es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete 👈

Waldaa Daandii Qulqullummaa

Waldaa Daandii Qulqullummaa

Ir al canal en Telegram

Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Waldaa Daandii Qulqullummaa

El canal Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) en el segmento lingüístico de Amárico es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 289 suscriptores, ocupando la posición 7 065 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 2 740 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 289 suscriptores.

Según los últimos datos del 07 octubre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 469, y en las últimas 24 horas de 14, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 0.68%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 0.42% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 84 visualizaciones. En el primer día suele acumular 52 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 3.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 08 octubre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.

12 289
Suscriptores
+1424 horas
+1197 días
+46930 días

Carga de datos en curso...

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
oct '26
octubre '26
+132
en 0 canales
septiembre '26
+449
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+614
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+647
en 34 canales
Get PRO
junio '26
+539
en 36 canales
Get PRO
mayo '26
+557
en 36 canales
Get PRO
abril '26
+627
en 35 canales
Get PRO
marzo '26
+760
en 31 canales
Get PRO
febrero '26
+694
en 31 canales
Get PRO
enero '26
+896
en 32 canales
Get PRO
diciembre '25
+866
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+888
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+844
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+863
en 1 canales
Get PRO
agosto '25
+951
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+589
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+530
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+573
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+738
en 1 canales
Get PRO
marzo '25
+273
en 2 canales
Get PRO
febrero '25
+184
en 1 canales
Get PRO
enero '250
en 1 canales
Get PRO
diciembre '24
+20
en 2 canales
Get PRO
noviembre '24
+38
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+11
en 1 canales
Get PRO
septiembre '24
+58
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+70
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+16
en 1 canales
Get PRO
junio '24
+262
en 1 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
08 octubre0
07 octubre+17
06 octubre+19
05 octubre+7
04 octubre+17
03 octubre+14
02 octubre+8
01 octubre+50
Publicaciones del Canal
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuamaJoin Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇

2
#Duula_Na_Filadhaa Namicha tokkotu du'ee jennaan ergamaan tokko gara waaqatti isa geesse .Waaqnis anaa dhufu erga jedhee booda,"Namni erga du'ee booda iddoo lama keessaa bakka tokko jiraachuuf carraa qaba. Tokko si'olidha,inni kaan Mootummaa Waaqa(Tsiyoon) Amma ergamaan kun iddoowwan kana si haa daawwachisuu waliin deemi " jedhe. innis tole jedhe.. Ergamichis jalqaba namicha gara si'olitti geesse. Naanna'anii ilaalan. Artistoota bebbeekamoo warra inni kanaan dura lafa irratti ajaa'ibsifachaa ture hedduutu achi keessa jiru.Sagalee isaanii mimmiidhagaa sanaan sirbu,meeshaaleen muziqaa guutuudha.Hundinuu ni sirba. Iddoon kun baayyee namichatti tole.itti fufee mootummaa waaqaa akka inni daawwatuuf gara sanatti isa geesse.sirbi hin jiru.Namoonni lafa irratti beeku hedduun achi hin jiran. Jireenyi isaa baay'ee mijataa ta'us bashannanni garuu hin turre.Hundinuu sagalee isaa ol kaasee waaqa faarfata malee,namoonni sagalee miidhagaa qaban muraasi achi ba'anii weellisanii nama hin bohaarsan. Lachuu keessaa kan barbaade akka filatu itti himnaan,filannoon isaa si'ol akka ta'e beeksise. Bashannana barbaade.Tole jedhee ergamichi geessee deebi'e. Yeroo lammaffaa yommuu achi deemu haalli hunduu jijjiramee arge.Bashannanni... silaa muuziqaan.... silaa kolfii fi gammachuun hin jiran. Hundumtuu ibidda boba'u keessaa iyya.Wanti jiru hundi akka malee nama sodachisa ture.Suuta jedhee seexana tokko ofitti waamee gaaffii gaafate. #Namicha;- Innis silaa hin jiruu? #seexana;- maal inni? #Namicha;- Bashannanni silaa eessa deeme? Halli amma jiru kan duraa waliin wal hin fakkaatu.Maal rakkinni isaa " jedhe gaafate? #Seexanichi;- deebiseefii "Isa silaa jette san Inni hin jiru.isa duula na filadhaaf itti fayyadamne.Erga nu filattee carraan kee barabaraan gubachuu qofadha!"jedheen... #Hub;- haalichi waan mijatu sitii fakkaate Karaa irra sin maqsin. #karaan midhaaga kana duuba isa rakkon jiraachuu beek Seena kana irraa waan baay'ee hubatan jedhee yaada. kanaaf TARII Nami tokko jiraachuu danda'a Ka seena kana dubbise jireenya ofii jijjiiruu. Kanaaf Share godhi Nama tokko biran naaf gahii .
16
3
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
3
4
Isin Ortodoksi dha❓
5
5
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
4
6
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
3
7
💁 Channel Afuurawaa Akkami Argachuu Barbaaddu 👇👇👇
8
8
Irreechi Aadaadha moo Amantaadha?
2
9
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
2
10
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
2
11
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
3
12
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
2
13
#Sababoota_Gara_Ejjatti_Nama_Geessan ✍Waantonni Hedduun Internet irratti fe'aman dargaggoonni Ejjaan Akka Kufaniif Sababadha Fakkenyaaf Fiilmiwwaan Ejja,Qaama Saala Laman ,Dirama fibSirboota Adda Addaa,Barreeffamoota,Sagaleewwaan Maqaa Jaalalaan Dhiyaatan #2ffaa Saalaa Faallaa Waliin Walitti Dhufeenya Hin Barbaachiifne Uumuu,Bakka Namni Hin Jirretti Wal Beellamu ✍️Ani Abaluun Nan beeka,inni/isheen Nama Akkasii miti jedhanii bakka dhokaatatti Hasaa biraaf wal bellamuun mataa isaanii kan sossobaan baay'eedha. 🤌Fakkeenyaaf Hiriyyummaa Diinaa intala #Yaahiqoobif ijjoollee Alagoota Uma 34:1-31 🤌Gocha Aamoon Ti'imaar irratti Raawwate 2 Sam 13:1-39 Fi Hiriyyummaa Ogeessichi Solomoon Dubartoota Alagoota Waliin Taasise 1Mot 11:1 #3ffaa #Haala_Uffanna_Namoota 🤌Shamarraan uffataa gabaaba,qaama isaanii kan walitti qabu,qaama isaanii kan mul'isuu Dhiironni Akkasuma shamaran kuffisu kan danda'uu uffachuun yeroo deeman ejjaf namoota biroo saaxilu. #4ffaa #Mana_Dhugaatti_Fi_Sirba_Deemu 🤌Dhugaatiin Ejjaaf balbalaadha.Namni dhuguu fi dhuge cubbuuwwaan akkasii barbaada. Sirbiis daandii ejjaa kan biraati.Namni Sagantalee Akkasii Hirmaatu Namoota Uffata Adda addaa uffachuun sirbaan ilaalun yoo xiqqaate ejjaa lapheen ni kufa. 🤌Isa kana Waliin kan kaasnu kan biran guyyaa har'a maqaa ejjaan manni Dhugaatti fi sirba (Night Club) Jiraachu Isaaniitti Namoonni Sagantaa Kana Geggeessan Kabajamaa kan ta'e Qaama isaanii Qullaa sirbun Ejjaan Dargaggoonni Akka Kufaniif Sababa Ta'aniiru. 🤌Baay'isanii Nyaachuu Dhuguu Fi Gammachuu Humna olii barbaadunis ejjaaf nama saaxila. #Walumagalatti Warri Akka Armaan Olitti Eeraman Muraasa yoo Ta'aniis Nutis ifii keenya gara ejjatti kanneen nu galchuu danda'an irraa of eegu Qabna. #Qormaata_Ejja_Akkamitti_Mo'anna❓ #1ffaa Miidiyaalee Hawaasa Sirnaan Fayyadamuu ✍Jiraachun miidiyaalee hawaasa mataa isaanii cubbuu miti. murteessan Haala itti Fayyadama keenyadha ✍Gaariif Yoo Fayyadamne Amantaa Sirriin Waaqayyoon Gammachiisa Jiraachuu Dandeenya Hamaaf Yoo Fayyadamnef Daandii Badiisa Irra Akka jiraanu nu Taasisa Diraama Fakkeessuun Warreen Dargaggootaaf Erga Bira Dabarsanis irratti Beekne mana Qulqullummaa Waaqayyoo kan ta'e Qaama Keenya Qulqullinan Eegachuu Qabna. #2ffaa #Eenyu_Waliin_Akka_Taphaanu_Fi_Hiriyyaan_Keenya_Eenyu_Akka_Tahee_Beeku ✍️Namni hiriyummaaf nu barbaadu maaliif akka nu barbaadu beekudha.Hiriyya Yoo Qabannes Hiriyya Akkamii Akka Ta'ee Beekudha 🤌Keessumattu Saala Faallaa Wallin Taphaa Hin barbaachiifne Baay'isuu irraa of qusachuun Qormaata Ejjara nama oolcha. 🤌Ati yaada kee malee yaada nama waliin taphaacha jirtuu hin beektu waan taheef gochawwaan akkasiirra fagaachu. #3ffaa #Yeroo_Hundumaa_Kadhannaan_Jabaachuu 🤌Kadhannaan lubbuu keenya gabrummaa fedhiiwwaan fooniirra akka bilisaa baatu taasisa Qormaatawwaan ejjaa kan nutti fidu diyaabiloos kadhannaan ni mo'anna. 🤌Seenaa immahooy Saaraa irratti kan barreeffamee Tokko jira hafuura ejjaa waggoota 14f baay'isee ishee Qora Ture Mo'achuuf Kadhannaan Gara Waaqayyootti Yeroo hundumaa cimtee kadhachaa turte. 🤌Kana booda hafuurri ejjaa Qaama uffatee dhufuun Na Mo'atee isheen jedhe.isheenis Ano osoo hin taane kiristoositu Si Mo'atee jedhe. 🤌Kadhannaan laphee Qulqulluun Taasifamuu Qormaatawwaan Akkasii Akka Mo'annuf Baay'ee Nu Gargaaru. #4ffaa #Qabsuura_Abbootii_Dubbisuu Qabsuurri abbootii wangeela irratti kan barreeffamee Raawwatamee bakka itti argannudha. 🤌Abbootni Keenya aakjuma Keenya Nama Waan Tahaniif yeroo adda addatti ejjan qoraama akkasumas karaa namoota biroo afferaan ejja isaaniif dhiyaacha ture 🤌Ogummaa isaan ittiin Qorumsoota akkasii mo'atan yeroo ilaallu nuttis akkuma isaanii taasisu,Taasisu yoo dadhabnee immoo maqaa isaaniin yoo kadhannee fedhiiwwaan ejja mo'achuu dandeenya Dhuguma seerota Gooftaan keenya nuuf kenne hundu kan raawwaatan akka Ta'an Qabsuuronni kun dhugaa ba'u. #Galanni_Waaqayyoof ‎ ༺༻༺༻ #Madda_Macaafa_Jireenya Kiristaanummaa jedhu irra 🙏
115
14
Irreechi Aadaadha moo Amantaadha?
