ar
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

📥@Galmako27 👈Na dubbisuuf Discuss 🔔@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Ortodoksii Waloomaa

تُعد قناة Ortodoksii Waloomaa (@orto02) في القطاع اللغوي Amharic لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 18 729 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 244 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 1 864 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 18 729 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 30 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 315، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -7، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 1.35‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 1.13‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 253 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 211 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 6.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“📥@Galmako27 👈Na dubbisuuf Discuss 🔔@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_02...”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 01 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.

18 729
المشتركون
-724 ساعات
+577 أيام
+31530 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
أكتوبر '26
أكتوبر '26
+22
في 0 قنوات
سبتمبر '26
+401
في 4 قنوات
Get PRO
أغسطس '26
+516
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+553
في 34 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+436
في 38 قنوات
Get PRO
مايو '26
+465
في 37 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+455
في 38 قنوات
Get PRO
مارس '26
+605
في 32 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+525
في 32 قنوات
Get PRO
يناير '26
+709
في 33 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+668
في 3 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+646
في 3 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+631
في 3 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+552
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+604
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+273
في 2 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+903
في 3 قنوات
Get PRO
مايو '25
+817
في 3 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+1 502
في 3 قنوات
Get PRO
مارس '25
+1 738
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+1 195
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '25
+1 099
في 3 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+1 136
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+916
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+815
في 3 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+571
في 2 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+421
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+196
في 1 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+201
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '24
+217
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+305
في 3 قنوات
Get PRO
مارس '24
+236
في 2 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+376
في 2 قنوات
Get PRO
يناير '240
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '230
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '230
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+212
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
