es
Feedback
Ephrem Diriba

Ephrem Diriba

Ir al canal en Telegram

📖 Barumsa Macaafa Qulqulluu 🎧 Faarfannaa Hafuuraa ✒️ Walaloo fi Ergaa Hafuuraa 🎬 Viidiyoo & Fiilmiiwwan Amantii 📢 @EphremDiriba 💬 @EphremDiribaChat 🏠 https://t.me/EphremDiriba/2287 YouTube.com/@EphremDiriba

Mostrar más
4 421
Suscriptores
-124 horas
-107 días
-4730 días

Carga de datos en curso...

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
agosto '26
agosto '26
+1
en 0 canales
julio '26
+62
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+35
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+24
en 1 canales
Get PRO
abril '26
+36
en 1 canales
Get PRO
marzo '26
+29
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+21
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+36
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+101
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+151
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+157
en 86 canales
Get PRO
septiembre '25
+26
en 5 canales
Get PRO
agosto '25
+30
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+204
en 88 canales
Get PRO
junio '25
+312
en 90 canales
Get PRO
mayo '25
+23
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+8
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+35
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+20
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+78
en 3 canales
Get PRO
diciembre '24
+15
en 1 canales
Get PRO
noviembre '24
+20
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+23
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+198
en 105 canales
Get PRO
agosto '24
+436
en 97 canales
Get PRO
julio '24
+115
en 3 canales
Get PRO
junio '24
+645
en 2 canales
Get PRO
mayo '24
+159
en 4 canales
Get PRO
abril '24
+74
en 3 canales
Get PRO
marzo '24
+163
en 113 canales
Get PRO
febrero '24
+311
en 85 canales
Get PRO
enero '24
+826
en 121 canales
Get PRO
diciembre '23
+950
en 88 canales
Get PRO
noviembre '23
+38
en 3 canales
Get PRO
octubre '23
+303
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+648
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+60
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+99
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+1 020
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+365
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+33
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+21
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+28
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+110
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+38
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+32
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+36
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+27
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+44
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+71
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+47
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+43
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+12
en 0 canales
Get PRO
marzo '220
en 0 canales
Get PRO
febrero '220
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+4
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+11
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+14
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+29
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+29
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+53
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+119
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+98
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+22
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+21
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+35
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+34
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+29
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+2 598
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
01 agosto+1
Publicaciones del Canal
Hojiiwwan Tiksummaa Yesuus Maal Maali? 📖 Yohannis 10:14 “Tikseen gaariin ana, ani hoolota koo beeka, hoolonni koos ana beeku
Hojiiwwan Tiksummaa Yesuus Maal Maali?
📖 Yohannis 10:14 “Tikseen gaariin ana, ani hoolota koo beeka, hoolonni koos ana beeku.”
Yesuus Tiksee ta'uu isaa fi tiksee gaarii ta'uu isaa, akkasumas hoolota tiksu qabaachuu isaa dubbateera. Hoolonni inni tiksu eenyudha? Yeroo tiksu hoo maal maal hojjeta? Deebiin gaaffii kanaa ja'an (6) video kana keessa jira. Kottaa Macaafa Qulqulluu haa barannu: https://youtu.be/giPyk-PjVJs?si=MfiRgJoc2jFvR0EP

