uz
Feedback
Imalli Koo Galma Qaba

Imalli Koo Galma Qaba

Kanalga Telegram’da o‘tish

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Imalli Koo Galma Qaba analitikasi

Imalli Koo Galma Qaba (@imaluuf) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 10 201 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 19 380-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 410-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 10 201 obunachiga ega bo‘ldi.

21 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 1 ga, so‘nggi 24 soatda esa 26 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 12.07% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 3.49% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 1 231 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 356 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 17 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Kanal uchun tavsif kiritilmagan.

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 22 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

10 201
Obunachilar
+2624 soatlar
+1527 kunlar
+130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+178
0 kanalda
Iyun '260
0 kanalda
Get PRO
May '260
1 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+80
2 kanalda
Get PRO
Mart '26
+1
3 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+7
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+5
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+14
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+2
2 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+8
3 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+43
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+93
1 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+4
4 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+102
1 kanalda
Get PRO
May '25
+65
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+149
1 kanalda
Get PRO
Mart '25
+133
2 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+125
2 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+93
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+477
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+907
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+943
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+932
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+887
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+1 056
13 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+1 039
4 kanalda
Get PRO
May '24
+1 458
15 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+1 354
22 kanalda
Get PRO
Mart '24
+1 087
15 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+837
14 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+571
3 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+390
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+61
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+329
11 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+226
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+253
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+740
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+5
0 kanalda
Get PRO
May '23
+8
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+5
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+11
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+9
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+13
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+58
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+231
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
22 Iyul+5
21 Iyul+26
20 Iyul+4
19 Iyul+32
18 Iyul+22
17 Iyul+17
16 Iyul+47
15 Iyul+7
14 Iyul+17
13 Iyul0
12 Iyul0
11 Iyul0
10 Iyul0
09 Iyul0
08 Iyul0
07 Iyul0
06 Iyul0
05 Iyul0
04 Iyul+1
03 Iyul0
02 Iyul0
01 Iyul0
Kanal postlari
Namni dukkana lafaatti gatee si biraa deeme,waan waraabessi si godhe si gaafachuu mirga hin qabuu beeki. ila Gaafa roobni dhaabate xilaan ba'aadha yoo jette jalqabuma qabatee manaa hin bahin,bitteellee qarshii kee hin qisaasinii,jismii rooba dandahu tolfadhu. Jaaloo Ka bu'aaf si barbaadu hunda duuka qilee bu'uu dhiisi,kaayyoon imaluu bari,galma kee laalaa ijjadhu,tooftaafi tarsiimoo seensaafi bahiinsaa lafa kaawwadhu,sana diddu madooftee hadooddee, nama tahuun si jibbisiisee,maatiif fira keetiinis addaan cittaa uf qusadhu. Obbolaa Namni hedduun waan nama biraatiin jedhaa bahe keessatti hafee argi,namni gariin waan quba namatti qabaa bahe keessatti ufiifuu kufee hafee laali,xiqqeenni guddaan nama xinneessanii laaluu irraa burqaa,ufiifi namas daangaa malee ol keettee wajjiin hin kufinii uf tiksi. Haloo Garii namaa ufii fanniftee ufii buusuu dadhabdee beeki,garii namaa ufii lafatti gadi lasltee tuffattee, tuffe raada dhaltee sitti tahee argi,silaa ilma namaa,namoomuma isaatiin kabsjuufi hanguma inni gahuun ulfina isaan malu kennuufii qabda turee taajjabi. Yoooo Haati ilma irra itti laafuun loltii hin dagatin,ilma isii isa qajeeleef sanaa gatii hin laattuu beeki,haa tahu malee, kan abdattus,kan jannata kadhattuufis,kan qalbiin raarraatufis isuma qajeeleef sanii hubadhu, kana jechuun ni jibbitii osoo hin taane,ni aanfattii beeki,atis isa ittiin lolaa ittii aantuufi kan itti aartu addaan baafadhu,daangaa alagaafi firaa adda baasii beeki. Hohooo Kan ifa aduutiin sitti dukkaneessu,kan dukkana keessatti duungoo si harkaa balleessu,kan fuul- dura kee dukkana billaan hin murreen haguugee si baleessu irraa uf qusadhu,isa hin dandeettu siin jedhu saniin,ni dandaha jechuu dhiisii hujiin kee akka dandeettu itti haa himuu,hojjadhuu agarsiisi.

