ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Ephrem Diriba

Ephrem Diriba

Открыть в Telegram

📖 Barumsa Macaafa Qulqulluu 🎧 Faarfannaa ✒️ Walaloo fi Ergaa Gabaabaa 🎬 Viidiyoo & Fiilmiiwwan Amantii 📢 @EphremDiriba 💬 @EphremDiribaChat 🏠 https://t.me/EphremDiriba/2922 🔏 t.me/EphremDiriba?direct YouTube.com/@EphremDiriba

Больше
Buy Ad
4 310
Подписчики
-224 часа
-157 дней
-4530 дней

Загружаем данные

Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
окт. '26
октябрь '26
+31
в 0 каналах
сентябрь '26
+53
в 0 каналах
Get PRO
август '26
+77
в 1 каналах
Get PRO
июль '26
+62
в 0 каналах
Get PRO
июнь '26
+35
в 0 каналах
Get PRO
май '26
+24
в 1 каналах
Get PRO
апрель '26
+36
в 1 каналах
Get PRO
март '26
+29
в 0 каналах
Get PRO
февраль '26
+21
в 0 каналах
Get PRO
январь '26
+36
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '25
+101
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '25
+151
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '25
+157
в 86 каналах
Get PRO
сентябрь '25
+26
в 5 каналах
Get PRO
август '25
+30
в 0 каналах
Get PRO
июль '25
+204
в 88 каналах
Get PRO
июнь '25
+312
в 90 каналах
Get PRO
май '25
+23
в 1 каналах
Get PRO
апрель '25
+8
в 0 каналах
Get PRO
март '25
+35
в 0 каналах
Get PRO
февраль '25
+20
в 0 каналах
Get PRO
январь '25
+78
в 3 каналах
Get PRO
декабрь '24
+15
в 1 каналах
Get PRO
ноябрь '24
+20
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '24
+23
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+198
в 105 каналах
Get PRO
август '24
+436
в 97 каналах
Get PRO
июль '24
+115
в 3 каналах
Get PRO
июнь '24
+645
в 2 каналах
Get PRO
май '24
+159
в 4 каналах
Get PRO
апрель '24
+74
в 3 каналах
Get PRO
март '24
+163
в 113 каналах
Get PRO
февраль '24
+311
в 85 каналах
Get PRO
январь '24
+826
в 121 каналах
Get PRO
декабрь '23
+950
в 88 каналах
Get PRO
ноябрь '23
+38
в 3 каналах
Get PRO
октябрь '23
+303
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '23
+648
в 0 каналах
Get PRO
август '23
+60
в 0 каналах
Get PRO
июль '23
+99
в 0 каналах
Get PRO
июнь '23
+1 020
в 0 каналах
Get PRO
май '23
+365
в 0 каналах
Get PRO
апрель '23
+33
в 0 каналах
Get PRO
март '23
+21
в 0 каналах
Get PRO
февраль '23
+28
в 0 каналах
Get PRO
январь '23
+110
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '22
+38
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '22
+32
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '22
+36
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '22
+27
в 0 каналах
Get PRO
август '22
+44
в 0 каналах
Get PRO
июль '22
+71
в 0 каналах
Get PRO
июнь '22
+47
в 0 каналах
Get PRO
май '22
+43
в 0 каналах
Get PRO
апрель '22
+12
в 0 каналах
Get PRO
март '220
в 0 каналах
Get PRO
февраль '220
в 0 каналах
Get PRO
январь '22
+4
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '21
+11
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '21
+14
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '21
+29
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '21
+29
в 0 каналах
Get PRO
август '21
+53
в 0 каналах
Get PRO
июль '21
+119
в 0 каналах
Get PRO
июнь '21
+98
в 0 каналах
Get PRO
май '21
+22
в 0 каналах
Get PRO
апрель '21
+21
в 0 каналах
Get PRO
март '21
+35
в 0 каналах
Get PRO
февраль '21
+34
в 0 каналах
Get PRO
январь '21
+29
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '20
+2 598
в 0 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
17 октября+1
16 октября0
15 октября+2
14 октября0
13 октября+3
12 октября+2
11 октября0
10 октября+1
09 октября0
08 октября+2
07 октября+2
06 октября+1
05 октября+1
04 октября+2
03 октября+6
02 октября0
01 октября+8
Посты канала
Hiika Sirrii Ibroota 6:4-6 Ibroota 6:4-6 ⁴ Warri ga'an yoo garagalan immoo, attamitti isaan deebisuun danda'ama ree? Isaaniif
Hiika Sirrii Ibroota 6:4-6
Ibroota 6:4-6 ⁴ Warri ga'an yoo garagalan immoo, attamitti isaan deebisuun danda'ama ree? Isaaniif takka ifeeraaf; isaan kennaa waaqa irraa miyeeffataniiru; Hafuura Qulqulluuttii hirmaataniiru. ⁵ Gaarummaan dubbii Waaqayyoof humni bara isa dhufuuf jiruu isaanitti dhaga'ameera. ⁶ Warri akkasii kun amantii irraa garagallaan, deebi'anii yaada garaa isaanii geddarachuudhaaf haareffamuu hin danda'an; isaan ofuma isaaniitii ilma Waaqayyoo deebisanii fannisaniiru, mul'inattis isa tuffachiisaniiru.