01 أكتوبر+22
منشورات القناة
Biyyi keenya eebba saba qulqulluu ta’uu isheetiif, Fannichi lafa waadaa isaa dhufee boqote. Kunis carraa guddaa waan ta’eef, nuti saba amantii taane kun, eebba kana kunuunfachuu fi kabajaan qabachuu nu barbaachisa. Masqalaa jechuun ifa arguu dha. Gooftaan keenya, “Ifti addunyaa anadha; kan ana duuka bu’us ifa jireenyaa argata malee dukkana keessa hin deddeebi’u.” (Yoh. 8:12) jedheera. Kanaaf masqalaan ‘Ibidda meeqa qabsiifne?’ qofa miti. ‘Ifa Kiristoos meeqa gara jireenya keenyaatti galchinee agarsiifne?’ dha. Ayyaana kabajnee garuu obboleessa jibbaa yoo jiraanne, mana Kiristaanaa deemnee qalbiidhaan yoo fagaanne, amantiin keenya bu’aa hin qabu. Mee har’a of haa qorannu. ‘Namni ani waggaa dheeraaf jibbee fi maqaa isaa illee dhaga’uu hin barbaanne eenyu?’ ‘Haaloo eenyuun laphee koo keessa kaa’ee baadhaa jira?’ Ayyaana Masqalaa kabajaa, ifa Kiristoos osoo hin taane dukkana jibbaa keessa yoo jiraanne, ifa ayyaanichaa dhabneerra. Wanti nuti baasuu qabnu Fannoo lafa keessaa qofa miti; jireenya Fannoo qalbii keenya keessaa baasuu [maddisiisuu] qabna. Kosii cubbuu laphee keenyaa haa qotnu! Ifni yeroo ba’u dukkanni iddoo akka hin qabne dhugaadha. Ayyaanni kun ifa wangeelaatiin dukkana wallaalummaa, dukkana shakkii fi dukkana gargar qoodamuu irraa bilisa akka baanu kan nu barsiisudha. Akka Abbootiin keenya nu barsiisanitti, “Fannoon xiyya ittiin ifti wangeelaa garbummaa Diiyaabiloos waraanee nurraa fageessedha.” Gooftaan, “Yoo dubbii kootiin jiraattan, dhuguma bartoota kooti; dhugaa beektu; dhugaanis bilisa isin baasa” (Yoh. 8:31–32) jedha. Har’a Damaraa keenya keessatti cubbuu keenya haa gubnu. Masqalaa keessatti ifa Kiristoos haa ilaallu. Fannoo keessatti jaalala Isaa haa arginu. Yoo nama wajjin wal dhabdee jirta ta’e, ayyaana kanaan nagaa buusi. Yoo Waaqayyo irraa fagaattee jirta ta’e, gara Isaa deebi’i. Fannoon Kiristoos nuuf karaa abdii dha; du’aa ka’uun Isaas abdii jireenya bara baraati. Yaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos, Fannoo kee keessatti jaalala kee nu barsiisi. Laphee keenya keessaa jibbaa fi of-tuulummaa baasii jaalalaa fi araara nuuf kenni. Masqalli keenya ifa Kiristoosiin haa mul’isu, Fannoon Gooftaa keenyaa immoo karaa jireenya keenyaa hundumaa haa qajeelchu! Ameen! Dhuma irrattis, akkuma sirna kadhannaa Mana Kiristiyaanaa keenyaatti, “Fannoon humna keenya, Fannoon jabeenya keenya, Fannoon furmaata keenya, Fannoon fayyina lubbuu keenyaati; Yihuudoonni Fannoo ganu, nuti garuu Fannoo amanna, nu warri Fannotti amannus Fannoodhaan fayyina” jennee faarfachaa, eebba Fannichaatiin guutamnee jireenya qulqullummaa haa jiraannu. Ameen!

2
Yaa Kiristiyaanota, seenaa kana yeroo dubbisnu, ‘Yihuudoonni akkam hamoo dha!’ jennee bira darbuu hin qabnu. Har’as yeroo kana dhageenyu nuti ofii keenyaa maal gochaa jirra? Of-tuulummaa, jibbiinsa, dantaa biyya lafaa, haaloo fi hammeenyaan Fannoo Gooftaa laphee keenya keessaa boolla qotnee kosii cubbuutiin irratti dhoksinee hin jirruu? Yeroo nuti dhiifama gochuu didnu, yeroo obboloota keenya jibbinu, yeroo haaloo qalbii keenya keessa kaa’annee deemnu, nutis Fannicha boolla kosii jalatti deebisnee awwaalaa jirra jechuudha. Yihuudoota bara sanaa irra yoo caalle malee amma nu’i maalin addaree? Namni Fannoo kabaju, jibba isaa Fannoo jalatti dhiisuu qaba. Namni Fannoo Gooftaa yaadatu, haaloo