2
Oolmaa kee laalladhu,nama si marsee jiraatu adda baasi,hiriyaa barnoota jaalatu,saahiba hujii jaalatu, nama daaangaa namaatiifi daangaa Rabbii tikfatu wajji jiraataa jirta moo,isa ganamaafi galgalallee dhimma nama dhuunfaa hujii taasifatee alanshaa oolu,kan garaa ufii qofa hinjifatuu dadhabe wajji jiraataa jirta? uf sakatta'i. Eeee. Yeroo garii namatu na barbaachisa jettee laga meeqa ceetee itti geettee,yeroo kamuu akka namni si hin barbaachisne kan si agarsiisutu sitti dabalamuu malaa beeki,kanaafuu nama akkamii tahuu akka barbaaddu ufiifuu uf gaafattu malee hin cehinii uf argadhu.. Jaaloo Hayyuu namni jettuun garriin isaa,maatii isaatuu hiyyuu taasisaa laali,dureessa namni ati jettuun gariin isaa,maatii isaa hiyyeessa bondaa gaditti deebisaa laali,goota namni jettuun gariin,ilmaan isaa luuyina taasisaa taajjabi,jaarsa biyyaa namni ati jettuun garriin,finna ufiii jaamsee kashlabbee taasisaa hubadhu,sheeka namni ati jettuun gariin ilmi isaa doofaa taasisee waliin dhama'aa xiinxalli, gariin namaa,namaaf raaga malee ufitti hin raaguu hubadhu. Obbolaa Mee cal-jedhii,al-tokko namarraa siqii baasii ufitti baasii laali,deemii ittiin baradhu,deemii hojjadhu, deemii ittiin nyaadhu,deemii ittiin uffadhu,deemii ufii soomii salaatii nama gorsuu dursa uf gorfadhu deemii mi'aa jiruu dhuunfaa keetii dhandhamii, sana booda namaaf ibsi,ufiifuu jiraadhuu waa'ee jiruu sana booda namaaf ibsi. Ekaa Dureessa hiyyummaan male garii isaa yoo agarte duniyatu si jibbisiisa,beekaa doofummaan isaan male garii yoo argite barnootatu si jibbisiisa, goota makkala garii yoo agarte gootummatu si jibbisiisa,jaarsolii manaan malte garii yoo alatti agarte jaarsummatu si jibbisiisa,sheeka qe'een male garii yoo hawaasa duratti agarte hedduu si gaddisiisa,bakka isaatiin ala wanti hunduu fokkuudhaa beeki. Haloo Sheyxaanni sadihii beeki,inni jalqabaa isa yoo Aayatulkursiyyii itti qara'an nama biraa fiigu sanii laali,inni lammaffaan isa kursii irra taa'ee waliin dhahuu dandahuu beeki,inni sadaffaan isa kursii irra jiru sana sodaatee kan sujuudu sanaa xiinxalli. Yooo Waswaasa qalbii teetii irraa bilisa bahuuf,dursa kophaa bahii uf argadhuu,sana booda jiruu tee gurraan osoo hin taane ijaan argi santu sihii.
1 358
3
Dhiirota akkasii wajjin jireenya milkaa'inaa hin dabarsitu ! 1. Dhiira Xuuxuuf araadaan dhukkaa'ee suusiin rukutamee Laamsha’e 2. Dhiira Salaata dabarsu (hin salaanne) 3 Dhiira Salaata walitti guuree salaatu 4 Dhiira Haadhaf Abbaa isaatti Jallatu 5 Dhiira Dubartitti qoosu 6 Dhiira waa'een islaamummaaf muslimootaa isa hin yaachifne 7 dhiira Dogna waa hiixachuu harki isaa hin beekne 8 Dhiira Bu'uura Diiniif Aqiidaa isaa hin beekne 9. Dhiiira Rizqii barbaacha dhiisee harka maratee taa'u 10. Dhiira karaa Rabbii irratti si hi kakaafne si hin gorsine ati jallattee qajeeltee dantaa hin qabne 11 Dhiira uffannaan ati uffattee batuuf kabajaan uffaannaa keetii itti hin dhagahamne 12. Dhiira maalummaa abbummaa maatii hin beekneef waa'ee haqa isaa malee isa hin yaachifne 13 Dhiira qofaatti si dhiisee imala bayisu 14 Dhiira bakka itti aaran hin beekne yeroo hunda aariin irraa hin fagaanne
1 767
4
“Nyaanni hundi qaama hin ta’u; Qaamni hundis nyaata hin ta’u”
1 467
5
