cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

WALALOO AFUURAA

“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!

Більше
Рекламні дописи
4 156
Підписники
+1724 години
+737 днів
+34830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Jebeda M.mp37.32 MB
8
Jabaadha surraansa Jabaadha surraansa ergamoota keessa Olaanaadha aangoonsa qomoo hunda dursa Gargaara afoomiyaaf gargaara dani'eelii Labsan jireenyaa koo dhufee mika'aeelii Dhaabbii koo naaf tolchee akkan ani Hin kufnee Gargaarsa isaatinii na bira Hin dhabamnee Wammaatee irraa hafee eenyuu kan rakkaatee Afoomiyaa cinaa Isa kan dhabbaate Jawwee kan waraane samiirraa darbatuu Loolaa mirga waaqa kan dhugaaf dhabbaatu Isa kan na dhufuu yeroo rakkoof gaddaa Mika'aeel egaadha eegumsisas addaa Jireenyaa koo labsee kiyyoo koo kan ciruu Yemmuun Isa waame dafee dhufa Hin turu Kophaat Hin hafnee innii mika'aeel qaqqaabee Baahiraan hambiisee moo'icha lallaabee Aangoof humna qabuun namni na miidhuyyuu Firdii du'aatinii leencaaf na laatuyyuu Warraa of tuulanii isatu qaneessaa Daani'eel baasera afaan leencaa keessaa
Показати все...
13
Показати все...

9👍 4
Eebbaa fiilmii haaraa afaan oromoo Iddoon isaa galma aadaa magaala sulultaa Sa'aatii 3:00 irraa eegalee
Показати все...
6
03:44
Відео недоступнеДивитись в Telegram
77.93 MB
33👍 3
03:44
Відео недоступнеДивитись в Telegram
77.93 MB
6👏 3
Jebeda M.mp37.32 MB
39👏 8👍 7
Jabaadha surraansa Jabaadha surraansa ergamoota keessa Olaanaadha aangoonsa qomoo hunda dursa Gargaara afoomiyaaf gargaara dani'eelii Labsan jireenyaa koo dhufee mika'aeelii Dhaabbii koo naaf tolchee akkan ani Hin kufnee Gargaarsa isaatinii na bira Hin dhabamnee Wammaatee irraa hafee eenyuu kan rakkaatee Afoomiyaa cinaa Isa kan dhabbaate Jawwee kan waraane samiirraa darbatuu Loolaa mirga waaqa kan dhugaaf dhabbaatu Isa kan na dhufuu yeroo rakkoof gaddaa Mika'aeel egaadha eegumsisas addaa Jireenyaa koo labsee kiyyoo koo kan ciruu Yemmuun Isa waame dafee dhufa Hin turu Kophaat Hin hafnee innii mika'aeel qaqqaabee Baahiraan hambiisee moo'icha lallaabee Aangoof humna qabuun namni na miidhuyyuu Firdii du'aatinii leencaaf na laatuyyuu Warraa of tuulanii isatu qaneessaa Daani'eel baasera afaan leencaa keessaa
Показати все...
36🥰 7👍 5👏 5
Yaa'iqob Bersabeetii /ያዕቆብ ከቤርሳቤህ/ Yaa'iqob bersabeetii kara'an yoo deemu Fira hin qabu ture kan isaaf dhimmamu Yeroo achi gahuu aduunis ni dhiite Mataa isaa fuulduraan dhagaa boorafate ceesisa Achitti abjuu argee mullata garraamii Riqichi dhaabatee lafaa hanga samii Ergamoonni achirra bahaani bu'ani Fiixerra dhaabbate Waaqayyoo Gooftani ceesisa Waaqni abbootii keeti ani Waaqayyoodha Akka ati dhuunfaattuuf laficha sin laadha Akka cirreechatti sanyiinkee baayyata Kallattii hundaanuu sabniikee ni bita ceesisa Abboonni fakkeenyan akka ibsanitti Kan Waaqni diriirse lafaa hanga samiitti Ifatt kan mullate achirra taa'udhan Riqaan yaa'iqoobi dubree Maariyaamidha ceesisa Lafaaf Samiiyyuu walittii araarsite Tokkichi ilmii Waaqa kan irraa dhalate Ergamoonni samii tokkummaan kan faarsan Dubree Maariyaamidha riqaan inni guddaan           ===•|•=== t.me/Galateeffamaadha
Показати все...
Yaa'iqob F.Dn Tafarraa Baqqalaa.mp39.65 MB
9👏 6👍 5
Maqaa ABBA kan ilmaa afura Qulqulluu sadan waqayyoo Tokkoo Ameen Ameen 🙏 Praise the trinity We will praise the trinity ×2 Creation of the world Honor God with hymnody Sillasien amesginu ×2 Ye midir fitretat Zemiru elil belu To the father the son ànd the Holy spirit We will give what is due worship for his merit The creator of all things a word that is sublime We shall praise night and day until the end of time """"""""""""" Cherubim seraphim offer worship to you Angels in the heavens sing to their God it's true The children of Adam singing to you since birth Calling up on your name in the heavens and earth """""""""""""""" If I hunger my lord will feed me this I know My thirst will go away blessings he will be bestow The trinity is my protector and my grace Always guiding me through what ever may face Kan biroof 👇👇follow ══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara ........ @faruuHaaraa ........ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯
Показати все...
Praise_the_Trinity____English_Orthodox_Tewahedo_Hymn(256k).mp35.35 MB
👍 16🥰 11 6👏 3