Imalli Koo Galma Qaba
📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Imalli Koo Galma Qaba
Канал Imalli Koo Galma Qaba (@imaluuf) у мовному сегменті Яванська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 10 034 підписників, посідаючи 19 642 місце в категорії Освіта та 403 місце у регіоні Фінляндія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 10 034 підписників.
За останніми даними від 12 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -253, а за останні 24 години на -11, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 16.99%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 3.81% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 0 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 382 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 0.
📝 Опис та контентна політика
Опис каналу не надано.
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 13 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Освіта.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 13 липня | 0 | |||
| 12 липня | 0 | |||
| 11 липня | 0 | |||
| 10 липня | 0 | |||
| 09 липня | 0 | |||
| 08 липня | 0 | |||
| 07 липня | 0 | |||
| 06 липня | 0 | |||
| 05 липня | 0 | |||
| 04 липня | +1 | |||
| 03 липня | 0 | |||
| 02 липня | 0 | |||
| 01 липня | 0 |
| 2 | Oolmaa kee laalladhu,nama si marsee jiraatu adda baasi,hiriyaa barnoota jaalatu,saahiba hujii jaalatu, nama daaangaa namaatiifi daangaa Rabbii tikfatu wajji jiraataa jirta moo,isa ganamaafi galgalallee dhimma nama dhuunfaa hujii taasifatee alanshaa oolu,kan garaa ufii qofa hinjifatuu dadhabe wajji jiraataa jirta? uf sakatta'i.
Eeee.
Yeroo garii namatu na barbaachisa jettee laga meeqa ceetee itti geettee,yeroo kamuu akka namni si hin barbaachisne kan si agarsiisutu sitti dabalamuu malaa beeki,kanaafuu nama akkamii tahuu akka barbaaddu ufiifuu uf gaafattu malee hin cehinii uf argadhu..
Jaaloo
Hayyuu namni jettuun garriin isaa,maatii isaatuu hiyyuu taasisaa laali,dureessa namni ati jettuun gariin isaa,maatii isaa hiyyeessa bondaa gaditti deebisaa laali,goota namni jettuun gariin,ilmaan isaa luuyina taasisaa taajjabi,jaarsa biyyaa namni ati jettuun garriin,finna ufiii jaamsee kashlabbee taasisaa hubadhu,sheeka namni ati jettuun gariin ilmi isaa doofaa taasisee waliin dhama'aa xiinxalli, gariin namaa,namaaf raaga malee ufitti hin raaguu hubadhu.
Obbolaa
Mee cal-jedhii,al-tokko namarraa siqii baasii ufitti baasii laali,deemii ittiin baradhu,deemii hojjadhu, deemii ittiin nyaadhu,deemii ittiin uffadhu,deemii ufii soomii salaatii nama gorsuu dursa uf gorfadhu deemii mi'aa jiruu dhuunfaa keetii dhandhamii, sana booda namaaf ibsi,ufiifuu jiraadhuu waa'ee jiruu sana booda namaaf ibsi.
Ekaa
Dureessa hiyyummaan male garii isaa yoo agarte duniyatu si jibbisiisa,beekaa doofummaan isaan male garii yoo argite barnootatu si jibbisiisa, goota makkala garii yoo agarte gootummatu si jibbisiisa,jaarsolii manaan malte garii yoo alatti agarte jaarsummatu si jibbisiisa,sheeka qe'een male garii yoo hawaasa duratti agarte hedduu si gaddisiisa,bakka isaatiin ala wanti hunduu fokkuudhaa beeki.
Haloo
Sheyxaanni sadihii beeki,inni jalqabaa isa yoo Aayatulkursiyyii itti qara'an nama biraa fiigu sanii laali,inni lammaffaan isa kursii irra taa'ee waliin dhahuu dandahuu beeki,inni sadaffaan isa kursii irra jiru sana sodaatee kan sujuudu sanaa xiinxalli.
Yooo
Waswaasa qalbii teetii irraa bilisa bahuuf,dursa kophaa bahii uf argadhuu,sana booda jiruu tee gurraan osoo hin taane ijaan argi santu sihii. | 727 |
| 3 | Dhiirota akkasii wajjin jireenya milkaa'inaa hin dabarsitu !