qalbii isaa keessa kaa’ee deemuu hin qabu. Fannoon gidiraa fi jaalala, akkasumas dhiifama Gooftaan keenya, “Yaa Abbaa, waan godhan hin beekaniitii, isaaniif dhiisi.” (Luq. 23:34) jechuun nuuf kenne wajjin kan wal qabatudha. Qulqulluun Phaawuloos akkuma jedhe, “Ani Kiristoos wajjin fannifameera; si’achi anis jiraataa miti, Kiristoostu na keessa jiraata” (Gal. 2:20) jedha. Kanaaf Fannoo baachuu jechuun Kiristoosiin fakkaachuudha; rakkinaa fi obsaan jaalala ibsuudha. Muka ykn sibiila bifa fannootiin tolfame mormaatti kaa’atanii garuu qalbii ofiitiin haaloo baatanii deemuun Fannicha salphisuu fi isa Yihudootni gad fageenyaan awwaalan kan caaludha. Egaan diinni kana yoo dhokseyyuu, dhugaan Waaqayyoo garuu dhokfamuuf hin awwaalamu; fayyisaan addunyaa Fannoon Isaa akka badu hin eeyyamne. Qulqulleettii Illeeniin tsoomaa fi kadhannaadhaan Waaqayyo irraa ifa eegaa yeroo kadhattu, Waaqayyo Ergamaa Qulqulluu Uraa’eliin ergeef. Ajaja kanaanis muka jiidhaa fi gogaa walitti qabdee, akkasumas ixaanaa itti naqxee aara isaa akka eegdu godhame. Aarri Damaraa akkuma kadhannaa qulqullootaa gara samiitti ol ba’ee, gadi deebi’uun iddoo Fannoon awwaalame agarsiise. Har’as Damaraa yeroo gubnu, sirna duudhaa isa kana qofa raawwachuu osoo hin taane, Gubaan Damaraa kun gubaa of-tuulummaa fi cubbuu dha. Aarri isaa immoo kadhannaan keenya gara Waaqayyootti akka ol ba’u nu yaadachiisa. Kitaabni Mul’ataa, “Aarri ixaanaa kadhannaa qulqullootaa wajjin harka Ergamaa sanaa irraa fuula Waaqayyoo duratti ol ba’e” (Mul. 8:4) akkuma jedhu, kadhannaan dhugaan jireenya keenya gara Waaqayyotti deebisuudha. Qulqulluun Uraa’eel aara ixaanaa sana gara iddoo itti Fannichi awwaalameetti qajeelchuun isaa, har’as ifa kadhannaa fi araara qulqullootaatiin dukkanni keenya akka ibsamu nutti mul’isa. Gubaan Damaraa, Fannoon awwaala irraa ba’uu isaa akka ibsu, jireenyi keenyas cubbuu irraa qulqullaa’ee haaromuu isaa ibsa. Otoo aarri ixaanaa sun gadi hin deebine ta’ee, iddoo Fannichi jiruu eenyutu beeka ture? Kanaaf iccitii ifa Waaqayyoo barbaaduuf kadhannaan ixaanaa harka qulqullootaa akka nu barbaachisu argina. Fannichi erga ba’ee ajaa’iba hojjetee booda, qoqqoodamee hiramuun kutaan isaa tokkichi gara biyya keenyaatti dhufee Tulluu Giishen (Tulluu Kerbee) irratti boqochuun isaa eebba guddaadha. Mootiin biyya keenyaa Atsee Daawit, warqee fi qabeenya heddudhaan yeroo dhi’aatuuf, “Ani rakkina warqee hin qabu; Fannoo Gooftaa isa harka mirgaa sana…” jechuun Fannoo filatan. Qulqulluun Efreem, “Dhugaa dhiisanii gaachana Fannoo gatanii biyya lafaa kan filatan gowwootadha” jedheera. Atsee Daawit qabeenya lafaa irra Fannoo filachuun ogummaa dhugaa agarsiise. Nuti har’a jireenya keenya keessatti maal filataa jirra? Qabeenya moo amantii? Haaloo moo araara? Jibba moo jaalala? Waaqayyo Fannoo Isaa tulluu bifa Fannoo qabu irratti akka kaa’e, har’as Fannoo Isaa gara laphee keenyaatti fiduu barbaada. Garuu lapheen keenya bifa Fannoo qabaa? Lapheen keenya dhiifamaan, jaalalaa fi gad of deebisuun bifa Fannoo yoo qabaate qofa, Kiristoos achi keessa buufata. Qulqullichi Phaawuloos, “Kiristoosiin kan ta’e uumama haaraa dha; wanti moofaan darbeera, kunoo, wanti haaraan ta’eera” (2 Qor. 5:17) jedha. Seenaan kun raajiin Raajicha Daawitiin, “Itoophiyaan harka ishee gara Waaqayyootti diriirsiti” (Faar. 68:31) jedhame dhugoomuu isaa mirkaneessa.
