cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Magarsaa Qilxuu

Hundumtuu guuteet miti Irra keessa kolfinaa Kan kaleessaayyu hin qoorre Madaa keenya hin horfiinaa! we love Our flag!๐ŸŸฅ๐ŸŸฉ๐ŸŸฅ

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
5 365
Obunachilar
+524 soatlar
+407 kunlar
+18130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜ข 7
Diinnii haa wacuu firrii waliin hin wacinaa. Wanta godhuu dandeenyu tolchinee beekna. Wanta beeknu sun waaqaa gaditti eenyuyyuu tolchuu irraa nu hin dhorku. Jaallii sabaaf wareegameera. "Daandii haqaa irratti kufuun kabaja;Haqa sabaaf immoo wareegamuun carroomuu"akka ta'e jaalli kaleessayyuu dubbate. Galma lamaan qabsaawootaa keessaa inni tokko kanuma. Kun immoo daandii faarfamaadha malee abaaramaa miti. "Diinnii du'a isaatti maaliif dhiichisa" jettanii hin gaddinaa.Hunduu waan danda'u hojjata;bakka isa fakkaatutti argama waan ta'eef. Isa jiraa sodaatu reeffa isaa gaafa argate dhiichisuun diinaaf gootummaadha. Jaalli murtii gootummaa fuudhe lafatti hin dhiifne gootummaan xummuratee kaayyoo nutti dhiisee jira. Wacaa fi sirbaa jaraatu innii quba hin qabu. Gaafa inni quba qabqabu itti wacuu akka hin dandeenye nu miti jarrinuu sirriitti beeka. Amma ijoo dubbiitti yoo deebi'u gootummaan simbirrootaa hanga Risaan hin argamitti qofa. Waltejjiin jaldeessalleen hanga sagalee saree hin dhageennetti qofa. Waca kanaaf immoo deebiin harka keenya jira. Deebii isaa qilleensa irratti osoo hin taane lafa irratti deebii laanna. Hin dhoksinu aduma dubbanna. Gumaa dachaan baafna. Hin oolchinu, Hin bulchinu. Ta nu seerannu wa Boorannii badeeyyii nama jedhu qofa. Galma Kaayyoo Areerayyoo jechuun kana booda hafe!๐Ÿ’”๐Ÿ™
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Of Eeggannoo Uumataa Keenyaa Konyaa Qellem wallagaa kessumaa Dambi Dolloo jiranif Shiftaa PP Rifatuu Kessaa galuun WBO tu Magalaa Senee jira jechuu Milshaa Hagaa Komandotti Sakatainsaa Cimaa Mana Uumataa irratti waan gochaa jirtuuf Itti Qabatee Samichaa geggessaa waan jirtuuf Uumati kenyaa waan qabuu Karaa irraa fudhchuu Akkaa qabuu walii dhamaa WBON Duratti
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 2โค 2
Photo unavailableShow in Telegram
Himan diddeen du'an diddu jedhu Faannoon Raayyaa Ittisa Biyyaaย  sabaan Oromoo ta'anii Impaayeraaf ergaman boojitee bifa suukanneessaan qaltee ajjeeste! RIB sabaan Oromoo taatanii Impaayera bututaa kanaaf ergamaa jirtan, akkasumas du'a seena maleessa du'aa jirtan erguma yoomiitii isinitti himnaa ammas dafaatii of baraaraa. Gara saba keessaniitti deebi'aa WBO tti harka kennadhaa uummata keessaniif dhaabbadhaa lolaatii du'aa yoo du'a ta'e.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 14
Xiyyeeffannoo. ============= Yeroo ammaa kana PPn godinoota WBOn keessa socho'uu keessatti Qindeessitota mana barnootaa fayyadamuun hanga gandaatti gadii buute caasa (network) ijaara akka jirtu 100% bira geenyerra. Kanaaf warroon ijaarsa caasaa network kana ijaaraa jirtanis ta'e ijaaramaa jirtan hojii itti jirtan kanarraa of hin qusattan tanaan kanaan booda dhiifamni tokko akka isiniif hin godhamne beektan akka itti seentan isiin beeksisu feena.
Hammasini ko'rsatish...
โค 13๐Ÿ‘ 4๐Ÿฅฐ 4
Kisaara Diroonota K/Abiyyi Hanga ammatti Diroonin 3 sababa adda addaan hojiin ala ta'aan jiru. Dirooniin Tokkoo lola Tigiray irraatti Lammafaan Gaafa Abbiyyif Bishooftuutti "Show dhiyyeessan gamootti Bishooftuti Rukutameeti 3ffaan Horroo Guduruu Wallaggaatti akka hamma ammatti Dirooniin Sadii hojii ala ta'uusaa Keessoo PP dubataani, Humni diroon to'achuu irraaย  jiru lammiwwaan Faransay yoo ta'aan masara motummaa keessatti Abiyy bakka argamutti ajaajni kan kennamuu jedhan opireesheni dirree immoo RIBtu fudhata jedha odeessi. Yeroo warri habashaa fuutuudha dirooniin kun kan rakkoo uumee jedha eeruun kun. Kan kaleessa horro Guduruutti Caccabdee Boonbiin ishee keessaa jiruu waan hin dhuka'iin jiruuf of eeggannoo barbachisaa waan ta'eef ummaata naannoo sanaaf dhaamna!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 15
Sababa Dirooni harraa Abee Dongorootti burkutooftef namiichi Tekinishaanota 5 karaarra makseera๐Ÿ˜‰
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ”ฅ 11
WBOn Zoonii Kibba Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa Keessatti loltoota maafi'aa PP 100 ajjeesuun 60 Ol Madoon Adabe. ONM-ABO Caamsaa 22,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaaย  godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa gandaย  Baddaa Magaadatti har'a Caamsaa 22 humna waraana faashistii Abiy Ahimed kan saamicha, gudeeddaa fi ajjeechaan uummata Oromoo hiraarsaa turte irratti tarkaanfii guggubduu fudhateen injifannoo cululuqaa galmeesseera. Lola sa'a 5:00 oliif jajjabeen WBO waraana maafi'aa PP waliin taassiseen waraanaย  PP irraa 100tti kanย  lakkamuuย  du'aan yoo adabu 60 ol madoo taasisee jira .ย ย  Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOnย  humna diinaa kan ji'a muraasa keessatti bosona Baddaa Magaadaa humna WBOย  keessaa qulqulleessine jirra jettee miidiyaa irrattiย  ololaa turte irrattiย  tarkaanfii boonsaa fudhatee baaragse kanaan reeffaa fi madoo konkolaataa 5nย  fe'attee gara magaalaa Bulee Horaattiย  deebitee jirti. Injifannoonย  Uummata Oromoofโ—๏ธ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 13
Photo unavailableShow in Telegram
Shaakalli meeshaa farra Drone yaaliin duraa milkaa'eera! Sichii Waa Hedduu Arguuf Jirtu. ๐™’๐˜ฝ๐™Š ๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ ๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž
Hammasini ko'rsatish...
โค 9๐Ÿ‘ 3๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kuniis Akkuma Taayye Qilinxoo Seenee Jira. Namni Birhaanu Leenjisoo jedhamu kun "Dhugaa Qallootu 4Kiloo Seenee " jechun qabsoo Qeerroon kumaatamni itti waregame ganuun impayeeratti xaxatee kan galee kunoo impayeerichi moo hanga barbaade dhimma itti bahuun qilinxooti darbatee jira.ย  Kan Oromoo Gane Ofkale Hin Beeku.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 7๐Ÿ‘ 5โค 2