Murre Tips️
Відкрити в Telegram
Entrepreneur | Content Creator CEO & Founder of "Tipulse" 🔗 Explore what I do at the link Below
Показати більше2 597
Підписники
+124 години
+77 днів
+1030 день
Архів дописів
2 597
Namoonni baay'een guyyaa guutuu:
"Akkamitti maallaqa argadha?" jechuun of gaafatu. Yeroo isaanii baay'ees gaaffii kana irratti dabarsu.
Garuu gaaffiin sirriin isa kana miti.
Gaaffiin sirriin:
"Akkamitti ogummaa koo guddifadha?" Ja'anii of gaafatuudha.
Maaliif?
Sababni isaa, maallaqni ofumaan hin uumamu. Namoonni maallaqa argatan rakkoo namoota biroo hiiku. Rakkoo hiikuuf immoo ogummaa (skill) si barbaachisa.
Yoo ogummaa kee guddiste:
• Gatii guddaa namootaaf uumta.
• Carraa hojii fi daldalaa bal'ifta.
• Galii kee dabalta.
• Maallaqni immoo bu'aa ogummaa kee ta'ee siif dhufa.
Kanaaf maallaqaaf ariifachuu dhiisi. Ogummaa kee guddisuurratti xiyyeeffadhu.
Ogummaan dursee dhufa; maallaqni immoo isa hordofa.
2 597
Hello Trader! 👋
Viidiyoon Waa'ee Trading View UPDATE taheera. 📈
Akkasumas Trading View Bilbilaan akkamiin akka fayyadamuu dandeenyu dabalamee jira. 📱
Walii gala Video lama Daqiiqaa 45+ Dabalamee jira. 🎥
Barattoonni seenuun Check godhaa!!
Warri haaraa taatan asiin seenaa : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/
#trading #Trader #forextrading 🚀
2 597
Ciminaan hojjechuun qofti dureessa sin taasisu.
Utuu akkas ta'ee, namoonni miliyoonaan lakkaa'aman kan ciminaan hojjetan yeroo ammaa bilisaan taa'anii jiraachuu qabu turan.
Yeroo baay'ee rakkoon hojii cimaa hojjechuu miti.
Kallattii hojii keetiidha.
Kunoo mallattoolee 8 akka maallaqni si bira hin turre agarsiisan haala armaan gadiin kaayeera :-
Guutuu liinkii armaan gadii keessaa argattu:-
Guutuu ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/mallattoolee-7-ciminaan-hojjattuus.html
Yaada kees nuuf qoodi, namoota biraaf SHARE godhi.
Tarii Jireenyi isaa sababaa kanaan jijjiirramuu mala.
2 597
Barnoota YouTube Automation Paartii 5ffaa kana keessatti, akkaataa script keenya gara Image fi Vidiyoos akkamiin edit akka goonu ilaalla. 🎬✨
Video : ➡️ https://youtu.be/DigN-cuffc0?si=0yy42s2_LwgXZytJ
#youtube #youtubeafaanoromoo #AI 🤖
2 597
Barnoota YouTube Automation Paartii 5ffaa kana keessatti, akkaataa script keenya gara Image fi Vidiyoos akkamiin edit akka goonu ilaalla. 🎬✨
Video : ➡️ https://youtu.be/DigN-cuffc0?si=0yy42s2_LwgXZytJ
#youtube #youtubeafaanoromoo #AI 🤖
2 597
Hojii irraa boqonnaan (Retirement) Ykn Xorotaa gaafa baatu, guyyaa hojii dhaabdu sitti hin fakkaatin.
Guyyaa qabeenyi kee si caalaa hojjechuu jalqabuudha.
Yoo umuriin kee waggaa 30 hanga 55 gidduu ta'e, Amma yeroo qabda.
Garuu yeroo sana hin qisaasessin.
Hojii irraa boqonnaa bahuu kee dura maddoota galii armaan gadii afran kana yoo ijaarte, Goonkumaa rakkoos tahee hiyyummaan wal hin argitu.
Guutuu asii Dubbisaa : ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/yoo-umuriin-kee-waggaa-30-fi-55-gidduu.html
Obsaan haga dhumaa dubbisuun Namoota biroof share godhi.