Doktoora Fayyaa erraa gara Maaraataa Daandii erraa tahuu Namni isin Suuraa erratti Argutan Kun Doktoor muhammad Saalih Al-Abiidii jedhama. Ogeessa fayyaa doktoora ajaaibaa kan Baqaqsanii yaaluu erratti erra guddaa Umurii isaa fixeedha Guyyaa Tokko Akkuma Ojii isaa Dhukkubsataa yaaluuf kutaa Operation ykn Baqaqsanii yaaluu seene Namni Inni harra yaaluuf deemu kun nama isatti jabaa waan taheef ofeeggannoodhaan ojiisaa xumuruuf onnee rifaatuun guutameen kutaa Operationii seene Yaala hudumaa godheefii haala gaariidhaan Operationii godhee xumuree yaroo kahu Dhukkubsataan kun deebi’ee of baruu hin dandeenye Namni inni osoo yaalaa jiruu harkatti lubbuun bahe kun Harmee isaa isanni akka lubbuu ofiitti ilaalu waan taheef doktoorichi of qabuu hin dandeenye Achumatti Qaamni isaa qabbajjaaee Sammuu isaallee dhabee maatii isaas dhiisee ojii isaas dhabee maraatmaan daandii erratti hafe. Waan dandahu maraa yaaleera garuu murtiin Rabbii akka inni yaade hin taane Atihoo Haadha kee woliin akkam jerta ? Yaroo woliin haasoftu sagalee akkamiitiin ittiin dubbatta laata ? Gara lafummaa akkamiitiin ija keessa ilaaltee gammachuu itti uumtee beettaa ? Ammam ammamiin sagaleesii dhagahaa jirta v Tarii dhukkubsachuusii nama biraatu sitti himaa jiraa laata Tarii hin fayyiti takka itti obsaa jettee mana yaalaa geessuu dhiisaa jirtaa laata ? Namni haadhaan nyaatame yoo nama akkamii tahe illee hoonga’aadha Rabbi Nama haadha ofii kaddamatee milkaahu nuhaa godhu Kan worra lubbuun hin jirrees Rabbi Rahmata haa godhuuf Guyyaan ati Gammachuun ooltu guyyaa gaafa harmee keetii dawwaltee kolfaa fi sagalee isii dhageesseeti Harmee kee Amaanaa Harmee kee Amaanaa Harmee kee Amaanaa
1 508
6
Matn yo'q...
1 059
7
Matn yo'q...
1 109
8
𝐎𝐟 𝐒𝐨𝐛𝐧aam...!👌 1. Karoorsanii dilii hujuu irra, nyaata summaawe Nyaachuu wayya. 2. Baratanii Itti hojjachuu dhabuu irra, wallaalumma ofiitiin gaarii dalagutu caala. 3. Sadaqaa namaaf kennanii dhaadachuu irra, Miskiinummaa wayya. 4. Maallaqni gammachuu siif hin bitu, garuu gammachuu sijalaa hata. Namni gurguddaa fi kabajamaan hedduu maallaqa dhabuu isaatiin xiqqeeffameera. 5. Osoo Rabbiin kafana kabajaa isatti uffisuu baatee, ilmi namaa hundi qullaa jira. 6. Ilkaan bareedaa Rabbi namaaf kenneen foon obboleeyyan ofii hamiin nyaachuu irra, ilkaan fixatanii muuqii dhuguu wayya. 7. Mammaaksi “Haatee Durbaa? Jennaan, dur kaa.” Jedhan sun jijjiirameera. “Haatee durbaa? Jennaan, harka dhibbaa “ tti jijjiirameera. Bara kana haadhumatu akka dubra duriitti qaanfii qaba, kabaja qaba, sharafa dubrummaa beeka. 8. Nama qaala’iinsi jireenyaa sooqidda bitachuu dhoorge, Doktorri shukkaarri kee ol ka’eera, of eegi ykn sigalaafata jedhaan
1 140
9
Bifa sooqiddaatiifi sukkaaraa addaan baasuun,bifa kookaatiifi peepsii adda foohuun itti fufa,umrii nama dheeressinaan,raajii guddaa argita. Eeeee. Ardiifi samii takka jalatti wajji uumamnee,aduufi urjiin qixa nutti bahaa,akki itti yaadnuufi akki itti jiraannu wal-adda tahuun isaa qorannoo guddaa barbaachisa. Maraafuu Waa barachuu,waa qorachuu,waa hubachuu,waan beekanitti hojjachuufi kallattii sirrii hordofuuf yaaluun dirqama. Beekkumsaafi barnoota wajjiin fuul durri keenna ifa inshaAllah. Akkuma quuncaatanitti quunca'aa,akkuma jirtanitti jiraataa,hanga dandeettaniin ufiifis barachuu yaalaa,ilmaan keessanis barsiifachuuf carraaqaa,santu furmaata,beenuma beeni.
1 007
10
"wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis) Biyyoonni gurguddoon kaleessaa,kan har'aa fi boris qaroominaan humnaa fi diinagdeen maqaa kaafnu beektota,Ogummaa (xibeb) barbaacha of kennaniin ala miti. Giriik fi pershiyaan,portugali fi turk,Ingliz fi Amerikaan, beektota gurguddoon durfamaniiti,kan Addunyaarraa yeroosaaniitti biyyoota maqaaanuu isaan hin beekne humnaa,diinagdee fi siyaasaan,dhoksaa fi ifaan hoogganuuf qaqqaban. Araboonnis bara beekumsaan firooma qaban hagam akka dhiibbaa uuman beekamaadha.gaafa beekumsaan wol dhabaa,beektota dhiibaa dhufan,maamila boba'aa isaanii bituun nu Eegiin harka kennatan. Keenya garami jechuu barbaadeeti . Bara namni barreeffama miidiiyaa hawaasaarraa( see more )banee ilaaluuf obsa hin qabne,waa'ee nama kitaabota 44 barreessee dubbachuuf hin qaanofne irra jirra. Muhammad Alii( Burhaan Addis) kitaabonni isaa akka nuti waaninni barreesse dubbifnu qofa osoo hin taane akka nuti waa gaafannuuf kan nu affeeraniidha. Kanaaf nutis beekaa nu keessaa argamu akkamitti ilaalla jennee utuu of gaafannee gaariidha. Beekumsa barbaachaaf (gaaffiif karaa bahuun ) yoo nutti ulfaates warra jireenyaa guutuu xiinxaluuf,qorachuuf of kenne waan biraa yoo dadhabne utuu irraa callifnee gaarii dha.
2 028
11
Matn yo'q...
1 623
12
Matn yo'q...
1 687
13
Matn yo'q...
1 716
14
🌹Waan Rabbi naaf kennerraa nama of jaallachiisuuf nama hin faarsu Waan inni hin qabne isaaf kennees isa hin ho’isu Wanti nama dinqisiisu hedduunis na hin dinqisiisu 👉🏻 Amaloota gadhee yeroo ammaa baratamaa tahe keessaa tokko Abbaa aangoo Beektota Amantii Beekamtoota miidiyaa Abbootii qabeenyaa fii kanneen biroo waan isaan hin qabneen Waan isaan hin hojjanneen Bakka isaan hin geenyeen isaan faarsuudha 🌸Sababnis isaan biratti jaallatamuufi Amaloonni kun immoo Abbaan aangoof karaa gara abbaa irrummaa ( dictatorship) saaqaaf Beektota amantii akka isaan qulqulluu of godhan sababa ta’a Beekamtoota Midiyaa akka isaan macha’anii namummaa gadi dhiisan ulaa banaaf Abbootiin qabeenyaa akka isaan rakkataaf hiyyeessa namatti hin lakkoofne godha Madaalli namummaaf Hiikkaan haqummaa Nama dhugaaf sadarkaa isaa cilee jalaa dibuu dhiisuun Akkasuma hammeenya isaas irraa dunuunfachuu dhiisuudha “ ونضع الموازين القسط " 🌷 Guyyaa Gaarii qabaadhaa
2 126
15
#KUTAA CIISICHAA SEENAN! ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ ▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan. ▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan. ▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade. Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne. Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e. ▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera. Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee. ▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen . ▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate. ◈Asirratti wanti hubatamu ▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱ Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna.  Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa wanti gaariin siduraa qabame jira ta'a.    
1 841
16
Dubbisaa dubbadhabboo mataa nun nyaatinaati
1 507
17
Goolaa Dhufani "Baha loohani..😉
1 580
18
Matn yo'q...
0
19
Matn yo'q...
1 993
20
Matn yo'q...
2 108