ABDI MEDIA💥
Kanalga Telegram’da o‘tish
3 860
Obunachilar
-324 soatlar
+457 kun
+42930 kun
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Sentabr '26
Sentabr '26
+124
0 kanalda
Avgust '26
+452
2 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+229
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+724
0 kanalda
Get PRO
May '26
+34
1 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+90
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+85
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+14
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+15
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+6
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+15
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+9
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+19
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+2
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+52
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+96
0 kanalda
Get PRO
May '25
+62
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+2
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+5
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+58
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+3
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+21
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+47
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+55
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+158
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+1 537
1 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+106
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+10
0 kanalda
Get PRO
May '24
+7
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+30
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+21
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+9
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+8
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+16
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+49
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+288
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+18
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+175
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+66
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+32
0 kanalda
Get PRO
May '23
+29
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+32
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+25
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+46
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+1 501
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+33
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+34
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+30
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+57
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+31
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+48
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+40
0 kanalda
Get PRO
May '22
+39
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+907
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+1
0 kanalda
Get PRO
Fevral '220
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+1
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+2
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+1
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+2
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+5
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+9
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+220
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 13 Sentabr | +1 | |||
| 12 Sentabr | +1 | |||
| 11 Sentabr | +2 | |||
| 10 Sentabr | +12 | |||
| 09 Sentabr | +54 | |||
| 08 Sentabr | 0 | |||
| 07 Sentabr | +4 | |||
| 06 Sentabr | +1 | |||
| 05 Sentabr | +3 | |||
| 04 Sentabr | +4 | |||
| 03 Sentabr | +28 | |||
| 02 Sentabr | 0 | |||
| 01 Sentabr | +14 |
Kanal postlari
+4
1FFAA💫
(Doolaara 150,000 badhaafamte)🫢
Atileet Liqinaa Ambaawu dorgommii Atileetiksii 'Ultimate Athletics Champion' Haangaarii, Budaapeestitti dorgomameen fiigicha meetira kuma shanii dubartootaa 1ffaa bahuudhaan badhaasa Doolaara kuma 100 fi kuma 50 argatte.❤️💪
| 2 | ETHIOPIA HAS AN ULTIMATE CHAMPION! 🏆
World leader Likina Amebaw has delivered Ethiopia’s first Ultimate Championships title, dominating the women’s 5000m in a brilliant 14:30.36! 🤩
Her first global title is now in the books — another proud moment for Ethiopia and Africa! 🌍
The Pride of Ethiopia has conquered Budapest! 👑🇪🇹 | 26 |
| 3 | GALATOOMAA!💫
(Bagan dhaladhe || HBD 2 Me🥰🫴)
Hiriyootni kiyya Kaabaaf Kibbaan, Bahaaf Dhihaan, qabatamaan lafarratti michummaan walitti dhufnuuf, gama miidiyaa hawaasaan wal barre, firoottaniif jaalattoonni kiyya martuu, jaalala naaf qabdan onneerraa kallattinis bilbiluun, hiriyootni kiyya qaamanis ana duukaa dabarsitan, gama miidiyaa hawaasaanis post, story & message gochuun naaf gammaddanii "Baga nuuf dhalatte" naan jettan galatoomaa!
Dhugaa bifa kanaan na jaalattuuttu, akkasiin na kabajjuutti guyyaa tokko yaadee hin beeku; akkan inumaa cimu, haamilee natti hortan! Galatoomaa!
Maqaa tokkoon tokkoon keessanii waamee sin galatteeffachuuf nan gahu yerootu; hundi keessan naaf jiraadha, ulfaadhaa!
Kennaa adda addaa guyyaa dhaloota koo sababeeffachuun, warri sponsor illee naaf tahuun shaa na taasiftaniif galatni keessan daran guddoodha; kennaan kennaa caalu ammoo, jaalala dhala namaati. Waaqayyo ammas jaalala namaa isiniif haa kennu; dogoggoran uumu, balleessaan taasise irraa na deeffadhaa! Naman baradhu; naman irraa deebihu!
Martuu galatoomaa!
BAGAN DHALADHE!❤️💫💪
Abdinaol Abera | 117 |
| 4 | Matn yo'q... | 113 |
| 5 | Baga dhalanne❤️💫
Obboleettii tiyya xiqqoo 3ffaa narratti dhalatte tana duukaa guyyaa wal fakkaataa, Fulbaana 03 addunyaa kanatti dhufne(dhalanne).
Waaqa umrii nuuf kennee, fayyaaf nagaa keenya eegeef galata; hbd to us, me and sis
Both me(Abdinaol) and sister(Beshadu)
HBD TO US!❤️💫 | 209 |
| 6 | BAGAN DHALADHE!
HBD 2 ME!💫
Fulbaana 03 guyyaan addunyaa kanatti dhufedha; Waaqa umrii naaf laatee, fayyaaf nagaa koo eegee addanaan na gaheef galata!🙏
Kan fuula duraas harka Waaqu!
HAPPY BIRTHDAY TO ME! 🎂💫
Today, I celebrate not just another year of life, but another year of growth, lessons, dreams, and new beginnings.
