uz
Feedback
Ephrem Diriba

Ephrem Diriba

Kanalga Telegram’da o‘tish

📖 Barumsa Macaafa Qulqulluu 🎧 Faarfannaa Hafuuraa ✒️ Walaloo fi Ergaa Hafuuraa 🎬 Viidiyoo & Fiilmiiwwan Amantii 📢 @EphremDiriba 💬 @EphremDiribaChat 📩 t.me/EphremDiriba?direct 🏠 https://t.me/EphremDiriba/2287 YouTube.com/@EphremDiriba

Ko'proq ko'rsatish
4 512
Obunachilar
-324 soatlar
-177 kunlar
-13330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyun '26
Iyun '26
+9
0 kanalda
May '26
+24
1 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+36
1 kanalda
Get PRO
Mart '26
+29
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+21
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+36
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+101
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+151
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+157
86 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+26
5 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+30
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+204
88 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+312
90 kanalda
Get PRO
May '25
+23
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+8
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+35
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+20
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+78
3 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+15
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+20
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+23
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+198
105 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+436
97 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+115
3 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+645
2 kanalda
Get PRO
May '24
+159
4 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+74
3 kanalda
Get PRO
Mart '24
+163
113 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+311
85 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+826
121 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+950
88 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+38
3 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+303
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+648
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+60
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+99
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+1 020
0 kanalda
Get PRO
May '23
+365
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+33
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+21
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+28
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+110
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+38
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+32
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+36
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+27
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+44
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+71
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+47
0 kanalda
Get PRO
May '22
+43
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+12
0 kanalda
Get PRO
Mart '220
0 kanalda
Get PRO
Fevral '220
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+4
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+14
