kan tokko iyyatee Tokko isa hin agarre Bersheebaa maaltu jiraa Biyya abdiin dhumaa Biyya itti du’anii Hin arganne gumaa Addunyaa hiyyeettii Bulchiinsallee hin qabne Eenyutu achi jiraa? Namniyyuu hin yaadanne Rakkoo dhamdhamachaa Gororri illee gogee Dhagaaf kattaanillee Kan walii isaaf ooge Dirmannaa dhabanii Iyya gaddaaf daaraa Sokoksaaf bir’atu Bersheebaa maaltu jiraa? Qilleensatu socho’a Lafa oolu dhabee Warra akka isaatii Baay’ee harka qabe Biyyeen biyyee ta’uu Qooda isaa gadhiisee Qilleensatti makamuuf Harka isaa bal’ise. Sanyiitu ol biqilee Lafa isaa abaara Qooda bishaan dhibe Otoo hin guddatiin daara Anoo kana hin eegne Maaltu asiin si fidee Hidda dhiigaa qabna Garaa keetu si dide Nan dhabe homtuu hin jiru Oliif gadi ilaalee Galaan qabus fixee Rakkoo kootu na caale Adeemsa tirannaan Miilli koo na dhubbee Lafarratti uumamuus Garaan koo na jibbe Guyyaa otoon lakkaa’uu Barri na gowwomsee Du’aaf qabdii nyaatee Isa dhumaa na cabse! Afaan qabamanii maal jedhu lammii koo Bara beelli hamaa Dubbiin yoo baay’ates hunduu nama jibbee Booda namaa gama Yoo bitarraa dhaban mirga ofii abdatu Garaa bal’atanii Qophaa ofii badanii garuu maal yaadatu Bersheebaa taa’anii Bishaan nama nyaatee dhallaadduu qabatu Ededa ilaalanii Garuu inni isuma harkaa nyaatee beeka Dur walii galani Hunduu isa dubbate ni fakkaata malee Wal quba hin qabani Cobni mukaas rakkoodha gaaddisa jedhanii Yoo itti baqatani
187
5
Bubbeen hammaan Obomboleettin kahee Dambaliin guddaanis Garba waliin dhahee Galaanni ololaatis Guutee dhangala'e Gaara Qulqulleettii Dirreesheetti lola'e Bidiruu fayyinaas Liqimsuudhaf ga'e Bitaa fi mirgaatin Ni iyya ni uursaa Dameelee wayiinii Mara walitti buusa Firiilee qajeelinaa Cicciree harcaasaa Bubbicha afarfataa Xiqqaaf guddaa raasa Dhugaa adiirratti Cilaattiidha laaqa Daandii sirriirraatii Hallayyaatti maqa Taliilaa jaalalaatti Hadhaa jibbaa naqa Burqaa hingognee Dhagaadhan duucha Hongee sobaatiinii Maddisee balleecha Qarruu nageenyaas Biyyoodhan boorecha Dubbii jiraa fi du'aa Hunda waliin makaa Summiicha seexanaa Hammeenya daakaa Wal marartee golgee Wal darartee akeekaa Wallaalummaan jooree Of taasiseera beekaa Galaanni jaalalaa Galoo jibbaatinii Mi'aan nageenyaas Heexoo jeequmsaanii Nadhiin garalaafinaa Summii hamminaanii Walmakee faalamee Hunkuramaa ta'ee Ilmaan Harmee jalaas Hundumtuu boora'ee Taliilli jaalalashees Booruun bakka bu'ee Dhuma isaanuu huba Jibbaatin summaa'ee @ju Dubbiin Harmeetis ta'e Dhamnisaa koshommii Dhaggeettiinsaas bade Gurri nuffeera goommii Ijjishees tahuuf jiraa Adaamii ollaa agamsaa Sila hiree ilmaansheef Hirqitee coccobsaa!!! Waliisaa wallaalamee Madda taliila dhugittii Summiidha natti ta'aa Booru arge dhuguuttii @Kadhannaadha_fallisaa #HANGA_CALALUUTTI!!
