cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Imalli Koo Galma Qaba

Show more
Finland993The language is not specifiedReligion & Spirituality
Advertising posts
6 065
Subscribers
+5824 hours
+3617 days
+1 33630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Moluun "sadrkaan isaa Guddaadha...!!
Show all...
#Ajaaiba_Bar...!!❣ ✍" Gaafa Ilaaltuuf Gaafa Madaaltu Guyyaan Kun Waan Dhufu Hin Fakkaatu Fuula Mitii Qalbiitu Nama Ifaam Baga Gammadde hubataa koo Alfaa...!!❣
Show all...
Show all...
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
''Zaakir jechuu yoon barbaade yeroo shan Z jechuun qaba'' Dr Zakir Naik 🥰❤️ Waggoottan 24 darban keessa adduunyaa irra naanna'uun biyyoota 40 ol ta'an keessatti sagantoota da'awaa 2000 ol adda-baba'ii irratti kan gaggeesse yoo ta'u, sagantaaleen kun martuu bifa banaa ykn hirmaachisaa ta'een mariin gaaffiifi deebii gaggeeffameera. Dr Zakir Naik biyyoota adduunyaa garaa garaa irraa si'a 4000 ol akka inni pablic lecture kennuuf waamichi taasifameeraafi. Bara 2012 sadarkaa idil-adduunyaatti isa guddicha kan jedhame sagantaa da'awaa namoonni miliyoonni tokko irratti hirmaatan biyya Hindii magaalaa Kiishaangaayitti gaggeesseera. Sababa inni giinga'uuf daa'imummaa isaatti baratee bakka guddaa ga'uumitii daree keessattuu deebii deebisuu hin danda'u ittiin jedhamaa kan ture Doktar #Zaakir Naa'ik hayyuu roga maraa, sooressaa beekumsaa ta'ee adduunyaa ajab jechisiise. #DrZakirNaik yeroo tokko wayita waa'ee isaa dubbatu ''ani daa'imummaa kootti yeroon mana barnootaa deemee barsiisaan maqaa koo na gaafatu, Z Z Z Z Z'n jedha, ergan yeroo shan Z jedhee boodan Zaakir jedha'' jedhee ture. Inni hin giinga'a umamumaan. Abbaa keenya, obboleessa keenya, barsiisaafi gorsaa keenya, tuujuma ilmii hayyuu keenya doktar Zaakir Naa'ik Allahaan si haatiksu, namoota akka keetii nuuf haa daneessu. ✍️ Amar Temam https://t.me/Imaluuf/
Show all...