Murre Tips️
Kanalga Telegram’da o‘tish
Entrepreneur | Trader | CEO & Founder of "Tipulse.com" 🔗 Explore what I do at the link Below
Ko'proq ko'rsatish2 935
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+1777 kun
+15530 kun
Ma'lumotlar yuklanmoqda
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Noyabr '26Noy '26
Noyabr '26
+211
0 kanalda
Oktabr '26
+181
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '26
+122
0 kanalda
Get PRO
Avgust '26
+133
0 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+108
1 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+154
0 kanalda
Get PRO
May '26
+268
1 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+249
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+44
1 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+30
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+40
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+37
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+37
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+37
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+30
1 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+35
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+37
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+53
0 kanalda
Get PRO
May '25
+78
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+68
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+34
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+47
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+81
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+73
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+102
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+118
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+331
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+181
1 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+427
1 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+957
4 kanalda
Get PRO
May '24
+583
2 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+234
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+215
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+47
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+35
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+21
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+216
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 13 Noyabr | +1 | |||
| 12 Noyabr | +4 | |||
| 11 Noyabr | +9 | |||
| 10 Noyabr | +18 | |||
| 09 Noyabr | +25 | |||
| 08 Noyabr | +42 | |||
| 07 Noyabr | +34 | |||
| 06 Noyabr | +54 | |||
| 05 Noyabr | +15 | |||
| 04 Noyabr | +3 | |||
| 03 Noyabr | +2 | |||
| 02 Noyabr | +2 | |||
| 01 Noyabr | +2 |
Kanal postlari
| 2 | 15. Hojii baay'ee qabaachuun kee guddachaa jirta jechuu miti.
16. Karoora kee nama hundaatti hin himin. Bu'aan kee haa dubbatu.
17. Namoota si dhabuu isaanii rakkoo hin qabne duukaa hin fiigin.
18. Warri kee bara baraan si wajjin hin jiraatan. Osoo si bira jiranii isaan dinqisiifadhu.
19. Nyaata bilcheessuu, mana qulqulleessuu fi of kunuunsuu baradhu.
20. Kitaabota dubbisi. Wallaalummaan barumsa caalaa gatii guddaa si kaffalchiisa.
Kooppii godhuu caalaa #share yoo gootan gaariidha.
Galatoomaa!! | 277 |
| 3 | 9. Fayyaan kee qabeenya kee isa guddaadha. Osoo hin dhabne eegi.
10. Yeroo bakka tokkoo ykn nama tokkoo biraa deemtu, beeksisa guddaa osoo hin kennin deemuu baradhu.
11. Namni si arguun seequ hundi milkaa'ina kee arguu hin barbaadu.
12. Maqaa gaarii ijaaruuf waggoota fudhatu, balleessuuf garuu sekondii muraasatu ga'a beeki.
13. Akka jireenya ati ofii keetiif hin dandeenye jiraattu fakkeessuuf liqii hin fudhatin.
14. Ogummaa namoonni kaffalanii irraa fayyadamuu barbaadan baradhu.
Kunoo Website kun afaan oromoon dandeettii gurguddaa si barsiisa. ➡️ tipulse.com
Ammuma seenuun Waan keessa jiru ilaali
Sammuu kee irratti invest godhi. | 313 |
| 4 | 5. Namoota si hubachuu hin barbaanneef yeroo kee ibsa kennuun hin gubin.
6. Of-to'annoon bakka kaka'umsi yeroo gabaabaa si geessuu hin dandeenye si geessa.
7. Nama hundaaf gaarii ta'uun kee namni hundi akka si kabaju jechuu miti.
8. Namoota siif hin yaadne gammachiisuuf maallaqa kee hin balleessin. | 299 |
| 5 | 1. Namni si baraaruuf hin dhufu. Kanaaf jireenya kee irratti itti gaafatamummaa atummaan fudhadhu.
2. Maallaqni rakkoo hunda hin furu, garuu hiyyummaan rakkoolee ati hin barbaachifne siif uuma.
3. Miira yeroo muraasaa irratti hundaa'uun murtoo jireenya kee guutuu jijjiiru hin murteessin.
4. Hiriyoonni kee sammuu kee qaru ykn dandeettii kee balleessu. | 293 |
| 6 | Akkam Bultan!! 🫡🖐 | 329 |
| 7 | Interlink haala kanaan sirreefadhaa!! | 339 |
| 8 | Hello Trader!! 🫡🖐
Arra Oduu Jajjabduutu jira.
Of eegaa!!
Akkaawuntii keessan eegaa!! | 368 |
| 9 | Tole hayyee!!
Interlink irratti osoo guyyaan hin geenye Video nan hojjadha.
Akkasumas warri KYC Marsaa jalqabaa hin darbin furmaanni jira.
Boru yoo rabbi ja'e Video gabaabaa akkaataa isa mara cover godhu nan hojjadha. | 409 |
| 10 | Akkam Ooltan Maatii TG. 🖐
Xiqqo busy tahe.
Na of kalchaa!!
Interlink KYC fi Wallet keessanii wal qunnamsiistanii??
