cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa

“Nama gaaffii isin gaafatee deebii isinirraa barbaaduuf, deebii ga’aa deebisuuf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Phex.3:15). Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jedhu kana keessatti gaaffii shakkitootaaf deebii ga’aa argattu. @YaadgaaffiiBot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
5 898
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+347 kunlar
+11030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
“Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, garbicha kee bira hin darbin! Bishaan xiqqoo isiniif haa fidan; miilla dhiqadhaatii muka kana jala boqodhaa! Erga isin gara garbicha keessanii dhuftanii, ani akka isin dadhabbii baatanii karaa keessan itti fuftaniif waan isin nyaattan isiniifin kenna!” (Uma.18:3-5). “Baga geessan!” jechgeessan. https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira
Hammasini ko'rsatish...
21👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
“Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, garbicha kee bira hin darbin. Bishaan xiqqoo isiniif haa fidan; miilla dhiqadhaatii muka kana jala boqodhaa! Erga isin gara garbicha keessanii dhuftanii, ani akka isin dadhabbii baatanii karaa keessan itti fuftaniif waan isin nyaattan isiniifin kenna.” (Uma.18:3-5). “Baga geessan!” jechumaafi!
Hammasini ko'rsatish...
"Hojii Abrihaamiin hojjedhaa!" Yoh. 8:39 – Telegraph https://telegra.ph/Hojii-Abrihaamiin-hojjedhaa-Yoh-839-07-13
Hammasini ko'rsatish...
"Hojii Abrihaamiin hojjedhaa!" Yoh. 8:39

Lallaba barreeffamaan! Maxxansa hagayya 28/2015 maxxanfame iraa deebiidhaan! Dubbisaa!👇👇👇 Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen! Adoolessi 7 guyyaa uumaan uumatootaa Sillaaseen bifa namaatiin gara mana Abrihaam dhufuusaa itti yaadatamudha. Seenaa guyyaa kanaarraa waan hedduu kan barannu yoo ta'u, keessumattuu garraamummaan Abrihaam, inaaffaan seexanaa fi arjummaan Sillaasee sirriitti guyyaa ifoomedha. Maarree nutis yoo Sillaaseen nuuf eyyeme seenaa guyyaa kanaa bu'uura godhannee…

15👍 9
Sirna jireenyaa (6) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-6-07-12
Hammasini ko'rsatish...
Sirna jireenyaa (6)

Beellama kabaji (2) Waaqayyoo Waaqa beellama eegale qofa osoo hin taane Waaqa beellama kabajuudhaan beekamudha. Beellama baroota 5500 osoo hin hirraanfatii kan raawwate isa qofa. Duuka bu'ichi kana yemmuu ibsu akkas jedha; “Barri murameef sun yeroo guutetti garuu, Waaqayyo ilma isaa erge; innis yeroo ergame dubartii irraa dhalatee, seera jala galfame.” Gal. 4:4 Waaqayyoo beellama irraa barfachuu ykn turuu hin beeku. Kanas raajichi akkas jechuun ibseera. “Mul'anni kun yeroo itti raawwatamuun isaaf ta'u in eega…

6
Adoolessi 5 Guyyaa wareegamtoota Qulqulluu Phaawuloosii fi Pheexiroos https://telegra.ph/Adoolessi-5-Guyyaa-wareegamtoota-Qulqulluu-Phaawuloosii-fi-Pheexiroos-07-11
Hammasini ko'rsatish...
Adoolessi 5 Guyyaa wareegamtoota Qulqulluu Phaawuloosii fi Pheexiroos.

