899
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
+9930 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئن '26
ژوئن '26
+3
در 0 کانالها
مه '26
+126
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+28
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+13
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+18
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+14
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+29
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+25
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+112
در 3 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+12
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+19
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+21
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+11
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+13
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+20
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+10
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+9
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+8
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+21
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+48
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+76
در 2 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+34
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+45
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+18
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+6
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+10
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+9
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+4
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+13
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+26
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+31
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+27
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+2
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+3
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+6
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+10
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+26
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+12
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+8
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+7
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+5
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+1
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+1
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+2
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+8
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+21
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+99
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+20
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+237
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 15 ژوئن | 0 | |||
| 14 ژوئن | 0 | |||
| 13 ژوئن | 0 | |||
| 12 ژوئن | 0 | |||
| 11 ژوئن | +1 | |||
| 10 ژوئن | +1 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | 0 | |||
| 03 ژوئن | +1 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | 0 |
پستهای کانال
#today_12_00.
".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; ..."
Roomaa 8:14-15Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS🙌, Ayyaanni, Araarriifi, Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu! 👉Waaqayyo Guyyaa bareeda tokkummaan waliin taane isa itti waaqefannu nuuf kenneef Galanni haa ta'u . 👉Guyya har'aa immoo Guyyaa Waaqeffannaa fi Galateeffannaa team Eleos waliin nii qabaanna Akkasuma Obboloota tokkumma kana cimsuuf hojjechaa turaniin 'Thankyou' itti jennu ta'a . 🕐Kanaaf saati 12:00tti yeroon argamnee waliin Gooftaa baayee nuuf Oole haa waaqeffannu! 'One Voice, One heart, praising God' #elios_nignt #thankyou Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
| 2 | #1_day_left
".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; ..."
Roomaa 8:14-15
#elios_nignt
#thankyou
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb | 266 |
| 3 | 🔥ELIOS NIGHT 🔥
"Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundinuu ilmaan Waaqayyoo ti. Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; hafuura kanaanis, “Abbaa keenya” jennee Waaqayyoon in waammanna."
✝Roomaa 8:14-15✝
Akkam jirtu jaallatamoo maatii AASTU FOCUS hundumti keessanuu? Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu!🙌🙌🙌
✍Egaa akkuma beekamu gaafa jimaataa sagantaan addaa #Worship_Night mataa duree "ILMUMMAATTI GUDDADHEERA!" Jedhu irratti qophaa'ee jira.
✍Akkasumas sagantaan addaa "THANKYOU" dabalataan qophaa'ee waan jiruuf obboloonni hunduu irratti akka hirmaattan isiniin jenna.
✨IRRAA HIN HAFAMU!✨
#AASTU_FOCUS
#ELIOS_NIGHT
#THANKYOU
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook |aastufocusweb | 307 |
| 4 | Alaltuu | 1 |
| 5 | 🎓🎓🎓🎓GC NIGHT
Nagaan waaqayyoo isiniif haa bay'atu!
Sagantaan GC NIGHT bara kanaa hawwiin eegamaa ture ga'eera!🔥🔥🔥
Guyyaa har'aa mata duree "𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙖𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 𝙩𝙖'𝙚𝙚" jedhu irratti in geggeeffama. Qophiiwwan garaagaraas kan gammachuu kenya isa gooftaa keessaa nuf dhufuu nu yaadachisuuf kan irraa barannuu qabannee waan jiruuf hundi keessanuu yeroo kabajjanii sa'atii 12:00 irratti akka nuuf argamtan akkasumas hiriyyoota keessan akka affeertan jaalala gooftaan isin gaafanna.
🔴HUB: Sagantaan GC NIGHT sagantaa bultii mitii. waaqeffannee gara mooraatti akkuma yeroo kaanii deebina.
👉Irraa hin hafamu!
Ebbifamaa!
#AASTUFOCUS
#GC2026
#GCNIGHT
#GAMMACHU_AARSAA_TA'EE | 520 |
| 6 | 🎓🎓🎓🎓GC NIGHT
Nagaan waaqayyoo isiniif haa bay'atu!
