Ortodoksii Waloomaa
⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023
显示更多📈 Telegram 频道 Ortodoksii Waloomaa 的分析概览
频道 Ortodoksii Waloomaa (@orto02) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 19 021 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 4 221,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 885 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 19 021 名订阅者。
根据 21 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 393,过去 24 小时变化为 11,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 1.39%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.94% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 264 次浏览,首日通常累积 178 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 4。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“ ⌲ Bagaa nagaan dhuftan
👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ)
✍️Reading & learning
🪴Faaruu መዝሙር
🪴Walaloo ግጥሞች
🪴Soft copy d/t languages
👉 Orthodox information
🔔 Barnoota (education)
✅ Promotion nu dubbisa 🥰
Odeeffannoo nuf kennuuf
Feb 23_023”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。
正在加载数据
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 22 十月 | 0 | |||
| 21 十月 | +17 | |||
| 20 十月 | +14 | |||
| 19 十月 | +16 | |||
| 18 十月 | +7 | |||
| 17 十月 | 0 | |||
| 16 十月 | +8 | |||
| 15 十月 | +13 | |||
| 14 十月 | +16 | |||
| 13 十月 | +5 | |||
| 12 十月 | +4 | |||
| 11 十月 | +57 | |||
| 10 十月 | +7 | |||
| 09 十月 | +114 | |||
| 08 十月 | +1 | |||
| 07 十月 | +20 | |||
| 06 十月 | +19 | |||
| 05 十月 | +7 | |||
| 04 十月 | +12 | |||
| 03 十月 | +13 | |||
| 02 十月 | +12 | |||
| 01 十月 | +42 |
| 2 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 14 |
| 3 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 20 |
| 4 | Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ | 31 |
| 5 | Isin Ortodoksi dha❓ | 8 |
| 6 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 8 |
| 7 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 15 |
| 8 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 16 |
| 9 | Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu?
💠 Kitaaba Qulqulluu
💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee
💠 Raajii Maariyaam
💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa
💠 Sirna Mana Kiristaanaa
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa
💠 Kitaaba Aksimaaroos
💠 Kitaabolee Kadhannaa
💠 Dubbii Maariyaam
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa
💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa!
👇👇👇 | 32 |
| 10 | 🤌Barsiifanni Mana Kiristaanaa Keenyas Akkasin Barsiisti "Namni Har'a Sobaan Sif Ragaa Bahuu Bor Si irratti Sobaan Ragaa Ba'a" Namni Har'a Sif jedhee Waaqa isaa Dhiisu Bor immoo Sababa Biratiin Nama Biratiif Jedhee Si Dhiisa kanaaf Sifis Hin Amanamu jechuudha Kan Waaqa isaaf hin Amanamne Haadha Mana isaaf Hin Amanamu Waan Ta'eef.
Kanaafu #Obboloonni Koo Shamaraan Dubrummaa Hin Qabne Daaqonni Waliin Jaalala Hin Jalqabiina Aangoo Lubummaa isaas Hin Gachisisiina😔🙏 | 218 |
| 11 | #Ani_Durbummaa_Hin_Qabu Hiriyyan Koo Immoo Daaqonidha Baayyeen Isa Jaaladha innis Akkasuma Haa Tahuu Malee Daaqoni 1 Shamara Durbummaa Hin Qabne Akka Hin Fuune Ni Beekna Kanaafis Dhiphaacha Turre Dhuma Irra Garuu Aangoo Daaqonuma Isaa Dhiise Qurbanaan Akka Wal Fuunu Murteesinee Kun Sirridha❓
🤌Jalqaaba Namni Tokko Aangoo Daaqonuma fudhachuufis Erga Fudhatees Dubqeeruma Qabachuu Qaba Ykn Qeerroo Tahuu Qaba Sana Booda Aangoo isaa Itti Aanu Ykn Luba Tahuu dhaafis Shamara Dubrummaa Qabdu Fudhuun Dirqama isatti Yoo Akkas Hin Taane Aangoo Lubummaa isaa itti Aanu Dabalachuu Miti Kan inni Dura Qabu Aangoon Daaqonuma isaayyu Jala Bada Waan Taheef.
