Waldaa Daandii Qulqullummaa
Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏
Показати більше📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Waldaa Daandii Qulqullummaa
Канал Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) у мовному сегменті Амхарська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 11 705 підписників, посідаючи 7 689 місце в категорії Релігія і духовність та 2 875 місце у регіоні Ефіопія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 11 705 підписників.
За останніми даними від 25 серпня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 581, а за останні 24 години на 55, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 0.46%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 0.21% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 54 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 25 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 2.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2
20/8/016
Waliin baranna kotta....
✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 26 серпня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Релігія і духовність.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 26 серпня | +12 | |||
| 25 серпня | +58 | |||
| 24 серпня | +31 | |||
| 23 серпня | +3 | |||
| 22 серпня | +2 | |||
| 21 серпня | +2 | |||
| 20 серпня | +53 | |||
| 19 серпня | +14 | |||
| 18 серпня | +15 | |||
| 17 серпня | +33 | |||
| 16 серпня | +8 | |||
| 15 серпня | +7 | |||
| 14 серпня | +27 | |||
| 13 серпня | +17 | |||
| 12 серпня | +61 | |||
| 11 серпня | +7 | |||
| 10 серпня | +33 | |||
| 09 серпня | +16 | |||
| 08 серпня | +6 | |||
| 07 серпня | +35 | |||
| 06 серпня | +16 | |||
| 05 серпня | +26 | |||
| 04 серпня | +29 | |||
| 03 серпня | +23 | |||
| 02 серпня | +4 | |||
| 01 серпня | +5 |
| 2 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 1 |
| 3 | Waldaa Finoota tsidk
✍️Waldaa Waggaa murààsà duraa hundeeffame.
Itti waamamni isas kan nama dhuunfaa ykn abbaa qabeenyatti.
✍️ Faarfattoota sagalee qaban, yeedaloo fi Walaloo barreessuu danda'aa kan qinda'eedha.
⚠️Rakkoo waldaa kana
✓Faaruu Iyyeesus malee kan biraa infaarfatamuu
Kan qulqulloota,kan ergamoota infaarfatamuu fakkeessuuf kan dubaroo maariyaami faaruu quban lakka'aamaan qabu.
⚠️ Studio ykn waltajjii faarfattoota ykn galma isan keessas fakkii qulqulloota injiruu.
⚠️Yeroo baay'ee karaa waldaa qulqulloota qoraanoon irratti geggeeffame 👈Abbaa qabeenya dhifama gaaffate ture.
Waldaalee biroo sababa Abbaa qabeenya kanarra deggeersa argatanif qeeqa irratti dubbatan inbeekan.
⚠️Waldaa kun sirna Tadisoo kan bu'uureeffatedha.
~Akka fakkeenyaatti
Faarfattoota Finoota tsidk jedhaman faarfatan kana keessa nàmóôtni amantii biraa hedduudha kan amantii protestant ta'aani.
⚠️ Ijoollee kun faarfachuu feedhii qabatan osoo intaane nàmóôta waarshaa keessa hojjeetan dirqaaman faarfachisuu.
Kutaa 2ffaa Itti fufaa | 10 |
| 4 | Hubannoo dogoggoraatiin yeroo namoonni suuraa kana naannessan argeen waan baay'ee taajjabe!.
Walumaa galatti alabaan tuniifi bataskaanni ortodoksii hariiroo homaatuu hin qaban!. Alibicha akkuma amantoonni biroon balaaleffatanitti balaaleffanna!. Alaabicha jalatti walumaan abbootaafi harmoota keenya harmaafi harka itti dhabne!. Miidhamaafi miidhaga waan hundumaa waliin qabna!.
Amantaan ortodoksii kan Warra kaabaa gochuun ilaaluun wal'aalummaa fi barumsa dhabuudha!. Jarman, Russia biyyoota gurguddoo addunyaa keessas akka jiru beekuu inuma qabna!.
Ithiopia keessatti ammoo sababa cunqursitoonni kaleessaa amanticha dahoo godhachuun miidhaa geessisaniif amantichatti quba qabuun gaarii miti!
Xumura irratti ilaa, obboleettiifi obboleessakoo, amantaakee siifan kabajaa amantaakoo kabaji!.