Sagantaan GC NIGHT bara kanaa guyyaa gaafa jimaataa jechuun 28/09/2018 mata duree "𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙖𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 𝙩𝙖'𝙚𝙚" jedhu irratti in geggeeffama. Qophiiwwan garaagaraas kan gammachuu kenya isa gooftaa keessaa nuf dhufuu nu yaadachisuuf kan irraa barannuu qabannee waan jiruuf hundi keessanuu yeroo kabajjanii sa'atii 12:00 irratti akka nuuf argamtan akkasumas hiriyyoota keessan akka affeertan jaalala gooftaan isin gaafanna.
🔴HUB: Sagantaan GC NIGHT sagantaa bultii mitii. waaqeffannee gara mooraatti akkuma yeroo kaanii deebina.
Ebbifamaa!
#AASTUFOCUS
#GC2026
#GCNIGHT
#GAMMACHU_AARSAA_TA'EE | 467 |
| 7 | Akkam nagaa jirtuu obboloota jaalatamoo maatii AASTU FOCUS? Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayy'atu!🙌🙌🙌
👉Egaa akkuma beekamu guyyaa har'aa obboloonni guyyaa itti qormaata eegaltanidha. Kanaafuu jabaadhaa, gooftaan isin wajjiin haa ta'u! Irra aanaa! Qormaata gaarii isiniif hawwina.
#AASTU_FOCUS
#sin_jaalanna
#Eebbifamaa | 423 |
| 8 | 🎓🎓🎓🎓GC NIGHT
Nagaan waaqayyoo isiniif haa bay'atu!
Sagantaan GC NIGHT bara kanaa guyyaa gaafa jimaataa jechuun 28/09/2018 mata duree "𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙖𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 𝙩𝙖'𝙚𝙚" jedhu irratti in geggeeffama. Qophiiwwan garaagaraas kan gammachuu kenya isa gooftaa keessaa nuf dhufuu nu yaadachisuuf kan irraa barannuu qabannee waan jiruuf hundi keessanuu yeroo kabajjanii sa'atii 12:00 irratti akka nuuf argamtan akkasumas hiriyyoota keessan akka affeertan jaalala gooftaan isin gaafanna.
🔴HUB: Sagantaan GC NIGHT sagantaa bultii mitii. waaqeffannee gara mooraatti akkuma yeroo kaanii deebina.
Ebbifamaa!
#AASTUFOCUS
#GC2026
#GCNIGHT
#GAMMACHU_AARSAA_TA'EE | 415 |
| 9 | Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata;
“Waaqayyotti araaramaa!” jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna.
2 Qorontos 5:20
Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS🙌, Ayyaanni, Araarriifi, Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu!
Qophiin qormaata finally gaariidha jenne abdanna.
Egaan akkuma isin beeksisaa turre, summer mission fuula keenya duraa ni qabaanna, kanaaf obboloonni deemuuf fedha qabdan, akkasumas isiniif mijatu Google form kanaa gadii akka guuttan jaalalaan isin beeksisna!
Achumaanis hojii kanaaf Waaqayyo akka nu gargaaruuf ha kadhannu! 🙏
https://forms.gle/xCz8vh9QVFkTNmFd8
#summer_mission
#Mojo
#AASTU_FOCUS
#EEBBIFAMTANIITTU | 458 |
| 10 | Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS hundumti keessanuu🙌🙌 nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu!
🎚Egaa akkuma beekamu sagantaan keenya Waaqeffannaa guyyaa har'aas akkuma itti fufetti jira.
👉Dabalataanis yeroo darbe akkuma beeksifamee ture, guyyaa har'aa guyyaa itti kennaa ji'aa keenya qabannee dhufnudha.
Kennaa ji'aa keenya karaa account asii gadii fayyadamuunis kennuun ni danda'ama.
👉1000682602698 AASTU FOCUS (focus mini)
✍Kanaafuu obboloonni yeroodhaan argamuun waliin akka Waaqayyoon waaqeffannu isiniin jenna.
