Imalli Koo Galma Qaba
📈 تحلیل کانال تلگرام Imalli Koo Galma Qaba
کانال Imalli Koo Galma Qaba (@imaluuf) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 10 308 مشترک است و جایگاه 19 452 را در دسته آموزش و رتبه 384 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 10 308 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 10 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -372 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -8 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 13.29% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 3.53% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 1 371 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 364 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 7 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
توضیحی برای کانال ارائه نشده است.
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 11 ژوئن, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 11 ژوئن | 0 | |||
| 10 ژوئن | 0 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | 0 | |||
| 03 ژوئن | 0 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | 0 |
| 2 | Doktoora Fayyaa erraa gara Maaraataa Daandii erraa tahuu
Namni isin Suuraa erratti Argutan Kun Doktoor muhammad Saalih Al-Abiidii jedhama.
Ogeessa fayyaa doktoora ajaaibaa kan Baqaqsanii yaaluu erratti erra guddaa Umurii isaa fixeedha
Guyyaa Tokko Akkuma Ojii isaa Dhukkubsataa yaaluuf kutaa Operation ykn Baqaqsanii yaaluu seene
Namni Inni harra yaaluuf deemu kun nama isatti jabaa waan taheef ofeeggannoodhaan ojiisaa xumuruuf onnee rifaatuun guutameen kutaa Operationii seene
Yaala hudumaa godheefii haala gaariidhaan Operationii godhee xumuree yaroo kahu Dhukkubsataan kun deebi’ee of baruu hin dandeenye
Namni inni osoo yaalaa jiruu harkatti lubbuun bahe kun Harmee isaa isanni akka lubbuu ofiitti ilaalu waan taheef doktoorichi of qabuu hin dandeenye
Achumatti Qaamni isaa qabbajjaaee Sammuu isaallee dhabee maatii isaas dhiisee ojii isaas dhabee maraatmaan daandii erratti hafe.
Waan dandahu maraa yaaleera garuu murtiin Rabbii akka inni yaade hin taane
Atihoo Haadha kee woliin akkam jerta ?
Yaroo woliin haasoftu sagalee akkamiitiin ittiin dubbatta laata ?
Gara lafummaa akkamiitiin ija keessa ilaaltee gammachuu itti uumtee beettaa ?
Ammam ammamiin sagaleesii dhagahaa jirta v
Tarii dhukkubsachuusii nama biraatu sitti himaa jiraa laata
Tarii hin fayyiti takka itti obsaa jettee mana yaalaa geessuu dhiisaa jirtaa laata ?
Namni haadhaan nyaatame yoo nama akkamii tahe illee hoonga’aadha
Rabbi Nama haadha ofii kaddamatee milkaahu nuhaa godhu
Kan worra lubbuun hin jirrees Rabbi Rahmata haa godhuuf
Guyyaan ati Gammachuun ooltu guyyaa gaafa harmee keetii dawwaltee kolfaa fi sagalee isii dhageesseeti
Harmee kee Amaanaa
Harmee kee Amaanaa
Harmee kee Amaanaa | 503 |
| 3 | بدون متن... | 457 |
| 4 | بدون متن... | 677 |
| 5 | 𝐎𝐟 𝐒𝐨𝐛𝐧aam...!👌
1. Karoorsanii dilii hujuu irra, nyaata summaawe Nyaachuu wayya.
2. Baratanii Itti hojjachuu dhabuu irra, wallaalumma ofiitiin gaarii dalagutu caala.
3. Sadaqaa namaaf kennanii dhaadachuu irra, Miskiinummaa wayya.
4. Maallaqni gammachuu siif hin bitu, garuu gammachuu sijalaa hata. Namni gurguddaa fi kabajamaan hedduu maallaqa dhabuu isaatiin xiqqeeffameera.
5. Osoo Rabbiin kafana kabajaa isatti uffisuu baatee, ilmi namaa hundi qullaa jira.
6. Ilkaan bareedaa Rabbi namaaf kenneen foon obboleeyyan ofii hamiin nyaachuu irra, ilkaan fixatanii muuqii dhuguu wayya.
7. Mammaaksi “Haatee Durbaa? Jennaan, dur kaa.” Jedhan sun jijjiirameera. “Haatee durbaa? Jennaan, harka dhibbaa “ tti jijjiirameera. Bara kana haadhumatu akka dubra duriitti qaanfii qaba, kabaja qaba, sharafa dubrummaa beeka.
8. Nama qaala’iinsi jireenyaa sooqidda bitachuu dhoorge, Doktorri shukkaarri kee ol ka’eera, of eegi ykn sigalaafata jedhaan | 715 |
| 6 | Bifa sooqiddaatiifi sukkaaraa addaan baasuun,bifa kookaatiifi peepsii adda foohuun itti fufa,umrii nama dheeressinaan,raajii guddaa argita.
Eeeee.
Ardiifi samii takka jalatti wajji uumamnee,aduufi urjiin qixa nutti bahaa,akki itti yaadnuufi akki itti jiraannu wal-adda tahuun isaa qorannoo guddaa barbaachisa.
Maraafuu
Waa barachuu,waa qorachuu,waa hubachuu,waan beekanitti hojjachuufi kallattii sirrii hordofuuf yaaluun dirqama.
Beekkumsaafi barnoota wajjiin fuul durri keenna ifa inshaAllah.
Akkuma quuncaatanitti quunca'aa,akkuma jirtanitti jiraataa,hanga dandeettaniin ufiifis barachuu yaalaa,ilmaan keessanis barsiifachuuf carraaqaa,santu furmaata,beenuma beeni. | 653 |
| 7 | "wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis)
Biyyoonni gurguddoon kaleessaa,kan har'aa fi boris qaroominaan humnaa fi diinagdeen maqaa kaafnu beektota,Ogummaa (xibeb) barbaacha of kennaniin ala miti.
