FOCUS FINFINNEE
Kanalga Telegram’da o‘tish
Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
Ko'proq ko'rsatish1 272
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-37 kunlar
-330 kunlar
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyun '26
Iyun '26
+12
0 kanalda
May '26
+19
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+26
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+31
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+23
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+7
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+27
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+35
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+41
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+33
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+41
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+103
1 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+21
1 kanalda
Get PRO
May '25
+23
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+17
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+8
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+4
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+7
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+11
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+68
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+28
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+70
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+71
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+25
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+39
0 kanalda
Get PRO
May '24
+48
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+37
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+52
1 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+44
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+80
1 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+71
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+43
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+9
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+5
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+26
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+15
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+37
0 kanalda
Get PRO
May '23
+28
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+22
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+25
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+9
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+24
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+8
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+11
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+6
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+25
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+4
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+33
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+31
0 kanalda
Get PRO
May '22
+36
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+99
0 kanalda
Get PRO
Mart '220
0 kanalda
Get PRO
Fevral '220
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '220
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '210
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '210
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '210
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '210
0 kanalda
Get PRO
Avgust '210
0 kanalda
Get PRO
Iyul '210
0 kanalda
Get PRO
Iyun '210
0 kanalda
Get PRO
May '210
0 kanalda
Get PRO
Aprel '210
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+2
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+1
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '21
+7
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '20
+340
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 26 Iyun | 0 | |||
| 25 Iyun | 0 | |||
| 24 Iyun | +1 | |||
| 23 Iyun | 0 | |||
| 22 Iyun | +1 | |||
| 21 Iyun | +1 | |||
| 20 Iyun | +1 | |||
| 19 Iyun | 0 | |||
| 18 Iyun | 0 | |||
| 17 Iyun | +1 | |||
| 16 Iyun | 0 | |||
| 15 Iyun | 0 | |||
| 14 Iyun | 0 | |||
| 13 Iyun | +1 | |||
| 12 Iyun | 0 | |||
| 11 Iyun | +1 | |||
| 10 Iyun | 0 | |||
| 09 Iyun | 0 | |||
| 08 Iyun | 0 | |||
| 07 Iyun | 0 | |||
| 06 Iyun | +1 | |||
| 05 Iyun | +1 | |||
| 04 Iyun | +2 | |||
| 03 Iyun | 0 | |||
| 02 Iyun | +1 | |||
| 01 Iyun | 0 |
Kanal postlari
Warri galmooftan, har'a galgala fi Isa dhumaa bor ganama hanga sa'aatii 3:30 LT tti lakkoofsa 0917513718 irratti bilbiluun fudhachuu dandeessu!
Eebbifamtaniittuu! 🥰
| 2 | Warri hin galmoofnee, har'a Isa dhumaa galmaa'uu hin dagatiinaa!
Eebbifamtaniittuu 😍 | 230 |
| 3 | https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfazKaqj_csYD2RjCGdYDeZTOagzxRZHyBp3W0u9vy4ZlibXw/viewform?usp=sharing&ouid=106462475217693417691 | 386 |
| 4 | Waraqaa geggeessituu kan barbaaddan "form" kana gadii guuta! | 365 |
| 5 | Tomorrow🚌...
Hundumaa irra caalaa waanan ofii kootii fudhadhe isinitti dabarsee kenneera; innis caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti, Kristos cubbuu keenyaaf du'eera; inni awwaalameera, caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti guyyaa sadaffaattis du'aa kaafameera.
1Qor 15:3-4
#Summer Mission
Dhugaaf Dhugaa Baana!💪 | 418 |
| 6 | Sagantaan keenyaa jalqabeera!
Hurry up!
Bakki "ground" dha ! | 375 |
| 7 | NAMA WAAQARRA"
Hadhi Galagala Galateeffannati😊
Qormaannii dhumee
Galgalli galateffannaa dhufe! Galgala sa'aatii 2:00 LT wal argaan keenya ASSEMBLIES OF GOD CHURCH ,6 Killo tti haa tahu!
yeroo
- waaqeefannaa badhaa
-barumsaa
-Aartii
-Family time( experience sharing, games, competition between teams, snack time akkasumas yeroo itti waggaa dabarsinee kana keessatti appreciate fi sorry waliin jennu, eebbifamtoota baranaa fi gofocus faana yeroo dinqii dabarsinudha.
Hin hafamu!
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 369 |
| 8 | ⚠️ Galmooftanii 🔊
Only 3 Days left🤩...
Yesus deebiseefii, “Har'a fayyinni maatii kanaaf ta'eera; namni kunis immoo ilma Abrahaami'o. Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera” jedhe.
Luq 19:9
Galmaa'uuf username:
@g1tafk
@H_dedisc
@BikoTM
#Summer Mission
Dhugaaf Dhugaa Baana!💪 | 416 |
| 9 | ONLY 1 DAY LEFT | 411 |
| 10 | ⚠️ Galmooftanii 🔊
Only 3 Days left🤩...
Yesus deebiseefii, “Har'a fayyinni maatii kanaaf ta'eera; namni kunis immoo ilma Abrahaami'o. Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera” jedhe.
Luq 19:9
Galmaa'uuf username:
@g1tafk
@H_dedisc
@BikoTM
#Summer Mission
Dhugaaf Dhugaa Baana!💪 | 1 |
| 11 | Gaafa Jimaata galgala "Praise night" irratti | 447 |
| 12 | Matn yo'q... | 425 |
| 13 | Hin Hafamu! | 3 |
| 14 | Only 2 days left!
Invite your friends!