Grateful for the journey. Excited for what lies ahead.
Here’s to becoming a better version of myself every day.
Happy Birthday to me! 🥂🎉
03/01/2019E.C💥
Abdinaol Abera🤝 | 259 |
| 7 | Matn yo'q... | 305 |
| 8 | Yuunivarsiitiin JIGJIGAA, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waamee jira.💥 | 315 |
| 9 | Yuunivarsiitiin SAMARAA, Fulbaana 10/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.🫴 | 306 |
| 10 | Matn yo'q... | 299 |
| 11 | Dhiifama | | Forgiveness💥
Akkam jirtu hundumtuu, har'a waa'ee dhiifamaa dubbachuufan jira.
Dhiifamni filannoowwan baay'ee cimoo ta'an kan namni tokko gochuu danda'u keessaa isa tokkodha. Waan uumame irraanfachuu yookiin miidhaan uumame sana akka waan gatii hin qabneetti leellisuu miti. Kanaa mannaa, yeroo namni tokko nu yakku (daba nu irratti raawwatu), ulfaatina aarii fi gadoo nuti baachaa jirru irraa of bilisa baasuu dha.
Yeroo nuti gadoo qabannee turru, yeroo baay'ee nama miidhaa sana nu irratti uume caalaa ofii keenya miidhamaa gochuu keenya. Aarii fi haaloon (dhukkubbiin keessoo) nagaa sammuu keenyaa, walitti dhufeenya keenya, fi fayyaa qaama keenyaa irratti illee dhiibbaa geessisuu danda'a.
Dhiifamni ba’aa sana akka gadi lakkisnu nu taasisa. Kunis namni biraa sun sirrii ture jechuu miti; garuu nuti gadoo irra nagaa, akkasumas seenaa darbe keessatti qabamanii hafama irra guddina filachuu keenya agarsiisa.
Dhiifamni dhugaan keessoo keenya irraa jalqaba. Onnee fi of-qorannoo gaafata, garuu balbala fayyinaa, walitti dhufeenya jabaa, fi onnee salphataa ta'eef balbala bana.
Kanaafuu har'a, namoota biroof dhiifama gochuun, akkasumas ofii keenyaafis dhiifama gochuun, mallattoo laafinaa osoo hin taane mallattoo ciminaa fi ogummaa ta’uu isaa of yaadachiisna.
Galatoomaa💫 | 281 |
| 12 | Carraa dulloomnee du'uutuu osoo argannee umriin dhala namaa baay'ee gabaabduudha.
Kanaaf, yeroo keenya hammeenyafi jibbaan balleessuu hin qabnu.Bakka filannoon Jaalalaa, nagaafi gaarummaa jirutti dabaafi hammeenya filachuurraa of haa eegnu🙏
Nagayaan bulaa🥰
Hamaafi hammaataa nurraa haa qabu🙏
....Uumaan hamaa nurraa eega, nuyi hammeenyarraa of haa eegnu! | 256 |
| 13 | 01/01/2019❤️🩹💫
Abdinaol😁 | 257 |
| 14 | Matn yo'q... | 237 |
| 15 | #WAAMICHA!💥 #YUUNIVARSIITII
Yuunivarsiitiin #ODAA_BULTUM, Fulbaana 07-08/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.
Yuunivarsiitiin #MATTUU, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamicha taasisee jira.
Yuunivarsiitiin #SALAALEE b/ttoota buleeyyii waamicha Fulbaana 07 fi 08/2019'tti taasiseera!💥
Yuunivarsiitiin #MAQDAALA_AMBAA, Fulbaana 07-08/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WARAABEE, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 08-09/2019'tti waamee jira.💥💫
Yuunivarsiitiin #BAHIR_DAHAAR b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waameera.
Yuunivarsiitiin #Dabra_Birhaan b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamee jira.💥
Yuunivarsiitiin #Maqalee Fulbaana 09-10/2019 A.L.I'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasisee jira.