147
6
Faajjidha fannoon koo Sanaa Fajjii nageenyaa Dhiigni achirratti cophe Kan Fayyisaa Addunyaa Gowwaan yoo odeesses Dubbii fuggisoo fi fafa Anoo hin dhiisu ol qabu Isumatu gogee lafatti hafa Qabadhee ba'een dirree Iddoo dorgommii hundaa Moo'ichaan na haguugee Naaf kenne maqaa addaa "Yaa gowwaa, mee callisi Yoo iyyitu sammuutu mul'ata Akkasumaan xiqqummaa kee Addunyaatti waccee ibsitaa...? Waan feete yoo jettees Abbaa oolmaaf oolmaan qaba Innis guddina kan kootiif Harka keessaa qaba.........!
130
7
https://t.me/boost/orto02 ☝☝☝Tuqun carraa keessan yaala.... 🔗 Link kana share godha
3
8
3. Baay'ina Lafa Qabu Naannoo Kunuunsaa: Gadaamichi iddoo hallayyaa fi tulluu gidduutti argama. Lafa bal’aa bosona uumamaa uffatee fi eegumsi jabaan godhamuuf qaba. Bal'ina Woreda sanatti: Akka waliigalaatti qorannoowwan akka agarsiisanitti, naannoon eegumsa bosona gadaamichaa bal'ina lafaa guddaa kan uwwisu yoo ta'u, kofoo hallayyaa fi qarqara laggeen tajaajila turizimiif oolan hedduu hammata. 4. Madda Galii Gadaamichaa Gadaamni kun of danda'ee tajaajila isaa itti fufsiisuuf madden galii armaan gadiitti fayyadama: Kennaa fi Silaataa (Vows/Gifts): Amantoota bakkoota adda addaa fi dhalattoota biyya alaa irraa kennaa maallaqa fi meeshaa dhiyaatu. Galii Turizimii: Tikkeettii muziyamii fi tikkeettii daawwattoota biyya keessaa fi alaa irraa sassaabamu. Qonna fi Kunuunsa: Qabeenya uumamaa naannoo sanatti argaman irraa galii ni argata. 5. Baay'ina Tajaajiltootaa Akka gabaasota tajaajila seenaa gadaamichaa agarsiisanitti, gadaamichi miseensota amantaa fi tajaajiltoota 800 ol qaba. Isaan keessaa dhibba shan (500 ol) monoksitoota (monks) dhiiraa fi dubartoota jireenya addunyaa dhiisanii achi keessa jiraatanidha. Kaan immoo diakonoota, barsiisota amantii fi tajaajiltoota hojii adda addaa irratti bobba'anidha. 6. Qabeenya Dhaabbataa (Fixed Assets) Gadaamichaa Gadaamni kun qabeenya seenaa fi ijaaramaa gatii jabaa qaban qaba: Manneen Kiristiyaanaa Gurguddoo: Bataskaana foon Qulqulluu Abbaa Takla Hayimaanoot irra jiru fi Bataskaana Fannoo (Church of the Cross). Mee_shaalee Seenaa (Museum Artifacts): Siinoota warqee fi birrii, uffata mootota kaleessaa, uffata seenaa eegumsa amantaa, fi Kakuu Moofaa fi Haaraa harkaan barreeffaman. Holqa Qulqulluu fi Madda Uumamaa: Holqa qulqullichi keessatti kadhachaa turanii fi bishaan qulqulluu (tsebel) waggaa dhibba hedduuf hin gonne. Lafa fi Bosona Eegamaa: Bosona uumamaa seenaa dheeraa qabuu fi bineensota akka Jaldeessa Qofee (Gelada Baboon) keessatti eegaman. Gadaamichi yoo hundeeffamu jalqaba irratti "Debre Atsbo" jedhamaa kan ture yoo ta'u, jaarraa 15ffaa keessa gara "Debre Libanos" jedhamutti jijjiurame. Gadaamni kun Kaaba Shoo (North Shewa) keessatti, Finfinneerraa gara dhiha-kaabaatti gara kilomeetira 100-110 fageenya irratti argama. Seenaa fi Akkaataa Tajaajila GadaamichaaManni Barumsaa fi Giddu-gala Amantii: Jaarraa dheeraaf gadaamni