uz
Feedback
Murre Tips️

Murre Tips️

Kanalga Telegram’da o‘tish

Entrepreneur | Trader | CEO & Founder of "Tipulse.com" 🔗 Explore what I do at the link Below

Ko'proq ko'rsatish
2 667
Obunachilar
+224 soatlar
-137 kun
+2530 kun
Postlar arxiv
Pay With Chapa!! 🔥☠️☠️☠️☠️☠️ Yeroo dhihotti Tipulse.com gara Auto Paymrnt ni Jijjiirrama. Barsiisota hedduu dandeettii qaban
Pay With Chapa!! 🔥☠️☠️☠️☠️☠️ Yeroo dhihotti Tipulse.com gara Auto Paymrnt ni Jijjiirrama. Barsiisota hedduu dandeettii qabaniis Dabalaa jira. Akka Durii Kafaltiin Manual hin taatu. Ofumaan Raawwatama. 🔥😃👌👌👌 Coming Soooooon!! ⚡️🥶🥶🥶🥶 Stay Tuned!!

Kitaabonnis Dabalamaa Jira. Ammaaf irraa hin Xumuramne!! 🔥🫶 Asiin seenaa Laalaa yaada nuuf kennaa! eBook : 🫴 https://tipul
Kitaabonnis Dabalamaa Jira. Ammaaf irraa hin Xumuramne!! 🔥🫶 Asiin seenaa Laalaa yaada nuuf kennaa! eBook : 🫴 https://tipulse.com/store/ Galatoomaa!! 😍

Amma isiniif Hojjate mitii Trading View?? 😎 Dawwaleefiin Ture, Sirreessan jechumaafi. 😔
Amma isiniif Hojjate mitii Trading View?? 😎 Dawwaleefiin Ture, Sirreessan jechumaafi. 😔

Trading View isiniif Hojjachaa jiraa?? 👀
Trading View isiniif Hojjachaa jiraa?? 👀

📢 HUBACHIISA BARATTOOTAA! Barattoonni, osoо koorsii kamiyyuu kaffaltii hin raawwanne dura nu qunnamaa! Koorsiiwwan: 🔹 Forex
📢 HUBACHIISA BARATTOOTAA! Barattoonni, osoо koorsii kamiyyuu kaffaltii hin raawwanne dura nu qunnamaa! Koorsiiwwan: 🔹 Forex 🔹 YouTube Automation 🔹 Affiliate Marketing 🔹 Digital Product 🔹 fi kkf. 👉 Irratti Discount 50% isiniif godhama! 📌 Maaloo, ragaa barataa keessanii (footoo) qabachuun nu qunnamaa. 📲 Telegram: ➡️ @MurreDm Website : ➡️ Tipulse.com Galatoomaa! 🙏

Forex Trading Irrattti $10 irraa gara $10k+ (1.8 Million ) Challenge eegallee jirra. 😋😁 Dhiiroo Ni danda'amaa?? 😎😎👀👀 Vi
Forex Trading Irrattti $10 irraa gara $10k+ (1.8 Million ) Challenge eegallee jirra. 😋😁 Dhiiroo Ni danda'amaa?? 😎😎👀👀 Video jalqabaa asii Daawwadhaa!! 👇👇 Video : ➡️ https://youtu.be/RxEC9WBfkJQ?si=AcRA8X2lgLSc-q6s Arra Deposit godhuun Waan hunda qulqulleessina. 🙄

Bultanii!! 😍🫡
Bultanii!! 😍🫡

Kanuma!! ☠️😎 Nagayaan Bulaa!!!!!!
Kanuma!! ☠️😎 Nagayaan Bulaa!!!!!!

😍🔥😃😃
+1
😍🔥😃😃

Torbee Bareedaa!! ☠️😃🔥 Barattoonni Baayyeen Challenge Milkeessaa jiru. Mee isiniis kan guyyaa arraa as ergaa!! Maalummaa Fo
+1
Torbee Bareedaa!! ☠️😃🔥 Barattoonni Baayyeen Challenge Milkeessaa jiru. Mee isiniis kan guyyaa arraa as ergaa!! Maalummaa Forex Trading yoo hin beeyne, asiin Itti Hirmaadhaa!! 🫴 https://tipulse.com/courses/trading/