🤌Jalqaaba Daaqonin Daaqonni Ta'e Gaafa Muudamu Manni Kiristaanaa Aangoo Jabaa Itti Kennitetti Kan Qofa osoo Hin Taane Aangoo isaa Itti Aanu Lubummaa itti Darbe Luba Ta'e Akka Tajaajiluf Ergama Qaba Jechuudha.
🤌Kitaaba Sirna Galatoo Keenya irratti Lubni Daaqonichan Maal jedha-Yaa Waaqayyoo Daaqoni Kan Kabaja irratti Kabaja Dabalifi Aangoo irratti Aangoo Dabalifi Aangoo irra Ga'e Kanarra Geesisi jedhetu Sirna Galatoo irratti Kadhataa jechuudha Kanaaf Daaqonin Aango Lubummaatti Ce'uun irra jiraata jechudha.
#Obbolonni Koo Warri Shamarani Daaqonni Jaalatanii Jirtan Ykn immoo Daaqonni Jaalataa Jirtan Yoo Durbummaa Hin Qabane Amummaa Dhiisa Yoo Akkas Hin Taane Jaalala Keessa Galchiitani Jaalala Keessa Galtanii Erga Jaalalaa keessa Seentani Aangoo Lubummaatti isaa Deema jiru Dhiisisun Cubbuu Guddaadha Aangoo Cima Fi Guddaa Tahee Kan Samii Ta'e Manni Kiristaanaaf Kennite Kana Akka Salphatti Dhisistaa Taanan,Gachisiista Taanan Ergama Mana Kiristaanaa Gufachiistetaa😔
🤌Eeyye Sirridha Aangoo Daaqonuma isaa Dhiise Qurbanaan Fudhuu Ni Danda'aa Ni Danda'a Gaafa Jedhamu Garuu Danda'uu Isaa Kam Akka Tahee Adda Baafachun Barbaachiisa dha.
🤌Mee Gaaffiin Isiin Gaafadha Nutti Waaqayyoodhan Amanuu Dhiisu Mirgaa Guutuu Qabna Moo Hin Qabnu❓
Mirga Guutuu Ni Qabna Filachuus Dandeenya Filannoon Keenya Kun Garuu Kan Du'atti Nu Geessu Dha Kan Gatii Nu Kafalchiisu dha Waaqayyoon Amanuu dhiisun Mee Yaadame
🤌Kanaaf Aangoo Daaqonuma Erga Fudhatanii Dhiisun Ittin Hin Tajaajilu Jedhanii Gatuun Balleessuun Kunis Dhiisu Akka #Yihuuda faa Dhiisu Akka #Deemaas Faa Waaqayyooraa Adda Bahanii Tajaajila Karaa irratti Hambiisanii Tajaajila Gatanii Fedhii Foon isaanii Calchiisifatanii Dhiisu Jechuudha.
#Warra_Shamaranis Tanaan Waan 1 Qofa Akka Naa Hubatan Naan Barbaada🙏
🤌Nama Biraa Waliin Sagaggalufi Daaqonni Waliin Sagaggalun Garagaaruma Guddaa Akka Qabu Hubachuu Qabdu.
Nama Bira Waliin Shamarri Tokko Yoo Sagaggalte Sagaggaluman Cubbuudha Gaabbii Galu Ni Dandeessi.
Daaqonni Waliin Yoo Sagaggaltee Garuu Waan 2 Tu Cubbuu itti Ta'a
1… Sagaggalun Ishee Cubbuudha
2.Aangoo Waaqayyoo DaaqonninSanaaf Kenne Gachisisuun Isheetiin Cubbuu Guddaa HojjetettinJechuudha Kanaaf Jaalalli Akkasii Kun Isinitti Hafuu Wayya.