Yoo kana hin taane garuu as-dhufa martin Luther s wal yaadachiisuun ba'eessuma jechuumafi!.
⚠️ Photo olii kun yeroo rakkoo nageenya Arsii fi wallaggaa irraa fudhaatame.
Jaarrii kun mana amanta bakka bu'aan 👈 Faannoo dha.
yaada ✍️ | 6 |
| 5 | #FANNOO
Kan na jaalatu fannoo isaa baate na dukka haa bu'u. Mat 16:24
#Kanaafuu_Fannoon_Gooftaa_Kiristaanotaaf:-
✓ Humna Qol 2:14
✓ Kan nu jajjabeessu fannoo isaati. Gal 6:14
✓ Fannoon isaa fura keenya
✓ Fannoon isaa fayyisaa lubbu keenyati.
✓ Fannoon isaa Qoricha keenya. 2Qor 8:9
#Gooftaan_keenyas:-
✓ Mataa Diyaabiloos tumuuf fannifame. Um 3:15 Yoh 8:44 Mul 12:9
✓ Jireenya bara baraa nuuf kenuuf fannifame. Yoh 3:14
✓ Hojii Diyaabiloos diiguuf fannifame. 1Yoh 3:18
✓ Fannoo isaatiin gad of qabu nu barsiise.
✓ Fannoo isaatin cubbuuf duunee dhugaaf akka jiraannu ajajamneerra. 1phex 2:24
✓ Kan ittin boonuudha. Gal 6:14
#Fannoo_isaa_akkamitii_kabajna?
✓Mallattoo fannoo godhachuudhaan . Far 143/144:1
✓ Sagada kenna sagaduudhan. Far 131/132:7 akkas gaafa jennu bakka miilli goofta dhabate itti nan sagada isaa jedhu amanuudhani. Maalif yoo jedhame? Bakka gooftan dhaabate irra bakka inni saati 3 guutuu irrati gidiraa argee dhiiga isaa dhangalaasetu caalaa.
✓ Ittin eebbifamuudhan
Dhungachuudhaan
✓ Morma keenyaa irrati hidhachuudhaan fak 6:21
Kanaafuu nuti nuti kiristaanoni afaanin qofa osoo hin taane fannoo goofta dhungachuudhan, sagada keenna sagaduudhan far 48/49:5 malatto fannootin mallateesudhan kabajudhaan jaalala fannoof qabnus ni ibsana.
Galani Waaqayyoof ha ta'u.
Urjii Dukkana Keessa | 5 |
| 6 | qo'annaa macaafaa.pdf | 4 |
| 7 | Немає тексту... | 1 |
| 8 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 1 |
| 9 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 1 |
| 10 | #Ammee Kutaa 12ffaa
😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et | 5 |
| 11 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 4 |
| 12 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 3 |
| 13 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 3 |
| 14 | #Ammee Kutaa 12ffaa
😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et | 4 |
| 15 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 3 |
| 16 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 4 |
| 17 | 🎧🎵Faaruu eenyuu dhaggeeffachuu barbaaddu?
👤F/taa Firaanol Moosisaa
👤 F/ttuu sister hiwet teferra
👤F/taa Mendaayee Berhaanuu
👤 F/taa Yilmaa Hayiluu
👤F/taa Dn Abeel Mekbbeb
👤 F/taa Diyaaqon Muluken Kebede
👤 F/taa Tewodroos Yooseef
👤 F/ttuu Faasikaa Dinquu
👤 F/ttuu Bezawork Asfaaw
👤 F/ttuu mirtnesh Tilahun
👤 F/ttuu Worknesh
👤 F/taa Ytbarek Tegeny
👤 F/taa Ge/Yohannes Ge/Tsadek
🌐 Faaruu Ortodoksii hunda 🎶 | 5 |
| 18 | Kan ishee dhabee ofiin of _dhabee
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Ilmaa ishee jaallacha
Ishee moo salphisuu
Kun gonka sirrii miti
Waan nama dhiphisuu
Maal isheen nama
Jedhani dubbatuu
Waa'ee ke osoo beekin
Maaliif si tuffatuu
Dhugumman namadha!!!