kun giddu-gala barnoota amantii Ortodoksii, qorannoo barruulee dhihoo fi fakkiiwwan qulqulluu ture. Hundessaan isaa Abuna Takla Hayimaanoot holqa gadaamicha gubbaa jiru keessatti waggoota 29f akka kadhachaa fi soomaa turan dubbatama. Iddoo Kadhannaa fi Hojiiwwan Lallabaa: Abbaa Takla Hayimaanoot fi duuka buotonni isaanii naannoo sana jiran qofa osoo hin taane, guutuu Itoophiyaa keessa deemuun wangeela lallabaa fi tajaajila amantii babal'isaa turan. Tajaajila Hojii Raajii fi Cuuphaa (Tsebel): Gadaamni kun erga hundeeffamee kaasee hamma tajaajila ammaa ragaa jiruun, bishaan eebbifamaa (tsebel) holqa qulqullichi keessatti kadhachaa turan keessaa madduun namoota dhibee adda addaa qaban dhukkuba irraa akka fayyisu amanama. Kanaan kan ka'es, tursitoota fi namoota amantii adda addaa argachuuf achi deeman hedduuf tajaajila kenna. Aangoo Fi Bulchiinsa: Gadaamni kun seenaa Itoophiyaa keessatti dhiibbaa guddaa qaba ture. Giddu-galli bulchiinsa amantichaa (Abbot) kan "Ichege" jedhamu, Paatriyaarkii (Abuna) malee aangoo olaanaa qabaachaa ture. Seenaa Gootummaa fi Gadaamicha Irra Gahe: Gadaamni kun waraana adda addaa keessatti miidhamuun, haala addaan bara Fascist Mootummaa Italiyaa (Mussolini) bara 1937 keessa sababa hoggantoota amantiitiin dhiibbaa itti uumaniif, Janaraal Graziani ajaja dabarseen lubbuun monoksitoota (monks) fi diyakonoota 400 ol ta'anii (gariin ragaaleen 2,000 ol jedhu) mormi isaanii qalamee wareegamaniiru. Erga waraanni sun darbeen booda, Mootichi Haayila Sillaasee bara 1961-1963 keessa bataskaana haaraa fi bareedaa awwaala qulqullicha Abbaa Takla Hayimaanoot irratti ijaarsisaniiru. Har'as gadaamni kun bakka tursiitotaa, seenaa fi amantii Itoophiyaa keessatti iddoo guddaa qabudha.
199
9
Seenaa Hundeeffama Kawaala (Gadaama dabra libaanos) ደቄáˆȘ áˆŠá‰ŁáŠ–áˆ” አንዔነቔ ገዳም ተርክ ⚠ Dubbisa share godha ⚠Seenaa Gadaama baruu barbaadan comment nuf barreessa. Gadaamni Abbaa Takla Hayimaanoot (kan Debre Libanos jedhamuun beekamu) bara 1284 G.C. (ykn akka lakkoofsa Itoophiyaatti jaarraa 13ffaa keessa) Qulqulluu Abuna Takla Hayimaanootin hundeeffame Gadaamni Abbaa Takla Hayimaanoot (Debre Libanos), seenaa amantaa fi siyaasa Itoophiyaa keessatti bakka guddaa kan qabu yoo ta'u, gaaffilee keessaniif deebiin isaa akka armaan gadiiti: 1. Bara Kamiin Hundeeffame? Gadaamni kun bara 1284 G.C. (ykn akka lakkoofsa Itoophiyaatti jaarraa 13ffaa keessa) Qulqulluu Abuna Takla Hayimaanootiin hundeeffame. Facebook Hundeeffama isaa jalqabaa irratti maqaan isaa "Debre Atsbo" jedhama ture. Jarraa 15ffaa keessa, bara Mooti Zara Ya'iqob, maqaan isaa gara "Debre Libanos" jedhutti jijjiirame. 2. Akkaataa Tajaajila Isaa fi Hamma Har'aatti Gadaamni kun erga hundeeffamee kaasee hamma har'aatti tajaajila adda addaa hawaasaaf kennaa jira: Wiirtuu Barumsaa: Jaarraa hedduudhaaf barumsa amantaa (Orthodox Tewahedo) fi tiyoolojii gadi fageenyaan itti barsiifamaa ture, ammas itti fufee jira. Tajaajila Monoksii: Ammas taanan dhiiraa fi dubartoonni addaan ba'anii jireenya monoksummaa keessatti tajaajilaa jiru. Iddoo Kadhannaa fi Araaraa: Hamma har'aatti namoonni kumaatamaan lakkaawwaman tajaajila bishaan qulqulluu (tsebel) fi kadhannaaf gara gadaamichaa deemu. 