FOCUS KITTOO FURDISA
Kanalga Telegramβda oβtish
...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry β Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA π³ CBE ACCOUNT :1000197541974
Ko'proq ko'rsatish1 207
Obunachilar
+124 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-230 kunlar
Postlar arxiv
1 207
π’DHEEBUU HAFUURA QULQULLUU
βAchumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.β β Tit. 2:13π€ Nagaa fi Ayyaanni Gooftaa hunda keessaanif haa baayyatu, maatii Waaqayyoo! πΉ Har'a akkuma beekamu sagantaan kadhannaa keenya yeroo fi bakka isaa eeggatee, mata-duree #Dheebuu_Hafuura_Qulqulluu jedhuun itti fufee jira. πΆKana beekuun yeroon argamtanii akka hafuuraa Waaqayyoo waliin barbaaddannuu isin yaadachiifna. π June 14 , 2026 β° 12:00LT π Bosa Addis Katamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’ Beeksisa
π€Nagaan Gooftaa hunda keessaniif haa baayyatu.
πΆοΈNamoonni fellowship keenya keessatti Waaqeffachaa fi tajaajilaa turtan, waraqaa geggeessituu gara waldaa itti galtaniitti fudhattanii galuu barbaaddan, galgala kana namootni isinif mijate gara Charis dhufuun fudhachuu ni dandeessu.
πAkkasumas odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa armaan gadii fayyadamuu dandeessu:
π Toleeraa Girmaa β 0965000225
π Abdii Daaksaa β 0907661735
πΈοΈGalatoomaa. Waaqayyo isin haa eebbisu.
ββββββββββββββββββββ
π― WE ARE FOCUSED
π WE PREACH THE GOSPEL
π WE REACH THE NATION
ββββββββββββββββββββ
π² Follow Us:
Website |YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’ Beeksisa
π€Nagaan Gooftaa hunda keessaniif haa baayyatu.
πΆοΈNamoonni fellowship keenya keessatti Waaqeffachaa fi tajaajilaa turtan, waraqaa geggeessituu gara waldaa itti galtaniitti fudhattanii galuu barbaaddan, galgala kana namootni isinif mijate gara Charis dhufuun fudhachuu ni dandeessu.
πAkkasumas odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa armaan gadii fayyadamuu dandeessu:
π Toleeraa Girmaa β 0965000225
π Abdii Daaksaa β 0907661735
Galatoomaa. Waaqayyo isin haa eebbisu. ππ»
1 207
π"Nyi garuu Kiristoos isa fannifame in lallabna...."
Congratulations to all FOCUS Kito Furdisa Family!ππ
Websiten keenya Lounch ta'ee waan jiruuf link kana gadiin seenaa ilaala!
π Focusjit.et
Powered by Tech Team. Developed by Bonimos Technologies.
As always:
π― WE ARE FOCUSED
π WE PREACH THE GOSPEL
π WE REACH THE NATION
ββββββββββββββββββββ
π² Follow Us:
YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’ 2018 WELL GO PROGRAM
"Waaqayyo hamma yowwanaatti nu gargaareera" jedhee, maqaa iddoo sanaa Ebeen-Ezeritti in moggaase; ... β 1Sam. 7:12π€Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu! Akkam nagaa jirtuu warri karaa Kiristoos eegamtanii, jaalala isaa keessatti tikfamtanii guyyaa har'aa geessan? πΉοΈDhugumatti Waaqayyoon keenya amanamaa fi araara qabeessa dha. Bara kana keessatti yeroo gammachuu fi gaddaa, yeroo rakkinaa fi qormaataa hundumaa keessatti harki isaa nu bira hin hafne. πΈοΈHaaluma kanaan #Guyyaa_borii_sagantaa_feeloo_keenyaa_isa_xumuraa_bara_kanaa waliin kan qabaannu ta'a. πΉοΈEgaa maarree guyyaa xumuraa kana waliin Waaqayyoo isa jiraataa ayyaana isaan bara kana guutuu nu waliin ta'e argamnee haa galateeffannu. π June 10, 2026 β° 11:30LT π Bosa Addis Katamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’DHEEBUU HAFUURA QULQULLUU βAchumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.β β Tit. 2:13π€ Nagaa fi Ayyaanni Gooftaa hunda keessaanif haa baayyatu, maatii Waaqayyoo! πΉ Har'a akkuma beekamu sagantaan kadhannaa keenya yeroo fi bakka isaa eeggatee, mata-duree #Dheebuu_Hafuura_Qulqulluu jedhuun itti fufee jira. πΆKana beekuun yeroon argamtanii akka hafuuraa Waaqayyoo waliin barbaaddannuu isin yaadachiifna. π June 7 , 2026 β° 12:00LT π Bosa Addis Katamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’WANGEELA YOHAANNIS
βNamni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe.β β Yoh. 3:36π€Nagaan Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baay'atu akkam jirtu maatii Waaqayyoo. β¦οΈGuyyaa har'a barumsi #Wangeela_Yohannis yeroof bakka isaa eeggatee #Haala_addaatiin itti fufee jira waan ta'eef yeroon haa argamnu. π June 6, 2026 π 6:30 LT π Charis βββββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION βββββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈYOURS FOCUSβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
1 207
β¨For All FOCUS Kittoo #GC students
βHojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu, wanti ati yaaddus fiixaan siif in ba'a;β β Fak. 16:3Nagaa fi araarrii gooftaa hunduma keessaniif haa baayyatu jechaa boor(Wednesday)ganama jechuunis kadhata barii irraatti ijoollee GC tif akka kadhatamuuf sagantaan addatti qophaa'ee waan jiruuf hundumti keessan wal yaadachiisuudhaan akka irratti argamtan jaalala gooftaatiin isin beeksifna. Eebbifamaa. π12:00-1:15( Ganama) πMuluwangel Church Don't miss it!
