Rift Valley University Asella campus
前往频道在 Telegram
2 397
订阅者
无数据24 小时
-27 天
+1230 天
帖子存档
This is to inform you that all class starts as as follows
👉Regular- 29/10/2018 W.C
👉Extension- 27/10/2018 E.C
#Exit Exam Result
Barattoota Qormaata Waxabajii bara 2018 kenname ✅ Yeroo jalqabaaf ykn Irrra deebitanii fudhattanii #darbitan (Qabxii 50 fiddan) hundaaf:
Bu'aa qormaata keesssan print gochuun #Waxabajji 18-26/2018ttu kutaa reejistraaraatti qaamaan argmtaanii gabaasa akka gootan isin beeksifna.
Hub: Yeroo jedhame kana booda barataa kamuu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksifna.
#Exit Exam Result
ሰኔ 2018 ዓ.ም የተሰጠውን የመውጫ ፈተና ወጤት/Exit Exam
✅ ለመጀመሪያ ጊዜ ወይም በድጋሜ
ተፈትናችሁ #ያለፋችሁ (50 እና ከዚያ በላይ ውጤት ያመጣችሁ) ተማሪዎች
ውጤቱን ፕሪንት አድርጋችሁ #ከሰኔ 18-26/2018 ዓ.ም ለሬጂስትራር ቢሮ በአካል ሪፓርት እንንድታረጉ እናሳሲባለን።
ማሳሰቢያ
# ከተጠቀሰው ጊዜ በኃላ ማንኛውንም ተማሪ ያማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን።
Notice to all Degree students.
Subject: Final Examination Schedule.
This is to inform you that your final examinations will be held from June 17–21, 2018 E.C.
👉NB. The detailed schedule will be posted soon.
የመውጫ ፈተና የምትወስዱት ተማሪዎች በሙሉ።
በሰኔ 2018 ዓ.ም የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የሚትፈተኑ ተማሪዎች ቲቶሪያል ክፍያ መደበኛ ተማሪዎች 1200 ብር፣ የርቀት ት/ት 1500 ብር በእትዮጵያ ንግድ ባንክ አካውንት 1000263044502 በመክፈል ደረሰኙን እና ኪሊራንሳችሁን በመያዝይ ከሬጅስቲራር ቢሮ Username እና Pasword እንድትወስዱ እናሳስባለን።
በሰኔ 2018 ዓ.ም የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የሚፈተኑ ተማሪዎች የFayda (National ID) እስከ ግንቦት 30 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ እንዲያስተሳስሩ እያሳሰብን Fayda (National ID) ያላስተሳሰረሩ ተማሪዎች Usernames and password የማይላክ እንዲሁም ፈተና መፈተን የማይቻሉ መሆኑን እናሳውቃለን::
ማስተሳሰሪያ Link ፡ https://verify.ethernet.edu.et/
ማስታወቂያ!! #ExitExam
በ2018 ዓ.ም ሰኔ ወር ላይ በድጋሚ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) የምትፈተኑ ተማሪዎች፤ ከዚህ በታች በተገለጸው ሊንክ (Link) በመጠቀም፣ የ750 ብር ክፍያ በቴሌብር በመፈጸም ቁጥሩን (Transaction Number) በማስገባት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን።
http://exam.ethernet.edu.et/
#Fayida National ID
Barattootni Qaeaqaa eenyuma Bational qormaata biyyoolessa Id hanga ammatti hin galchin hanga guyyaa 5/09/2018 sa'aatii 10tti akka galchitan isin beesisaa barataa yeroo kana booda fidu kamuu keessummeessuu kan hin dandeenyevta'uu isin beeksifna..
👉Leenjifamtoota Waggaa 1ff fi 2ffaa Narsingii hundaaf.
...............................................
Leenjifamtoota Waggaa 1ffaa fi 2ffaa Narsingii sabab Ayyaanaatiin leenjii irraa badan hundi guyyaa 16/08/2018 irraa eegalee sagantaa keessaniin leenjii keessan irratti akka argamtan isin beeksisaa leenjia'an guyyaa jedhame kana irraa eegalee leenjii irratti hin argamne kamuu fedhii isaatiin leenjii irraa badu isaatiin kan hin keessummeessine ta'uu isaa cimsinee isin beeksifna.
Kaampaasicha!
#National ID
#Fayidaa Biyyoolessaa (National ID)
Barattootni qormaata biyyoolessa ji'a Waxabajii 2018 kennamu fudhattan hundi waraqaa eenyummaa biyyoolessaa(Fayda National ID) keessan kopyii isaa hanga 17/08/2018tti Biiroo Reejistiraaritti akka galchitan isin beeksifna.
#ፋይዳ ዲጂታል መታወቅያ
በሰኔ 2018 ዓ.ም የሚሰጠው የመውጫ ፈተና የምትወስዱ ተማሪዎች #ብሔራዊ ዲጅታል መታወቂያ(ፋይዳ) ኮፒ እስከ 17/08/2018 ዓ.ም ሬጅስትራር ቢሮ እንድታስገቡ እናስውዋለን።
Barattoota Qormaata bahuu Dabartan hindaaf.
Barattoonni qormaata bahuu (Exit Exam) fudhattanii dabartan (Qabxii 50 fiddan) bu'aa qormaatichaa print gochuun hanga guyyaa 14/07/2018 kutaa reejistraaraa qaamaan ykn toora telegraanii #0828011119 irratti akka gabaasa gootan isin beeksufan.
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