Good Morning Guys!! 🫡
Good Morning Guys!! 🫡

Are u ready? 😍😋😋😋
Are u ready? 😍😋😋😋

Hello Traders. 🫡 Arras Surprise isiniif qaba. 😍 Fund ajaaibaa kan bilisaan $1.5k Akkaawunt kennu, CHallenge osoo hin taane
Hello Traders. 🫡 Arras Surprise isiniif qaba. 😍 Fund ajaaibaa kan bilisaan $1.5k Akkaawunt kennu, CHallenge osoo hin taane INSTANST qabadhee dhufe. 🔥 Ammuma mazaggabadhaa eegaa!! Link : ➡️ https://app.sharkfunded.com/signup?ref=03ef5ff5 Demo miti, Instant Waan taheef yeroo trade gootan obsaan eegaa Trade godhaa. 👌 Sa'aa Muraasa keessatti kenna waan taheef mazaggabadhaa eegaa!! Akkuma gad dhiifameen kallattumaan isinin beeksisa. Warri haga ammaa Trading maal akka tahe, akkamiin Hojii kanatti akka seentan hin beekne koorsii guutuun qophaawee jira. Asii argattu : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Jabaadhaa!! 🔥😀👌👌 Trading eegaluuf Maallaqni giddaan isin hin barbaachisu. Beekumsa Trading + Mala = 🤑🤑🤑😃

Maatiiwan koo marti yoo xiaqqaate Pi Network hamma tokko HOLD godhattan ja'een yaada.👌😀
Maatiiwan koo marti yoo xiaqqaate Pi Network hamma tokko HOLD godhattan ja'een yaada.👌😀

Hello Traders!! 😍😀 Akkuma beekamu, guyyaan har’aa Forex irraa bilisaadha. 📊🚫 Garuu boqonnaa jechuun guyyaa guutuu hojii m
Hello Traders!! 😍😀 Akkuma beekamu, guyyaan har’aa Forex irraa bilisaadha. 📊🚫 Garuu boqonnaa jechuun guyyaa guutuu hojii malee dabarsuu miti! 😎 Yeroo kana business biraa barachuu fi irratti hojjechuu dandeessa. 💪🔥 Ani hojii keessanif kanneen lamaan gorsa: 👇 1️⃣ Digital Product 💻 Yaada kee gara product dijitaalaatti jijjiiruun akkamitti galii uumuu akka dandeessu baradhu: 👉 https://tipulse.com/courses/digitalproduct/ 2️⃣ YouTube Automation 🎥 YouTube irratti content uumuu fi channel kee businessitti jijjiiruu akkamitti akka dandeessu baradhu: 👉 https://tipulse.com/courses/youtube-automation/ Forex qofa irratti hin hirkatiin. Skill tokko caalaa qabaadhu. 💰🚀

Fund Account Tokko isiniif Dabaluu?? 😃 Mee imoojii armaan gadiin naaf mirkaneessaa. Eeyyeen. ❤️ Lakkii. 🙏 .

Mallattoo 7 Umrii Kee Qisaasaa Jiraachuu kee Mullisan — Garuu Akka waan Gaarii irra Jirtuutti Yaadda! Dhugaa haa dubbannu: na
Mallattoo 7 Umrii Kee Qisaasaa Jiraachuu kee Mullisan — Garuu Akka waan Gaarii irra Jirtuutti Yaadda! Dhugaa haa dubbannu: namoonni baay’een umurii isaan keessa jiran irratti of Barbaadaa hin jiran. Suuta suutaan of dhabaa jiru — murtoo laafaa tokko tokkoon umrii isaanii balleessaa jiru. Garuu badiin kun akka waan gaarii hojjachaa jirtutyi sitti mullata. Suuta suutaan si dhabamsiisaa jira. Dhugaan hadhaa’aa 7 Umrii kee balleessaa itti jirtu kunoo :- 1️⃣ Milkaa’ina Xixiqqaa Akka Injifannoo Guddaatti Kabajja. 2️⃣ “Yeroo Ammallee Qaba” Jettee Ofitti Himta. 3️⃣ Yeroo Hunda Hojii Hedduu Qabda, Garuu Waan Tokko Hin Ijaartu. 4️⃣ “Vibe” Karoora Fuulduraa Seetee Dogoggorta 5️⃣ Kophaa Ta’uu Jibbita. 6️⃣ Yeroo Hunda Baratta, Garuu Hojii Irra Hin Oolchu. 7️⃣ Comfort Kee Milkaa’ina Seeta.

Good Morning! Attam Bultan!!
Good Morning! Attam Bultan!!

Baga gammadde!! 😃👌
+1
Baga gammadde!! 😃👌

Barataan Hojii eegale. 🔥😅 3 Trades. 2 Profit. 🔥 1 Loss. $1.34 👌😃 Seera eeggachaa deemuu hin dagatinaa!! Daftinii Profit
Barataan Hojii eegale. 🔥😅 3 Trades. 2 Profit. 🔥 1 Loss. $1.34 👌😃 Seera eeggachaa deemuu hin dagatinaa!! Daftinii Profit hin fudhatinaa!! Yoo xiqqaate daqiiqaa lamaaf turuu qabdu. Jabaadhaa!! Warri maalummaa Forex Trading hin beeyne asii barattu. 👇👇😀 Koorsii : ➡️https://tipulse.com/courses/trading/ Jalqabaa Haga dhumaa!! ✔️🫡