Koree Kadhata Ganamarraa!ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook ππππYOURS FOCUSππππ
1 207
π’GENERAL FELLOW PROGRAM
βYeroo sanatti isin toora biyya lafaa kanaa duukaa buutanii deddeebi'aa, aboo qilleensa keessa jiru irratti isa gooftummaa qabuuf abboomamaa turtan; hafuurichi hamaan amma namoota Waaqayyoof hin abboomamne gidduutti hojjechaa jira.β β Efe. 2:2π€Nagaan Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baay'atu. Akkam jirtu maatii Gooftaa? π·Sagantaan keenya dhaabbataan guyyaa Roobii, har'as bakka fi yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. Kanaaf yaroo kabajuudhaan aragmnee Gooftaa jiraataa kana waliin haa waaqeffannu. πΆQabiyyeen Sagantaa keenyaa π Kadhannaa πΌ Faarsaa π Dubbii sagalee Waaqayyo π May 20, 2026 π 11:30 LT π Boosaa Addis Kataamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook ππππYOURS FOCUSππππ
1 207
π’DHEEBUU HAFUURA QULQULLUU
βAchumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.β β Tit. 2:13π€ Nagaa fi Ayyaanni Gooftaa hunda keessaanif haa baayyatu, maatii Waaqayyoo! πΉ Har'a akkuma beekamu sagantaan kadhannaa keenya yeroo fi bakka isaa eeggatee, mata-duree #Dheebuu_Hafuura_Qulqulluu jedhuun itti fufee jira. πΆKana beekuun yeroon argamtanii akka hafuuraa Waaqayyoo waliin barbaaddannuu isin yaadachiifna. π May 31, 2026 β° 12:00LT π Bosa Addis Katamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’WANGEELA YOHAANNIS
βNamni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe.β β Yoh. 3:36π€Nagaan Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baay'atu akkam jirtu maatii Waaqayyoo. β¦οΈGuyyaa har'a barumsi #Wangeela_Yohannis yeroof bakka isaa eeggatee itti fufee ni jira waan ta'eef yeroon haa argamnu. π May 30, 2026 π 6:30 LT π Charis βββββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION βββββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈYOURS FOCUSβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
1 207
π’ GC WELL GO BY KAIROS BATCH
βWaaqayyo, "Yeroo ana biratti jaallatamee fudhatametti siif dhaga'eera; guyyaa fayyinaattis si gargaareera" jedha.β β 2Qor. 6:2π€ Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu, qulqullaa'oo maatii Waaqayyoo. πΈ Guyyaa borii (Roobii), sagantaan idilee keenya yeroo fi bakka isaa eeggatee itti fufee jira.Haaluma kanaan, guyyaa kana obbolootni keenya "Graduate Class" (GC) yeroo geggeessan godhamuf ta'a. πΈ GC bara kanaa "Kairos Batch" jedhamu. Guyyaa kana sagantaa galateeffannaa addaa qopheessanii jiru. Sagantaaleen guyyaa kanaa: π Kadhannaa π΅ Farfannaa πΆ Faarsaa Gurmuun π Lallaba π Walaloo π€ Interview π Yeroo Galataa πΈ Egaa sagantaa kun bifa addaan qophaa'ee waan jiruuf, yeroo kabajuun haa argamnu. π May 26, 2026 β° 11:00 LT π Bosa Addis Katema MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook ππππ YOURS FOCUS ππππ
1 207
π’ PRAYER AND FASTING DAY
β
βyaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti.β β Er. 29:11βπ€ Nagaa fi araarri Waaqayyoo hundumaa keenyaf haa baayyatu jaallatamoo maatii Waaqayyoo. β βπΉAkkuma beekamu guyaan borii(Roobiin) guyyaa ayyaana "Idi-Al Adahaa" waan ta'eef calendarin cufaadha. π·οΈKana Sababeeffachuudhaan sa'atii 12:00 -4:00tti kadhanna fi soomaan fuula Waaqayyoo kan turru ta'a. πΈοΈ Maarree maatiin FOCUS-Kitto hundumti keenya irratti argamuudhaan waa'ee Feeloo keenyaa, ofii keenyaa fi dhaloota keenyaaf waaqayyoon haa kadhannu. βπ May 26, 2026 ββ° 12:00-4:00 LT(Morning) βπMulu Wangel π₯βIrra hin hafamuu! βββββββββββββββββββββ βπ― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook ππππYOURS FOCUSππππ
1 207
Repost from FOCUS KITTOO FURDISA
π’HUBACHISAA MISEENSAA FI TAJAAJILTOOTA FOCUS KITTOO-JIT HUNDAAF!!