2
Nagaan Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u! Waaqayyo na gargaarraan haala mijeeffadhee, gara video barumsaa YouTube irratti hojjechuutti deebi'eera. Yoo Waaqayyo jedhe har'a galgala video tokko isiniifin gadhiisa! YouTube.com/@EphremDiriba Irratti Eeggadhaa!
210
3
siyyaasaa: mat 12:1 ama ayyaanii waaqayyoo siif ibse naaf ibsi mee Deebii Maatewos 12:1 Yeroo sana Yesus guyyaa Sanbataatti maasii qamadii tokko keessa darbe; bartoonni isaa immoo beela'anii waan turaniif, asheetii isaa ciranii nyaachuutti ka'an. Seenaan kutaa kana kan armaan gadiiti: bara Yesuus biyya lafaa irra ture sana namoonni Fariisota jedhaman seera musee isa Waaqayyo kenne irraa gara yaada mataa isaanitti jijjiiranii isa saba barsiisaa fi eegsisaa jiru turan. Waan bartoonni godhan kun waan seera museen dhorkame utuu hin ta'iin waan seera Farisootaan dhorkame qofadha. Keessa Deebii 23:25 Midhaan ollaa keetii isa maasii keessa jirutti yommuu lixxu, haammachuudhaaf haamtuu itti hin buusin malee, harka keetiin asheetii isaa cirachuu in dandeessa. Haa ta'u malee warri Fariisotaa akka waan seerri Waaqayyoo cabeetti Yesuusiin (Waaqayyo isa seericha kenne) sirreessuu fi balleessaa isaafis isa dheekkamu yaalan, inni garuu deebii isaan qaanessuun seera isaanii malee seera musee (seera ofii isaa museetti kenne) akka hin cabsiin mirkaneesseef. #Deebii@EphremDiriba
471
4
Tajaajila baay'isun nama hafuuraa si hin taasisu.
1
5
3. Dhiigni Ilma Waaqayyoo Cubbuu Hundumaatti Nama Qulleessa Yesuus dhiiga isaa fannoo irratti yeroo dhangalasetti, gatii cubbuu keenya isa darbe, isa ammaa fi isa gara fuulduraa hundumaa kaffaleera. Of ajjeesuun cubbuu isa dhumaa ta'us, tasumaa dhiiga Kiristoos isa fannoo irratti nuuf dhangala'ee ol miti. Qolosaayis 2:13-14 ¹³ Isinis irra-daddarbaa keessanii fi dhagna-qabaa dhabuu foon keessaniif hafuuraan du'oo yoo taatan iyyuu, Waaqayyo akka isin Kristosii wajjin jiraatoo taatan godheera; irra-daddarbaa keenya hundumaas nuuf dhiiseera. ¹⁴ Wanta nu irratti caafamee ture, isa nutti hin tolin sana, waan inni karaa seeraa nu irraa barbaaduu wajjin duguugee fannootti cinqaarsuu isaatiin iddoo isaatii balleesseera. Kana jechuun of ajjeesuu fi cubbuu biraa hojjechuun rakkina hin qabu jechuudhaa? • Kun matumaa hin ta'u, barumsi Ayyaanaa cubbuu kan jajjabeessu utuu hin ta'iin, cubbuu irraa kan nama fayyisu fi gara gaarii hundumaatti kan nama geessudha. Cubbuu hojjechuun guutummaatti kiristaanaaf hin heyyemamu. biyya lafaa irra jiraachuu keenya fi foon dadhabaa uffachuu keenya irraa kan ka'e yoo dogoggoreef, Teessoon abbaa keenyaa yeroo hundumaa araaraan guutuudha. 1 Yohannis 2:1-2 ¹ Yaa ijoollee ko, akka isin cubbuu hin hojjenneef kana isiniifan caafa; namni tokko illee yoo cubbuu hojjete garuu, nama nuuf dhaabatu abbaa biraa qabna, innis Yesus Kristos isa qajeelaa dha. ² Inni furee cubbuu keenyaa ti, cubbuu keenya duwwaafis miti cubbuu guutummaa biyya lafaatiifis malee. Of ajjeesuun matumaa furmaata miti, cubbuu maatii fi firoota gaddisiisudhas. Garuu, dhiphinni hamaan humnaan olii Kiristaana tokko cubbuu akkasiitti yoo geessisellee, amanannaan isaa Kiristos irra yoo ta'e, Gooftaan inni amanamaan hamma dhumaatti isa ni eega. #Deebii@EphremDiriba
713
6
Kiristaanni Tokko Yoo Of Ajjeese Mootummaa Waaqayyootti In Galaa? Deebii: Namoonni baayyeen Kiristaanaa fi Pheenxee lammaffaa hin dhalatiin tokko godhanii ilaalu. Kana irraa kan ka'es yeroo deebiin Macaafa Qulqulluu fi Kiristaana dhugaa ilaallatu kennamu, haala jireenya pheenxee tokkoo ilaalanii gaaffii kaasu. Na hubadhaa: Pheenxeen hundumtuu Kiristaana dhugaa miti. Kiristaana dhugaa ta'uun amantaa jijjiirachuu utuu hin ta'iin, Yesuus kiristoosiin amananii lammaffaa dhalachuu (hafuuraan Jijjiiramuu) dha. Kun garaagarummaa guddaa qaba, namni keessi isaa jijjiirame akka duraatti hin yaadu, hin jiraatus. Amma Kiristaana Dhugaa irratti hundoofnee deebii Macaafa Qulqulluu haa ilaallu: 1 Yohannis 3:15 “Obboleessa isaa kan jibbu hundinuu nama nama ajjeesee dha; namni nama ajjeese abdii jireenya bara baraa of keessaa akka hin