Mee #Obboleetti Koo Sumaan Gaaffii Tokkon Si Gafadha❓Namni Waaqayyoo isaatiif Hin Amanamnee Aangoo Waaqayyoo Isaaf Kenne Kan Dhiisu Naaf Ni Amanamaa Jette Ni Yaada❓Namni Aangoo Lubummaa Isaa Salphatti Dabarsee Kennu Anaaf Immoo Ni Amanana Jette Ni Yaada❓
🤌Gonkaa Sif Hin Amanamu #Yihudaan Qarshii dhaaf Jedhee Yeroo Gooftaa Gurguraatu Aangagoonni Luboota Isaa Hin Galateefanne Namni Kun Cubbamadha Qarshii Cubbuu tu isaaf Mala Jedhanitu Qarshii 30 itti Darbatan.
#Yihudaan Gooftaa Kan Ganeef Warra Aangafa Luboora fi Motootan Jaalatamuf Osoo Hun Taane Gooftaa dhaan Waan jibeef dha.
#Naa Amani #Obbóleetti Koo Daaqonin Kun Daaqonuma isaa kan dhiisu Tajaajila isaa Kan dhiisu Waan Si jaalatef Osoo Hin Taane Waan Gooftaa Jibeef dha Waan Mana Kiristaanaa Tajaajilu Hin Jaalaneefi.🥺
🤌Kanaaf Warri Shamaranni Abbaan Mana Keessan Kan Waaqayyoon Tajaajilu Kan Waaqayyoo Jaal'atu Kan Aangoo Daaqonuma isaa Eegate Jiraatu Akka Ta'uu Hawwa Malee Aangoo Daaqonuma isaa Akka Gatuu Hin Hawwina😔 | 200 |
| 12 | ♥♥ስደቷ ፍቅር ነው♥♥
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
ከአረጋዊው ዮሴፍ ጋር _ ኤልሻዳይን አዝላ
ሰሎሜም ሳትቀር_ወጡ ከገሊላ
የአስራአምስት ዓመቷ_ድንግል ማርያም
በግብፁ በረሀ_ ገጠማት ድካም።
ዐፈሩ ረመጥ ነው_ እጅግ የሚያቃጥል
አሸዋ ድንጋዩ_ እንደ ብረት የሚግል
አየር እንፋሎቱ_ ልብን የሚሰውር
የነበረው ስቃይ_እንደምን ይዘርዘር?
ያስጨንቃል በጣም_የመከራሽ ነገር።
በትንቢተ ሆሴዕ _የተጻፈውን
ምስጢራዊ ትንቢት_ ሄደ ሊከውን
የድንግል ማርያም ልጅ_ ኢየሱስ መድኽን
እፁብ ድንቅ ያሰኛል_ የእግዚአብሔር ማዳን።
በፈጣን ደመና _ ወደ ግብጽ በረረ
በማለት ኢሳይያስ_ እውነት ተናገረ
ፈጣኗ ደመና _ ወለተ ኢያቄም
ማኅደረ መለኮት_ ነጻነቱ የአዳም።
ከሦስቱ አካል አንዱ_ ኢየሱስ ክርስቶስ
ተወልዷል በበረት_ ሞትን ሊደመስስ
በገባው ቃል ኪዳን_ በቀጠሮ መጣ
ከሲዖል ቁራኛ_ ነፍሳትን ሊያወጣ።
በከብቶቹ በረት_ ቢታይ በትሕትና
የሕይወት እንጀራ _ የሰማዩ መና
የዳዊት የሙሴ_የነቢያቱ ዜና
ተፈፅሞ ስናይ_ ዘመርን በበገና።
እረኞች በቦታው _ ከመላእክት ጋራ