1. Dhiira Xuuxuuf araadaan dhukkaa'ee suusiin rukutamee Laamsha’e
2. Dhiira Salaata dabarsu (hin salaanne)
3 Dhiira Salaata walitti guuree salaatu
4 Dhiira Haadhaf Abbaa isaatti Jallatu
5 Dhiira Dubartitti qoosu
6 Dhiira waa'een islaamummaaf muslimootaa isa hin yaachifne
7 dhiira Dogna waa hiixachuu harki isaa hin beekne
8 Dhiira Bu'uura Diiniif Aqiidaa isaa hin beekne
9. Dhiiira Rizqii barbaacha dhiisee harka maratee taa'u
10. Dhiira karaa Rabbii irratti si hi kakaafne si hin gorsine ati jallattee qajeeltee dantaa hin qabne
11 Dhiira uffannaan ati uffattee batuuf kabajaan uffaannaa keetii itti hin dhagahamne
12. Dhiira maalummaa abbummaa maatii hin beekneef waa'ee haqa isaa malee isa hin yaachifne
13 Dhiira qofaatti si dhiisee imala bayisu
14 Dhiira bakka itti aaran hin beekne yeroo hunda aariin irraa hin fagaanne | 1 767 |
| 4 | “Nyaanni hundi qaama hin ta’u; Qaamni hundis nyaata hin ta’u” | 1 467 |
| 5 | Doktoora Fayyaa erraa gara Maaraataa Daandii erraa tahuu
Namni isin Suuraa erratti Argutan Kun Doktoor muhammad Saalih Al-Abiidii jedhama.
Ogeessa fayyaa doktoora ajaaibaa kan Baqaqsanii yaaluu erratti erra guddaa Umurii isaa fixeedha
Guyyaa Tokko Akkuma Ojii isaa Dhukkubsataa yaaluuf kutaa Operation ykn Baqaqsanii yaaluu seene
Namni Inni harra yaaluuf deemu kun nama isatti jabaa waan taheef ofeeggannoodhaan ojiisaa xumuruuf onnee rifaatuun guutameen kutaa Operationii seene
Yaala hudumaa godheefii haala gaariidhaan Operationii godhee xumuree yaroo kahu Dhukkubsataan kun deebi’ee of baruu hin dandeenye
Namni inni osoo yaalaa jiruu harkatti lubbuun bahe kun Harmee isaa isanni akka lubbuu ofiitti ilaalu waan taheef doktoorichi of qabuu hin dandeenye
Achumatti Qaamni isaa qabbajjaaee Sammuu isaallee dhabee maatii isaas dhiisee ojii isaas dhabee maraatmaan daandii erratti hafe.
Waan dandahu maraa yaaleera garuu murtiin Rabbii akka inni yaade hin taane
Atihoo Haadha kee woliin akkam jerta ?
Yaroo woliin haasoftu sagalee akkamiitiin ittiin dubbatta laata ?
Gara lafummaa akkamiitiin ija keessa ilaaltee gammachuu itti uumtee beettaa ?
Ammam ammamiin sagaleesii dhagahaa jirta v
Tarii dhukkubsachuusii nama biraatu sitti himaa jiraa laata
Tarii hin fayyiti takka itti obsaa jettee mana yaalaa geessuu dhiisaa jirtaa laata ?
Namni haadhaan nyaatame yoo nama akkamii tahe illee hoonga’aadha
Rabbi Nama haadha ofii kaddamatee milkaahu nuhaa godhu
Kan worra lubbuun hin jirrees Rabbi Rahmata haa godhuuf
Guyyaan ati Gammachuun ooltu guyyaa gaafa harmee keetii dawwaltee kolfaa fi sagalee isii dhageesseeti
Harmee kee Amaanaa
Harmee kee Amaanaa
Harmee kee Amaanaa | 1 508 |
| 6 | Немає тексту... | 1 059 |
| 7 | Немає тексту... | 1 109 |
| 8 | 𝐎𝐟 𝐒𝐨𝐛𝐧aam...!👌
1. Karoorsanii dilii hujuu irra, nyaata summaawe Nyaachuu wayya.
2. Baratanii Itti hojjachuu dhabuu irra, wallaalumma ofiitiin gaarii dalagutu caala.
3. Sadaqaa namaaf kennanii dhaadachuu irra, Miskiinummaa wayya.
4. Maallaqni gammachuu siif hin bitu, garuu gammachuu sijalaa hata. Namni gurguddaa fi kabajamaan hedduu maallaqa dhabuu isaatiin xiqqeeffameera.
5. Osoo Rabbiin kafana kabajaa isatti uffisuu baatee, ilmi namaa hundi qullaa jira.
6. Ilkaan bareedaa Rabbi namaaf kenneen foon obboleeyyan ofii hamiin nyaachuu irra, ilkaan fixatanii muuqii dhuguu wayya.
7. Mammaaksi “Haatee Durbaa? Jennaan, dur kaa.” Jedhan sun jijjiirameera. “Haatee durbaa? Jennaan, harka dhibbaa “ tti jijjiirameera. Bara kana haadhumatu akka dubra duriitti qaanfii qaba, kabaja qaba, sharafa dubrummaa beeka.
8. Nama qaala’iinsi jireenyaa sooqidda bitachuu dhoorge, Doktorri shukkaarri kee ol ka’eera, of eegi ykn sigalaafata jedhaan | 1 140 |
| 9 | Bifa sooqiddaatiifi sukkaaraa addaan baasuun,bifa kookaatiifi peepsii adda foohuun itti fufa,umrii nama dheeressinaan,raajii guddaa argita.
