Murre Tips️
Открыть в Telegram
Entrepreneur | Trader | CEO & Founder of "Tipulse.com" 🔗 Explore what I do at the link Below
Больше2 727
Подписчики
+524 часа
+637 дней
+2230 дней
Архив постов
2 729
Challenge keenya kan Forex Trading Part 2.
Arra Oduu fi Chaartii keenya analyse ykn xinxalla. 😀
Video asii daawwadhaa!! 👇👇
Video : ➡️ https://youtu.be/pv5M4H1Rxu8?si=BaGKJLBLcBV2T8N0
Yes we can!! 🔥😋😋⚡️⚡️⚡️👌👌
2 729
Akkam Bultan!! 😃
Namni carraa bilisaa kana bira rafuus hin dhabamuu beeki. 😅😅
YoPips Guyyaa Muraasa qofaatu hafa. 🫶
Nama 3 qofa afeertu $1k
Nama 5 yoo tahe $5k
Nama 10 ammoo $10k
Dafaa irraa fayyadamaa!!
Link : ➡️ https://user.yopips.com/signup?ref=A21B6E1E639C
Refral Code : ➡️ A21B6E1E639C
Hubadhaa!!
Email keessaniif Lakoofsa wahstapp keessanii verify godhuun dirqama.
Iddoo "Verification" ja'u filachuun lamaan isaanii verify gootu.
Hurry Up Guys!! 👌👀
2 729
Akkam Jirtan!! 😃
Kennaa Ykn Irrifama koorsiilee keenyaa kan guyyaa irreechaa arra qofaaf tura. 🔥👀
Nama 6tu hafa.
Warri Barachuu barbaaddan irrifama (Discount) kana dhaqqabadhaa!!
Nu qunnamuuf ➡️ @Tipulse
Website ➡️ tipulse.com
Barattoonni ammoo jalqaba nu qunnamtu. 😃😋
2 729
🎉 BAGA Ayyaana IRREECHAA BARA 2026’N NU GAHE! 🌿💚
Ayyaana Irreechaa kana sababeeffachuun, namoota 10 JALQABA dhufaniif koorsii keenya hunda irratti 50% DISCOUNT gooneerra! 🔥
👉 Kana jechuun, koorsii kamiyyuu walakkaa gatii isaatiin argachuu dandeessu! 😍
⏳ Namoota 10 qofaaf!
📲 kallattiin nu qunnamaa: ➡️ @Tipulse
🎓 Koorsota keenya hunda asii ilaalaa:
➡️ tipulse.com/course-list
🔥 HURRY UP! 🔥
2 729
Akkam Jirtan!!
YoPips Guyyaa Muraasa qofaatu hafa. 🫶
Nama 3 qofa afeertu $1k
Nama 5 yoo tahe $5k
Nama 10 ammoo $10k
Dafaa irraa fayyadamaa!!
Link : ➡️ https://user.yopips.com/signup?ref=A21B6E1E639C
Refral Code : ➡️ A21B6E1E639C
Hubadhaa!!
Email keessaniif Lakoofsa wahstapp keessanii verify godhuun dirqama.
Iddoo "Verification" ja'u filachuun lamaan isaanii verify gootu.
Hurry Up Guys!! 👌👀
2 729
LIVE akka seenuu dandeenyutti website irratti haala mijjeessaa jirra. 😃
Kana booda mariin Barattootaa waliin website keenya irratti taha jachuudha.
Obsaan waan barattan gara hojiitti jijjiirui itti fufaa...
Waan fooyya'uu qabuuf dabalamuu qabuus kallattumaan wal beeksisna.
Warri haftaniis asiin koottaa : ➡️ https://tipulse.com/
Barattoonni ammoo osii hin eegalin dura na qunnamaa asiin ➡️ @MurreDM
2 729
10k+ views. 👀
93 watch hours. 🔥
Haaluma kanaan itti fufi...⚡️😃
Chaartiin kee gara Samii Laalaa jira.
Consistency qofa sirraa barbaada.
Keep it up.🫡
2 729
166 views with 7.2 watch hours.
Viidiyoolee itti aanan irratti fooyyainsa godhaa itti fufi.
Chaartiin bakka drop tahetti fooyyeessuun barbaachisaadha.
Keep it up. 👌
2 729
Torbee tokko hin guunne.
Daawwattoota 5k+
CTR rate 7%+ 🥶
Thumbnail jijjiiruun haraami. 😅
CTR isaa 5+ taanaan baayyee bareedaadha.
Jijjiiruun hin gorfamu.
2 729
Pay With Chapa!! 🔥☠️☠️☠️☠️☠️
Yeroo dhihotti Tipulse.com gara Auto Paymrnt ni Jijjiirrama.
Barsiisota hedduu dandeettii qabaniis Dabalaa jira.
Akka Durii Kafaltiin Manual hin taatu.
Ofumaan Raawwatama. 🔥😃👌👌👌
Coming Soooooon!! ⚡️🥶🥶🥶🥶
Stay Tuned!!
2 729
Kitaabonnis Dabalamaa Jira.
Ammaaf irraa hin Xumuramne!! 🔥🫶
Asiin seenaa Laalaa yaada nuuf kennaa!
eBook : 🫴 https://tipulse.com/store/
Galatoomaa!! 😍
2 729
Amma isiniif Hojjate mitii Trading View?? 😎
Dawwaleefiin Ture, Sirreessan jechumaafi. 😔
2 729
📢 HUBACHIISA BARATTOOTAA!
Barattoonni, osoо koorsii kamiyyuu kaffaltii hin raawwanne dura nu qunnamaa!
Koorsiiwwan:
🔹 Forex
🔹 YouTube Automation
🔹 Affiliate Marketing
🔹 Digital Product
🔹 fi kkf.
👉 Irratti Discount 50% isiniif godhama!
📌 Maaloo, ragaa barataa keessanii (footoo) qabachuun nu qunnamaa.
📲 Telegram: ➡️ @MurreDm
Website : ➡️ Tipulse.com
Galatoomaa! 🙏
2 729
Forex Trading Irrattti $10 irraa gara $10k+ (1.8 Million ) Challenge eegallee jirra. 😋😁
Dhiiroo Ni danda'amaa?? 😎😎👀👀
Video jalqabaa asii Daawwadhaa!! 👇👇
Video : ➡️ https://youtu.be/RxEC9WBfkJQ?si=AcRA8X2lgLSc-q6s
Arra Deposit godhuun Waan hunda qulqulleessina. 🙄