146
3
Humna Waaqayyoo waan ta’eefis, Fannoon iddoo Gooftaan keenya itti mo’icha argamsiise, xiyya Diiyaabiloos ittiin cabsee fi si’ooliin ittiin saamedha. Qulqulluun Qoozmoos, “Fannoon meeshaa ittiin cubbuun ajjeefamee fi jireenyi addunyaaf itti kenname dha” jechuun dhugaa kana lafa kaa’a. Duuka bu’ichi Qulqulluun Phaawuloos irra deebi’uun ammas xiyyeeffannoo keenya hunda Fannoo irratti gochuu akka qabnu yeroo nu barsiisu, “Ana garuu, fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos kanaan ala waan biraatiin of jajuun narraa haa fagaatu!” (Gal. 6:14) jechuudhaan ragaa ba’eera. Yeroo ammaa kana garuu, mufattootni: ‘Isin Kiristiyaanonni Ortodoksii maaliif muka waaqessitu? Muka kabajuun waaqa tolfamaa waaqessuu mitii?’ jedhanii ceepha’u. Nuti Kiristiyaanonni muka akka Waaqayyootti gonkumaa hin waaqeffannu; waaqessinees hin beeknu! Uumaa fi uumama sirriitti adda baasna; ulfina Uumaaf malu Uumaaf, kabaja uumamaaf malu immoo uumamaaf kennina. Haa ta’u malee, Fannoo ni kabajna, ni dhunganna; sababiin isaas dhiiga kabajamaa fi qaaliidhaan waan qulqullaa’eef, teessoo Mootichaa, iddoo aarsaan tokkichi bara baraaf yeroo tokkichatti fayyina addunyaaf ga’aa ta’e irratti raawwatamee fi dhi’aatee diina keenya ajjeese waan ta’eefidha. Kan akannjibbu isa ittiin galaafatame—Diyaabiloosidha. Osoo diinni tokko dhufee si ajjeesuuf rasaasa sitti dhukaasee, abbaan kee immoo daddafee rasaasa sana ofitti fuudhee [sirraa qolee], dhiiga isaa dhangalaasee lubbuu kee siif baraaree du’ee, ati uffata ykn gaachana abbaan kee ittiin si fayyise sana, ‘Sibiila ykn uffata bilaashaati’ jettee gattaa? Moo kabajaa fi jaalala abbaa keetiin iddoo addaatti eegdee dhala dhala keetiitti seenaa jaalalaa isaa himta? Dhugaan isaas kanuma! Fannoon Gooftaa keenyaa muka bilaashaa osoo hin taane, bakka aarsaa qulqulluudha; dhiigni dhiifamaa isa irratti lola’ee nu garboota bilisa ittiin baasedha. Kitaabni Qulqulluun ofii isaatii akka nuti Fannoo Gooftaa kabajnuu fi iddoo inni itti fannifametti sagadnu nu ajaja. Raajichi Daawit Kitaaba Faarfannaa isaa irratti, “Gara iddoo buufata isaatti galla; iddoo miilli isaa dhaabate jalatti sagadna!” (Faar. 132:7) jechuun wangeelaan dura raajii dubbateera. Iddoon miilli Isaa dhaabate sunis, iddoo faana Isaa isa Qaraaniyootti Fannoo irratti ittiin duuti obbaafatedha. Akkasumas Kitaaba Seera Lakkoofsaa iratti uumanni Israa’el bofa sibiilaa fannifame ilaalanii akka fayyan dubbata (Lak. 21:8–9); bofni sibiilaa sun uumama ykn sibiila mitii? Sibiilichi dhibee foonii irraa yoo fayyise, Fannoon Gooftaa keenya Kiristoos harka Isaa irratti diriirsee lubbuu fi foon isaa itti nuuf kenne hoo, meeqa caalaa nu hin fayyisuu? Qulqulluun Yohaannis Afaan Warqee, “Fannoon mallattoo mo’icha keenyaati, ulee bittaa dhaloota haaraati, Fannoo malee fayyina arguun hin danda’amu; Fannoon furtuu jannataati” jechuun shakkitoota afaan cufeera. Gooftaan keenya erga fannifamee du’aa ka’ee booda, Fannoon Isaa ajaa’iba gochuu waan eegaleef, inaaftonni Yihuudootaa Fannicha boolla gadi fagaatu qotanii awwaalan. Kosii magaalaa Iyyerusaalem hunda akka irratti gatan labsan. Waggaa dhibba sadiifis Fannichi kosii jala dhokatee ture. Fannoon uumama ta’us, kennaa fi humni Waaqayyoo waan irratti buufateef, kosii jala ta’eeyyuu dhukkubsattoota fayyisaa fi du’aa kaasaa ture. Kanaafis fakkeenya guddaan lafee Eelsaa Raajichaati; lafeen Eelsaa raajichaa reeffa yeroo tuqetti reeffichi akka du’aa ka’e Kitaabni Qulqulluun ragaa ba’a (2 Moot. 13:21). Egaa lafeen dhala namaa yoo hamma kana du’aa kaase, mukni dhiiga Gooftaan ulfaate meeqa caalaa raajii hin hojjetuu? Kanaan inaaftuu kan ta’an Yihuudoonni dhugaa kana obsuu waan dadhabaniif dhaloota duraa dhoksuuf murteessan. Haa ta’u malee, akkuma dukkanni ifa saaquu hin dandeenye, dhoksaan Fannoo isa ifa addunyaa ta’ees kosii Yihuudootaan bara baraaf dhokachuu hin dandeenye.