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+29
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+29
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+53
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+119
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+98
0 kanalda
Get PRO
May '21
+22
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+21
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+35
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+34
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '21
+29
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '20
+2 598
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
14 Iyun+2
13 Iyun+1
12 Iyun0
11 Iyun0
10 Iyun+1
09 Iyun+1
08 Iyun+2
07 Iyun0
06 Iyun+1
05 Iyun0
04 Iyun+1
03 Iyun0
02 Iyun0
01 Iyun0
Kanal postlari
⁉️Gaaffiiwwan kana duraa gaafattanii ani isiniif hin deebisiin hafe yoo jiraate fi gaaffii deebii Macaafa Qulqulluu barbaadu yoo qabaattan as jalatti nuuf barreessaa❓

2
Qaala'iinsa Jireenyaa Irratti Dammaquu 1. Dhugaa Isaa Fudhachuu
79
3
Nagaan Isiniif Haa Ta'u! Sababa garagaraan tajaajila irraa xinnoo fagaadheen ture, amma guutummaatti deebi'eera, yaada fi gaaffii keessan naaf barreessaa, hamma ayyaanni Waaqayyo nu gargaare wal tajaajillaa. Ayyaanni Isiniif Haa Baayyatu! #Shalom@EphremDiriba
334
4
Barnoonni kun YouTube irratti bifa viidiyoodhaan hojjetame: YouTube.com/@EphremDiriba
736
5
Kiristaanni Maali? 8. Kiristoos Wajjiin Mirga Waaqayyoo Kan Taa'eedha. (00:06) 9. Kiristoos Wajjiin Ulfinaan Kan Mul'atudha. (07:07) 10. Kiristoos Wajjiin Waggaa Kuma Kan Mo'udha. (14:20) Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
707
6
Kiristaanni Maali? 6. Kiristoos Wajjiin Kan Awwaalamedha. (00:13) 7. Kiristoos Wajjiin Kan Du'aa Ka'edha (07:05) Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
1 247
7
Kiristaanni Maali? 5. Kiristoos Wajjiin Du'edha. Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
1 157
8
Kiristaanni Maali? 4. Kiristoos Wajjiin Kan Fannifamedha. Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
569
9
Kiristaanni Maali? 3. Faana Kiristoos Kan Hordofudha. Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
540
10
Kiristaanni Maali? 2. Gara Kiristoosiin Fakkachuutti Kan Guddatudha. Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
553
11
Kiristaanni Maali? 2. Bu'aa Lammaffaa Dhalachuu Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
628
12
Kiristaanni Maali? 1. Lammaffaa Kan Dhalatedha. Kutaawwan Itti Aanan: 1 • 2 • 3 • 4 • 5 • 6 • 7 • 8
655
13
Daniel Bekele: Waanta musilmni tookkoo qalee akka hin nyaannee macaafa keessatti caqafamee jiraa? Deebii: Gaaffii baay'ee gaariidha. Deebiin isaa gabaabaan: Kallattiidhaan jechi "Musliima" ykn "Foon Musliimni qale" jedhu Macaafa Qulqulluu keessa hin jiru. Sababni isaas, amantiin Islaamaa kan hundeeffame Macaafni Qulqulluun barreeffamee xumuramee jaarraa ja'a (6) booda (Jaarraa 7ffaa keessa) waan ta'eefi. Haa ta'u malee, namni alaa ykn namni amantii biroo hordofu foon inni qale nyaatamu qaba moo hin qabu kan jedhuuf, Kakuu Haaraa keessatti qajeelfamni bal'aan kennameera. Dhimmi kun Macaafa Qulqulluu keessatti karaa sadiin (3) ilaalama: 1. Foon Waaq-tolfamaaf (Idols) Dhiyaate: Walga'ii Ergamootaa isa jalqabaa irratti (Yerusaalemitti), namoonni saba ormaa irraa gara Kiristoositti dhufan wantoota muraasa irraa akka of eegan murtaa'ee