23
15
Qulqulluu Atanasiwoos immoo waa’ee Foon Uffachuu Kiristoos keessatti, Ilmi Waaqayyoo nu fayyisuuf dhugumaan nama ta’uu isaa irratti cimsa. Kanaaf godaansi, dadhabbiin, beelaa fi ari’atamni Kiristoos namummaa isaa dhugaa mul’isu. Qulqulluu Efreem Sooriyaa faaruu fi barsiisa isaa keessatti Durboo Maariyaamiin ulfina Ilma ishee wajjin walitti hidhee faarsa; isheen Haadha Gooftaa taatee hojii fayyinaa keessatti kabajamtuudha. Kanaaf Tewaahidoo keessatti Maariyaamiin kabajuun Waaqa biraa uumuu miti; garuu “Haadha Gooftaa” (Luqaas 1:43) ta’uu ishee fi hojii Waaqayyoo keessatti gahee isheef kenname kabajuudha. 🌹 MAARIYAAM — “HAADHA GOOTAA” Elizabeet: 📖 Luqaas 1:43 «“Haati Gooftaa koo gara koo dhufuun kun anaaf maal akkamiiti?”» Kanaaf Mana Kiristaanaa keessatti: “Qulqulleettii Durboo Maariyaam” “Haadha Waaqayyoo” “Haadha Gooftaa” jennee ishee kabajna. Garuu waaqeffannaan keenya Waaqayyo qofaaf dha; Maariyaamiin immoo kabajaa fi ulfina addaa isheef maluuni. 🌸 ABAABOON MAAL NU YAADACHIISA? Abaaboon har’a daraaree boru harca’uu danda’a. Jireenyi addunyaa keessas akkasuma. 📖 Isaayyaas 40:8 «“Marga in coolla; abaaboon in harca’a; dubbii Waaqayyo keenyaa garuu bara baraan in jiraata.”» Kanaaf Ji’a Abaaboo keessatti: 🌸 jireenya keenya haa haaromsinu; 🌸 cubbuu irraa haa deebinu; 🌸 Kiristoosin garaa keenya keessatti haa baannu; 🌸 rakkoo keessatti abdii hin kutannu; 🌸 qormaata keessatti amantii keenya hin gurgurnu; 🌸 warra godaanan, warra rakkatan, haadholii fi daa’imman haa yaadannu; 🌸 nagaa fi jaalala haa tiksinu. 🙏 KADHANNAA Yaa Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos! Akkuma Ati Qulqulleettii Haadha Kee fi Jaarsa Yooseef waliin godaansa keessatti eegamte, warra godaanaa jiran, warra ari’atamaa jiran, warra rakkachaa jiran, haadholii fi daa’imman isaanii eegi. Qulqulleettii Durboo Maariyaam, kadhannaa keetiin nu yaadadhu. Waaqayyo Heroodisoota, hammeenya, jibbaa fi ari’atama irraa nu haa eegu. Qormaata keessatti akka hin kufne, dhugaa keessatti akka cichine, jaalala keessatti akka guddanne, dhuma irrattis Mootummaa Waaqayyoo akka dhaallu nuuf haa taasisu. 🌸 Eebbi Godaansa Haadha Keenya Qulqulleettii Durboo Maariyaam hunda keenya waliin haa ta’u! 🙏 Ameen! Ameen! Ameen! 🌸 BAGA JI’A ABAABOO GEESSAN! 🌸 ✝️ Iyyasuus Kiristoos nu haa eebbisu! 🌹 Qulqulleettii Durboo Maariyaam nuuf kadhadhu!
129
16
🌸 #JI’A_ABAABOO 🌸 Yaadannoo Godaansa, Rakkinaa fi Eebba Haadha Keenya Qulqulleettii Durboo Maariyaam fi Ilma Ishee Iyyasuus Kiristoos Baga Ayyaana Ji’a Abaaboo, Waqtii Tsigeetiin nagaan geessan! 🌸🙏🌸 Baga waliin geenye! Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo keessatti yeroo Fuulbaana 26 irraa hanga Sadaasa 6tti yaadannoon Godaansa Haadha Keenya Qulqulleettii Durboo Maariyaam, Ilma Ishee Iyyasuus Kiristoos, Jaarsa Yooseefii fi warra isaanii waliin gara biyya Gibxiitti godaananii itti yaadatamu Ji’a Abaaboo (Tsigee) jedhamee beekama. 🌸 “ABAABOO” MAAL NU BARSIISA? Abaaboon yeroo biqilee lafa miidhagu, abdii fi jireenya haaraa mul’isa. Haati Keenya Qulqulleettii Durboo Maariyaam immoo fakkeenya abaaboo qulqulluu ti; isheen Ija Jireenyaa, jechuun Iyyasuus Kiristoos, addunyaaf kennite. 