es
Feedback
Murre Tips️

Murre Tips️

Ir al canal en Telegram

Entrepreneur | Content Creator CEO & Founder of "Tipulse" 🔗 Explore what I do at the link Below

Mostrar más
2 644
Suscriptores
+224 horas
-47 días
+5030 días
Archivo de publicaciones
YouTube Waan haaraa Update godhe. 👀 Boru Yoo Rabbi ja'e Viidiyoon isin dhaqqaba. 👀💀💀💀
YouTube Waan haaraa Update godhe. 👀 Boru Yoo Rabbi ja'e Viidiyoon isin dhaqqaba. 👀💀💀💀

Akkam Bultan!! Waan haaraa kana dhageessanii?? 💀👀
Akkam Bultan!! Waan haaraa kana dhageessanii?? 💀👀

Qormaanni dhugaa isa kana. 👀😬 Barattoonni keenya yeroo baratan, qabxii 100% galmeessuuf akkanatti hojjetu. 🔥 Kutaa 12 kuft
Qormaanni dhugaa isa kana. 👀😬 Barattoonni keenya yeroo baratan, qabxii 100% galmeessuuf akkanatti hojjetu. 🔥 Kutaa 12 kufteettaa? Yookaan dabarteettaa? 👀 Dabruun kee gaariidha. Garuu kufuun kee dhumaa miti. Namoonni yeroo kufan booda waan haaraa barachuun of ijaaruun warra darban hedduu caaluu danda’u. 💯 Kanaaf, “Akkamitti milkaa’a?” jadhii of gaafadhu. Yuniversitii dhugaa seeni. Qormaata dhugaa furadhu. 🎓 Innis 👉 Tipulse.com Tipulse keessatti Dandeettii, Ogummaa fi Digital Skills barachuu dandeessa. Waan tokko filadhu. Baatii 2–3 itti cichi. Sana booda jijjiirama jireenya kee keessatti mul’atu ilaali. 🚀 👉 Tipulse.com — Irratti Baradhu. Hojjedhu. Milkaa’i.

Dafaa Hojii eegalla. Haga ammaatti nama 132 geenyee jirra. Hubadhaa!! Gaafa nama add gootan nama amantan qofa galchaa. Baayin
Dafaa Hojii eegalla. Haga ammaatti nama 132 geenyee jirra. Hubadhaa!! Gaafa nama add gootan nama amantan qofa galchaa. Baayina osoo hin taane quality namootaa barbaanna. Seera ja'amees guutaa itti hirmaadhaa. Liinkiin isa kana :-👇👇 Link: ➡️ https://chat.whatsapp.com/LBPpt6sQK1Q3WR940ndFIv?s=cl&p=a&ilr=0

Akkam Bultan!! Dafaa Hojii eegalla. Haga ammaatti nama 42 geenyee jirra. Seera ja'amees guutaa itti hirmaadhaa. Liinkiin isa
Akkam Bultan!! Dafaa Hojii eegalla. Haga ammaatti nama 42 geenyee jirra. Seera ja'amees guutaa itti hirmaadhaa. Liinkiin isa kana :-👇👇 Link: ➡️ https://chat.whatsapp.com/LBPpt6sQK1Q3WR940ndFIv?s=cl&p=a&ilr=0

Namoonni USDT gurguruu barbaaddan na dubbisaa!! Telegram : 🫴 @MurreDM Telegram : 🫴 @MurreDM

Trader. Fund Fudhattanii?? 😀 Hubadhaa!! Gaafa mazaggabattan Website irratti xumuruu hin dagatinaa! Aappiin Country Ethiopia
Trader. Fund Fudhattanii?? 😀 Hubadhaa!! Gaafa mazaggabattan Website irratti xumuruu hin dagatinaa! Aappiin Country Ethiopia hin qabu. Foormii Guutuun Discord irratti Screenshoot godhoofii hin dahatinaa!! $0 Fees.

Chaanaaliin Whatsapp irratti banamee jira. Warri Whatsapp qabda qofti seenaa!! Link : ➡️ https://chat.whatsapp.com/LBPpt6sQK1
Chaanaaliin Whatsapp irratti banamee jira. Warri Whatsapp qabda qofti seenaa!! Link : ➡️ https://chat.whatsapp.com/LBPpt6sQK1Q3WR940ndFIv?s=cl&p=a&ilr=0

Hayyee!! Yaada keenya jaalattanii jirtu. Amma akkas Godhaa!! VPN Buufadhaa (Turbo VPN ) yoo tahe baayyee bareedaadha. Garuu kan barbaaddan buufachuu dandeessu. Chaanaalii keessan irraa yoo xiqqaate Video 5+ qabaachuu qabdu. Playlist tokko keessaatti Video 5+ Add godhaa!! Hubadhaa!! Viidiyoon Playlist keessatti add gootan waliigala sa'aa 1 bira kutuu hin qabu. Seera kana xumuraa hatattamaan.