115
4
𝐏𝐚𝐫𝐭𝐢 2𝐭𝐡😭😭𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐬𝐪𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐚𝐦𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 kabajamu, seenaa durii irra deddeebi’anii himuu qofa osoo hin taane, daawwitii ifaa ittiin jireenya keenya har’aa ilaalluudha. Iccitii fayyinaa, mallattoo jaalala dhugaa fi riqicha nuti gara Waaqayyootti ittiin ceenudha. Seenaan Fannoo, abdii Addaamiif kenname irraa eegalee hanga gaara Qaraaniyootti karaa qaxxaamuree dhufeera. Fannoon Kakuu Moofaa keessatti fakkeenya garaagaraatiin ibsameera. Muki jireenyaa inni iddoo Eedan keessa ture (Uma. 2:9) iccitii Fannoo isa foonii fi dhiiga Gooftaan jireenya bara baraa nuuf kennu sanaa raajiidhaan mul’isaa ture. Dooniin Nohi inni bishaanii fi dheekkamsa irraa saba fayyise, uleen Musee isheen Galaana Diimaa gargar hirtee saba Israa’el ceesiftee fi muka Maaraa isa dhugaatii hadhaa’aa ture mi’eesse (Bau. 15:25), akkasumas bofni sibiilaa inni Museedhaan ulee irratti fannifamee warra bofaan -iddaman fayyise sun hundi (Lak. 21:8–9), fakkeenya Fannoo Gooftaa keenyaa isa Kakuu Haaraa keessatti ifee mul’ateeti. Fakkeenyonni Kakuu Moofaa kunniin hundi gaaddidduu dhugaa Fannoo Qaraaniyootti mul’ateeti. Qulqulluun Yaareed kitaaba isaa Tsome-Digguwaa irratti, “Fannoon ifa, Fannoon faaya, Fannoon nagaa keenya” jechuudhaan ulfinaa fi iccitii Fannoo dhugoomseera. Eeyyee, Fannoon dukkana cubbuu keenya ittiin saaqqannu ifa keenya, qaaniitiin booda uffata ulfinaa itti uffanne faaya keenya, akkasumas aara aarsaa araaraatiin boqonnaa keenya arganne nagaa keenya dha. Waaqayyo dhala namaa bifaa fi fakkeenya Isaatiin ulfina guddaadhaan uume (Uma. 1:26). Haa ta’u malee, diinni of-tuulummaa isaatiin iddoo isaa irraa kufe, haaloo qabateen Addaamii fi Hewaaniin dogoggorse. Kufaatii kanaaf Waaqayyo dhala namaa gatee hin dhiisne; sababiin isaas Inni Uumaa araaraa fi jaalalaan guutame waan ta’eef. Addaam gaabbee yeroo boo’u, gadda hidda gaddaa keessaa maddeen yeroo imimmaan dhangalaasu, Waaqayyo, “Guyyaa shanii fi walakkaatti dhala dhala kee irraa dhaladheen, fannoo irratti fannifamee du’a mo’een si fayyisa” jechuun waadaa seeneef. Akkuma Kitaabni Qulqulluun, “Gooftaa biratti guyyaan tokko akka waggaa kumaa ti, waggaan kumis akka guyyaa tokkoo ti” (2 Pheex. 