📖 Isaayyaas 11:1 «“Muka Yesee irraa dameen in ba’a; hidda isaa irraas lataan in biqila.”» Abbootiin Mana Kiristaanaa caqasa kana keessatti dameen Yesee keessaa ba’e Kiristoositti, haati isaa Durboo Maariyaam immoo damee qulqulluu sana baattuutiin wal fakkeessu. Kanaaf Maariyaam “Abaaboo qulqulluu” jedhamee waamamuun ishee, isheen Waaqa taate jechuu miti; garuu Ilma Waaqayyoo fooniin deesse, hojii fayyinaa keessatti bakka addaa Waaqayyo isheef kenne agarsiisa. ✝️ GADAAANSA MAALIIF? Wangeelli Qulqulluun akkana jedha: 📖 Maatewos 2:13–14 Ergamaan Waaqayyoo abjuudhaan Yooseefitti mul’atee: «“Ka’i, mucicha fi haadha isaa fudhadhuutii gara Gibxiitti baqadhu; hamma ani sitti himutti achi turi.”» Yooseefis ka’ee mucicha fi haadha isaa fudhatee gara Gibxiitti godaane. Kun waan ajaa’ibaa nu barsiisa: Iyyasuus Kiristoos Waaqa dhugaa ta’ee, nama dhugaa ta’ee foon uffate. Waaqayyo ta’us, namummaa isaa dhugaa keessatti dadhabbii, godaansa, rakkoo fi ari’atama keessa darbe. 📖 Filiphisiyus 2:6–8 Kiristoos bifa Waaqayyootiin utuu jiruu gad of deebisee, bifa garbichaas fudhatee nama ta’e. 🌿 GODAANSI MAARIYAAM MAAL NU BARSIISA? Haati Keenya Qulqulleettii Durboo Maariyaam Ilma ishee qabattee biyya ishee dhiistee gara biyya ormaa godaanuu ishee yaadachuun keenya, rakkoon nama qajeelaa irra ga’u mallattoo Waaqayyo isa dhiise jechuu akka hin taane nu barsiisa. Namni qajeelaan yeroo tokko tokko: - ari’atamuu danda’a; - godaanuu danda’a; - rakkoo keessa darbu danda’a; - biyya isaa fi namoota isaa irraa fagaatuu danda’a. Garuu Waaqayyo isa hin dhiisu. 📖 Maatewos 5:10 «“Warri qajeelummaaf ari’ataman eebbifamoodha; mootummaan samii kan isaaniiti.”» Kanaaf godaansi Maariyaam fi Iyyasuus nu barsiisu keessaa tokko: «Rakkoon karaa keenya dhugaa ta’uu isaa hin haqxu; yeroo tokko tokko immoo karaa mootummaa Waaqayyoo ittiin deemnu keessaa tokko ta’uu danda’a.» 🔥 HERODIS — FAALLAA QULQULLUU Heroodis Iyyasuus Kiristoosin sodaate; sababni isaa mootummaa isaa dhabuu sodaachuu isaati. 📖 Maatewos 2:16 Heroodis daa’imman Betelihemii fi naannoo isaa jiran ajjeechisiise. Kun qalbii namaa yeroo hinaaffaa, sodaa, aangoo fi cubbuun qabamu maal akka ta’u nu agarsiisa. Garuu Heroodis Kiristoosin balleessuu hin dandeenye. Sababni isaa: 📖 Yohannis 1:5 «“Ifni dukkana keessatti in ibsa; dukkannis isa hin moone.”» 🌿 “GARA GIBXII BAQADHU” — ANDIMTAA ISA AFAAN HAFUURAA Gibxiin seenaa kana keessatti bakka godaansaa ta’us, Abbootiin yeroo baay’ee addunyaa rakkoo fi qormaataa wajjin wal bira qabu. Haati keenya Maariyaam Ilma ishee qabattee gara Gibxiitti baate. Nus yeroo cubbuu, qormaataa fi dhiphinaa keessa jirrutti Kiristoosin garaa keenya keessaa hin baasnu. 👉 Maariyaam Kiristoosin baattee deemte. 👉 Nus Kiristoosin garaa keenya keessatti baachuu qabna. 👉 Isheen mucicha eeggatte. 👉 Nus amantii keenya eeggachuu qabna. 👉 Isheen rakkoo keessatti abdii hin kutanne. 👉 Nus qormaata keessatti abdii hin kutannu. ✝️ ABBOOTIIN MANA KIRISTAANAA MAAL NU BARSIISU? Qulqulluu Yohannis Afaan Warqee jireenya Kiristaanaa keessatti qormaanni nama Waaqayyootti dhiyaatu irraa adda hin baane jechuun barsiisa; rakkina keessatti obsaan dhaabbachuun gara badhaadhina hafuuraatti nama geessa.
100
17
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
21
18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
24
19
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
26
20
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
33