3. Bakki Kun Maaliin Beekama? Gadaamni kun waan armaan gadiitiin baay'ee beekamaadha: Holqa Kadhannaa Abuna Takla Hayimaanoot: Holqa qulqullichi waggaa 29 keessatti kadhataa turanii fi bishaan qulqulluu (tsebel) achitti argamuun beekamaadha. Qabeenya Seenaa fi Siyaasaa: Gadaamni kun baroota baay'eedhaaf mootota Itoophiyaa wajjin hidhata guddaa qaba ture; itti gaafatamaan gadaamichaa (Ichege) amantaa qofa osoo hin taane siyaasa biyyattii keessattis aangoo guddaa qabu ture. Hawwata Turizimii: Gadaamni kun kaanivonni (gorge) naannoo isaa jiru baay'ee miidhagaa ta'uu isaa fi Jaldeessa Qofee (Gelada Baboon) naannoo sanatti argamaniin beekamaadha. GoWithGuide 4. Seenaan Maal Jedha? Seenaa gadaamichaa keessatti wanti gaddisiisaan tokko raawwatee ture: Bara 1937 (Wwaraana Xaaliyaanii): Waraanni faasistii Xaaliyaanii jila amantaa fi monoksitoota gadaamichaa irratti fixiinsa guddaa raawwate. Monoksitoota, diakonoota fi tajaajiltoota 800 ol ta'an iddoo sanatti ajjeese. Ammas lafeen isaanii gadaamicha keessatti awwaalamee jira. Ijaarsa Ammayyaa: Gadaamni har'a mul'atu kun boodarra bara 1961 keessa Mooti Hayila Sillaaseen deebi'ee ijaarame. Gadaamni kun ammas zoonii Shawaa Kaabaa, Naannoo Oromiyaa keessatti kan argamu yoo ta'u, seenaa amantaa dhalattoota biyya keessaa fi alaa birattis baay'ee kabajamaadha. ✍waa’ee haala tajaajilaa, ijaarsa, lafaa, galii, tajaajiltootaa fi qabeenya Gadaama Abbaa Takla Hayimaanoot (Debre Libanos) akka armaan gadiiti 1. Haala Tajaajila Gadaamichaa Gadaamni kun wiirtuu dhiibbaa amantaa fi hawaasummaa guddaa qabudha. Tajaajilli isaa dhimmoota armaan gadii hammata: Tajaajila Amantaa fi Kadhannaa: Guyyaa guyyaadhaan tajaajilli qiddaasee, kadhannaa fi galataa ni gaggeeffama. Tajaajila Bishaan Qulqulluu (Tsebel): Holqa qulqullichaatti bishaan qulqulluu madduun, dhukkubsattoonni kumaatamaan lakkaawwaman fayyinaaf itti tajaajilamu. Barumsa Amantii (Tiyoolojii): Gadaamichi manneen barumsa amantaa shan (5) ol qaba. Isaanis barumsa Akkaakuu, Zemaa, Qene, fi hiika Kitaaba Qulqulluu (Mecaaf qulqullu) giddugala godhatu. 2. Akkaataa Ijaarsa Gadaamichaa Ijaarsa Ammayyaa: Ijaarsi ijaan mul'atu fi manen kiristiyaanaa gurguddoon har'a jiran bara 1961 keessa Mooti Hayila Sillaaseen kan ijaaramanidha. Dizayinii fi Faaya: Bataskaanni gurdduan sun foddaa fakkiiwwan bifa bifaatiin (stained glass) miidhagfaman kan artistii beekamaa Afeorq Taklee tiin hojjetaman qaba. Gubbaan isaa korbortii (dome) gurguddaadhaan ijaarame. Muziyamii: Gadaamichi muziyamii qabeenya mootota adda addaa irraa kennaman (meeshaalee birrii fi warqee, kitaabota seenaa gurguddoo) itti fannifaman qaba.