Tarii jireenya isaaf furmaata tahuu mala!!
2 597
Ani "maallaqa qusachuun dogoggora" jechuu koo miti.
Garuu dargaggoonni hedduun, qabeenya uumuun dura, qusannoo qofaan hiyyummaa keessaa ba'uuf yaalu.
Kun garuu yeroo baay'ee hin hojjetu.
Yoo umriin kee 20–30 ta'e, duraan dursa waan kanneem 4 Ijaarrachuu qabda.
Kunoo Wantoota afran qabaachuu qabfu walduraaa duubaan Liinkii kana keessa isiniif kaayeen jira.
Guutuu : ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/yoo-umriin-kee-2030-jidduu-tahe.html
Obsaan Dubbisaa!!
2 597
Badhaadhinni carraa qofaan hin dhufu. Kadhannaa qofaanis hin dhufu.
Inni kan dhufu yeroo ati murannoo cimaadhaan waan maatiin kee waggoota dheeraaf hojjechuu irraa fagaatan hojjechuu jalqabdu dha.
Yoo jireenya kee fi seenaa maatii kee jijjiiruu barbaadde, dhugaa hadhooftuu garuu bu'aa guddaa qabu kana fudhachuu fi hojii irra oolchuun dirqama.
Kunoo, dhugaa 7 jireenya namaa jijjiiruu danda'an.
Asii Dubbisi : ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/dhugaa-hadhooftuu-7-garuu-jireenya.html
2 597
Barnoota YouTube Automation qeeqama 4!! 🎬 Paartii kana keessatti wantoota ijoo waliin ilaalla. 👀
Video Liinkii kanaan Argattu: ➡️ https://youtu.be/xPoUrPWDpUE?si=jw8hawD3qWzIYO0x
#youtube 🎥
2 597
Yeroo Guyyaa Keessaa Sa'aatii 24 Qofa Qabna.
Yoo galiin kee yeroo ati hojii dhaabduutti dhaabbate. Yeroo hunda sa'aatii wajjin dorgomaa jirta jachuudha.
Daldalli ogummaa qabu hojii kee qofaaf si hin kaffalu.
Hojii sana erga xumurtee boodas yeroo dheeraaf galii siif fiduu itti fufa.
Kunoo, Hojiiwwan Daldalaa 4 Osoo Raftuu Maallaqa Siif Argamsiisan Haala armaan gadiin isiniif tarreesseen jira :-
Guutuu Liinkii kana Cuqaasuun argattu : 👇👇
Guutuu isaa : ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/hojiiwwan-daldalaa-4-osoo-raftuu.html
https://www.murretips.com/2026/07/hojiiwwan-daldalaa-4-osoo-raftuu.html
2 597
Mee kallattiidhaan Walitti haa dubbannu.
Kuni kaka'umsa ykn Motivation qofaa miti.
Kuni jechoota nama gammachiisaniis miti.
Yookaan, "Wanti hundi gaarii ta'a" jechuu miti.
Milkaa'uun jireenyaas carraa miti.
Sirna sirrii fi ijaarsa cimaa irratti hundaa'a.
Yoo qabeenya kee yeroo dargaggummaatti hin ijaarranne, yeroo waggaa 30 keessa jirtutti dogoggora waggaa 20 kee sirreessuutti yeroo kee fixxa.
Kunoo Qabeenyawwan 3 kan namoota sababaa dhiyeessan irraa adda baasan haala armaan gadiin Kaa'ameera.
Liinkii kanaan Guutuu Dubbisaa : ➡️ https://www.murretips.com/2026/07/dargaggoo-qabeenyawwan-3n-kana-dafii.html
2 597
Akkam Jirtan!! 😃👌
Warra biyyaafiis haalli mijjateera.
Tipulse Local Payment Dabalamee jira. 🫶🫡🔥
2 597
Amma Barattoonni Karaa isaanii Mijjaawuun iddoo kamittuu kafaltii raawwachuu danda'u. 😃👌
Tipulse Addunyaa Guutuuf!!
2 597
2 597
Hiiqi Duraa!! 😄🫡
Dhaloota Kufee Kuffisu uumaa jirra.
Kana Caalaa akka milkooytu abdii qaba.
Let's gooooooo 👀🔥🔥🔥