Kutaan kun waa'ee eenyuu haasa'a? Namoonni akkasitti caqasaman kun warra amananii fayyanidhaa? Moo gareen biraa jiru? Mee video kana ilaalaa, deebii quubsaa argattu. Yoo gaaffii isinitti uume, achumaan gaafachuu dandeessu. Yoo deebii keessaa argattan immoo hiriyyoota keessaniif qooduu hin dagatiinaa: https://youtu.be/VKMVCkx4j_I?si=8td080AP9EByQeqT #Verses@EphremDiriba

2
Ibroota 6:4-6 ⁴ Warri ga'an yoo garagalan immoo, attamitti isaan deebisuun danda'ama ree? Isaaniif takka ifeeraaf; isaan kennaa waaqa irraa miyeeffataniiru; Hafuura Qulqulluuttii hirmaataniiru. ⁵ Gaarummaan dubbii Waaqayyoof humni bara isa dhufuuf jiruu isaanitti dhaga'ameera. ⁶ Warri akkasii kun amantii irraa garagallaan, deebi'anii yaada garaa isaanii geddarachuudhaaf haareffamuu hin danda'an; isaan ofuma isaaniitii ilma Waaqayyoo deebisanii fannisaniiru, mul'inattis isa tuffachiisaniiru. Kutaan kun waa'ee eenyuu haasa'a jettani?
270
3
Ibroota 6:4-6 Har'a ykn Bor Haga sanatti yaada keessan ✍️
321
4
Luqaas 18:8 “..., ilmi namaa yommuu dhufu amantii lafa irratti argata laataa?" jedhe.” Yesuus maal jechaa jira? Yeroo inni de
Luqaas 18:8 “..., ilmi namaa yommuu dhufu amantii lafa irratti argata laataa?" jedhe.” Yesuus maal jechaa jira? Yeroo inni deebi'ee dhufu namni amantii qabu (namni fayyu) jiraachuun isaa haga kana shakkisiisaa? Moo kutaan kun hiika biraa qaba? Kan namoonni "Yesuus yeroon deebi'ee dhufu nama tokko illee lafa irratti argadhaa laata?" jedhe jedhanio maalidha? Gaaffiiwwan kanneeniif viidiyoo deebii quubsaa fi dhugaa Macaafa Qulqulluu irratti xiyyeeffate qabatee jiru kana isin affeereera. daawwaadha waan guddaa buufattu: Link kun kallattin video sana isiniif bana: https://youtu.be/QgVgxF8nP9M?si=5MK2UjlzzG_0cZaf #Verses@EphremDiriba
350
5
Yesuus Tiksee Kooti! Ani Tiksummaa Yesuusitti Quufeera! Sababa Komii Tokko Hin Qabu! Hoolaa Yesuus Ta'uun Attam Nama Gammachi
Yesuus Tiksee Kooti! Ani Tiksummaa Yesuusitti Quufeera! Sababa Komii Tokko Hin Qabu! Hoolaa Yesuus Ta'uun Attam Nama Gammachiisa?!
450
6
Нет текста...