Giriik fi pershiyaan,portugali fi turk,Ingliz fi Amerikaan, beektota gurguddoon durfamaniiti,kan Addunyaarraa yeroosaaniitti biyyoota maqaaanuu isaan hin beekne humnaa,diinagdee fi siyaasaan,dhoksaa fi ifaan hoogganuuf qaqqaban.
Araboonnis bara beekumsaan firooma qaban hagam akka dhiibbaa uuman beekamaadha.gaafa beekumsaan wol dhabaa,beektota dhiibaa dhufan,maamila boba'aa isaanii bituun nu Eegiin harka kennatan.
Keenya garami jechuu barbaadeeti .
Bara namni barreeffama miidiiyaa hawaasaarraa( see more )banee ilaaluuf obsa hin qabne,waa'ee nama kitaabota 44 barreessee dubbachuuf hin qaanofne irra jirra.
Muhammad Alii( Burhaan Addis) kitaabonni isaa akka nuti waaninni barreesse dubbifnu qofa osoo hin taane akka nuti waa gaafannuuf kan nu affeeraniidha. Kanaaf nutis beekaa nu keessaa argamu akkamitti ilaalla jennee utuu of gaafannee gaariidha.
Beekumsa barbaachaaf (gaaffiif karaa bahuun ) yoo nutti ulfaates warra jireenyaa guutuu xiinxaluuf,qorachuuf of kenne waan biraa yoo dadhabne utuu irraa callifnee gaarii dha. | 1 559 |
| 8 | بدون متن... | 1 234 |
| 9 | بدون متن... | 1 270 |
| 10 | بدون متن... | 1 483 |
| 11 | 🌹Waan Rabbi naaf kennerraa nama of jaallachiisuuf nama hin faarsu
Waan inni hin qabne isaaf kennees isa hin ho’isu
Wanti nama dinqisiisu hedduunis na hin dinqisiisu
👉🏻 Amaloota gadhee yeroo ammaa baratamaa tahe keessaa tokko
Abbaa aangoo
Beektota Amantii
Beekamtoota miidiyaa
Abbootii qabeenyaa fii kanneen biroo waan isaan hin qabneen
Waan isaan hin hojjanneen
Bakka isaan hin geenyeen isaan faarsuudha
🌸Sababnis isaan biratti jaallatamuufi
Amaloonni kun immoo
Abbaan aangoof karaa gara abbaa irrummaa ( dictatorship) saaqaaf
Beektota amantii akka isaan qulqulluu of godhan sababa ta’a
Beekamtoota Midiyaa akka isaan macha’anii namummaa gadi dhiisan ulaa banaaf
Abbootiin qabeenyaa akka isaan rakkataaf hiyyeessa namatti hin lakkoofne godha
Madaalli namummaaf
Hiikkaan haqummaa
Nama dhugaaf sadarkaa isaa cilee jalaa dibuu dhiisuun
Akkasuma hammeenya isaas irraa dunuunfachuu dhiisuudha
“ ونضع الموازين القسط "
🌷 Guyyaa Gaarii qabaadhaa | 2 036 |
| 12 | #KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.
▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.
▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.
▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.
▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .
▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.
◈Asirratti wanti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa wanti gaariin siduraa qabame jira ta'a.
| 1 841 |
| 13 | Dubbisaa dubbadhabboo mataa nun nyaatinaati | 1 507 |
| 14 | Goolaa Dhufani
"Baha loohani..😉 | 1 580 |
| 15 | بدون متن... | 0 |
| 16 | بدون متن... | 1 993 |
| 17 | بدون متن... | 2 108 |
| 18 | Waan jechi bareeche hojiidhaan faayanii jedhama Ilaamee Yaa namaa jirra jechuun yoo maalirra jiraanne wol qabna jechuun hoo yoo maal woliin qabaanne ammoo woliif qabaanne waatu badee akkamittii badeef Eessatti badee wollallee malee.!!
Ilaa maaltu jira beektu woliif hamilee tahuu keessaa jalqabni seequu gaarii woliif kennuu akka tahe beektu laata hadaraa arraba hamaaf jireenya seenaan hin daganneef ofis hin kenninaa wolis hin kenninaa nama faluu yoo dadhabne nama faalu irraa of ha qusannu ..!!
Yeroon nuti qabnuu gabaabduudha waan taateef Seequu gaariis Taatu woliif ha kenninu Ee WAAN BARRI Barreesse Qalamaan waamani jedhama..!! | 2 159 |
| 19 | Dubartiin jabduun, tattaafattuun, of irratti amantii qabdu—Boonii—jireenya ulfaataa keessa darbittee, abbaa malee guddattee, rakkoo hedduu dandamachuun of ijaarte. Jireenya gaarii jiraachaa turte… garuu jechoonni namootaa miidiyaa hawaasummaa irratti darbataman, arrabsoo fi xiqqeessuun guyyaa guyyaan hamilee ishee cabse.
Namoonni tokko tokko dubbii isaanii akka salphaatti ilaalu… garuu dubbii tokko lubbuu namaa balleessuu danda’a.
Har’a, Boonii nu biraa hin jirtu… of ajjeeste.
Kun nu hundaaf dhaamsa guddaadha:
Jechi arra akka qoosatti namatti darbannu nama miidhuu dandaha,dubbachuu keenya dura itti haa yaadnu .nama hin miidhin.hamilee namaa hin cabsin.
Warri ishee beektan hundi obsaa fi jajjabina haa isinii yaa kennu.Hedduu nama tuqa🥹🙏 | 0 |
| 20 | بدون متن... | 0 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
