Waldaa Daandii Qulqullummaa
Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏
Больше📈 Аналитический обзор Telegram-канала Waldaa Daandii Qulqullummaa
Канал Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) языкового сегмента Амхарский является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 11 716 подписчиков, занимая 7 618 место в категории Религия и духовность и 2 848 место в регионе Эфиопия.
📊 Показатели аудитории и динамика
С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 11 716 подписчиков.
Согласно последним данным от 26 августа, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило 589, а за последние 24 часа — 11, при этом общий охват остаётся высоким.
- Статус верификации: Не верифицирован
- Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 0.49%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 0.26% реакций от общего числа подписчиков.
- Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 57 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 30 просмотров.
- Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 2.
📝 Описание и контентная политика
Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2
20/8/016
Waliin baranna kotta....
✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”
Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 27 августа, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Религия и духовность.
Загрузка данных...
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 27 августа | +11 | |||
| 26 августа | +12 | |||
| 25 августа | +58 | |||
| 24 августа | +31 | |||
| 23 августа | +3 | |||
| 22 августа | +2 | |||
| 21 августа | +2 | |||
| 20 августа | +53 | |||
| 19 августа | +14 | |||
| 18 августа | +15 | |||
| 17 августа | +33 | |||
| 16 августа | +8 | |||
| 15 августа | +7 | |||
| 14 августа | +27 | |||
| 13 августа | +17 | |||
| 12 августа | +61 | |||
| 11 августа | +7 | |||
| 10 августа | +33 | |||
| 09 августа | +16 | |||
| 08 августа | +6 | |||
| 07 августа | +35 | |||
| 06 августа | +16 | |||
| 05 августа | +26 | |||
| 04 августа | +29 | |||
| 03 августа | +23 | |||
| 02 августа | +4 | |||
| 01 августа | +5 |
| 2 | Akkamitti kadhanna?
Nàmóôtni baay'ee keenya akka itti kadhannu inbeeknu.
Daandii tokko deemuuf kallattii daandii sana yoo inbeeknu ta'ee galmaa ingeenyuu.
Gooftaa keenyas waa'ee kadhanna kana yeroo dubbatu haadha Maariqoos akkas jedhe 👈waan kadhattan inbeektan.
Maarre akkamitti akka kadhannu Bsaa keenya Bsaa Goosaye nu barsiisuu part.... part argachuuf channel keenya join,share, like akkasumas comment gochuun jajjabeessa | 48 |
| 3 | #Bagaa_isinii_gahee21❤️🙏
#Baha_ifaa_kan_
Taate_Maariyaamii
Bultoo Waaqaa
Fakkeenyaa Aariyaamii
#Hidda_dhiiga_Keen_
Argamee_Fayyinni koo
Ilma keen Durbee
Labsameera Jiraachunkoo (2)
#Nagaan_kee_Yaa_Durbee
Afuuraan na Guutaa
Har'as ati naaf koottuu
Yaa Haadha Gooftaa
#Eebban_naaf_haa_guutuu
_hir'uun_Golakoo
Lapheerraan si Waamaa
Naaf koottu Aayyookoo
#An_sichan_si_Faarsaa
_sin_Galateessaa
Akka Abbaa Hiriyaaqos
Jaalala keen Ibsaa
#Hiriirrii_koo_har'as
_Waaqeessuu Ilma kee
Kabaja kee Himaan
jiraadha an Mucaan kee
#Haadha_fi_Dubara_
al_takkaan taatee
Waaqni Waaqummaa
isaan Sirraa kan Dhalatee
#Argamee_hin_beekuu_
Sichis hin dhalatuu
Yaa Kakuu Araaraa
kan Si'iin Fakkaatuu
#Maalumaaf_si_jibbuu_
kamiif si qeequu
Atoo Waaqaa deessee
Dhugaa hundi beekuu
Silaa Otoo Ta'ee jajuun kee
hin dhiifamuu
#Kabajni_Haadhummaa_kee
_tasa_hin_daangeeffamuu
Walaloo code 🔔@21 @mar | 69 |
| 4 | Qooqa keenyaaf mi'ooftuu
Kennaa fannoo jalaati
Eeyyeen haati Kiristoos
Nuuf haadha jaalalaati
Waammannaa keenyaaf cufaa
Tasa kan hin nuffamnee
Gooftaa keenya irraati
Badhaasa nuti arganne
Maatiin haadha jaalalaa
Ijoolleen Ortodoksii
Durbeen haati Kiristoos
Haadha keenyadha nuusii
Har'a addunyaan joonja'ee
Yoo gane haadhummaashee
Tokkicha dubbatamee
Guddaadha kabajnishee
Ulfina ayyaana isheedhaaf
Xinnaanuu kan carraaquu
Daa'imni gadameessaa
Kabaja isheef burraaquu
Sagalee nagaa isheen
Afuuraan nii guutamnaa
Akka Eelsaabeet nutis
Ulfina ishee dubbannaa
Kan Waaqayyo kabaje
Kabajuudhaaf hin qoosnuu
Waa'ee Durboo dubbachuu
Tasumayyuu hin dhiisnu
Waaqatu ishee filate
Kabaja caaluun marsee
Dhufee isheerraa dhalatee
Hamaarra nu dabarsee
Misirroo xiqqoo taatee
Firii Iyyaaqeemiif haannaa
Haadha Fayyina keenyaa
Maariyaam nus siin jennaa
Akka Abbaa hiriyaaqoos
Ulfina keef waa yaalee
Jechatu Naaf hin ga'uu
Kabaja Kee madaalee
Maariyaam nuti sijaallanna...🔥
Walaloo code 🔔@21 | 61 |
| 5 | #Ammee Kutaa 12ffaa
😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et | 1 |
| 6 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 1 |
| 7 | Waldaa Finoota tsidk
✍️Waldaa Waggaa murààsà duraa hundeeffame.