451
7
Maatewos 7:21-23 ²¹ Yesus, “Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, namni, ‘Yaa goof
Maatewos 7:21-23 ²¹ Yesus, “Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, namni, ‘Yaa gooftaa, yaa gooftaa’ naan jechuu duwwaadhaan itti gala miti. ²² Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, ‘Yaa gooftaa, yaa gooftaa, nuyi maqaa keetiin raajii dubbanneerra, maqaa keetiin hafuurota hamoota baafneerra, hojii aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?’ anaan jedhu. ²³ Ani immoo yeroo sanatti, ‘Matumaa ani isin hin beeku, isin yaa warra hamaa hojjettanii, ija koo duraa badaa!’ jedheen mul'inatti isaanitti hima” jedhe. Kutaan kun waa'ee eenyuu haasa'a? Kutaa kana keessa qomoo/garee lamatu jiru. Isaan keessaa tokko amantootaa? Yeroo baayyee kan nutti lallabamu fi hiikni kutaa kana inni sirriin baayyee faallaadha. Jaalalli abbaa namni raawwatee ittiin Mootummaa Waaqayyootti galu hoo? Tarii hojii gaarii fi qajeelummaa keenyadha? Mee Video Kana Ilaalaa: https://youtu.be/N11lJpkpDh8?si=3ojvdUEdY6n8HN-U #Verses@EphremDiriba
441
8
Gaaffii: Gaaffii tokko si gaafadha macaafa qulqullu irratti hundaa'un naf deebisi. Yesuus Obbolessa keenya moo Abbaa keenyadha? Deebii: ⚠️ Akeekkachiisa: Macaafa Qulqulluu keessatti Yesuus obboleessa keenya ta'uun isaa ibasameera. Haa ta'u malee akeekkachiifni ani isiiniif kennee darbu barbaadu; Raawwatee ilmummaan keenya fi ilmummaan Yesuus Kiristoos tokko miti. Barumsi "Ani fi Yesuus tokko" jedhu barumsa dogoggoraa utuu hin ta'iin summii seexanati. Yesuus Obbolessa Keenya Malee Abbaa Keenya Miti! Maatii tokko keessa abbaan lama hin jiru. Abbaan keenya Waaqayyo abbaadha! Yesuus barabaraa keessa ilma Waaqayyoo ture, ilmummaan isaa bara hin qabu. Garuu obboleessa keenya hin turre. Nutis ijoollee Waaqayyoo hin turre. Jaalalli Waaqayyo guddaadha. Hammam nu jaallate beektuu? Hamma tokkicha ilma isaa obboleessa nuuf godhutti, hamma diinota isaa ijoollee nu godhatutti nu jaallate! Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos foon uffatee gara biyya lafaa kana yeroo dhufetti, dhiigaa fi foon keenyaan nuun qixxee ta'eera. Maatewos 12:46-50 Maatewos 28:10 Yohannis 20:17 Roomaa 8:29 Ibroota 2:11-14,17 Yesuus obboleessa keenya yeroo jennu, Gooftaa keenya, Waaqa keenya, Mootii keenya fi Fayyisaa keenya ta'uu isaas guutummaatti amanuu qaba! #Deebii@EphremDiriba
447
9
Yesuus obboleessa keenya yeroo jennu, Gooftaa keenya, Waaqa keenya, Mootii keenya fi Fayyisaa keenya ta'uu isaas guutummaatti amanuu qaba! #Deebii@EphremDiriba
1
10
Wangeelli Maal Jedha? 1. Waaqayyo Jaalala Addaa Ilmaan Namaa Jaallateera Yohannis 3:16 Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti! 2. Warri Isatti Amanan Ijoollee Waaqayyo Ta'aniiru Yohannis 1:12 Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananii dha. 3. Isaan Kun Bara Baraan Hin Badan Jedha Yohannis 10:28 Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu. 4. Isaan Cubbuutti Qabamanii Hin Jiraatan Jedha 1 Yohannis 3:9 “Namni mucaa Waaqayyoo ta'e hundinuu, sanyii Waaqayyoo waan ta'eef cubbuutti qabamee hin jiraatu; mucaa Waaqayyoo waan ta'eefis cubbuutti qabamee jiraachuu hin danda'u.” 5. Yoo Cubbuu Hojjetan Karaa Yesuus Dhiifama Argatu 1 Yohannis 1:9 “Cubbuu keenya yoo isatti himanne, inni amanamaa fi qajeelaa waan ta'eef, cubbuu keenya nuuf in dhiisa, jal'ina keenya hundumaattiis nu qulleessa.” 6. Yoo Cubbuu Mul'ata Hojjetan Ni Adabamu Mul'ata 3:19 Warran jaalladhu hundumaa balleessaa isaanii ittan mul'isa, barsiisuudhaafis nan adaba; ammas dhimmiitii yaada garaa kee geddaradhu! 7. Gaafa Gooftaan Deebi'ee Dhufu Warri Du'an Ka'anii, Warra Jiran Waliin Qaama Du'aa Ka'uu Uffatanii Bara Baraan Jiraatu 1 Tasalooniqee 4:16-17 ¹⁶ Sagaleen guddisee nama abboomu, sagaleen angafa ergamootaa in dhaga'ama, malakanni Waaqayyoos in afuufama. Kana hundumaa wajjin gooftaan waaqa irraa gad in bu'a; warri Kristositti amananii du'an dura in kaafamu. ¹⁷ Kana booddee nuyi warri utuu hin du'in hafne immoo, isaanumaa wajjin qilleensa keessatti gooftaa simachuudhaaf duumessa keessa ol in butamna; ergasii yeroo hundumaa gooftaa bira in jiraanna. 8. Achi Keessattis Akka Akka Hojii Isaanittis Gooftaa Isaanii Irraa Badhaasa Fudhatu 1 Qorontos 3:11-15 ¹¹ Isuma dur kaa'ame sana malee homtinuu hundee biraa kaa'uu hin danda'u; hundeen dur kaa'ame sunis Yesus Kristos. ¹² Namni warqeedhaan, meetiidhaan, dhagaa gati-jabeessaan, yookiis mukaan, citaadhaan, hoffaadhaanis hundicha irratti in ijaara. ¹³ Hojiin namaa adduma addaan ibiddaan mul'ifamee in beekama, guyyaan firdii bakkeetti in baasa; hojiin namaa adduma addaan maal akka ta'e, ibiddi qoree in mul'isa. ¹⁴ Hojiin namicha isa irratti ijaaree, utuu hin gubatin yoo hafe, namichi gatii isaa in fudhata. ¹⁵ Hojiin namichaa yoo duraa gubate garuu inni gatii isaa in dhaba; haa ta'u iyyuu malee ofii isaatii akka nama ibidda keessaa ba'eetti in oola. Ibsa Bal'aaf Video Ilaalaa! #Barumsa@EphremDiriba
448
11
Gaaffii: Dubartii Durbummaa Hin Qabne Fuudhuun Cubbuudhaa? Deebii: Tasumaa, dubartii durbummaa hin qabne fuudhuun cubbuu miti. Dhugaa jiru walitti himtanii walii gallaan waanti gaa'ela keessan daangessu hin jiru. Namoonni baay'een durbummaan kan badu saal-qunnamtii qofaan akka ta'etti yaadu. Garuu saayinsii fi qorannoon tokko tokko akkaa mirkaneessutti: Sochii qaamaa jabaa (fakkeenyaaf: farda yaabbachuu, ba'isikilitii oofuu, fi ispoortii adda addaa). Sababa uumama qaamaatiin (dubartoonni tokko tokko durbummaa malee dhalatu jedhu, isa ani hin beeku). Gocha humnaan gudeeddii (rape) miidhamuutiin ta'uu danda'a. Dubartii kanaan miidhamte fuudhuun gaa'ela irratti cubbuu ta'uu hin danda'u; inumaayyuu obboloota akkasiif jaalalaa fi kabaja kennuutu barbaachisa. Abbaan manaa gaarii xiinsammuu haadha manaa isaatiif of eeggata. Haa ta'u malee salqunnamtii gaa'ela duraatiin durbummaa ishee yoo dhabde ejjite/cubbuu hojjetteetti. Kiristiyaanummaa keessatti dhugaan guddaan tokko dhiifamuu cubbuuti. Dubartiin kun durbummaa ishee kan dhabde cubbuu saal-qunnamtii gaa'ela duraatiin yoo ta'e iyyuu, Gooftaan Yesuus Kiristoos fannoo irratti dhiiga isaa kan dhangalaase cubbuu akkasii hundaafidha. (1 Yohannis 1:9) Waaqayyo duratti cubbuun erga dhiifamee, namni sun qulqulluu dha; durbummaa qabaachuu fi dhabuun ishee immoo Waaqayyo biratti fudhatama ishee hin dhabsiisu. Akka isin cubbuutti hin jiraanneef jedhee dhugaa hin jallisu. Cubbuutti jiraachuu irraa kan nama fayyisu dhugaadha malee akeekkachisa ykn sodaachisuu miti. Kana jechuun garuu utuu gaa'elatti hin galiin akka barbaanne taanee boodarra gaa'ela dhaabbachuu dandeenya ykn rakkoo hin qabu jechuu miti. Hin gowwoomiinaa! Namni Akkasii Waaqayyo irraa araara utuu hin ta'iin adaba/dheekkamsa argata. Waaqayyo hin gowwoomfamu! (Galaatiyaa 6:7). Sababa garagaraan cubbuu kanatti kufanii warra gaabbanii yaada garaa geedderataniif malee Araarri Waaqayyo kan itti qoosani fi heyyema cubbuu miti. Qoosaa akkasii hin dhaabbatiinaa, waanti akkasii utuma Waaqayyo irraa araara argataniiyyuu dhukkuba xiinsamuu guddaa sammuu fi gaa'ela keessaniif kaa'ee darba. Dubartiin ykn dhiirri tokko wallaalummaadhaan ykn dadhabbiin kufee, booda garuu garaa guutuun gaabbee yoo deebi'e Waaqayyo ni dhiisaaf; gaa'elli isaanis qulqulluudha. Garuu ta'e jedhanii "akka natti toletti jiraadhee booda qalbii nan diddiirradha" jedhanii karoorsuun Waaqayyoon gowwoomsuuf yaaluu waan ta'eef, namni akkasii cubbuu guddaa keessa jira. Waliigala Dubartii durbummaa hin qabne fuudhuun cubbuu miti. Inni guddaan hundarra caalu, namni sun gara fuulduraatti gaa'ela qulqulluu fi amanamaa ta'een jiraachuuf qophaa'aa ta'uu ishee, Kiristaanummaa ishee fi jaalala dhugaa isin gidduu jirudha! #Deebii@EphremDiriba
490
12
Gaaffii: Ofiin Ofirraa Baasuun Cubbuudhaa? Deebii: Eeyyee, ofiin ofirraa baasuun (masturbation) cubbuudha. Salqunnamtiin gaa'ela keessatti qofa akka raawwatamuuf eebba Waaqayyo ittiin gammaduu fi wal hormaataaf nuuf kennedha. 🤗 Kun gaa'elaan ala yoo raawwatame "ejja" jedhama. Kakuu moofaa (seera musee) keessatti namni ejjee argame gara laafina tokko malee ajjeefama. 😳 (Ba'uu 20:14) Kun baayyee kan Waaqayyoon gaddisiisu ture. Kakuu haaraa (seera Kiristoos) keessattis ejji hin heyyemamne. Inumaayyuu isa duraa caalaa kan cimu, "namni ija hawwaatiin dubartii ilaale garaa isaatti isheetti ejjeera." jedhame. 😬 (Maatewos 5:28) Ofiin ofirraa baasuun akkamitti cubbuu ta'a? 1. Hawwii salqunnamtii gaa'elaan alaa irraa waan madduuf ejjedha. Ofiin ofirraa baasuun yeroo baay'ee yaada hawwii foonii fi fedha gadhee sammuu keessatti uumamuun walqabata. Gocha kana raawwachuuf sammuun kee nama biraa hawwuu ykn suuraa fedha foonii kaasu ilaaluu danda'a. Kunimmoo abboommii Maatewos 5:28 irra jiru cabsuudha. 2. Dhagna Hafuurri Qulqulluu keessa jiru xureessuu waan ta'eef cubbuudha. Dhagni keenya mana qulqullummaa Hafuura Qulqulluuti. Fedha keenya qofa ba'achuuf yommuu fedha isaa (qulqullummaa) ofirraa dhiibnu, yommuu nuyi dhagna keenya xureessinu, hafuuricha gaddisiifna. Kunimmoo abboommii 1 Qorontos 6:18-20 irra jiru cabsuudha. Kana malees dhagna Waaqayyoof bitame kana dhukkuba fi miidhama garagaraa qaqqabsiisuun dhagna keenyaa fi hafuura keenya akka malee miidha. 3. Of To'achuu dadhabuu waan ta'eef cubbuudha. Ija hafuurri qulqulluu amantootaa keessatti baafatu keessaa tokko of qauudha. Nuti immoo hafuuraa geggeeffamuu didnee fooniif gaafa bitamnu cubbuu kana hojjenna jechuudha. Foon keenyaaf garba ta'uu hin qabnu. (1 Tasaloniiqee 4:3-4) 4. Sanyii seera uumamaan ala gatuu waan ta'eef cubbuudha. Waaqayyo sanyii dhiiraa keessa humna sanyii wal-horsiisuu fi jireenya uumuu kaa'eera. Sanyii kana gaa'elaan alatti, kaayyoo Waaqayyo uumeen alatti bifa kanaan gatuun ykn dhangalaasuun kaayyoo uumamaa Waaqayyoo fashaleessuu fi uumama isaa jal'isuudha. (Uumama 38:9-10) Furmaanni isaa maali? Obboleessa ko, cubbuu kana keessaa ba'uuf humna keetiin hin dandeessu. Ayyaanaa fi araara Waaqayyoo si barbaachisa! Caqasoota kana dubbifachuu qabda 👌 1. Garaa guutuun gaabbi: Cubbuu kee Waaqayyotti himadhu, dhiifamas gaafadhu. Dhiigni Yesuus Kiristoos cubbuu hundumaatti nu qulqulleessa. 1 Yohannis 1:9 🤕 2. Kallattii ija keetii fi sammuu keetii jijjiri: Wanta fedha foon kee kakaasu (suuraa, fiilmii, ykn yaada xuraa'aa) irraa fagaadhu. Baqadhus 2 Ximotewos 2:22, Iyoob 31:1, Faarfannaa 101:3 3. Humna Hafuura Qulqulluutti amanadhu: Sagalee Waaqayyoo qayyabadhu, kadhannaatti jabaadhu. Waaqayyo gooftaan humna cubbuu kana mo'achuu siif haa kennu! Roomaa 8:13 4. Sammuu kee waanta qulqulluu ta'een guuti: Gara waldaa deemi, obboloota waliin yeroo dabarsi, kitaaba dubbisi, kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu. Filiphisiiyus 4:8, Faarfannaa 119:9 5. Gaa'ela dhaabbachuuf yaali: gorsi Phaawulos obboloota dhibee kanaan rakkataniif qabu kana. Namni miira isaa to'achuu hin dandeenye cubbuu kana keessa turee ofiis miidhamee Waaqayyoonis gaddisiisuu mannaa gaa'ela yoo dhabbate isaaf wayya. 1 Qorontos 7:9 "Video salqunnamtii ilaaluun cubbuudhaa?" Jettee akka nan gaafanne, dubartii dingata karaa adaamtu ija hawwiitiin yoo ilaalteyyu achuma dhaabbadhuu Gooftaa dhiifama gaafadhu! 🫡 Ifadhaa?
501
13
Wangeelli Maal Jedha? Dhugaa Wangeelaa Namni Hundumtuu Hubachuu Qabu 8 YouTube Irratti Isiniif Gadhiiseera. Kiristaanonni Hun
Wangeelli Maal Jedha? Dhugaa Wangeelaa Namni Hundumtuu Hubachuu Qabu 8 YouTube Irratti Isiniif Gadhiiseera. Kiristaanonni Hundumtuu Dhaggaffachuu fi Warra Misiraachoo Kana Dhaga'uu Qaban Hundaaf Qooduu Qabna! https://youtu.be/ehVveJ72uz8?si=zYnbQ7rJY5E6fkak Ayyaanni Isiniif Haa Baayyatu!
453
14
Gaaffii Macaafa Qulqulluu Qabdaa? @EphremDiribaChat Dhuunfaatti Gargaarsa Hafuuraa Barbaaddaa? http://t.me/EphremDiriba?direct Social Media Biroo: • YouTube • TikTok • Facebook •
519
15
Baga Nagaan Dhuftan! Ani @EphremDiriba dha. Kaayyoon Koo: • Wangeela Dhugaa Lallabuu • Amantoota Barsiisuu fi Jajjabeessuudha
Baga Nagaan Dhuftan! Ani @EphremDiriba dha. Kaayyoon Koo: • Wangeela Dhugaa Lallabuu • Amantoota Barsiisuu fi Jajjabeessuudha. Channel kana irraa tajaajila koo bifa garagaraan argattu. Waan barbaaddan mallattoo hashtag #️⃣ jala jiru tuquun salphaatti argachuu dandeessu. 📒Koorsii (Barumsa Walitti Fufaa) #Course@EphremDiriba 👨‍🏫 Barumsa Macaafa Qulqulluu #Barumsa@EphremDiriba 💡Deebii Gaaffii Keessanii #Deebii@EphremDiriba 📻 Raadiyoo Jajjabeessaa #RJ@EphremDiriba 📜 Seenaa Macaafa Qulqulluu #BibleStories@EphremDiriba 📖 Qo'annaa Macaafa Qulqulluu #BibleStudy@EphremDiriba 📙 Walaloo #Walaloo@EphremDiriba 🎬 Diraamaa/Fiilmii #Film@EphremDiriba ••••••••••••••••••••••••••• Gaaffii Macaafa Qulqulluu Qabdaa? @EphremDiribaChat Dhuunfaatti Gargaarsa Hafuuraa Barbaaddaa? http://t.me/EphremDiriba?direct Social Media Biroo: • YouTube • TikTok • Facebook •
601
16
Нет текста...
510
17
Gaaffii: Efreem nagaan siif haata'u. Kutaa macaafaa isa kana naaf ibsi mee akka ayyaanni Waaqayyoo sigargaaretti.👉 — 1Qor. 15:28 “Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a.” Deebii: Ergaan kutaa kanaa duraa duuba dhuma baraa fi guutummaa mo'icha Kiristoos kan argisiisudha. Kuticha lakkoofsa 23 irraa eegallee haa dubbifannu: 1 Qorontos 15:23-28 ²³ Kun hundinuu akka tarree isaaf qophaa'eetti in ta'a; Kristos jalqabatti ka'ee jiraataa akkuma ta'e, warri kan Kristos ta'anis yeroo inni deebi'ee dhufutti in jiraachifamu. ²⁴ Kristos immoo gooftummaa hundumaa, aboo hundumaa, humna hundumaas golgoleessee, mootummicha deebisee Waaqayyo abbaatti erga kennee booddee dhumni in ta'a. ²⁵ Waaqayyo diinota hundumaa miillan isaa jala hamma kaa'ufitti, Kristos mo'uutu ta'a. ²⁶ Hundumaa booddee diina keenya du'atu golgoleeffama. ²⁷ Caaffanni qulqullaa'aan, “Waaqayyo wanta hundumaa miillan isaa jala galcheera” jedha; “Wanta hundumaa miillan isaa jala galcheera” yommuu jedhu, Waaqayyo inni waan hundumaa miilla Kristos jala galche immoo ofii isaatii miilla jala akka hin galin mul'ataa dha. ²⁸ Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a. Kufaatii booda, biyyi lafaa hafuurota hamoota, hammina, jal'inaa fi du'aan guutte. Sababni isaas Addunyaa kana irratti Seexanni aboo bulchiinsaa akka qabaatu ta'e. Waaqayyotu sababa cubbuu isaaniitiif kanatti dabarsee isaan kenne. Kan isa irratti gooftummaa qabu Waaqayyo qofa. Ilmaan namaa cubbuu ofii isaaniitiin kana ofitti fidanis, cimina isaaniitiin jalaa ba'uu hin dandeenye. Dhufaatiin Ilma Waaqayyoo Yesuus Kiristoos kanaaf barbaachise. Galanni isaaf haa ta'u! Ameen jedhi... "Ameen!" 😊 Innis gaafa guyyaan isaa ga'u dhufee gatii kaffaluun isa barbaachisu hundumaa Abbaaf kaffaluuf hamma du'aatti adabame. Du'aa ka'uu isaatiin aangoo seexanaa fi du'aa irratti gooftummaa isaa argisiise. Du'a mo'uun akka danda'u fi warri isatti amanan du'aa ka'uuf akka jiran mirkaneesse. Kanaafuu duraa duubni dhuma baraa akkas ta'a. Inni deebi'ee dhufaatii Yesuus Kiristoosiin jalqaba. Caqasicha lakkoofsaan haa hiiknu: 23. Guyyaa dhufaatii isaatti warri kiristoositti amanan akkuma isaa du'a mo'anii ka'u. 24-25. Kiristoos immoo Seexana fi ergamoota isaa hundumaa dhabamsiisee, Mootummaa (biyya lafaa isa seexanni seerrataa ture) deebisee abbaatti kenna. Diinonni Kiristoosiin morman, seexana fi namoonni hin amanne hundi ni dhabamsiifamu 26. Dhuma irratti duuti (du'uun) ofii isaatii ni balleeffama. Isa booda du'a kan jedhamu hin jiru. 27. Akkasitti mootiin tokkicha qofa, innis Ilma Waaqayyoo Yesuus Kiristoos ta'a jechuudha. 28. Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala. Kana jechuunis Ilmi abbaa gadi ta'a jechuu utuu hin ta'iin, fedha isaatiin ergama addunyaa fayyisuu fi diinota mo'uu qabatee dhufe sana xummuree, firii/bu'aa mo'icha hundumaa Waaqayyo Abbaatti deebisee dabarsuu isaa kan argisiisudha. #Deebii@EphremDiriba
518
18