6k, Assemblies of God | 373 |
| 15 | Fulbaanatti gara mooraatti dhufnee, barnootaas, Sagantaa feeloo keenyas jalqabne, Waggaa guutuus "class" seenuu, "Assignment" ,"project", "quiz" ,"mid exam" fi "final exam" dabareen nurratti wal furanii, nus barnoota keenyaaf jireenya haafuura keenya "balance" gochuuf osuma kurkurruu, kunoo dhuma Waggaa kanaa geenye.😊
Kaan keenya Waggaa tokko xumurree, kaan keenya hunduma isaa xumurree eebbifamnee bahuuf jenna, maarree Waggaa kana guutuu Gooftaa Isa nu gargaaree galgalli itti galateeffannu geesse jirti.
Galgalittiin kunoo Jimaataa Fuldura keenya jirtu kana. Sagantaan "PRAISE NIGHT" bara kana Gaafa Waxabajji 19/2026, Mata duree "NAMA BIYYA WAAQARRAA" jedhuun galgala sa'aatii 2:00 LT irraa eegalee waan taheef wal argaan keenya Waldaa "Assemblies of God, Caffee Araaraatti" argamutti haa tahu!
Irraa hin hafamu
Hiriyoota keessan affeeruu hin dagatiina!
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 393 |
| 16 | Waaqayyoo abbaa keenyaf isa qixa hundumatti nu gargaaruuf galanni, ulfinni haa ta'uu!
#CLOSING_PRAYER
#Barii_Bareeda
1 Namni golgaa isa hundumaa gararraa jiru keessa jiraatu, gaaddisa isa hundumaa danda'uu jala in buufata;
Faar91:1-2
Gooftaan yoo jedhee bor ganamaa kadhata keenya kan bara kana isa dhumaa waliin qabaanu ta'a.
Addattis Mata-duree garaagara irratti yeroo kadhata bal'a qabna.
Kanaaf hundi keessan iyyuu argamuun akka kadhannu jaalala Gooftaan isin yaadachifna.
⛪️ WGW 6kiiloo, kIiloo 5tti argamuu
⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT
Ayyaanni warra Kristosin jaalala hin badneen jaallatan hundaa wajjin haa ta'uu🥰 | 458 |
| 17 | 7 Days left...
Inni immoo, “Isinoo, eenyu anaan jettu?” jedhee gaafate; Phexros, “Ati Masiihii Waaqayyoo ti” jedhee deebise.
Luq 9:20
#Summer Mission
Galmaa'uuf username:
@g1tafk
@H_dedisc
@BikoTM
Dhugaaf Dhugaa Baana!💪 | 363 |
| 18 | " Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame. "
(1 Pheexros 2: 9)
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu maatii focus finfinnee!
Yeroon jaallatamaanii fi hawwiin eegaa turre #SUMMER_MISSION kan bara kanaa dhiyaateera🤩
Waxabajjii 14-17tti kan turu yeroon dhugaa baatii: warra dukkana keessa jiran gara ifa isaa Isa dinqisiisaatti kan ittiin waamnu, warra dadhaban kan ittiin jajjabeessinu dha.
Obboloonni tajaajila kana irratti hirmaachuu barbaaddan, username kana gadi jiruun maqaa guutuu fi lakkoofsa bilbilaa keessan nuuf ergaa!
@g1tafk
@H_dedisc
@BikoTM
EEBBIFAMTANIITTU!
DHUGICHAAF DHUGAA BAANA🙌 | 399 |
| 19 | Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩
#Harra
Sagantaan keenya jimaata inni Guyyaa dhumaa (kan bara 2018) itti fufee waan jiruuf
#Macaafa_Qulqulluu fi #Yaadannoo keessan qabaachuun yeroon akka argamtan jaalala Gooftaa keenyaan isin beeksifna!
Addatti ijoolleen "Action Team" barnoota isaanii xumuranii har'a "certify" tahu!😊
#Hin_haftan_hin_barfattan😊
⛪️ Waldaa G/G/M/W
⏱️: 11:30 - 1:45 LT ⏳
⏰ YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF! 🤲
We are focused, We Live for God, We reach all Nations! ⚡️
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 388 |
| 20 | #WAAQAYYON_YAADUU
Kutaan kun dheebuu hafuuraa gadi fagoo ta'e ibsa. Namni akka bifaa fi fakkaattii Waaqayyootti uumame keessaa isaatti hawwiin Uumaa isaa barbaadu jira. Kanaaf, yeroo lubbuun keenya Waaqayyoo irraa fagaattu, qabeenya, beekumsa, milkaa'ina yookaan wanti biraa kamiyyuu duwwaa sana guutuu hin danda'u. Argamuu Waaqayyoo qofatu dheebuu hafuuraa dhaamsa.
Waamichi keenya guddaan hojii Waaqayyoo qofa hojjechuu utuu hin taane, Isas barbaaddachuudha. Yeroo baay'ee kennaa isaa malee Isa kennaa sana kennu hin barbaannu. Garuu lubbuun Waaqayyoon dhugumaan dheebotte, argamuu isaa keessatti haaromsa argatti.
Jaallataamoo maatii #Focus_Finfinnee qalbii keenya yeroo hundaa gara Gooftaa keenya Yesusitti haa hiinu; sababni isaas Inni burqaa jireenyaa, madda boqonnaa dhugaa bara baraati. Lubbuu Waaqayyoon argatte qofatu jireenya fi boqonnaa argataa. Ameen!🙏❤️
✨ Guyyaa gaarii ✨
QORMAATA keessanittis jabaadha😊
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY|
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 313 |
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