Itti waamamni isas kan nama dhuunfaa ykn abbaa qabeenyatti.
✍️ Faarfattoota sagalee qaban, yeedaloo fi Walaloo barreessuu danda'aa kan qinda'eedha.
⚠️Rakkoo waldaa kana
✓Faaruu Iyyeesus malee kan biraa infaarfatamuu
Kan qulqulloota,kan ergamoota infaarfatamuu fakkeessuuf kan dubaroo maariyaami faaruu quban lakka'aamaan qabu.
⚠️ Studio ykn waltajjii faarfattoota ykn galma isan keessas fakkii qulqulloota injiruu.
⚠️Yeroo baay'ee karaa waldaa qulqulloota qoraanoon irratti geggeeffame 👈Abbaa qabeenya dhifama gaaffate ture.
Waldaalee biroo sababa Abbaa qabeenya kanarra deggeersa argatanif qeeqa irratti dubbatan inbeekan.
⚠️Waldaa kun sirna Tadisoo kan bu'uureeffatedha.
~Akka fakkeenyaatti
Faarfattoota Finoota tsidk jedhaman faarfatan kana keessa nàmóôtni amantii biraa hedduudha kan amantii protestant ta'aani.
⚠️ Ijoollee kun faarfachuu feedhii qabatan osoo intaane nàmóôta waarshaa keessa hojjeetan dirqaaman faarfachisuu.
Kutaa 2ffaa Itti fufaa | 63 |
| 8 | Hubannoo dogoggoraatiin yeroo namoonni suuraa kana naannessan argeen waan baay'ee taajjabe!.
Walumaa galatti alabaan tuniifi bataskaanni ortodoksii hariiroo homaatuu hin qaban!. Alibicha akkuma amantoonni biroon balaaleffatanitti balaaleffanna!. Alaabicha jalatti walumaan abbootaafi harmoota keenya harmaafi harka itti dhabne!. Miidhamaafi miidhaga waan hundumaa waliin qabna!.
Amantaan ortodoksii kan Warra kaabaa gochuun ilaaluun wal'aalummaa fi barumsa dhabuudha!. Jarman, Russia biyyoota gurguddoo addunyaa keessas akka jiru beekuu inuma qabna!.
Ithiopia keessatti ammoo sababa cunqursitoonni kaleessaa amanticha dahoo godhachuun miidhaa geessisaniif amantichatti quba qabuun gaarii miti!
Xumura irratti ilaa, obboleettiifi obboleessakoo, amantaakee siifan kabajaa amantaakoo kabaji!.
Yoo kana hin taane garuu as-dhufa martin Luther s wal yaadachiisuun ba'eessuma jechuumafi!.
⚠️ Photo olii kun yeroo rakkoo nageenya Arsii fi wallaggaa irraa fudhaatame.
Jaarrii kun mana amanta bakka bu'aan 👈 Faannoo dha.
yaada ✍️ | 55 |
| 9 | #FANNOO
Kan na jaalatu fannoo isaa baate na dukka haa bu'u. Mat 16:24
#Kanaafuu_Fannoon_Gooftaa_Kiristaanotaaf:-
✓ Humna Qol 2:14
✓ Kan nu jajjabeessu fannoo isaati. Gal 6:14
✓ Fannoon isaa fura keenya
✓ Fannoon isaa fayyisaa lubbu keenyati.
✓ Fannoon isaa Qoricha keenya. 2Qor 8:9
#Gooftaan_keenyas:-
✓ Mataa Diyaabiloos tumuuf fannifame. Um 3:15 Yoh 8:44 Mul 12:9
✓ Jireenya bara baraa nuuf kenuuf fannifame. Yoh 3:14
✓ Hojii Diyaabiloos diiguuf fannifame. 1Yoh 3:18
✓ Fannoo isaatiin gad of qabu nu barsiise.
✓ Fannoo isaatin cubbuuf duunee dhugaaf akka jiraannu ajajamneerra. 1phex 2:24
✓ Kan ittin boonuudha. Gal 6:14
#Fannoo_isaa_akkamitii_kabajna?
✓Mallattoo fannoo godhachuudhaan . Far 143/144:1
✓ Sagada kenna sagaduudhan. Far 131/132:7 akkas gaafa jennu bakka miilli goofta dhabate itti nan sagada isaa jedhu amanuudhani. Maalif yoo jedhame? Bakka gooftan dhaabate irra bakka inni saati 3 guutuu irrati gidiraa argee dhiiga isaa dhangalaasetu caalaa.
✓ Ittin eebbifamuudhan
Dhungachuudhaan
✓ Morma keenyaa irrati hidhachuudhaan fak 6:21
Kanaafuu nuti nuti kiristaanoni afaanin qofa osoo hin taane fannoo goofta dhungachuudhan, sagada keenna sagaduudhan far 48/49:5 malatto fannootin mallateesudhan kabajudhaan jaalala fannoof qabnus ni ibsana.
Galani Waaqayyoof ha ta'u.
Urjii Dukkana Keessa | 57 |
| 10 | qo'annaa macaafaa.pdf | 54 |
| 11 | Нет текста... | 1 |
| 12 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 1 |
| 13 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 1 |
| 14 | #Ammee Kutaa 12ffaa
😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et | 5 |
| 15 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 4 |
| 16 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 3 |
| 17 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 3 |
| 18 | #Ammee Kutaa 12ffaa
😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et
result.neaea.gov.et | 4 |
| 19 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 3 |
| 20 | 🚨Kutaa 12ffaa 🔥
Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇 | 4 |
