fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Rift Valley University Asella campus.

Rift Valley University Asella campus.

رفتن به کانال در Telegram

This is the Rvu Asella campus official Telegram channel.

نمایش بیشتر
2 344
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-230 روز
آرشیو پست ها
Beeksisa Barattoota Qormaata bahiinsa (Exit Exam) qophaa jirtan hundaaf. 👉Waraqaa eenyumaa (Faayidaa)          koppii 1 (duubaa fi fuldura) 👉 Nagahee Kafaltii barnootaa keessan qabachuun #guyyaa 4-5/3/2019 kiliiraansii keessan akka xummurtan isin beeksifna. Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.

Beeksisa Waamichaa ---------------------------'------------ Barattoota Haaraa bara 2019 Yuunivarsitii Riift Vaalii Kaampaasii Asallaatti Galmooftan hundaaf. ------------------'------------------ Guyyaan barnoonni sagantaa hundaa (Digrii fi Tvet) itti eegalu akkataa armaan gaditti ibsameen ta'uu isin beeksifna. 👉Barattoota idilee/guyyan galmooftaniif guytaa 30/02/2019. 👉 Barttoonni torbee guyya 28/02/2019. Kanaaf barattoonni keenya guyyaa kana irraa eegalee daree barnoota keessaniitti akka argamtan waamicha isiniif kan taasifne ta'uu isaa isin berksifna. .Kutaa Reegistraaraa

Beeksisa Barattoota Bara 2018 barnoota xummurtanii Qormaata bahuu (Exit Exam) qophaa jirtan hundaaf. Waraqaa eenyumaa Dijiitaala (Faayidaa) koppii 1 (duubaa fi fuldura) fi Nagahee Kafaltii barnootaa keessan qabachuun #guyyaa 18-22/2/2019 kiliiraansii keessan akka xummurtan isin beeksifna. Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.

Beeksisa Barattoota Bara 2018 barnoota xummurtanii Qormaata bahuuf qophaa jirtan hundaaf. Barattoonni sagantaa Digriin guyyaa fi galgalaan bara 2018 barnoota xummurran (eebbifamtanii) qormaata bahuuf qophaa'aa jirtan hundi keessan Woraqaa eenymaa Dijiitaala (Faayidaa) fi Nagahee Kafaltii barnootaa keessan qabachuun #guyya 18-22/2/2019 kiliransii keessan akka xummurtan isin beeksifna. Guyyaa kanaan ala barataa kamuu kan hin keessummesine ta'uu isin hubachifna.

Beeksisa Barattoota Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa hundaaf. Barattoonnii keenya hundi kafaltii barnootaa ji'a onkololeessaa (october ) guyyaa 18-22/02/2019 akka kafaltan isin beeksifna.

Beeksisa Barattoota Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa hundaaf. Barattoonnii keenya hundi kafaltii barnootaa ji'a onkololeessaa (october ) guyyaa 18-22/02/2019 akka kafaltan isin beeksifna.

Yuunivarsitii Riift Vaalii Kampaasii Asallaatti Bara barnoota 2019 simannaa barattoota haaraa galmeessuuf hojii promooshiinii Magaalota Qarsaa, Bokojii, Itayyaa fi Magaalaa Asallaa keessatti gaggeeffame suraan.

2019 E.C Schedule - For Second Year.xlsx0.14 KB

Schedule for 1st year Degree programs(Extension)

Important Reminder for All Acct,,Buma and Computer science graduates. This is to remind you that we will have very important straining on on "Exit Exam Preparation" for upcoming (January 2026) NEE on Saturday at 3:00 local time.

Baga Ayyaana masqalaa bara 2019 ittiin isin gahe.
Baga Ayyaana masqalaa bara 2019 ittiin isin gahe.

Class schedule for all Degree Program.pdf1.67 KB