Gaaffii: Hi akkam nagaa keeti Gaafii tokkon qaba na deebisimee wangeela Yohaanis boqonnaa lama (2) guutummaa Isaa naaf ibsi mee . Warri Orthodooksii asitti maariyaam Ararrsiitudha jedhuum Deebii: ¹ Guyyaa sadaffaatti immoo kutaa biyya Galiilaa mandara Qaanaatti cidhi tokko ture; haati Yesus achi turte. ² Yesusii fi bartoonni isaas cidhichatti waamamanii turan. ³ Daadhiin waynii duraa dhumnaan, haati isaa, “Daadhii waynii hin qaban” jettee Yesusitti himte. ⁴ Yesus immoo “Haadhoo, maaliif hojii koo keessa lixxa ree? Waa gochuuf yeroon koo amma illee hin geenye” jedhee deebise. ⁵ Haati isaa yommus warra achii ergamaniin, “Waanuma inni isinitti himu godhaa!” jetteen. Kutaan kun amantaa Ortodoksii biratti akka malee hiikameera. Utuu akka isaan jedhan ammayyuu Maariyaam haati Gooftaa keenyaa nuuf kadhatti ta'e, deebiin Yesuus "Hojii koo keessa hin lixiin" kan jedhudha erga ta'ee maal bu'aa nuuf qaba‽ Ergaan kutaa kana seenaa bakka sanatti ta'e qofa malee kan barabaraa miti. Akkuma beekamu mana cidhaa deemanii utuu jiranii, daadhiin wayinii warra cidhaa jalaa dhume. Kana irratti akka dubartiitti kutaa sana keessa kan beektu haati isaa waan isaan mudate sana dhuftee itti himte. Deebiin Gooftaa guutummaatti barumsa warra Ortodoksii kan faallessudha. "Haadhoo, maaliif hojii koo keessa lixxa ree? Waa gochuuf yeroon koo amma illee hin geenye" jechuun dhimma hojii isaa isa raajii fi humna Waaqayyootiin godhamu keessa namni kamiyyuu (Maariyaam dabalatee) dhiibbaa gochuu akka hin dandeenye ifa godha. Hojiin isaa qajeelfama Abbaa isaa isa Waaqarraa qofaani. Yesuus kutaa kam keessatti iyyuu waan abbaan jedhe malee waan haati koo natti himte nan dubbadha ykn nan raawwadha hin jenne. Maariyaamis Gooftummaa isaa waan beektuuf isaan wal hin falmine. Gad of deebisuudhaan “Waanuma inni isinitti himu godhaa!” jettee. Kunis aboon guutuu kan isaa ta'uu, yoo inni hojjechuu hin barbaanne ta'e ofiin homaa gochuu akka hin dandeenye fi ishee dabalatee warri kaan iyyuu waan isa irratti xiyyeeffachuu akka qaban gochuu ishee argisiisa. Maariyaam akka warri Ortodoksii jedhan miti, isheen gooftaa ishee kan kabajjuu fi isaaf kan sagaddudha. Macaafni Qulqulluun Waaqayyoo fi nama gidduu kan jiru 1 qofa akka ta'e fi innis Yesuus Kiristoos akka ta'e ifaan ifatti dubbata! 1 Ximotewos 2:5 Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha; inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha. #Deebii@EphremDiriba
433
19
Gaaffii: Mul'ata yohanis kan barreeesse yohanis isaa kamidha Deebii: Bara sana namoonni maqaa kanaan waamaman baayyeedha. Macaafa Qulqulluu keessaa Yohannis cuuphaa fi Yohannis inni bartuu Gooftaa baayyee beekamoodha. Yohannis cuuphaa garuu kitaaba barreesse hin qabu. Wangeela Yohannis, Ergaa 3 fi Mul'ata kan nuuf barreesse Ergamaa Yohannisidha. Mul'ata Yohannis kan barreesse, ykn mul'aticha kan fudhate Yohannis ta'uu isaa yoo xinnaate ragaawwan armaan gadii lamaan jiru: 1. Ragaa Macaafichaa Yohannis kitaaba kana keessatti maqaa isaa ifatti dubbateera. 2. Ragaa Seenaa Abboonni amantii dhuma jaarraa jalqabaa keessa turan barreessaan kitaaba kanaa Ergamaa Yohannis ta'uu dhugaa ba'aniru. Gabaabaamatti; kitaaba Mul'ata Yohannis kan barreesse Ergamaa Yohannis dha. Yohannis ergamichi ergaa fi raajii guddaa kana naannoo dhuma jaarraa jalqabaatti (Dh.K.B. bara 95 tti) sababa amantii isaatiif booji'amee odola (biyya bishaan keessaa) ishee “Phaaximoo” jedhamtu utuu jiruu barreesse. #Deebii@EphremDiriba
374
20
Нет текста...
327