Eeeee.
Ardiifi samii takka jalatti wajji uumamnee,aduufi urjiin qixa nutti bahaa,akki itti yaadnuufi akki itti jiraannu wal-adda tahuun isaa qorannoo guddaa barbaachisa.
Maraafuu
Waa barachuu,waa qorachuu,waa hubachuu,waan beekanitti hojjachuufi kallattii sirrii hordofuuf yaaluun dirqama.
Beekkumsaafi barnoota wajjiin fuul durri keenna ifa inshaAllah.
Akkuma quuncaatanitti quunca'aa,akkuma jirtanitti jiraataa,hanga dandeettaniin ufiifis barachuu yaalaa,ilmaan keessanis barsiifachuuf carraaqaa,santu furmaata,beenuma beeni. | 1 007 |
| 10 | "wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis)
Biyyoonni gurguddoon kaleessaa,kan har'aa fi boris qaroominaan humnaa fi diinagdeen maqaa kaafnu beektota,Ogummaa (xibeb) barbaacha of kennaniin ala miti.
Giriik fi pershiyaan,portugali fi turk,Ingliz fi Amerikaan, beektota gurguddoon durfamaniiti,kan Addunyaarraa yeroosaaniitti biyyoota maqaaanuu isaan hin beekne humnaa,diinagdee fi siyaasaan,dhoksaa fi ifaan hoogganuuf qaqqaban.
Araboonnis bara beekumsaan firooma qaban hagam akka dhiibbaa uuman beekamaadha.gaafa beekumsaan wol dhabaa,beektota dhiibaa dhufan,maamila boba'aa isaanii bituun nu Eegiin harka kennatan.
Keenya garami jechuu barbaadeeti .
Bara namni barreeffama miidiiyaa hawaasaarraa( see more )banee ilaaluuf obsa hin qabne,waa'ee nama kitaabota 44 barreessee dubbachuuf hin qaanofne irra jirra.
Muhammad Alii( Burhaan Addis) kitaabonni isaa akka nuti waaninni barreesse dubbifnu qofa osoo hin taane akka nuti waa gaafannuuf kan nu affeeraniidha. Kanaaf nutis beekaa nu keessaa argamu akkamitti ilaalla jennee utuu of gaafannee gaariidha.
Beekumsa barbaachaaf (gaaffiif karaa bahuun ) yoo nutti ulfaates warra jireenyaa guutuu xiinxaluuf,qorachuuf of kenne waan biraa yoo dadhabne utuu irraa callifnee gaarii dha. | 2 028 |
| 11 | Немає тексту... | 1 623 |
| 12 | Немає тексту... | 1 687 |
| 13 | Немає тексту... | 1 716 |
| 14 | 🌹Waan Rabbi naaf kennerraa nama of jaallachiisuuf nama hin faarsu
Waan inni hin qabne isaaf kennees isa hin ho’isu
Wanti nama dinqisiisu hedduunis na hin dinqisiisu
👉🏻 Amaloota gadhee yeroo ammaa baratamaa tahe keessaa tokko
Abbaa aangoo
Beektota Amantii
Beekamtoota miidiyaa
Abbootii qabeenyaa fii kanneen biroo waan isaan hin qabneen
Waan isaan hin hojjanneen
Bakka isaan hin geenyeen isaan faarsuudha
🌸Sababnis isaan biratti jaallatamuufi
Amaloonni kun immoo
Abbaan aangoof karaa gara abbaa irrummaa ( dictatorship) saaqaaf
Beektota amantii akka isaan qulqulluu of godhan sababa ta’a
Beekamtoota Midiyaa akka isaan macha’anii namummaa gadi dhiisan ulaa banaaf
Abbootiin qabeenyaa akka isaan rakkataaf hiyyeessa namatti hin lakkoofne godha
Madaalli namummaaf
Hiikkaan haqummaa
Nama dhugaaf sadarkaa isaa cilee jalaa dibuu dhiisuun
Akkasuma hammeenya isaas irraa dunuunfachuu dhiisuudha
“ ونضع الموازين القسط "
🌷 Guyyaa Gaarii qabaadhaa | 2 126 |
| 15 | #KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.
▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.
▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.
▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.
▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .
▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.
◈Asirratti wanti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa wanti gaariin siduraa qabame jira ta'a.
| 1 841 |
| 16 | Dubbisaa dubbadhabboo mataa nun nyaatinaati | 1 507 |
| 17 | Goolaa Dhufani
"Baha loohani..😉 | 1 580 |
| 18 | Немає тексту... | 0 |
| 19 | Немає тексту... | 1 993 |
| 20 | Немає тексту... | 2 108 |
