Rift Valley University Asella campus.
Ir al canal en Telegram
2 348
Suscriptores
-224 horas
+17 días
-730 días
Archivo de publicaciones
Yuunivarsitii Riift Vaalii Kampaasii Asallaatti Bara barnoota 2019 simannaa barattoota haaraa galmeessuuf hojii promooshiinii Magaalota Qarsaa, Bokojii, Itayyaa fi Magaalaa Asallaa keessatti gaggeeffame suraan.
Important Reminder for All Acct,,Buma and Computer science graduates.
This is to remind you that we will have very important straining on
on "Exit Exam Preparation" for upcoming (January 2026) NEE
on Saturday at 3:00 local time.
Beeksisa Galmee
Barattoota Yuunivarsiitii Riift Vaalii Kaampasii Asallaa Buleeyyi ( Woggaa 2ffaa fi isaa olii) Hundaaf.
................
Baga bara haaraan nagaan geessan jechaa guyyaan galmee baea barnoota akka armaan gadii ta'uu isaa isin beeksifna.
Guyyaa galmee Barattoota idle:Fulbaana 4-6/2019
Guyyaan Galmee Barattoota Torbee- Fulbaana 9-10/2019
#Hub:
1.Guyyaan guyyaa Fulbaana 12/2019.
የምዝገባ ጥሪ ማስታወቂያ
ለሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ
የ2ኛ ዐመት እና ከዚያ በላይ ማሪዎች በሙሉ።
እንኳን ለአዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ እያልን የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመኑ የመመዝገቢያ ቀናት እንደሚከተለው መሆኑን እናሳውቃለን።
·የመደበኛ ተማሪዎች ምዝገባ: መስከረም 4–6/2019 ዓ.ም.
የኤክስቴሽን ተማሪዎች ምዝገባ፦ መስከረም 9–10/2019 ዓ.ም. መሆኑን እናሳውቃለን።
ማሳሰቢያ
ትምህርት የምጀመረው #መስከረም 12/2019 ይሆናል።
Eebba Barattoota Yuunivarsitii Riift Vaali kaampaasii Asalla guyya 24/11/2018 Sagantaa Digrii fi BLTOn ogummaa garaagaraan barsiisaa ture bakka Itti Anaa Yuunivarsitii Rift Vaalio Dr. Gaadisaa Baqalaa, keessumaa kabajaa obboo Fiqaadu Xilaahin, itti gaafatama Wajjira Kantiibaa Magaalaa Asallaa argamanitti bifa hoo'aa ta'een eebbisiisee jira.
Eebbifamtoota fi Maatiin Eebbifamtoota Baga Gammadan