⏱Sa'aatii: 12:00
📍Bakki: Waldaadhuma jimaata jimaata itti Waaqeffannu
#Sin_Jaalanna
#Eebbifamaa
#AASTU_FOCUS | 660 |
| 11 | Akkam jirtu? Obboloota jaallatamoo maatii AASTU FOCUS.
Nagaa fi araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu🤗
Akkuma yeroo darbe isin beeksifne turre, gaafa jimaataa kennaa ji'aa keenya hamma kennuuf murtoo goone qabannee akka argamnu jaalalaan isin yaadachiisna.
Kennuudhaan feeloo keessan bira dhaabbadhaa🤗
Akkasumas obboloonni kennuu hin jalqabne, waan qabnurraa kennuudhaan hojii Waaqayyoo waliin haa hojjennu!
✨Dabalataanis account asiin gadii fayyadamuun kennaa keessan kennuu dandeessu.
👉1000682602698 AASTU FOCUS ykn Focus mini(you can copy by one touch)
👉Screenshot isaa username asiin gadii irratti nuu ergaa.
@Fibaa
@Jo_shib
Eebbifamaa.
#kennaa_jiaa
#AASTU_FOCUS
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook |aastufocusweb | 638 |
| 12 | Akkam jirtu? Obboloota jaallatamoo maatii AASTU FOCUS.
Nagaa fi araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu🤗
Akkuma yeroo darbe isin beeksifne turre, gaafa jimaataa kennaa ji'aa keenya hamma kennuuf murtoo goone qabannee akka argamnu jaalalaan isin yaadachiisna.
Kennuudhaan feeloo keessan bira dhaabbadhaa🤗
Akkasumas obboloonni kennuu hin jalqabne, waan qabnurraa kennuudhaan hojii Waaqayyoo waliin haa hojjennu!
✨Dabalataanis account asiin gadii fayyadamuun kennaa keessan kennuu dandeessu.
👉1000682602698 AASTU FOCUS ykn Focus mini(you can copy by one touch)
👉Screenshot isaa username asiin gadii irratti nuu ergaa.
@Fibaa
@Jo_shib
Eebbifamaa.
#kennaa_jiaa
#AASTU_FOCUS
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook |aastufocusweb | 595 |
| 13 | Akkam nagaa jirtuu obboloonni feeloo hundumti keessanuu🤝 Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu🙌🙌
Inni nagaa isaa nuuf baayy'ise gooftaan bara baraan haa ulfaatu!
🎚Egaa sagantaan keenya torbee torbee har'as akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, walii wajjin yeroo itti Waaqayyoo gooftaa keeenya Waaqeffannu fi dubbii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa barannu ni ta'a.
✍ Kanaafuu obboloonni yeroo keessan eeguun argamtanii walii wajjin haa Waaqayyeffannu isiniin jenna.
⏱Sa'aatii: 12:00
📍Bakka: Walduma jimaata jimaata itti Waaqeffannu
#EEBBIFAMA
#ISIN_JAALANNA
#AASTU_FOCUS@fstufocus | 634 |
| 14 | Day5:-Yesuus Deebi'ee Ni Dhufa
Yoh. 14
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Yesus itti fufee bartoota isaatiin, "Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa!
² Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema.
³ Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha.
⁴ Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe.
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 726 |
| 15 | Day5:-Yesuus Deebi'ee Ni Dhufa
Rom. 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Dhiphinni keenya si'anaa kun, ulfina isa nuuf mul'ifamuuf jiruu wajjin wal bukkee qabamee, ilaalamuu akka hin dandeenyetti nan lakkaa'a.
¹⁹ Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.
💜Eegaa jireenyi waaqayyoo itti nu waamee jireenyaa kamirayyuu ni caala. Inni mootummaa fi ulfina isaa keessaa akka qooda qabaannuuf nu waame; waamichi kun immoo waamicha mootummaa bara baraati. Kanaaf yeroo hundumaa waamicha Gooftaa keenyaatti gammaduu fi abdii keessatti jiraachuun nu barbaachisa.