190
10
#SIN_JAALADHA_WAAQA_KOO â€ŽàŒ»àŒ»àŒ»àŒ»àŒ»àŒ»àŒ»àŒ» ‎Sin jaaladha Waaqa koo ‎anii sin qabamee ‎Keessi koo jaalala ‎keetin moo’atamee ‎Waa’ee keen callisuu ‎nan  dubbadha ammaa ‎Dubbiin sagalee keetii ‎natti caale dammaa â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ†â«· ‎Akkuma ana beektuu ‎anillee sin beekaa ‎Si malee hin fedhuu ‎kan biraa akeekaa ‎Jaalalli ati naaf qabduu ‎addaadha gooftaa koo ‎Dafii na qaqqabii ‎abbaa gaafa rakkoo â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Si jibbeetii mitii ‎kanan sirraa dheessee ‎Addunyaa tanatuu laphe ‎koo jaanjessee ‎Akkan si jaaladhuu ‎ati beekta madaaltee ‎Yakka kiyya dhiistee ‎eegumsaaf na filtee â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Dhugaan sin jaaladhaa ‎Waaqayyo koo anii ‎Mee ittan ol galaa ‎karra kee naaf banii ‎Godoo keetti afadheen ‎keessa ciisaafanii ‎Laphee koo jaalalaaf ‎galataaf naa banii â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Barrin si ganeetoo ‎jiraachaa ture hunduu ‎Na  gaabbisiiseeraa ‎tasaa nan fayyaduu ‎Gowwoomeeni malee ‎si jibbeenii mitii ‎Nan beekas hubadhee ‎waan naaf baaste gatii â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Malee sin jaaladhaa ‎laphee kiyya guutuu ‎Narratti chaapa’ee ‎jaalala kan keetuu ‎Osoo lukkuun hin iyyin ‎ganus si’a hedduu ‎Gabbii kiyya malee ‎ganuu koon  barbaadduu â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Lammata sin ganuu ‎na jabeessi atisii ‎Si qofan Waaqessaa ‎gooftaa koo Iyyesuusii ‎Jaalalli ati naaf qabduu ‎madaala hin qabuu ‎Erga na filattee ani ‎hin kufus hin cabuu â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ„àŒ† ‎Sin jaaladha gooftaa ‎sin jaaladha uumaa ‎Kan kufee na kaase ‎fayyisaan koo sumaa ‎Oolmaa jaalalaatiin ‎jaalala ke ibsitee ‎Onneen koos kanaafuu ‎baay’ee si jaalattee â€ŽàŒ†àŒ„àŒ„âœ«àŒ„àŒ† ‎Eeyyeen sin jaaladhaa ‎ati nan gatinii ‎Cubbuu kiyya ilaaltee ‎na hin dagatinii ‎Akkan si jaaladhuu ‎atuu beekta gooftaa ‎Bakka hundumaattuu ‎na wajjiniin jirtaa ‎ ‎Galannii_fi_Ulfinni_guddaan_Waaqayyoof_haa_ta'u. #Bara_baran_Ameen #Bagaa_Gesaan_27đŸ™đŸ„° ‎
209
11
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
128
12
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa. [Koorsii Afuuraa Barumsa Lubummaa Hiika Macaafa Qulqulluu Seenaa Qulqullootaa Seerota Kadhannaa Seenaa Ergamootaa Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
1
13
Kiristaanonni Ejersa Lafoo Olonkomii Birmannaa keenya barbaadaa jiru Lafti Mana Amantaa Kaartaa qabu seera qabeessaan Mana Amantaatiif kenname harkaa fuudhamuuf, Wal gurmeessanii Axirii isaa humnaan irraa diiguun Kiristaanota mufachiisanii jiru. Iyyaa iyya kana dabarsaa! Imaanaadha!
288
14
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇 Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan. Diraamaa:- " " Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan...... Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa 👇 Hunduma isaa bakka tokkotti
41
15
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
27
16
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
57
17
Isin Ortodoksi dha❓
44
18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 đŸ„°Channel afaan oromoođŸ„°
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 đŸ„°Channel afaan oromoođŸ„°
40
19
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
33
20
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
6