Mee yaada keessan imoojii armaan gadiin naaf ibsaa. 👇
Eeyyeen Xumurre. 🔥
Lakkii Ganaadhaa. ❤️
Akkaataa isaa nu dhibe. 🙏
Maali inni? 😎
. | 445 |
| 11 | Trading irratti Milkaa’uun akkuma jiru, Sekandii keessattis Broke 💔 tahuun akka jiru beekuun barbaachisaadha.
Namni kun Maallaqa guddaa kana Sekandii keessatti dhabe.
Bololanii Trading itti seenuu dura, Risk management beekuu qofti umrii si dheereessa. 😎🙏
Waan tokko irraa barattan!! | 486 |
| 12 | Namoonni Gariin Interlink fudhachaa jiran. 😀
Wallet keessaniin wal qunnamsiitanii??
Maaltu isin dhibe?
Gaafiif yaada kamiifuu whatsapp website kana irra jiruun gargaartota qunnamaa!!
➡️ Tipulse.com
Dogoggora xiqqaa hojjattaniin laffaatii teessan dhabuu dandeessu.
Carraa Gaarii!! | 502 |
| 13 | 5. Ni fakkeessa, waan ati hojjettu ni waraabbata, garuu akka si irraa barate ykn si fakkeesse hin himu.
6. Duuba kee odeeffannoo sobaa fi hamii si irratti odeessa.
Mallatoo kana keessaa kamiin saahiba, fira ykn nama sitti dhihoo irraa argite?? 🙄
Yaada kee komentii godhuun Dhalootaaf mirkaneessi.
Barataa!!
Namoota caaluuf hin hinaafin. Ofii kee kaleessaa caali!
Ogummaa haaraa baradhu, carraa haaraa uumi, galii kee guddisi.
Barnoota si gargaaru argachuuf Wwbsite kana daawwadhu:
👉 https://tipulse.com/
Tipulse.com irraa– Baradhu, Guddadhu, Milkaa’i!
Galatoomaa!!
Murre Tips ✍️ | 464 |
| 14 | 3. Namoota jalqabaa keessaa tokko ta'ee qabiyyee fi seenaa kee ilaala, garuu like hin godhu, yaada siif hin kennu.
4. Jechoota gaarii fakkaatan, garuu keessa isaanii arrabsoo dhoksatan siif dubbata. | 435 |
| 15 | Mallattoolee jahan kana keessaa tokko yoo nama irratti argite, hariiroo kee isaa wajjin jiru irra deebi'ii ilaali. Yoo si miidhaa jiraate, irraa fagaadhu, nageenya sammuu keetii fi tasgabbii kee eeggadhu.
Namoonni hinaafan yeroo baay'ee hinaaffaa isaanii ifatti hin mul'isan.
Humna sammuu kee si jalaa xuuxu.
Milkaa'ina kee arguu caalaa kufaatii kee arguuf hawwu.
Nama fooyya'aa, cimaa fi milkaa'aa ta'uuf na waliin ta'i!
Yoo Mallattoo 6n kana irratti argite, namni sun dhooksaan siif hinaafa jira :-
1. Yeroo milkaa'ina kee argan siif hin gammadan, harka siif hin rukutan.
2. Milkaa'ina kee ni xiqqeessan, hojii kee ni tuffatan, yeroo hundumaa si caaluuf yaalan,
Garuu hin danda'an. | 449 |
| 16 | Akkam Ooltan Guys. 👌😃
Xiqqo Biizii tahe, na of kalchaa!!
Interlink Guyyaa 24 qofaatu hafa.
Warri haaraa taatan ammallee carraan jira.
Itti hirmaadhaa asiin!! 👇👇
Link: ➡️ https://interlinklabs.ai/38868053775
Koodii : ➡️ 38868053775
Hubadhaa!!
Claim godhuuf gama gubbaa irratti Claim kan ja'u jira.
KYC warri hin darbin nu qunnamaa!! | 493 |
| 17 | Hagaan qabu hunda Gurguree BROKE na godhuu feetu? 🙄
Ammaaf isin gaha haadhoo too.
Nagayaan Bulaa Mee!! 😭😭 | 639 |
| 18 | Namoonni baayyeen Peer2peer erga Cufamee iskaamaraan saamamaa jiru. 🙄
Maatiiwwan of eegaa!!
Nama hin amanne irraa crypto hin bitinaa!!
Warri USDT barbaaddan na qunnamaa!! 👇👇👇
➡️ @MurreDM
➡️ @MurreDM
Hubadhaa!!
Namni na fakkaatee isin gawwoomsuus jiraachuu mala.
User name kiyya isa kana qofa. 🫡👀 | 697 |
| 19 | Trader.
Arra Oduu Jajjabduutu jira.
Of eegaa, Akkaawuntii keessaniis eegaa!! | 646 |
| 20 | FunderPro Yeroo darbe bilisaan fudhattan amma maallaqa tahee jira. ☠️
Free jattanii hin qisaasinaa.
Akka qabeenya guddaatti eeggadhaa. ✍️
Ammas warri hin fudhatin $1 Kaffaltanii fudhachuu dandeessu.
Kunuu Boru dhumata. 🙄☠️ | 607 |