ture. Isaan keessaa inni tokko foon waaq-tolfamaaf qalamuudha. Hojii Ergamootaa 15:29 “Kunis immoo qalma waaqayyoolii tolfamaniif dhi'aate irraa, dhiiga nyaachuu fi dhuguu irraa, foon horii hudhamee du'ee nyaachuu irraa, halalummaa irraa akka fagaattan; kana hundumaa irraa yoo of eeggattan gaarii dha; nagaatti jiraadhaa!".” Kiristiyaanonni baay'een yeroo ammaa foon Islaamni qale irraa kan of qusatan seera kana irratti hundaa'uuni. Sababni isaas, Musliimonni horii yeroo qalan maqaa "Allaah" (Bismillah) jedhanii waan qalaniif, kun immoo akka waan waaq-tolfamaaf aarfameetti fudhatu. 2. Bilisummaa Sammuu fi Kakuu Haaraa Gama biraatiin, Phaawulos Ergamaan waa'ee foon gabaa keessatti gurguramuu ykn nama amantii hin qabne biratti dhiyaatuu ilaalchisee bal'inaan barsiiseera. Waaqayyoon kadhannee fi galateeffannee yoo nyaanne homaa akka nu hin miine dubbata: 1 Qorontos 10:25-27 ²⁵ Foon dhaabii fooniitti gurguramus, yaada garaa keessanii akka hin tuqneef, waaqayyolii tolfamaniif qalamuu isaa utuu hin gaafatin, nyaachuu in dandeessu; ²⁶ akkuma caaffanni qulqullaa'aan jedhu iyyuu, "Biyyi lafaa wanti ishee keessa jirus hundinuu kan gooftaa ti". ²⁷ Namni hin amanne tokko mana isaatti nyaataaf yoo isin waame, isinis dhaquu yoo barbaaddan, yaada garaa keessanii akka hin tuqneef, maaliif qophaa'e jettanii utuu hin gaafatin, waan isiniif dhi'aate nyaadhaa! 1 Ximotewos 4:4-5 ⁴ Wanti Waaqayyo uume hundinuu gaarii dha, wanta galataan fudhatamu keessas hirmiin hin jiru. ⁵ Dubbiin Waaqayyoo kadhannis isa in qulleessa. 3. Namoota Biroo Gufachiisuu Dhiisuu Phaawulos itti fufuudhaan dhimmi nyaataa kun dhimma sammuu (conscience) ta'uu ibsa. Namni amantii cimtuu qabu "waaqni tolfamaan waa'ee hin qabu, foon kana nan nyaadha" jechuu danda'a. Garuu, yoo namni biraa (inna amantiin isaa dadhabaa ta'e) argee gufata ta'e, jaalala obbolummaaf jecha dhiisuun akka gaarii ta'e gorsa. 1 Qorontos 10:28 “Namni tokko, "Kun qalma aarsaadhaaf dhi'aatee dha" jedhee yoo isinitti hime garuu, waa'ee namicha isinitti hime sanaaf, yaada garaa isaas waan tuquuf hin nyaatinaa!” Walumaa galatti Macaafni Qulqulluun "Foon Musliimni qale hin nyaatinaa" hin jedhu. Garuu qajeelfama kakuu haaraa irraa yeroo ilaallu: Namni tokko kadhatee, dhiiga Yesuusii fi dubbii Waaqayyootiin qulqulleessee nyaachuu danda'a (Mirga kakuu haaraati). Garuu foon sun maqaa waaqolii birootiin akka aarfame ykn qalame beekaa, akkasumas gochi kun namoota amantii dadhabaa qaban ni gufachiisa (ni mufachiisa) yoo ta'e, nyaachuu dhiisuutu filatamaadha. Kunis dhorkaa seeraa osoo hin taane, fagootti of eeggachuu fi miira (sammuu) namoota biroof eeggannoo gochuudha. 1 Qorontos 10 Dubbifachuun Gaariidha! #Deebii@EphremDiriba
665
14
#Shalom@EphremDiriba Nagaa bultanii? Galata Waaqayyoo, ani nagaa kooti. Har'as deebii Macaafa Qulqulluu fi yaadota irratti mari'achu qabnu irratti hamma Ayyaanni nuuf baayyate waliin dudubbanna. Eebbifamaa!
501
15