3:8) jedhu, obsaa fi abdii waggaa kuma shanii fi dhibba shanii booda barri waadaa sun xumurame. Dhuma irrattis, Fannoon muka abaarsaa ta’uun isaa hafee, dhiiga Kiristoosiin teessoo araaraa ta’ee jireenya keenyaaf bu’uura ta’eera. Iccitiin kunis kan inni raawwatame bu’uura haqa Waaqummaatiini. Qulqulluun Atenaatewoos waa’ee iccitii kanaa yeroo ibsu, “Addaam muka nyaachuun hin malle sana irraa nyaachuudhaan abaarsatti waan kufeef, Gooftaan immoo abaarsa muka sanaa balleessuuf muka Fannoo irratti of-dhi’eesse” jedha. Muki durii kufaatii fi du’a fannisee ture; muki Fannoo garuu fannisaa du’aa ka’iinsaa fi jireenya bara baraa nuuf ta’e. Kanaafuu, iddoo mukni Eedan kufaatii fidetti, mukni Qaraaniyoos ka’umsaa fi jireenya nutti deebise. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos jaalala dhala namaatiif jedhee fannoo irratti of dhi’eessuun Isaa, dhugoomina abdii kanaati. Inni, “Michoota isaatiif jireenya isaa dabarsee kennu, jaalalli isa kana caalu hin jiru.” (Yoh. 15:13) akkuma jedhe, Fannoodhaan kan arginu muka qofaa osoo hin taane, jaalala Waaqayyoo isa madaa keenya fayyisuuf dhiigni Kiristoos irratti dhangala’edha. Qulqulluun Yaa’iqoob inni Siruug, “Gooftaan fannoo irratti yeroo harka Isaa diriirsu, Addaamiin bakka kuferraa harkisee kaasuufi” jechuun dhugoomseera. Harki Fannoo irratti diriire sun, addunyaa guutuu gara qoma Araaraa Waaqummaa isaatti kan hammatu harka dhiifamaati. Qulqulluun Phaawuloos kana yeroo ibsu, “Diina keenya irraa kan ka’e, ajajaan isa barreeffame, xalayaa himata keenyaa nuuf barbadeesse; gidduu keenyaas fageesse; fannoo isaatiiniis waraane.” (Qol. 2:14) jedha. Kanaafuu, Fannoon nu warra fayyinuuf humna Waaqayyooti (1 Qor. 1:18).
121
5
Irreechi Aadaadha moo Amantaadha?
17
6
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
23
7
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
27
8
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
30
9
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
58
10
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
4
11
Irreechi Aadaadha moo Amantaadha?
