Murre Tips️
الذهاب إلى القناة على Telegram
Entrepreneur | Content Creator CEO & Founder of "Tipulse" 🔗 Explore what I do at the link Below
إظهار المزيد2 586
المشتركون
+124 ساعات
+17 أيام
+9330 أيام
أرشيف المشاركات
2 586
Akkam Ooltan!!
Waaniin waadaa gale takka takka karaa kanaan isiniif maxxansa.
Geemota garaagaraa irraa galii argachuu, iccitii isaaniif Vlog illee asiin argattu.
Maatii tahaa!! 🫶😀
2 586
+3
Barataa Biroo. 😀
Balance kee xiqqeessi, Yoo xiqqaate $10 irraa gara 100+ geessuu yaali.
Deemoo tahuus akka maallaqa keetitti laaluun Balaa dhufu irraa si baraara.
Lot seenteen kuniis Baayyee guddata.
Haga duraa 0.01 goldiif, ykn ammoo gold seenuu hin qabdu, kan biraa irratti yaaluun Boodaaf Risk akka too'attu si gargaara.
Jabaadhu!! 🙏🫶🫶
2 586
Akkam Jirtan Trader!!
Exness irraa Gara Fund yoo darbitan akkam ja'a?
Exness maallaqa keessaniin Trade gootu, Garuu Fund irratti Maallaqa isinitti kennuun Trade gootu, Challenge erga darbitan booda jachuu,
Broker Fund Bareedaa isiniif dhiyeessuu??
Yaada keessan imoojii kanaan naaf ibsaa :)
Eeyyeen. 🙏
Lakkii. 👍
Dafi maaloo. 😍
2 586
Barataa. 😬😂🫡🫡🫡
Ammallee Carraa Guddaan siif hawwaa.
7 profit. 😅
3 BE.
1 loss. 🫡
Keep Going Buddy.....😄❣️
2 586
Pi Guyyaa kana Booda maal taha?
Ani aka mataa kiyyaatti wantoota armaan gadii keessaa tokko xinxalee jira.
Guyyaa 28 baatii tana keessa :-
1. PI Exchange guddaa kan akka Binance irratti list tahuu mala.
2. Exchange mataa isaa guutumatti xumuruun list irratti tahuu mala.
3. Pi akka maallaqa addunyaatti fayyaduu mala.
4. Investor gurguddaa hirmaachisuu mala.
Guyyaa 28 irratti kanneen marti ykn kanneen keessaa tokko akka tahu shakkii takkalleen hin jiru.
Kunneen ammoo Gatii Pi Network akka malee Volatile godhuu danda'u.
Hamma tokko kuufattan ja'een yaada. 😲
Guyyaa saniin nu haa gahu! 🫡🫶
2 586
Akkam Ooltan Guys.
Baatiin tun Pi Networkiif kan dhumaati.
Guyyaa 28 irratti waan addaatu jira.
Guyyaan kun guyyaa Oi network ja'amuuniis yaadatama.
Guyyaa kana duratti qophaawuun baayyee bareedaadha.
Pi gatiin isaa akka malee gad bu'ee jira.
Qoradhuu bitii kaayyadhu.
2 586
Galatoomaa!! 🤩🫶👌👌
45K seennee jirra.
Akkuma amma dura waan Gurguddaa isiniif maxxansaa ture, ammaas kan san caalu akkaan maxxansu waadaa seena.
Ammas Gakatoomaa!! 🫡
2 586
Waaniin akkaan eegaa jiru tokko xumuraa jira.😃
Isaaniis:-
Ganna kana karaa kamiin Barsiisonni website keenya TIPULSE fayyadamuun akka barsiisuu danda'an.
Website keenya Certifikeetii akka qabaatu.
Kafaltii namoonni automatically akka kafalu.
Akkasumas LIVE koorsiiwwam irratti barattoota waliin seenuun akka danda'amu.
Namoonni dandeettii qaban akkamiin itti hirmaachuun nama fayyadanii ofiifis akka fayyadaman irratti ciminaan hojjachaan jira.
Gariin Milkaa'aa jira.
Kan hsfees Waaqni haa milkeessu!! 👌🫶
Stay Tuneeeeeeeed.
2 586
Akkam jirtan.
Xeffy airdrop guyyaa 29 irratti xumurama.
Airdrop hiruun ammoo guyyaa 30 irratti.
Waan barbaachisu guutuu jin dagatinaa!!
2 586
Dorgommiin AI akkuma itti Fufetti jira. 😲
Lameen kunneen adduma.
Xai fi Grok Jireenya nama baayyee jijjiiruu danda'u.
Isaan lameenuu AI duraanii irra fooyyee qabaachuun dhufan.
Itti fayyadamaa!!
#Ai #xAI #grok
2 586
"Murre EVM maaliidha? Eessaa arganna?"
EVM jachuun (Ethereum Virtual Machine) yoo tahu, Adress Etherium irra jiruudha.
Gaafa wallet ykn adress EVM gaafatamtan kamiyyuu adress etherium waan kan 0× ja'ee ee galuudha.
Warri haga ammaa hin guutin Metamask keessan seenuun adress etherium koppii paste godhuu qofa.
Metamask hin banannnee??
Akkaataa isaa YouTube keenya irraa argattu.
2 586
Akkam Bultan!!
Xeffy airdrop irratti Mazgabaan eegalee jira.
Username discord keessaniif kan X guutuun, adress wallet keessanii kan MetaMask guuttu.
Asiin seenaa ➡️ https://t.me/Xeffy_Bot?start=ref_908461249
Adress kan Etherium guutttu.
Hin dogoggorinaa!!
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
