Rift Valley University Asella campus
الذهاب إلى القناة على Telegram
2 365
المشتركون
-324 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-1930 أيام
أرشيف المشاركات
Eebba Barattoota Yuunivarsitii Riift Vaali kaampaasii Asalla guyya 24/11/2018 Sagantaa Digrii fi BLTOn ogummaa garaagaraan barsiisaa ture bakka Itti Anaa Yuunivarsitii Rift Vaalio Dr. Gaadisaa Baqalaa, keessumaa kabajaa obboo Fiqaadu Xilaahin, itti gaafatama Wajjira Kantiibaa Magaalaa Asallaa argamanitti bifa hoo'aa ta'een eebbisiisee jira.
Eebbifamtoota fi Maatiin Eebbifamtoota Baga Gammadan
# Eebbifamtoota keenyaa hundaa
Eebbifamtoota keenyaan baga
eebba keessaniif ittiin isin gahe jechaa
1ffaa: Boru sa'aati 2:30 irraa eegalee Gaawonii eebbaa akka fudhattan
2ffa. Iddoo eebbaa galma Koollejji Atileet Qananiisaa Baqqalaa ta'uu isaa isin beeksifna.
3ffa: Eebbifamtonni guyaa eebbaa sa'aatii 1:00 dura galma eebbaatti akka argamtan isin hubachiifna.
To computer science 5th extension
This is to inform you to submit your report of Industrial practice June 19/2026.
NB. No late submission will be allowed.
Eebbifamtootaaf
Barattoonni kafaltii Gaawonii fi Baayindari hin kafaliin hanga guyyaa 4/11/2018 akka kafaltan isin beeksisaa guyya kana booda addabbi ta'uu isin beeksifna.
Hub.
Nagahee kafaltii keessan qabattanii kutaa faayinaansiif gabaa akka gootan isin beeksifna.
# Beeksisa yeroo lammaffaa
Barattoota Qormaata Waxabajjii bara 2018 fudhattanii darbitan bu'aa qormaata keessanii qabattanii hanga #Waxabajji 26/2018ttu kutaa reejistraaraatti qaamaan akka gootan isin beeksisuun keenya ni yaadatama.
Haa ta'u malee barattoonni hanga ardhaatti gabaasa hin godhin yeroo dhumaaf hanga 02/11/2018 gabaasa akka gootan cimsinee isin beeksisaa Yeroo jedhame kana booda barataa kamuu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksifna.
Kutaa Reegistraara.
This is to inform you that all class starts as as follows
👉Regular- 29/10/2018 W.C
👉Extension- 27/10/2018 E.C
#Exit Exam Result
Barattoota Qormaata Waxabajii bara 2018 kenname ✅ Yeroo jalqabaaf ykn Irrra deebitanii fudhattanii #darbitan (Qabxii 50 fiddan) hundaaf:
Bu'aa qormaata keesssan print gochuun #Waxabajji 18-26/2018ttu kutaa reejistraaraatti qaamaan argmtaanii gabaasa akka gootan isin beeksifna.
Hub: Yeroo jedhame kana booda barataa kamuu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksifna.
#Exit Exam Result
ሰኔ 2018 ዓ.ም የተሰጠውን የመውጫ ፈተና ወጤት/Exit Exam
✅ ለመጀመሪያ ጊዜ ወይም በድጋሜ
ተፈትናችሁ #ያለፋችሁ (50 እና ከዚያ በላይ ውጤት ያመጣችሁ) ተማሪዎች
ውጤቱን ፕሪንት አድርጋችሁ #ከሰኔ 18-26/2018 ዓ.ም ለሬጂስትራር ቢሮ በአካል ሪፓርት እንንድታረጉ እናሳሲባለን።
ማሳሰቢያ
# ከተጠቀሰው ጊዜ በኃላ ማንኛውንም ተማሪ ያማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን።
Notice to all Degree students.
Subject: Final Examination Schedule.
This is to inform you that your final examinations will be held from June 17–21, 2018 E.C.
👉NB. The detailed schedule will be posted soon.
የመውጫ ፈተና የምትወስዱት ተማሪዎች በሙሉ።
በሰኔ 2018 ዓ.ም የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የሚትፈተኑ ተማሪዎች ቲቶሪያል ክፍያ መደበኛ ተማሪዎች 1200 ብር፣ የርቀት ት/ት 1500 ብር በእትዮጵያ ንግድ ባንክ አካውንት 1000263044502 በመክፈል ደረሰኙን እና ኪሊራንሳችሁን በመያዝይ ከሬጅስቲራር ቢሮ Username እና Pasword እንድትወስዱ እናሳስባለን።
በሰኔ 2018 ዓ.ም የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የሚፈተኑ ተማሪዎች የFayda (National ID) እስከ ግንቦት 30 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ እንዲያስተሳስሩ እያሳሰብን Fayda (National ID) ያላስተሳሰረሩ ተማሪዎች Usernames and password የማይላክ እንዲሁም ፈተና መፈተን የማይቻሉ መሆኑን እናሳውቃለን::
ማስተሳሰሪያ Link ፡ https://verify.ethernet.edu.et/