ሥብሐት ለሥላሴ_ብለዋል በጋራ
ንጉሥ ተወለደ_ በዳዊት ከተማ
አስይ የምሥራች_ በዓለም ይሰማ
ነበር የዚያን ጊዜ_የደስታቸው ዓርማ።
መወለዱን የሰማው_ ሄሮድስ በውሸት ተነስቶ
ብዙ ሕጻናትን _ ቦታው አስጠርቶ
እርዳታ ልሰጥ ነው_ በሚለው ትዕዛዙ
የዋሓን እናቶች_ የሆዳቸውን ፍሬ ወደ እሱ አጋዙ።
ገስግሰው ሲደርሱ_ የሆነው ሌላ ነው
ለጨካኝ ሰራዊቱ_ ደም ለጠማቸው
የሕጻናቱን አንገት_ ቆራርጡት አላቸው
ለወንበር ለሥልጣን_ ስለ ተማረከ
የሥላሴን ፍጥፈት_ በሰይፉ አወከ።
የሰባ ሰገሎቹ_ ጥበብ ስላልገባው
የተወለዱትን _ በሙሉ አስጠራቸው
የተባለው ትንቢት_እንቅልፍ ስለ ነሳው
የነገሥታት ንጉሥን_አስቦ ሊያገኘው
ከዚህ ድንቁርና _ ሰውረን ማለት ነው።
የነፍሳቱ ደም_ ወረደ እንደ ጎርፍ
በዚያች ከተማ _ ቤተልሔም ደጃፍ
በከንቱ ሰዋቸው_ በመሰለው ነገር
ሕፃኑ ግን ሸሽቷል_ ወደ ሌላ ሀገር
የሥላሴ ጥበብ _ ከቶ አይመረመር።
ዛሬም በዚህ ዘመን_ አሉ ብዙ ሞኞች
በአለማዊ ጥበብ_ በባዶ ተሟጋች
ማመን አለማመን_የነሱ ድርሻቸው
እውነትን መመስከር_የልጅ ግዴታ ነው
ሂዱና አሰተምሩ_ መልሱ ነው የሚለው።
ስለኛ ተሰዳ _ተስፋን ለሰጠችን
በልጇ ቸርነት_ ስለተጎበኘን
እንደ ቅዱሳኑ_ ነይ ነይ እንላለን።
በአፀድ በቅጽሯ_ ጽዮንን ከበናል
የአባ ጽጌ ድንግል_ በረከት ደርሶናል
በሰማያዊው ስልት_ማኅሌት ቆመናል
አቤት ያለው ደስታ_ዓለምን ያስረሳል።
ዶግማ የማይሻር_ ከቶ የማይታደስ
ሕጉ አምላካዊ_በፍፁም የማይፈርስ
ቀኖና ፍትሐዊ_ጭንቀት የሚበጥስ
ትውፊት ታሪካዊ_ ለልጅ ልጅ የሚደርስ
የእውነት ቅብብሎሽ_አንዱም አይፋለስ
ከዚህ ውጪ የሆነ_ ልቡ እንዲመለስ
በዋሻ ገደሉ _ጤዛውን በመላስ
ተግተው ይቆማሉ_ እንዳለው ጳውሎስ።
በምድራችን ሰላም_እንዲሆን ደስታ
ትውልዱ እንዲጠግብ_ በአጋፔው ገበታ
በንሰሐ ታጥቦ_ ልቡ እንዲበረታ
ድንግል ሆይ አሳስቢ_ ለታቀፍሽው ጌታ ።
የቤሌሖር ልጁ_ ወድቆ እንዲሰበር
ዳጎናዊው መንገድ_በእውነት እንዲታጠር
የዲያቢሎስ ውጊያ_በቃልህ እንዲሞት
አስነሳልን አምላክ_ የበረታ አባት
ለመንጋው እራርቶ_የሚያፀና በእምነት።
ነኽምያን ላከው_ ያንጽ ቤተመቅደስ
የአምልኮ ሥፍራ_ለሁሉ እንዲዳረስ
ሳሙኤልን ስጠን_ ወንጌልን ሰባኪ
በፀጋው በጥበብ_ራዕይን አሳኪ።
አባታችን ሙሴ_ የማርያም ወንድም
ስማን አሳስብልን_ ለመድኃኒአለም
በኑፋቄ ባሕር_ ገብተን እንዳንሰጥም
ክፈልና አሻግረን_ ተጨንቀናል በጣም
በተሰጠን ፍቅ_ ለመኖር አልቻልንም።
ከውብ ዜማው ጋራ_ ቅዱስ ያሬድ ይምጣ
ምስጢር በማፋለስ_ ከሕግ እንዳንወጣ
እናንብብ እንጠይቅ_ እንማር ከአበው
ከእውነተኛው መምህር_ለኛ ከሚገደው
አምላክ ይሰውረን_ አሁን ከምንሰመው። | 175 |
| 13 | ⚠️ subscribe 19000 qabna
View 🪟 ykn namni channel kana banee ilaalu garûú injiruu jechuun dandeenya 😙
⚠️Erga dubbisnee maaliif join godhu?