Ammas akka goona. Akkuma Beekkamu YouTube seera jijjiiruu isaa Yeroo darbe isin beeksiseen ture. Namoonni baayyeen Akkamiin Dafnee Monitize godhachuu akka dandeessan karaa hedduun na gaafachaa jirtu. Yaanni kiyya, namoota amanamoo Garee takka keessatti ijaaruun Wal guddisuudha. Keessaafuu maatiiwwan YouTube Automation hojjachaa jirtan malli kun saffisaan akka Monitize godhattaniif isin gargaara. Amma wanti guddaan Amanamummaan ni hojjattanii?? Yoo "EEYYEEN" jattan LIKE godhuun nuu mirkaneessaa. Group ykn garee haaraa jaarree isin beeksisna.

Galatoomaa!! 👀⚡️😍😍 tipulse.com Yuniversitiidha. ⚡️🫡🫡
Galatoomaa!! 👀⚡️😍😍 tipulse.com Yuniversitiidha. ⚡️🫡🫡

Here we go 🔥⚡️ Link : ➡️https://www.yopips.com/free-6000-account

Trader. 👀🔥😎😎 Daqiiqaa Muraasa booda Oduu Gammachiisaa isiniif qaba. Na eegaa!!

Pi Erga Paypal Waliin walee galtee xumuree. Yoo Binance fi Coinbase tahe hoo??
Pi Erga Paypal Waliin walee galtee xumuree. Yoo Binance fi Coinbase tahe hoo??

Hundi keessan galatoomaa! ❤️🔥 YouTube irratti 46K Subscribers darbinee jirra! 🎉🚀 Dhuguma, kun milkaa’ina koo qofa miti — m
Hundi keessan galatoomaa! ❤️🔥 YouTube irratti 46K Subscribers darbinee jirra! 🎉🚀 Dhuguma, kun milkaa’ina koo qofa miti — milkaa’ina keenya hundumaa ti. 🙏❤️ Akkuma isin na amantanii fi na hordoftan, anis gara fuulduraatti wantoota kan duraanii caalaa isin fayyadan, isin barsiisan, fi jireenya keessan keessatti bu’aa qaban isiniif fiduuf nan hojjedha. 💪🔥 Hanga ammaatti warri chaanaalii keenya hin argin, maaloo iddoo yaadaa (comment) jala seenuun “SUB” godhaa, nama biraattis share godhaa. ❤️ 46K irraa gara 50Ktti! 🚀🔥 Hundi keessan waan nu waliin jirtaniif GALATOOMAA! ❤️🙏

Suuraa kana yoon argu Ka'ee Video 10 Guyyaatti Hojjachuu Heda. 💀😅 Beeki Kiyyaa Mitii. 👀 Milisahaa natti hin yaaminaa!! 😬�
Suuraa kana yoon argu Ka'ee Video 10 Guyyaatti Hojjachuu Heda. 💀😅 Beeki Kiyyaa Mitii. 👀 Milisahaa natti hin yaaminaa!! 😬🙄 Motivate isin haa godhu isiniis. 😎🥶🥶🥶

Chaartii kana Laalaa!! 👀💀 YouTube irratti Video gaafa maxxansitan, Sa'aa 24 booda Title, Thumbnail jijjiiruun Video keessan
Chaartii kana Laalaa!! 👀💀 YouTube irratti Video gaafa maxxansitan, Sa'aa 24 booda Title, Thumbnail jijjiiruun Video keessan akka Viral tahu gargaara. Kanaaf haga sa'aa 24 obsuun wantoota armaan olii jijjiiruu yaalaa!! Keep Posting...🤗

Eeyyeen, Pi Network Paypal irratti list tahuun akka Currency Daddabarsaatti tajaajilaaf walii galame. Waan dhufu tilmaamuun n
Eeyyeen, Pi Network Paypal irratti list tahuun akka Currency Daddabarsaatti tajaajilaaf walii galame. Waan dhufu tilmaamuun nama hin rakkisu. 😍🫡

Gurbattiin tun isa BITCOIN hindeessite tainnaa laata. 😅 Founder Pi Network Nicolas haga ammaa dhakkiin ummata dhamaasaa jira
+1
Gurbattiin tun isa BITCOIN hindeessite tainnaa laata. 😅 Founder Pi Network Nicolas haga ammaa dhakkiin ummata dhamaasaa jira.

Kun dhugaa taanaan waan guddaadha. 👀🔥 Pioneers. 😃
Kun dhugaa taanaan waan guddaadha. 👀🔥 Pioneers. 😃