Wareegamaa Qulqullicha Phaawuloos “Phaawuloos” jechuun “meeshaa qulqulluu” jechuudha. “Meeshaa qulqulluu koon si taasisa” akkuma jedhe (H.D.B.9:15). Maqaan isaa kan jalqabaa “Saa’ol” jedhama ture. “Saa’ol” jechuunis “Kennaa Waaqayyoo” jechuudha. Phaawuloos biyyi isaa Israa’el gosa Biiniyaam irraa iddoo magaalaa Tarsees jedhamtutti dhalate. Lamummaa saba Roomaa qaba ture. Kunis Room kun dur kanneen bulchiinsa ishee jala jiraniif lammummaa kennaa waan turteef. Phaawuloos waggaa 15 yemmuu guutu Tarseesii gara…

🥰 8 6👍 1
Sirna jireenyaa (4) – Telegraph https://telegra.ph/Seenaa-jireenyaa-4-07-08
Hammasini ko'rsatish...
Sirna jireenyaa (4)

Yeedaloo Yeedaloon fedhii gadi fagoo lubbuu namaa keessa taa'edha. Yeedaloon nama biyya lafaa kan samii kan taasisudha.(ምድራዊውን ሰው ሰማያዊ የሚያደርግ ነው). Yeedaloon Ibsituu jiraachuu lubbuuti. Yeroo lubbuun haareffamtu foonis duukaa akka haareffamtu yeedaloon nutti hima. Yeedaloon fedhii namoonnii fi bineeldonni waliin qooddatanidha! Bineensotumti hamoo jedhamanillee yeedaloo yemmuu dhaga'an ni booji'amu. Yeedaloon dandeettii gara-jabeessa naashu/garaa laaffisu qaba! Lubootni "nan rakkadhe" jedhu malee, "nan dhiphadhe"…

2
Sirna jireenyaa (3) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-3-07-06
Hammasini ko'rsatish...
Sirna jireenyaa (3)

Galateeffadhu! Addunyaan kun namoota hedduudhaaf dirree qabsoo ulfaataa taatus, galateeffattootaaf garuu salphoodha. Yeroo galateeffannu rakkina keenyarra Waaqayyoon agarra. Yeroo galateeffannu isa dhabne osoo hin taane isa qabnu yaadanna. Yeroo galateeffannu isa bade/deeme osoo hin taane isa arganne/isa jiru yaadanna. Yeroo galateeffannu isa bira ga'uu hankaakne osoo hin taane isa itti milkoofne yaadanna. Galateeffannaan ija ibsa! Galateeffannaan waan hundumaa zeeroodhaan baay'isuu irraa nu baraara! Galateeffannaan…

16👍 2
Karaadiyoon – Telegraph https://telegra.ph/Karaadiyoon-07-05-3
Hammasini ko'rsatish...
Karaadiyoon

Karaadiyoon! Simbiradha! Simbira adii! Isiraa'eloonni yoo namni dhukkuba cimaa dhukkubsatu, simbira adii karaadiyoon jedhamu qabanii fidanii fuuldurasaa kaa'u. (Simbirri adiin kun kan jiraatu naannoo lagaa yoo ta'u; yeroo hedduu garuu galma aanga'ootaa keessaa hin dhabamu! Sababiin isaas yeroo baay'ee dhukkubni warra aanga'ootaatti waan heddummatuufi.) Maarree, yeroo fidanii dhukkubsaticha fuuldura kaa'anitti dhukkubni namichaa waan du'aaf isa geesisu ta'e, simbirichi fuula isaa dhukkubsaticharraa ni naann…

7
Sirna jireenyaa (2) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-2-07-04-4
Hammasini ko'rsatish...
Sirna jireenyaa (2)

Haasaa amaleeffadhu! Haasaa jechuun shaggummaa, mi'aayina, soogidda kan ta'e, dubbii kan mi'eessu, jaallatamaa kan nama taasisu jechuudha. Haasaan tooftaa nama shaggaati. Haasaan daandii qulqullaa'aa kan nama kan biraa gammachiisuuf taasifamudha. Namoonni hedduun machiidhaan nama gammachiisu! Ejjaan nama gammachiisu! Sobaan nama gammachiisu! Haasaan garuu daandii namoota shaggaa yoo ta'u, kunis waanuma qulqulluu ta'e tokkoon nama gammachiisuudha. Addunyaa waanjoon dhiphinaa itti heddummatu kana keessa haasaa…

12
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.