7
12
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
12
13
🌹Baga Geessan 🌹 Soomni Tsiggee Maalif Soomamaa? Walaloowwan Sooma Tsiggee Faaruwwan Sooma Tsiggee Barumsa Waahee Sooma Tsiggee Irratti Sooma Tsiggee eessatti dabarsituu? Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf 👇👇👇
34
14
🎧🎵Faaruu eenyuu dhaggeeffachuu barbaaddu? 👤F/taa Firaanol Moosisaa 👤 F/ttuu sister hiwet teferra 👤F/taa Mendaayee Berhaanuu 👤 F/taa Yilmaa Hayiluu 👤F/taa Dn Abeel Mekbbeb 👤 F/taa Diyaaqon Muluken Kebede 👤 F/taa Tewodroos Yooseef 👤 F/ttuu Faasikaa Dinquu 👤 F/ttuu Bezawork Asfaaw 👤 F/ttuu mirtnesh Tilahun 👤 F/ttuu Worknesh 👤 F/taa Ytbarek Tegeny 👤 F/taa Ge/Yohannes Ge/Tsadek 🌐 Faaruu Ortodoksii hunda 🎶
23
15
Oxford_early_Christian_studies_the_Areopagite_Saint_Dionysius_the.pdf
214
16
Read
1
17
‎‼️ PHEENXEEN FAALLAA WANGEELAATI‼️ ‎ ‼️ KUTAA 2FFAA ‼️ ‎⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻ ‎#WANGEELA_QULQULLUU. ‎ ‎📍Kakuu Haaraa Keessatti Taabonni Jira✅ ‎ ‎" Manni qulqullummaa Waaqaa kan samii keessaas ni baname; taabonni kakuu isaas mana qulqullummaa isaa keessatti mulʼate. Ergasiis ifa balaqqee, sagalee, bakakkaa, sochii lafaatii fi bokkaa cabbii guddaa isaatu ture " ‎ *mul yoh=11፥9 ‎ ‎#Pheenxee (Shakkitoota) ‎ ‎📍Kakuu Haaraa Keessatti Taabonni Hin Jiru Jedhu😁 ‎ ‎#WANGEELA_QULQULLUU. ‎ ‎📍Qulqulleettiin Dubree Maariyaam Dubra Bara Baraati✅ ‎ ‎📍Dubraa Bara Baraa Ta'uu Ishees Icciitiin Dubbateera✅ ‎ ‎" Sana booddee namichi sun balbala iddoo qulqulluu kan karaa alaatiin gara baʼa biiftuutti garagalutti deebisee na fide; balballi sunis cufamee ture " ‎ *Hisq=44፥1 ‎ ‎" Waaqayyo akkana naan jedhe; Balballi kun cufamee hafa; inni banamuu hin qabu; namni tokko iyyuu achiin hin seenu. Sababii Waaqayyo Waaqni Israaʼel karaa sanaan seeneef, balballi sun cufamee hafa " ‎ *Hisq=44፥2 ‎ ‎#Pheenxee (Shakkitoota) ‎ ‎📍Icciitii Caqasa Kanaa Wallaaluu Irraan Kan Ka'e Isheen Ijoollee Biraa Qabdi Akkasuma Dubra Bara Baraa Miti Jedhu😁 ‎ ‎#WANGEELA_QULQULLUU ‎ ‎📍Macaafni Qulqulluun Caafatoota 81 Fi Isaa Oli Qaba✅ ‎ ‎" Kanaanis wanni Ermiyaas raajichi dubbate sun ni raawwatame: Innis akkana jedha; Isaan meetii soddomman, gatii isaa kan ijoolleen Israaʼel isatti shallagan sana fuudhanii " ‎ *mat=27፥9 ‎ ‎" akkasumas faaruu iddaa jedhamu kana akka namoonni Yihuudaa barsiisfaman ajaje; kunis kitaaba Yaashaar keessatti barreeffameera " ‎ *2 sam 1፥18 ‎ ‎" Henook inni Addaam irraa jalqabee torbaffaa ture sun akkana jedhee waaʼee namoota kanaa raajii dubbateera: Kunoo, Gooftaan qulqulloota isaa kumaatama wajjin ni dhufa " ‎ *yih=1፥14 ‎ ‎📍Jechi Raajichi Eermiyaas Dubbate 66 Keessa Hin Jiru❌ ‎ ‎-Kan Inni Jiru 81 Keessa✅ ‎ ‎📍Kitaabni Yaashaar 66 Keessa Hin Jiru❌ ‎ ‎📍Macaafni Raajicha Heenook 66 Keessa Hin Jiru❌ ‎ ‎-Kan Inni Jiru 81 Keessa✅ ‎ ‎#Pheenxee (Shakkitoota) ‎ ‎📍Macaafni Qulqulluun 66 Qofa Jedhu😁 ‎ ‎📍Macaafni Qulqulluun 66 Qofa Akka Hin Taane Macaafumti Isaan Qabata 66 Sun Ragaa Itti Ba'a (mat=27፥9 : 2 sam 1፥18 : yih=1፥14)😁 ‎ ‎#WANGEELA_QULQULLUU. ‎ ‎📍Fannoon Humna Waaqayyooti✅ ‎ ‎" Dubbiin fannoo warra baduuf jiraniif gowwummaadhaatii; nu warra fayyinuuf garuu humna Waaqaa ti " ‎ *1 qor 1፥18 ‎ ‎#Pheenxee (Shakkitoota) ‎ ‎📍Fannoon Humna Hin Qabu Jedhu😁 ‎ ‎✍️walumaagalatti pheenxeen faallaa macaafa qulqulluuti✅✅✅
285
18
Barnoota Saalaa Ortodoksaawaa by Firaol.pdf
264
19
Finoota tsidk 👈☝️Tadisoodha kan jennuuf ragaa waliin ✓Namootni seera mana kiristaana inbeekne, garaa jiraatu🫣 ↪️Surree uffachuu faarfattoota Finoota tsidk seerri mana amanta cabee jiruu jedhu nàmóôtni koorsii barannee jedhan tokko tokko 🥺 Takka turan garûú surree faarfanna jechuun inhafuu ka akkasitti 😙 Faarfattoota finoota tsidk keessa kan vedio irraa jiran hordoftoota amantaa protestant 👈 pheenxee dha. ☝️☝️☝️ Ijoollee kun jaallatan osoo intaane, ijoollee joortee humna isheen waarshaa Rodas(super double trading) keessa hojjeetu,humna akka faarfatan ykn vedio akka dhiyeessan taasisuu. ↪️ finoota tsidk ergama mana kiristaana inqabu. ↪️ Nàmóôtni waldaa keenya jettan jirtuu👈waldaa ke waliin qilee bu'ii 👈waldaa ke mana kiristaana incaalu. ↪️Waldaa tajaajila afuura Kennan tajaajila afaan oromoon beekamtii qaban baay'ee jiruu ✓WABOT ✓WDB ✓WFA ✓WTS ✓WS √WQ ↪️Waldaan kana keessa kaan ergama mana kiristaana dagataniruu. _waan phaaphaas ijaarate fakkaata 😚 _Faayidaf ykn beekamtiif ka'atu ↪️WQ:-Tajaajila afuuran oromoo mana kiristaana keessatti qooqa afaan oromoo injaallatan,Afaan mana kiristaana Afaan Gi'iiz fi Amariffa qofa gochuun barbaadu⚠️❌ ♨️WS fi WDB Waggaa, waggaa tajaajiltoota hedduu leenjisuu👈Kun dhugàa inhalamnedha. Leenjii ganna irratti Barattoota 200,200 olii ykn aver 85 ol leenjisuu 👈 yeroo leenjiitti. ✓Bakka bultii ✓Nyaata fi dhugaati ✓Kaffaltii Barsiisoota [✓hunda kan covered godhu Abbaa qabeenya finoota tsidk)dha. ☝️Deggeeruu isa gaariidha hàà ta'uu malee inni waan deggeeref finoota tsidk seeraa mana kiristaana malee yoo hojjeetu dhabsiisuu qabu. ☝️Yoo kana intaane jaarriis yihuuda waliin maal wal-caaluree? ↪️Madda galii dhabbata hundeessan tajaajila itti fufsiisuun ni danda'aama. ☘️ Eebbifamoon Abbaan sawariyoos hojii bareeda hojjeecha jiruu♥️ Geggeessootni waldaa garuu wal-dhiibuun inbarbaachisuu. Waldaan sillaasee waldaa Afuura Barattoota Oromoo Tawahidoo keessa ba'ee......garuu WABOT👈WS jijjiirame miti. Rakkoo waldaa kana gidduu warrii beekan,beekuu isa isinu beektu. Kutaa 2ffaa itti fufaa......
358
20
⚠️ Hirreecha dhaquun sirrii moo sirrii miti? Kiristaanni Hirreecha irraatti hirmaatu maal gochuu qaba!!!? Akkamitti hirmaata? 🤙↪️ Comment nuf kenna..... Akkasumas waa'ee Waldaa finoota tsidk sana maal jettuu?
168