Haatii Gooftaa kooti
Garûú namummaa isheen
kan tuffatamtuu miti
Sagalee turee sun
Sagalee jireenya
Dhaloota fi uumama
Inni ta'ee beenya
Arguudhaf kan hawwan
Abbooti akka musee
Abraham fi hidda isa
Kan isan eebbisee
Dhufee akka mul'aatu
Foon nama uffaatu
Esayas fa'aa ragaani
Uumama abdii dhabee
Warrii abdii ta'ani
Nama akka laphee ko
Jedhe Daawit kan filate
Inni waaqayyoo dha
Hunda kan rawwaate
......Iyyeesus .......
Foon fi dhiigni isaa
Kan jireenya kennuu
Mootummaa waaqayyoo
Kan ittiin argannuu
Samiidha inni dhufnee
Durbee irraa fudhaate
Kan namummaa sana jibbuu
Du'aaf dabarsee lubbuu isa laate
Waaquuma hindu'uu
Gonkas inqabamuu
Waaquumanis tasa
Foon inwaloomuu
Garûú ajaa'ibaa ta'ee
Karaa maariyaamii
Isheerran Waloomee
Mootii Ariyaamii
........Eega.......
Jireenya inqabanim
Kan durbee jibbaani
Iyyeesus jedhanis
yoolee caaranani
Qurxummii jaallacha
Bishaan jibbama?
Biiftuus barbaada
Samiin dagatama?
Gonka addan ba'ee beeku
Addeessii fi aduuni
Isanoo tokkichadha
Maddii irraa burqaani
Kan durbee jibbee
Maqaashe hadheessuu
Sanyii jawweechati
Kan dhaloota raatessuu
Eega hubadha maloo
Isheen haadha waaqayyooti
Kan inhaalamne yoomu
Sababa fayyiina keenyatti
Foon fi dhiigni isheerra argaame
Jireenya nuf laata
Qulqulluumma ishees adda
Ni caalti uumamtoota
Samii fi lafti kirkiiree
yoo urguufame akka bubbee
ni faarfatamtii durbeen
Kan ishee dhabee ofiin of _dhabee
Eyyee akkas☝️☝️☝️
✍️Ftaa Abdiisaa (Dn)
Shaggar
20/12/2018³(Roobii)
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Warning ⚠️ adaara keessan
Dubbistan kan jaallatan, sammuu
Nagaa kan qabdan qofti share,like godha 🤝 warrii isin aarsee moo obsa yaalama | 88 |
| 19 | Sooraa kakuu haaraa
Ergamaa Gabri'eel
Kan gargarte Ananiyaa
Azaariya Misa'eel
Har'as nuuf kootti
gidduu kan keenyaa
Ati nuuf buusi maaloo
jaalalaf nageenya
Biyyi lafaa dhiphatee
kuno wal dhiphisaa
Sanyiin wal qoodee
hunduu wal faccisaa
Diinni dhaabbatee
Gidduu daba faacasuu
Isa of hammeenyaa ta'ee
jallina barsiisuu
Albee keetin koottu
ati nurraa ifadhuu
Mana keetti jaalalaan
nu waammadhu
Gammachuu baadhuu
gara keenya koottu
Ergamaan nagaa siidha
hunda kan jaalatu
Hunduma keenyaafu
Jaalala kadhadhuu
Kochoo kee jalattii
diinarraa nu tikfadhu
Walaloo code 🔔@19 @Gabr | 178 |
| 20 | Ija koon si hin argu
Narra fagoo jirta
Yaadaan na boojitee
mar'immaan koo cirta
Yoomuu si hin dagadhu
guyyaas ta’e halkanii
Maqaan kee mi'aawaa
arrabni kee annani
Otoo akka garaa koo
of bukkeettin si arga
Booka siig budduksee
dhangaammoo siif marqa
Otoon nyaata hin dhabiin
yaada keen huuqqadha
Halkan abjuun ka'ee
suuraa kee dhungadhaa....
Uuuff......
Yaa jireenya kophaa
iddoon kee natti qaawwa
Lookoo morma lawwee
asaasa keen hawwa
Karaan gabaabbatee
tarkaanfadhee hin dhufu
Yaadaaf qalbii buusee
ciisee otoon si suufuu
Onnee burkutooftee
tiruu waraannamte
Maal ta’a amma dhuftee
yoo na yaamte!
🌿🌿🌿🌿🌿
yaada
Walaloo code 🔔@wal @000 | 148 |