💜Harʼa jechuun dhiphina, qorumsaa fi rakkoo keessa yoo jiraannes, gara fuulduraatti immoo ija keenyaatiin Gooftaa keenya arguuf jirra. Inni deebiʼee dhufu sun warra isa eeggatan irraa fagoo miti. Nuyis warra isaatti amanne mootummaa isaa keessatti isa waliin mootummaa bara baraa keessa ni jiraanna.
💜Kanaaf abdii keenya haa jabeessinu; amantii keenya haa eeggannu; wal jajjabeessaa akkasumas yaada keenyaa mootumma isaa fi qajeelummaa isatti hidhaa haa deddeebinu. “Nunis isa deebiʼee dhufu sana faana ni mulʼanna!” Ameen.
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 825 |
| 16 | Akkam jirtuu obbolota jaallatamoo maatii aastu focus ayyaanni waaqayyoo isiinif haa baayyatuu jechaa ; Egaa Akkuma beekkamu, torban kun Digital Evangelism Week irra jirra. Waaqayyo nu gargaaree hanga guyyaa har’aatti waliin hojjechaa turrerra. Tokko lama jechas har’a immoo guyyaa shannaffa (Day 5) irra geenyerra .
“Inni, "Gara biyya lafaa hundumaa dhaqaa! Uumama hundumaattis wangeela lallabaa!.”
— Mar. 16:15
➡️Wagga kanaaf isa xumuraa keenya yemmuu tau , hundumtii keenya guyyaa har’aa kana dhugaa Waaqayyoo fi ergaa isaa dhageessisuu irratti waliin akka hojjennu isiniin jenna. Social media keessan hunda irratti individually tae, group keessan keessatti, akkasumas TikTok fi platformoota biroo irratti ergaa fayyinaa kana share gochuun namoota biraan gaʼuu akka dandeenyu haa goonu.
➡️Warra Kristositti amanan qofa osoo hin taane, warra isa hin beeknes akka gaʼuuf dubbii jaalalaa isaa kana share gochuun waliin akka hojjennu jaalalaan isiin gaafanna.
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 613 |
| 17 | “Yesus isa amantii keenya jalqabee fiixaan baasu sanattii ija hin buqqifannu. Inni gammachuu fuula isaa dura jiru sanaaf jedhee, fannoo irratti du'uu isaatiif yeelloo isa irra ga'e homaatti utuu hin lakkaa'in, obsaan fannoo irratti du'uu in danda'e; ergasiis gara mirga teessoo Waaqayyoo taa'e.”
— Ibr. 12:2
#harra_galgala
#saatii_12:30tti | 657 |
| 18 | Day4 :- CHRIST
“Namni tokko firoota isaatiif jireenya isaa dabarsee kennuu irra kan caalu, jaalala guddaa qabaachuu hin danda'u.” 📖✨
— Yoh. 15:13
Mee yaadi… 🤔
Namni tokko jireenya isaa namaaf kennuu caalaa jaalalli caaluu hin jiru. Sababni isaa namni jireenya isaa caalaa waan qabu hin qabu. Egaa Waaqayyoo waan hundumaa qaba waanta qabu keessa isa angaafa ta'e ilmasaa Yesuus Kristosiin nuuf kenne.
Kristos kennaa Waaqayyoo isa jalqabaa fi isa dhumaa dha.
Isa duraas, isa boodas, nama fuula Waaqayyoo dura dhaabuudhaf danda'u hin jiru; hin argamus.
Kristos sif jedhee ulfina isaa dhiise.
Kristos sif jedhee reebame, tuffatame, salphifame.
Kristos sif jedhee fannifame; sif jedhee du'e.
Kan qulqulluu ta'e qullaa baafamee salphate; ati mootummaa keessa akka deebituuf mootummaa isaa dhiise.
Waaqayyo jaalala siif qabu irraa kan ka'e, nama mudaa hin qabne itti faradchise. Qulqulluun cubbuu hin qabne bakka cubbamootaa dhaabbate.
Mee ilaali…
Waaqayyo ofii isaa nama ta'ee gara kee dhufe. 🙏
Uumaan uumama siif salphate.