Dŕ.አብዲ 2G: Mat 11:11? Hunda caala? Hunda gadi? Deebii: Maatewos 11:11 “Dhuguman isiniin jedha, nama ta'ee lafa irratti kan dhalate keessaa, Yohannis cuuphaa irra kan caalu takkaa hin kaane; garuu mootummaa waaqaatti inni hundumaa irra xinnaatu iyyuu isa irra in caala.” Dhugumadha. Nama ta'ee kan dhalate keessaa raajota turan keessaa kan Yohannis caalu hin kaane. Raajonni baayyeen ka'aniiru, Raajonni Kakuu Moofaa hundi waa'ee dhufaatii Masiihichaa (Kiristoos) fagootti rajan. Yohannis garuu baay'ee adda ture; inni Masiihicha ijaan argee, Harka isaan isa cuuphe, "Ilaa hoolicha Waaqayyoo, isa cubbuu biyya lafaa irraa fuudhu!" (Yohannis 1:29) jedhee uummataaf dhugaa ba'e. Kanaan namoota (raajota) kakuu moofaa keessa turan caale. Maaliin caalame? Yohannis raajota kakuu moofaaf isa dhumaa fi isa guddaa ture. Inni kakuu haaraaf karaa ta'us, kakuu haaraa garuu hin argine. hafuurri qulqulluu isa keessa hin buufanne, akka keenya ayyaana Waaqayyoo hin miyeeffanne. (Mootummaa Waaqayyoo keessatti jechuun; waan gara fuulduraatti ta'uuf jiru keessatti jechuu utuu hin ta'iin, amma addunyaa hafuuraa nuti keessa jirru kan argisiisudha. Nuti ammayyuu Mootummaa Waaqayyoo keessa jirra.) Caqasichi waa'ee ayyaana Waaqayyoo fi eebba guddaa amantoonni karaa fannoo fi du'aa ka'uu Yesus Kiristoosiin argatan agarsiisa. Nuti warri bara Kakuu Haaraa (bara ayyaanaa) keessa jirru, raajota Kakuu Moofaa warra gurguddoo caalaa carraa, mirga fi ifa guutuu akka qabnu nu yaadachiisa. Nuti sababa hojiin Kiristoos guutummaatti xuxmurameef, lafa irratti amma kana eebba hafuuraa raajota Kakuu Moofaa hunda caalu qabna jechuudha. #Deebii@EphremDiriba
599
16
Lata Warkina: Epha akkam ati, kananaaf ibsi mee Efeson 5:5 Deebii: Nagaan siif haa ta'u, Galata Waaqayyoo anis nagaa kooti. Efesoon 5:5 “Namni halaleen, yookiis xuraa'aan yookiis sassataan mootummaa Kristosii fi mootummaa Waaqayyootti galuu akka hin dandeenye beekaa! Namni sassataan waaqayyolii tolfaman waaqessuu isaa ti.” Kun jireenya namoota Waaqayyoof hin abboomamne ykn Waaqayyotti hin amanneeti. Isaan qulqulloota waan hin ta'iiniif mootummaa Waaqayyootti hin galan. Itti fufnee yoo dubbifne dubbichi ifa nuuf ta'a: Efesoon 5:7-8 ⁷ Hidhata namoota akkasii hin ta'inaa! ⁸ Isin dur dukkanaa'oo turtan, amma garuu karaa gooftaa iftaniittu; egaa akka ijoollee ifaatti jiraadhaa! Ergaan kutaa kanaa “isin yoo akkas gootan mootummaa Waaqayyootti hin galtan” kan jedhu utuu hin ta'iin, “namoota akkasii hin fakkaatiinaa, amala akkasii qabdu turtan, amma garuu jireenya akkasii irraa hiikamtanii ijoollee ifaa (ijoollee Waaqayyoo) taataniittu. akka kanatti jiraachuu hin qabdan. Abbaa keessan isa Waaqarraa fakkaachuu qabdu.” Kan jedhudha. Kiristaanni (namni mana amantaa jijjiirata utuu hin ta'iin, namni Yesuusitti amanee eenyummaa isaa jijjiirratee) mucaa Waaqayyoo ta'e tokko, amala akkasiitti qabamee jiraachuu hin danda'u: 1 Yohannis 3:9-10 ⁹ Namni mucaa Waaqayyoo ta'e hundinuu, sanyii Waaqayyoo waan ta'eef cubbuutti qabamee hin jiraatu; mucaa Waaqayyoo waan ta'eefis cubbuutti qabamee jiraachuu hin danda'u. ¹⁰ Namni waan qajeelaa hin hojjenne, obboleessa isaa hin jaallannes hundinuu, kan Waaqayyoo miti; ijoolleen Waaqayyoo fi ijoolleen Seexanaas kanaan in beekamu. #Deeb@EphremDiriba
551
17
Shalom! Nagaa bultanii? Tajaajilli keenya har'aa ifatti eegaleera! Gaaffiiwwan keessan hamma ayyaanni Waaqayyoo naaf baayyate isiniifin deebisa. #Shalom@EphremDiriba
454
18
Kiristaanni Maali? 1. Lammaffaa Kan Dhalatedha. Kutaawwan Hunda Ilaali: 1 • 2 • 3 • 4 •5 • 6 • 7 • 8
1
19
Kiristaanni Maali? 1. Lammaffaa Kan Dhalatedha. 1 • 2 • 3 • 4 •5 • 6 • 7 • 8
3
20
Yoo dinqiin siif raawwatamuu baate, dinqii namootaaf hojjedhu! — Nick Vujicic (namicha harkaaf miila malee dhalate fi Wangeela barsiisuutiin beekamu) #JechamaAmantii@EphremDiriba
541