Rift Valley University Asella campus.
Kanalga Telegram’da o‘tish
2 344
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kun
-230 kun
Postlar arxiv
Beeksisa
Barattoota Qormaata bahiinsa (Exit Exam) qophaa jirtan hundaaf.
👉Waraqaa eenyumaa (Faayidaa)
koppii 1 (duubaa fi fuldura)
👉 Nagahee Kafaltii barnootaa
keessan qabachuun #guyyaa 4-5/3/2019 kiliiraansii keessan akka xummurtan isin beeksifna.
Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.
Beeksisa Waamichaa
---------------------------'------------
Barattoota Haaraa bara 2019 Yuunivarsitii Riift Vaalii Kaampaasii Asallaatti Galmooftan hundaaf.
------------------'------------------
Guyyaan barnoonni sagantaa hundaa (Digrii fi Tvet) itti eegalu akkataa armaan gaditti ibsameen ta'uu isin beeksifna.
👉Barattoota idilee/guyyan galmooftaniif guytaa 30/02/2019.
👉 Barttoonni torbee guyya 28/02/2019.
Kanaaf barattoonni keenya guyyaa kana irraa eegalee daree barnoota keessaniitti akka argamtan waamicha isiniif kan taasifne ta'uu isaa isin berksifna.
.Kutaa Reegistraaraa
Beeksisa
Barattoota Bara 2018 barnoota xummurtanii Qormaata bahuu (Exit Exam) qophaa jirtan hundaaf.
Waraqaa eenyumaa Dijiitaala (Faayidaa) koppii 1 (duubaa fi fuldura) fi Nagahee Kafaltii barnootaa keessan qabachuun #guyyaa 18-22/2/2019 kiliiraansii keessan akka xummurtan isin beeksifna.
Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.
Beeksisa
Barattoota Bara 2018 barnoota xummurtanii Qormaata bahuuf qophaa jirtan hundaaf.
Barattoonni sagantaa Digriin guyyaa fi galgalaan bara 2018 barnoota xummurran (eebbifamtanii) qormaata bahuuf qophaa'aa jirtan hundi keessan Woraqaa eenymaa Dijiitaala (Faayidaa) fi Nagahee Kafaltii barnootaa keessan qabachuun #guyya 18-22/2/2019 kiliransii keessan akka xummurtan isin beeksifna. Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.
Beeksisa
Barattoota Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa hundaaf.
Barattoonnii keenya hundi kafaltii barnootaa ji'a onkololeessaa (october ) guyyaa 18-22/02/2019 akka kafaltan isin beeksifna.
Beeksisa Barattoota Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa hundaaf.
Barattoonnii keenya hundi kafaltii barnootaa ji'a onkololeessaa (october ) guyyaa 18-22/02/2019 akka kafaltan isin beeksifna.
Yuunivarsitii Riift Vaalii Kampaasii Asallaatti Bara barnoota 2019 simannaa barattoota haaraa galmeessuuf hojii promooshiinii Magaalota Qarsaa, Bokojii, Itayyaa fi Magaalaa Asallaa keessatti gaggeeffame suraan.
Important Reminder for All Acct,,Buma and Computer science graduates.
This is to remind you that we will have very important straining on
on "Exit Exam Preparation" for upcoming (January 2026) NEE
on Saturday at 3:00 local time.