qabne isin iyyuu beektu.” Caqasni kun, Kiristaanaaf nama jibbuun iyyuu nama ajjeesuu waliin wal qixa akka ta'e fi namni nama jibbu abdii jireenya bara baraa (Yesuusiin) of keessaa akka hin qabne ykn akka hin fayyiin dubbata. Namni tokko "ani fayyeera" jedha, garuu nama hin jaallatu, du'a namaatti in gammada, akkasumas cubbuu keessa deddeebi'a taanaan fayyuu namicha kanaaf ragaa tokkoyyu hin qabnu. Kiristaana dhugaaf of ajjeesu, nama ajjeesu, nama jibbuu miti, waa'ee ofii ilaalchaa gaarii hin taane qabaachuun iyyuu cubbuu akka ta'e itti dhaga'ama. Dhiiga Yesuus Kiristoosiin mucaa Waaqayyoo kan ta'e fi Hafuurri Qulqulluu isa keessa buufatee kan isa geggeessu yoo ta'e, inni ofii isaa irra darbee namoota biroof (diinota isaaf illee) gaarii kan yaaduu fi hojjetudha. 1 Yohannis 2:9 “Namni, "Ani ifa keessan jira" jechaa obboleessa isaa immoo jibbu, amma iyyuu dukkana keessa jira.” Namoonni maqaa Yesuus dha'ani fi pheenxee ta'uu isaanii ibsan, garuu jaalala Kiristoos kan of keessaa hin qabne, gabaabaamatti hin fayyine. Garuu, Namni dhugumaan Yesuusitti amanee sanyii hin badne irraa lammaffaa dhalate, sababa kamiinuu fayyina isaa hin dhabu. Kiristaanni tokko of (lubbuu) ajjeesuu haa turuu jibbuun iyyuu isaaf akka hin danda'amne isinitti himeera. Haa ta'u malee akkuma amanaan tokko dhukkuba garagaraan (dhibee onnee, somba kanserii fi kkf) qabamuu danda'u, akkasuma dhibee sammuu (Severe Depression) cimaatiin qabamee yoo murtoo akkasii ofirratti fudhate, matumaa fayyina isaa dhabuu hin danda'u! Daftanii hin aariinaa ykn mormii hin kaasiinaa. Caqasoota Macaafa Qulqulluu fi yaadota itti fufanii jiran erga dubbiftanii booda, yaada mormii keessan barreessuu dandeessu. Nuti obboloota fi namoota baratan waan taaneef dubbii Waaqayyoo qofaan wal qajeelchina. Kiristaanni dhugaa tokko yoo of ajjeese maaliif fayyina isaa hin dhabu? ⚠️ Maaloo, akka ilaalcha keenyatti utuu hin ta'iin akka yaada Waaqayyoo fi Macaafa isaatti haa ilaallu! 1. Cubbuun Hundi Wal Qixa Namoonni baayyeen sobuu cubbuu xinnoo; ajjeesuu immoo cubbuu guddaa godhanii ilaalu. Kanaafis inni of ajjeese waan ta'eef fayyina isaa in dhaba, ani garuu nan sobe/nan ejje malee hin ajjeefne waan ta'eef hin dhabu jedhanii yaadu. Barsiisa Macaafa Qulqulluu keessatti garuu hundinu wal qixxa. Yaaqoob 2:10 “Namni tokko seera keessaa warra kaan hundumaa eegee tokko yoo cabse, akka waan hunduma isaanii cabseetti yakki itti in murama.” 2. Cubbuu Dhiifama Hin Qabne Miti! Of ajjeesuun akkuma ejjaa fi hannaa cubbuudha. abboommii Waaqayyoo cabsuudha. Ta'us Macaafni Qulqulluu cubbuu bakka lamatti qooda; isaanis cubbuu dhiifama qabu fi hin qabnedha. Cubbuun dhiifama hin qabne tokkichadha, innis hafuuraa qulqulluu arrabsuu (dhuga ba'umsa isaa Yesuus Kiristoosiin fudhachuu dhiisuu) dha. Namoonni Macaafa Qulqulluu keessatti beekaman, kan abboota amantii keenyaa jedhamani fi armaan gaditti maqaan isaanii dha'amu hundi lubbuu ajjeesaniiru, garuu hundi isaanii dhiifama argataniiru. Qaayin, Abrahaam, Musee, Iyyaasuu, Abboota Firdii Hunda, Daawit, ... Tarii Phaawulos illee. Maatewos 12:31 “Kanaafis ani isinittan hima, cubbuun kam illee arrabsoonis namootaaf in dhiifama; arrabsoon hafuura qulqulluu irratti ka'u garuu hin dhiifamu.”
544
7
Dargaggoonni ani Church keenya keessatti barsiisu gaaffii ulfaataa tokko na gaafatanii turan. Mee yaada keessan caqasa Macaafa Qulqulluu waliin naa kennaa: Kiristaanni tokko yoo of ajjeese Mootummaa Waaqayyootti in gala?
677
8
⁉️Gaaffiiwwan kana duraa gaafattanii ani isiniif hin deebisiin hafe yoo jiraate fi gaaffii deebii Macaafa Qulqulluu barbaadu yoo qabaattan as jalatti nuuf barreessaa❓
678
9
Qaala'iinsa Jireenyaa Irratti Dammaquu 1. Dhugaa Isaa Fudhachuu
79
10
Nagaan Isiniif Haa Ta'u! Sababa garagaraan tajaajila irraa xinnoo fagaadheen ture, amma guutummaatti deebi'eera, yaada fi gaaffii keessan naaf barreessaa, hamma ayyaanni Waaqayyo nu gargaare wal tajaajillaa. Ayyaanni Isiniif Haa Baayyatu! #Shalom@EphremDiriba
852
11
Barnoonni kun YouTube irratti bifa viidiyoodhaan hojjetame: YouTube.com/@EphremDiriba
822