Inni isin waame qulqulluu akkuma ta'e, isinis adeemsa keessan hundumaan qulqulloota ta'aa! 1 Phexros 1:15π€Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu. Akkam jirtu maatii Gooftaa? π·Egaan akkuma beekamu barri barnootaa kan bara 2018 E.C xumura jala gaheera. Kanaan walqabatee Akkaa batchitti, akka departmentiitti, akka classitti, akka kutaa biyyaatti, fi hiriyyoota mooraa keessaa waliin sagantaan Well GO garaagaraa akka qophaa'u fi qophaa'aa jiru beekamaadha. πΆHaa ta'u malee, sagantaawwan kana keessa sagantaawwan Kiristaanummaa waliin wal hin qabannee fi nama gufachiisan baayyeen ni jiru. Kanaaf, namni miseensa FOCUS Kittoo ta'e tokko sagantaawwan kana gadii irratti hirmaaachuun dhorkaadha! Isaanis: π Sagantaa Sirbaa π Diraamaa Saba garaagaraa xuqu π Walaloo Saba garaagaraa xuqu π Taphoota Kiristaanummaa faallessan. π Movie night fi kan kana fakkaatan irratti hirmaachun dhorkaadha.
Sagantaawwan kana keessa sagantaa Kiristaanummaan deeggaru hin jiru!!β¨Erga ifa jedhamnee ifa ta'uu keenyaa biyyaa lafaatti haa mul'isnu malee biyya lafaa waliin hin dukkanoofnu! ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook ππππYOURS FOCUSππππ
1 207
Focus Kito Furdisa-Post Graduates Program
Sunday, May 24 Β· 2:00 β 7:00pm
Time zone: Africa/Nairobi
Google Meet joining info
Video call link: https://meet.google.com/brt-vrno-faw
1 207
πFOCUS Kitoo Furdisa #POST_GRADUATES_PROGRAM
πTODAY! β¨
Saba sana duwwaadhaaf utuu hin ta'in, ijoollee Waaqayyoo warra biyya adda addaatti bittimmaa'an tokkummaatti walitti qabuudhaaf du'uuf ture. Yohannis 11:52π€ Nagaan fi Ayyaanii Waaqayyoo siniif haa baayyatu! πΆ Kunoo kan eegaa turree sagantaan Post Graduates amma gaheera β¨
β¦οΈQabiyyee saganataa sanaa: π§Kadhannaa π·Waaqeffannaa πSagalee Waaqayyoo π¬MariiπΉOBBOLOOTAF share gochuu hin dagatiinaa. ββββββββββββββββββββ π Caamsaa,16,2018 E.C(Sanbata Guddaa ) π° 8:00PM LT (Waaree boodaa ) πLocation: BURKA REHOBOT GOSPEL BELIEVERS CHURCH (FINFINNEE, Hosp. PHAWULOOS FUL-DURA) π΄Koottaa, Kiristoos isa nuun walittii qabuudhaaf du'e in Waaqeffanna! ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π’DHEEBUU HAFUURA QULQULLUU
βAchumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.β β Tit. 2:13π€ Nagaa fi Ayyaanni Gooftaa hunda keessaanif haa baayyatu, maatii Waaqayyoo! πΉ Har'a akkuma beekamu sagantaan kadhannaa keenya yeroo fi bakka isaa eeggatee, mata-duree #Dheebuu_Hafuura_Qulqulluu jedhuun itti fufee jira. πΆKana beekuun yeroon argamtanii akka hafuuraa Waaqayyoo waliin barbaaddannuu isin yaadachiifna. π May 24, 2026 β° 12:00LT π Bosa Addis Katamaa MYC ββββββββββββββββββββ π― WE ARE FOCUSED π WE PREACH THE GOSPEL π WE REACH THE NATION ββββββββββββββββββββ π² Follow Us: YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πβ€οΈπ YOURS FOCUS πβ€οΈπ
1 207
π€Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hunda keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu jaallatamoo maatii Waaqayyoo?
β¦οΈGuyyaa borii jechuunis Dilbata kana, dhuga ba'umsi nama hundumaa hirmaachise akka waliigalaatti Magaalaa Jimmaa keessatti ni ba'ama.
πΆοΈMaarree kana beekuudhaan, saba dubbin Jireenyaa kun bira hin geenyen Wangeela dhugaa fi fayyinaa kana biraan haa geenyu.
π May 24, 2026
π 7:30 LT
π Bosa Addis Ketemaa MYC
βββββββββββββββββββββββ
π― WE ARE FOCUSED
π WE PREACH THE GOSPEL
π WE REACH THE NATION
βββββββββββββββββββββββ
π² Follow Us:
YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈYOURS FOCUSβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 β yilning asosiy insaytlari 