Mootiin waaqaf lafaa mootummaa isaa irraa gad bu'ee gara isaatti si fiduuf dhufee dhiphate.
“Namni tokko hundumaaf akka du'e, kanaanis namoonni hundinuu du'u isaa amannee waan fudhanneef, jaalalli Kristos nu qaba.” — 2 Qor. 5:14 📜
Akkamitti ree jaalalli Waaqayyoo siif qabu shakkiin ilaalama?
Kana caalaa jaalala akkamii eegda?
Yesuus sif jedhee waan hin taane hin qabu.
Jaalalli isaa dubbii qofaan miti. 🗣️
Kristos
Kristos
Kristos
Kristos
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 544 |
| 19 | Day3:-Jaalala waaqayyoo raawwatame
," Kun Ilma koo isa an jaalladhu, gammachuun koos isatti in raawwatama; isa dhaga'aa!" jedhe.”
— Mat. 17:5
✨Waaqayyo jaalala isaa isa guddaa mul’isuuf Ilma isaa yesuus kristoosiin gara biyya lafaatti erge.Innis jireenyi akka nuuf argamuuf bakka keenya bu’ee cubbuu keenyaafis dhufee nuuf du’e; dhalachuun isaa, jireenyi isaa, abboomamuun isaatiifi qajeelummaan isaa hundis nuuf lakkaa’ame.
👉Kanaanis Waaqayyo jaalala isaa isa dhugaa hojii fannootiin nu gidduuttis mul’ise.
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 649 |
| 20 | DAY3:-
JAALALA WAAQAYYOO RAAWWATAME
Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.
Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha.
1Xim-2:4-5
➡️Fayyinni namaa yaada yeroo gabaabaa miti; inni fedha Waaqayyoo keessatti duraan murteeffamee kan qophaa’e dha.
💰Waaqayyo namni hundinuu akka fayyu akkuma barbaadu, akkamitti akka fedha nama hundumaa fayyisuu barbaaduu isaa kana raawwachuu akka qabus waaqa beekudha.
➡️Waaqayyo guutummaa biyya lafaa jallachuu isaa irraan kan ka'e,wal caalcisuu tokko malee ilmasaa dabarsee akka nuuf kenne macaafni qulqullun keenya dhugaa nuuf baha.
➡️Egaa Ilmi isaa inni dabarfamee nuuf kenname jechuun garuu maal jechuudha???
💰Kun hundumtuu egaa ilmi waaqayyoo nama tahuu waan isa barbaachisuuf foon akka keenya uffatee nama tahees lafarratti nuyiin bakka buhuudhaaf dhufe. waaqayyos ilmasaa kanaaf dhagna abboomamu qopheesseefii yeroo barri inni mure gahettis ilma isaa isa nama tahee dhalatee seera jala akka galfamu godhe.
➡️ Kunis wanta seerri nurraa barbaadu waliin ilaallee turre hundumtuu akka nurraa kaffalamuuf ture
➡️Egaa yesuus yeroo kana waa'ee waaqayyoon hiikee nutti beeksisaa,lafarrattis cubbuu tokkollee utuu hin hojjetin hamaa hundumaa irraa fagaatee gaarii waaqayyo barbaadu hundumaas raawwachaa jaalala waaqayyoo abbaa fi feedha isaa fiixaan baasudhaf isa angaafaa ta'ee mulate.
➡️Inni karaa hundumaan nu fakkaatee bakka keenyas waan buheef, kaayyoon isaa fannoorratti cubbuu namootaaf du'uu yoo ta'e iyyuu dhalachuun isaa, jireenyi, abboomamuu fi qajeelumman isaa nuyiif akka lakkaa'amuuf ture.
➡️Egaa yesuus kristos fedha waaqayyo abbaa raawwachuudhaaf waaqarraa ulfina isaa dhiisee gara keenya dhufeera. Jaalalli waaqayyos nutti mul'ateera.
Follow our :-
➡️Telegram 🚀 ➡️Instagram 😀➡️Tiktok 📱 ➡️Facebook🌐 ➡️aastufocusweb🌐
#digital_mission_week
#AASTU_FOCUS | 650 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
