cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
26 933
Obunachilar
+2124 soatlar
+1057 kunlar
+41330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from WAALIIF PROMOTION
Hammasini ko'rsatish...
Gorsa Psychology barbadanimo?? 👨‍💻 SIRNAA  ADDUNYAA HAARAF? ✔️𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒙𝒊𝒊𝒏𝒔𝒂𝒎𝒎𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 ✔️𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 ✔️𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 ✔️𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒍𝒆𝒆 𝑴𝒂𝒄𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑸𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊😍
Hammasini ko'rsatish...
🌐 Yaalaa Sammuu 🌐
🕔 Psychology 🕔
🌚 Gorsa Dhimmoota Xiinsamuu 🌚
📊 Join All 📊
Umurii 🔞 gadi ilaaluun dhorkaadha. Qaamni hormaataa ishee ilkaan qaba. Qaamni hormaataa kun waan fedhashiin aka tuqe ykn keessa seene hunda ciruuf humna qaba. Guutuusaa ilaalaa https://youtu.be/9YWGmtUzhyc?si=ODe0wGJ1Z81zfiys
Hammasini ko'rsatish...
Qaamni 🔞hormaataa ishee ilkaan ciniinee kutuu danda'u qaba❗

Qaamni hormaataa ishee ilkaan kutuu danda'u qaba. Waan keessa seene hunda cira uumama ajaa'ibaa🔞 #teeth Oromia// fiilmii gaggabaaboo #Odesitutube #oromo #movieexplained . . . . . . . . #Odesitutube #oromia // #ethiopia . . For copyright matters, please contact: [email protected] ⚠DISCLAIMER ⚠ We are give full video ownership right and credit to Filmi expereanced NOTE: We are not the owner of any of the Visuals shown in this video. We give credit to the respective owners and original producers. ► This video is purely fan-made if you (owners) want to remove this video, please me before doing anything. We will respectfully remove it. FAIR-USE COPYRIGHT DISCLAIMER -------------------------------------------- Copyright Disclaimer : under section 107 of the Copyright Act 1976, allowance is made for “fair use” for purposes such as criticism, comment, news reporting, teaching, scholarship, education and research. Fair use is a use permitted by copyright statute that might otherwise be infringing. Non-profit, educational, or personal use tips the balance in favor of fair use. No copyright infringement intended. ALL RIGHTS BELONG TO THEIR RESPECTIVE OWNERS NOTE: We are not the owner of any of the Visuals shown in this video. We give credit to the respective owners and original producers. 1) This video has no negative impact on the original works (It would actually be positive for them) 2) This video is also for informational purposes. 3) It is not transformative in nature. 4) I only used bits and pieces of videos to get the point across where necessary. Odesitutube does not own the rights to these video clips. They have, in accordance with fair use, been repurposed with the intent of educating and inspiring others. However, if any content owners would like their images or video removed, please contact us by email at: [email protected] Notice Age-restricted video (based on Community Guidelines) #teeth #teeth2007 #de leer ling 2015 #movieexplained #odesitutube #oromia24 #jawarmohamed #shortmovie #orotiktok #ethiopia #ethiopian #oromotiktokchallenge #rachuentertaiment #gemedashow #gammadaashow #rachutesfaye #yonimagnanewvideotoday #yonimaga #orthodox #habesha #protestantsongs #fiilmiigabaabaa #gemedashow #jawaar #oromia #oromo #artstvworld #mohaoromo #drama #nafyad #oronews #moviereview #gingilchaa #oromocomedy #oromoculture #movierecap #oda #gadaa #christianmedias #oromomusic #oromogospelsong #oromo_best_prank #ethiopianews #donkeytube Welcome to Odesitu tube. Baga nagaan gara Odesitu tube dhuftan wantoota barsiisoo fi bashannansiisoo akkasumas seenaalee dhugaa addunyaa keenyaa bifa fiilmii fi #oromotiktokchallenge #movieexplained #fiilmiigaggabaaboo #moviereview #comedianishetu #comedianWaqo #comedy #dontjudgeabookbyitscover #teamabaabdi #abdinegara #abaabdi #movieexplained #faarfannaa_afaan_oromoo #faaruu_tube #oromoprotests #oromusic #oromummaa #movieexplainedinhindi #worldcup #dontjudgeabookbyitscover #oromomusic #oromiamusic #oromusic #oromuslim #muslim #orotiktok #shubisa #fiilmiigabaabaa

👍 1
Rasaasa , boombii fi Misaa'eliin man-kuusa keessaa bade. 📌Humni Waraana Koloombiyaa rasaasa miliyoona hedduufi misaa'eloota baay'ee man-kuusaa keessaa gara bu'e dhabuu pirezidaantin biyyattii beeksise. Pirezidaantin Koloombiyaa Gustaavoo Peetroo akka jedhanitti rasaasni miliyeenan lakkaa'amu, boombii harkaafi misaa'elonni meeshaalee waraanaa man-kuusaa keesaa dhabamaniidha. Meeshaalen waraanaa kun dhabamuun qorannoo yeroo dhiyoo as godhame booda ta'uus beeksisan. Meeshaalen kunneen qondaalota waraanan hatamanii dabarfamanii gurguramuus ibsan Pirezidaant Gustaavon. Qondaalonni waraana biyyattii rasaasawwan garaa garaatii hanga misaa'elaatti man-kuusaa mootummaa keessaa baasun kanneen meeshaa waraanaa daddabarsanitti gurgurachuus himan. Ministeerri Ittisaa Koloombiyaa gamasaan keessoo isaatti qorannoo gaggeessaa jiraachuu beeksise. Rasaasawwwanii hanga misaa'elotaatti meeshaaleen waraanaa dhabamuun kan barame yeroo dhiyoo qorannoon tasaa buufata waraanaa lama keessatti erga taasifamee booda ta'uu kan himan Pirezidaant Gustaavon, yeroo dheeradhaaf qondaalonni waraanaa keessofi namoonni sivilii alaa qindoomina uumun baasanii gurguraa turuu himan. Buufata waraanaa Tolemaayidaa jedhamutti qorannoo taasifameen rasaasni 808,000fi boombiwwan harkaa 10,000 ta'utu dhabame. Buufata waraanaa La Guwaajira jedhamutti ammoo rasaasa miliyeena 4.2, boombii harakaa 9000 ol ta'utu hanqatee argame. Akkasumas buufataalee waraanaa lamaan keessaa misaa'elonni ispaayik lamaafi misaa'ela Nimrooyid 37 dabalatee boombii rokkeettidhaan dhukaafamu 550 dhabamuu himan pirezidaantichi. Pirezidaant Gustaavon akka jedhanitti meeshaalen waraanaa kunneen gara hidhattoota Koloombiyaa keessa jiranii osoo hin taane gara Heeyitiifi gabaa gurraacha biyyoota kaanitti geeffamuu hin oolle. Koloombiyaan biyya waggootaf riphee loltoota FARC wajjin wal-looaa turteedha. Lola kanaan namoonni 450,000 ol du'aniiru. Gama biraan ammoo miseensonni waraana biyyattii malaammaltummaafi dhiittaa mirga namoomaa raawwachuunins himatamu. BBC Afaan Oromoo @baacoowwan
Hammasini ko'rsatish...
3👍 1🥰 1
Kamtu guutuu taasisa? Qotee bulaan bariidhaan ka'ee_____________isaa cidii nyaachisa.Anonymous voting
  • Sangota
  • Sangootaa
  • Sangoota
0 votes
👏 7
Kitaabota pdf'n 📚📚📚📚📚📚📚 kitaabota gara garaa akka fedhii keessaniitti argachuu barbaddumoo❓❓
Hammasini ko'rsatish...
✅ EEYYEE ✅
❌ LAKKII ❌
📋 KITAABOOTA HAFUURA 📋
📖 KITAABOOTA ASOSAMMAA 📖
⭕ JOIN ALL ⭕