Yuunivarsiitiin #BOONGAA, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamee jira.🤝💫
Yuunivarsiitiin #WALLOO, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 11-12/2019'tti waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #BOORANAA, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #AMBOO, b/ttoota buleeyyii hunduma Fulbaana 18-19/2019'tti waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WALQIXXEE, Fulbaana 04-05/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.💥
Yuunivarsiitiin #AKSUM, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 14-15/2019'tti waamee jira.💫
Yuunivarsiitiin #ARSII, Fulbaana 09-10/2019'tti barattoota buleeyyiif waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #HAWAASAA, Fulbaana 21-22/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.💥
Yuunivarsiitiin #DIRRE_DHAWAA, Fulbaana 9-10/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.🫴💫
Yuunivarsiitiin #QABIR_DAHAAR, Fulbaana 10-11/2019'tti waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #GAAMBELLAA, Fulbaana 05'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WALQIXXEE, Fulbaana 04-05/2019'tti b/ttoota buleeyyii fi b/ttoota haaraaf ammoo, Fulb.07-08/2019 waamicha taasiseera.💫
Yuunivarsiitiin #MADDA_WALAABUU, Fulbaana 12-13/2019'tti b/ttoota buleeyyii waamee jira.💥
Yuunivarsiitiin #WALLAGGAA, Fulbaana 11/2019'tti waamicha b/ttoota buleeyyiif taasiseera.💫
Yuunivarsiitiin #JIMMAA, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #Dilla
Barattoonni Kolleejjii Meedikaalaa fi Saayinsii Fayyaa hundi
👉 Fulbaana 05 fi 06/2019
Barattoonni Digirii 2ffaa (Postgraduate) akkasumas barattoonni digirii 1ffaa (Undergraduate) waggaa 3ffaa fi isaa ol
👉 Fulbaana 11 fi 12/2019
Barattoonni bara 2018 waggaa 1ffaa xumurtanii damee barnootaa (Department) hin filatin
👉 Fulbaana 18 fi 19/2019💫
Yuunivarsiitiin #MIIZAN_TEEPPII, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waamee jira.💥
Yuunivarsiitiin #ASOOSAA, Fulbaana 11-12/2019 A.L.I'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #Jimmaa Fulbaana 11-12/2019 A.L.I'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #BULEE_HORAA, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waamee jira.💫
Yuunivarsiitiin #JINKAA, Fulbaana 11-12/2019 A.L.I'tti b/ttoota buleeyyii waameera.🤝
Yuunivarsiitiin #WALAAYITTAA_SOODDOO, Fulbaana 08-09/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WACHAAMOO, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #ARBA_MINCHI, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫 | 269 |
| 16 | Matn yo'q... | 305 |
| 17 | Dhiironni_Ciccimoo_ta'an Jaalalaan baay'ee hin milkaa'ani. Sababni isaa
1. To'annoo (Control) fi Seera baay'isu
Hojii fi barnoota keessatti, "yoo carraaqqii goote, bu'aa argatta" seera jedhutu hojiirra oola.
Jaalala keessatti garuu miira fi ilaalcha nama biraa to'achuub hin danda'amu. Namoonni ciccimoon cimina isaaniin jaalala waan to'atan itti fakkaata.
2. Obsa Dhabuu fi Dhiqama Miiraa (Emotional Vulnerability)
Jaalala dhugaa argachuuf sodaa malee hanqina ofiis qabatani garaa banatanii dubbachuu gaafata. #Namoonni ciccimoon garuu hanqina isaanii dhoksuu fi akka nama "qaawwa hin qabneetti" mul'achuu waan barbaadaniif, garaa banatanii hanqina ofii qabatanii dhihaachuun isaaniitti ulfaata.
#Dadhabina isaanii mul'isuun akka sodaatti ykn hanqinaatti waan itti dhaga'amuuf, miira isaanii dhoksu.
3. Ulaagaa Olaanaa (High Standards) fi Madaallii Baay'isuu
#Namoonni ciccimoon jireenya isaanii keessatti sadarkaa olaanaa (high standards) barbaadu. Sadarkaa kana jaalallee isaanii irrattis hojiirra oolchuuf yaalu.
Namoota amala fi hanqina isaaniitiin madaaluu fi fooyyessuu yaaluun, hariiroo keessatti waldhabdee fi komii uuma.
4. Rakkoo Madaquu (Attachment Style)
Namoonni hojii fi kaayyoo isaanii irratti xiyyeeffachuudhaan namoota ciccimoo ta'an baay'een isaanii amala namatti madaquu hin qabanii. Ani qofaakoo gahaadha nama biraa maalan godha jedhu.
#Kuni immoo jaalallee isaanii akka waan isaan hin barbaachisneetti akka itti dhaga'amu godha.
5. Yeroo fi Xiyyeeffannoo (Prioritization)
#Namoonni ciccimoon yeroo fi anniisaa isaanii baay'ee kaayyoo, hojii, fi fooyya'iinsa jireenya isaaniitiif kennu. Hariiroon jaalalaa garuu yeroo, obsa, fi xiyyeeffannoo guyyaa guyyaan gaafata. | 324 |
| 18 | Yuunivarsiitiin ARBA MINCHI, Fulbaana 11-12/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫 | 291 |
| 19 | B/ttoota kutaa 12ffaa qabxii seensa yuunivarsiitii argataniif, guyyaan placement guuttamu hanga Fulbaana 05/2019'tti dheereffame.💫
Ministry of Education Ethiopia🤝
ማስታወቂያ💥
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት መልቀቂያ ሰርተፊኬት ፈተና ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፤
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እና የትምህርት መስክ ምርጫ ማጠናቀቂያ ቀን እስከ መስከረም 5 ቀን የተራዘመ መሆኑን እንገልጻለን።
ስለሆነም በተለያዩ ምክንያቶች እስካሁን ምርጫችሁን ያላስገባችሁ ተማሪዎች በ https://student.ethernet.edu.et ድህረ ገጽ በመግባት የራሳችሁን ፋይዳ (የመለያ ቁጥር) በመጠቀም ምርጫችሁን እንድታጠናቅቁ እናሳውቃለን። | 323 |
| 20 | Baga Bara Haaraa Nagaan Geessan; መልካም አዲስ አመት፤ ርሑስ ሓዱሽ ዓመት።🕊️ | 306 |