⚠️Moo lubbuu injiraani laata?
⚠️Moo haala baraf jedhan network 🛜 isan qabe laata?
⚠️Moo channel kana irratti hamaa yaadan keessa taa'uu laata?
⚠️Share 163
View garuu? Injiruu jechuu wayyaa | 285 |
| 14 | SABABA MAALINII
Sababa maalinii ani
Kana si dhiisuu
Jibbiif dhiibbaan diinaa
Sirraa nan deebisuu
Yoo sirraa na dhiiban
Dideet natti caalaa
Na oolfatta jedheen
barruu kee ilaalaa
Addunyaan na dhiibnaan
koolun sitti gala
Rakkoo moo du’aadhaa
kan sirraa na foo’uu
Du’een gartuu kee ta’a
addunyaaf hin boo’uu
Harka keetu na golgee
du’arraa na oolchaa
Si biran jiraadhaa
maqaa kee faarfachaa
Gochaa kee kan ibsuu
yoon dhabellee jechaa
Yommuun si faarfadhuu
yoo natti seeqanii
Nyaaranis waltuquun
yoo natti qoosanii
Si qapheen leeyya’uu
deebi’een si faarsaa
Guddummaa kee Gooftaa
addunyaafan ibsaa
Jaalala keetirraa
maaltu adda na baasaa
Maqaa keen bahanii
si gananis jarrii
Kan faayidaan qabnee
ilaalanii birrii
An garuu yoomumaa
Goyyoomee sin ganuu
Ta’eetan jiraadhaa
kan galma kee banuu
Anoo mallattoo kee
dabarsee hin kennuu
Faayidaa ilaalee
mana ormaan dhaquu
Laphee kan kootirraa
oolmaa kee hin haquu
Si faarsaan jiraadhaa
waa’ee kee lallabee
Addunyaaf sin labsaa
siidaa kan kee dhaabee
Qalama hin badneen
waa’ee kee katabee
Sababa maalitiini
siin kanan jijjiiruu
Kumnillee kitillee
tasa nan geeddaruu
Sittin jijjiirramuu ta’ee
akka Gaararraa
Maqaa kee dhahachuun
nan oola du’arraa
Kanaaf yeroo hundaa
Jirta laphee koorraa
Walaloo code 🔔 @031@Gooftaa@abdii | 275 |
| 15 | Kitaaba: “Deebii Gaaffii Shakkitootaa” — Dr Masrashaa Geetaachoo
Password : 1546
Page waliigalaa : 205
Size : 52.9 MB
Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira | 280 |
| 16 | Kitaaba: “Deebii Gaaffii Shakkitootaa” — Dr Masrashaa Geetaachoo
Password : 1546
Page waliigalaa : 205
Size : 52.9 MB
Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira | 1 |
| 17 | ✅Torbee kana maal ta'a 👈 yoo link 🔗 channel kana share goone
Subscribe 19000 galchinee?
Group fi channel keessa jirtan irratti share godha.
Barreeffama channel kana Share 175 ni jira 👈 maarree walaloo keenya link channel inqabu,kunis akka namni biroo channel biraa irratti share godhuuf.
Walumagala link 🔗 channel kana share hàà goonu | 218 |
| 18 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 22 |
| 19 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 23 |
| 20 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 44 |
